Telegram Web Link
Waan hoodan tae jara kenyaa
😳😳😳😳😳😳😳😳😳

#Durbummaa....
-
Ani qaba naan jette
Luka lamaan ejjettee
Anis
Kolfa ciigoo hin kolfine
Hin jiru jedhee hin mormine
Gurra isheetti jedhee
Haa ilaallun jedhe..

Guyyicha....

Boolla wayii qottee yookaan haa awwaaltuu
Bakka inni itti bade yookaan haa wal'aaltuu

Akka joonjeen ta'e akka bitintiruu
Inni jira jedhame hambansaayyuu hin jiru

Isan jooree xaare
Boquu buuseen aare

Lafa ciifnee kaanee
Nagaan addaan baane

Ergan mana ga'ee
Waan hoodaan dhaga'e

Haamileenkoo cabdee
Ega achiin dhidhimtee
Erga mana geessee akka dhiigaa jiru
Bilbilaan natti himte
-
✍️Renny. M
😂😂😂🤣🤣🤣🤣😁
Maal Jedhu
Addisu Wayima
Warri har'a #beela'an boru in quufu
Kanneen #miidhamanis boru in kolfu
Waaqayyo in geeddarta bara hamtuu
Gadi qabdee tulloota of tuultuu

Aduu birmadummaas finiinsitee
Gurmuu cunqurmaa ililchiiftee
Olol jedhu warri boquun cabe
Gooftaa si miti nama kan nu sobe

Singer Adisu Wayima

@ABBAA_BIYYAAF
@ABBAA_BIYYAAF
Forwarded from 𝕽𝑬𝑵𝑵𝒀(𝒓𝒆𝒎𝒃𝒐) 𝑴𝑨𝑵
🎁Oduu arifachisafidha
Kannen lafa kartaa fi pilaani qabu bitachu barbaddan hundumaaf amma attataman carraa kanatti fayyadama
✍️Magala bishoftu
✍️kaare 160
✍️qarshi 2.5
Odeeffanno dabalataf Lakk bil 0953465398
2025/06/28 12:50:54
Back to Top
HTML Embed Code: