Telegram Web Link
ุฃู„ุณู„ุงู… ุนู„ูŠูƒู… ูˆุฑุญู…ุฉ ุงู„ู„ู‡ ูˆุจุฑูƒุงุชู‡ ูŠู‚ูˆู„ ุงู„ู†ุจูŠ ุตู„ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุงู„ุณู„ู… :ุฅุบุชู†ู… ุฎู…ุณุง ู‚ุจู„ ุฎู…ุณ:ุดุงุจูƒ ู‚ุจู„ ู‡ุฑู…ูƒ ูˆุตุญุชูƒ ู‚ุจู„ ู…ุฑุถูƒ ูˆุบู†ุงูƒ ู‚ุจู„ ูู‚ุฑูƒ ูˆูุฑุงุบูƒ ู‚ุจู„ ุดุบู„ูƒ ูˆุญูŠุงุชูƒ ู‚ุจู„ ู…ูˆุชูƒ:ุฃูˆ ูƒู…ุงู‚ุงู„ ุงู„ู†ุจูŠ ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุงู„ุณู„ู… ๐ŸŒพ๐ŸŒพ๐ŸŒพ๐ŸŒพ๐ŸŒพ๐ŸŒพ๐ŸŒพ๐ŸŒพ
#As_wr_wb
โ˜„โ˜„โ˜„โ˜„โ˜„
Akkam fayyumaami Jirtuuu...
Yoo rabbiin feedhe Arraantana wa'ee waa saammachuuti dubbanna
Qalbiin nuhoordoofaaga.......
๐Ÿพ๐Ÿพ๐Ÿพ๐Ÿพ
Nabiyyiin rabbi Akkije'e:- (5)Sammadhu Ykn Boojiadhu
(5)Waa shan sitti dhufuunduratti (1)Dardarummaakee sammadhu Osoo dullumti siitidhufin
(2) Fayyaatee sammadhu ykn Boji'adhu Osoo dhibeen sittidhufin
(3) Duruma tee sammadhu ykn boji'adhu Odoo miskiinummaan sitti dhufin
(4) Yaroo Boqoonnaa keetii sammadhu ykn Boji'adhu Odoo shagalli sitti dhufin ykn osoo biiziintahin
(5)Jiruutee sammadhu ykn Boji'adhu Odoo duuti sitti dhufne
Shuf mee laala Akka itti tolu ๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒทKana jachuuniis ldoo dardarummaa qabdu garii hojjadhu
Gadaa dullumti sitti dhufteef sitola
Yaroo fayyaa qabdu Rabbii kee gabbari Gadaa dhibdeen si dhufteef siitola Yaroo fayyaa qabdu sadaqadhu miskiinummaatu booda jira...

Yeroo boqoonnaa qabdu gaarii dalagi ykn Rabbi gabbari Gadaa heewasnii sidhufuutu jiraa...

Yeroo duniyaarra jirtu Haalaan rabbiikee gabbari Ibaadaa heddummeessi Du'aatu sibooda jira... Yaa rabbii keenya Nama itti dalagu nugodhi๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘
Aammiiiinโ˜„โ˜„โ˜„โ˜„โ˜„

#Join_Our_Channel๐ŸŒŸ

โ—On Tg ๐Ÿ‘‡
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
masha allah ....โ˜„

#Join_Our_Channel๐ŸŒŸ
โ—On Tg ๐Ÿ‘‡
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
ุจุงุจ ูƒูŠููŠุฉ ุงู„ุณู„ุงู…:
ูŠุณุชุญุจ ุงู† ูŠู‚ูˆู„ ุงู„ู…ุจุชุฏุฆ ุจุงู„ุณู„ุงู…:ุงู„ุณู„ุงู… ุนู„ูŠูƒู… ูˆุฑุญู…ุฉ ุงู„ู„ู‡ ูˆุจุฑูƒุงุชู‡ ููŠุฃุชูŠ ุจุถู…ูŠุฑุงู„ุฌู…ุน ูˆุงู†ูƒุงู† ุงู„ู…ุณู„ู… ุนู„ูŠู‡ ูˆุงุญุฏุง ูˆูŠู‚ูˆู„ ุงู„ู…ุฌูŠุจ:ูˆุนู„ูŠูƒู… ุงู„ุณู„ุงู… ูˆุฑุญู…ุฉุงู„ู„ู‡ ูˆุจุฑูƒุงุชู‡
ุนู† ุนู…ุฑุงู† ุจู† ุญุตูŠู† ุฑุถูŠ ุงู„ู„ู‡ ุนู†ู‡ู…ุง ู‚ุงู„ ุฌุงุก ุฑุฌู„ ุฅู„ู‰ ุงู†ุจูŠ ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู… ูู‚ุงู„ ุงู†ุจูŠ ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู… (ุนุดุฑ)
ุซู… ุฌุงุก ุขุฎุฑ ูู‚ุงู„ ุงู„ุณู„ุงู… ุนู„ูŠูƒู… ูˆุฑุญู…ุฉ ุงู„ู„ู‡.ูุฑุงุฏุนู„ูŠู‡ ูุฌู„ุณ ูู‚ุงู„ ((ุนุดุฑูˆู†))
ุซู… ุฌุงุก ุขุฎุฑ ูู‚ุงู„:ุงู„ุณู„ุงู… ุนู„ูŠูƒู… ูˆุฑุญู…ุฉุงู„ู„ู‡ ูˆุจุฑูƒุงุชู‡ ูุฑุฏุนู„ูŠู‡ ูุฌู„ุณ ูู‚ุงู„((ุซู„ุงุซูˆู†))
ุฑูˆุงู‡ุฃุจูˆุฏุงูˆุฏ ูˆุงู„ุชุฑู…ุฐูŠ ูˆู‚ุงู„ (ุญุฏูŠุซ ุญุณู†)
ูจูฅูข ูˆุนู† ุนุงุฆุดุฉ ุฑุถูŠ ุงู„ู„ู‡ ุนู†ู‡ุง ู‚ุงู„ุช ู‚ุงู„ ู„ูŠ ุฑุณูˆู„ ุงู„ู„ู‡ ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ูˆุณู„ู… ((ู‡ุฐุงุฌุจุฑูŠู„ ูŠู‚ุฑุฃ ุนู„ูŠูƒ ุงู„ุณู„ุงู…))ู‚ุงู„ุช ู‚ู„ุช ูˆุนู„ูŠู‡ ุงู„ุณู„ุงู… ูˆุฑุญู…ุฉุงู„ู„ู‡ ูˆุจุฑูƒุงุชู‡ ู…ุชูู‚ ุนู„ูŠู‡๐Ÿ’–๐Ÿ’–๐Ÿ’–๐Ÿ’–๐Ÿ’–๐Ÿ’–๐Ÿ’–
As.Wr.Wb.
Hordoftoota Kabajamtoota Chanaal kenyaa Akkam Nagaadha Jireenyi badhaadhamii Milkii biyyalameenii rabbiin isiniif hakannu
๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท
Inshaa allah Sagantaan teenya tan arrantana...
๐Ÿ‘‹ Akkaataa salaamtaati:-
Karaa Nabiyyiirrahi Jechuun namichi salaamta eegalu jachuun Assalaamu Aleykum warhmatullaahi wabarakaatuh.Namtokkooniis tahuu Nama hedduuniis Namichi deebisu Jachuun jallatamaadha.Waleykum salaam warhmatullahi wabarakaatuh Jachuun jallatamaadha.Hadiisa imraan ibni huseeynirra odeeffamerra Nije'e.Gurbaan tikko gara nabii rabbiidhufe Akkana ja'e Assalaamu aleykum Nabiin rabbi jalaadeebise gurbaan nitaa'e nabiin gurbaan kungalata kudhanqaba je'e
Ammaas gurbaan biroo dhufe
Assalaamu aleykum warhmatullaahi je'e
Nabiin isarratti deebise diiddama qaba je'e
Ammaas gurbaan biraadhufe Assalaamu Aleykum warhmatullaah wabarakaatuh je'e nabiin salaamta irratti deebise.Akkana je'e Innikun soddoma qaba je'e Maaliif akkaa tehe Namuu itti yaadaga
Akkaataa Salaamtaa fagoo itti deebisan Hdiisa Aa'ishaarra Nijatte Eergamaan rabbii naan nije'e jeette
Innikun jibriili Salaamtaa sirratti qara'e naan je'e jatte
Wa'aleeyhissalaam warhmatullaahi wabrakaatuhu
Garaa garummaan isaa
Kan nama wal bira jiruu
Wa'aleeykum salaam
Kan nama fagoodha siin je'e
Wa'aleeyhissalaam wrahmatullaahii...

#Join_Our_Channel๐ŸŒŸ

โ—On Tg ๐Ÿ‘‡
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
ุฃู„ุณู„ุงู… ุนู„ูŠูƒู… ูˆุฑุญู…ุฉ ุงู„ู„ู‡ ูˆุจุฑูƒุงุชู‡
ุฃู„ ูˆู‚ุช ูƒุงุงู„ุตูŠู ุฅู† ู„ู… ุชู‚ุทุนู‡ ู‚ุทุนูƒ
As.wr.wb
Akkam fayyaadha Alhamdu lillaahi
Insha'allah
Arraan tana wa'ee yerooti wal yaadchifna ...
Galatoomati Nuu hordoofaa ensha allah

ุจุณู… ุงู„ู„ู‡...
Ummata keenya
Arabni akki ja'e
Yaroon akka seyfiiti ykn akka ableeti
Yoo ati wahiin muruu batte simurti
Yoo ati itti fayyadamuu baatte isiitu sitti fayyadama
Teesse sin eeydu secondi daqiiqaadha murti daqiiqaan saatii mura saatiin guyya mura guyyaan torbaan mura torban bati mura batiin wagga murti waggaan umriiteti mura...

Yaa obbaleessa kiyya yerooti haa fayyadamnu...

ูˆููŠ ุฐุงู„ูƒ ูŠู‚ูˆู„ ุงู„ู†ุจูŠ ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุงู„ุณู„ู… ู‚ุงู„
ู†ุนู…ุชุงู† ู…ุบุจูˆู† ููŠู‡ู…ุงูƒุซูŠุฑ ู…ู† ุงู„ู†ุงุณ
ุฃู„ุตุญุฉ ูˆุงู„ูุฑุงุบ
Shuuf
Nabiyyiin rabbi akkana ja'a
Qananii 2 lama Isaan lamaan keessatti dagamoodha Hedduun ilma namaa
Fayyaadhaa fi carraa
Yaroo fayyaa qabdu hinbeeytu Hagam takkaan fayyaan turee hin beeytu
Fayyaadhas ogguma dhibame way fayyaa tiyya tadur ja'ee anaannata
Yaroo boqonnaa tiis hinbeekani ogguma Booonnaa dhabdee waxxaramte beyta malee yaroo boqonna qbdu hinbeytu
Saniifuu ya jarana yeroon qaali dha itti fayyadama...
fi jalalaa waliin nuuf tura

ุฅู†ูŠ ุฃุญุจูƒู… ูู‰ ุงู„ู„ู‡

Wallaahii rabbiif jachaan issin jaalana!!!!
ุดูƒุฑุง ู„ูƒู…share walif godha ensha allah ...


#Join_Our_Channel๐ŸŒŸ

โ—On Tg ๐Ÿ‘‡
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
ุฃู„ุณู„ู… ุนู„ูŠูƒู… ูˆุฑุญู…ุฉุงู„ู„ู‡
ูˆุจุฑูƒุงุชู‡
ู‚ุงู„ ุงู„ู„ู‡ ุชุนุงู„ู‰ ูู‰ ู…ุญูƒู…
ุชู†ุฒูŠู„ู‡...
(ุฅู† ุงู„ู„ู‡ ุงุดุชุฑุง ู…ู† ุงู„ู…ุคู…ู†ูŠู† ุฃู†ูุณู‡ู… ูˆุงู…ูˆุงู„ู‡ู… ุจุฃู† ู„ู‡ู… ุงู„ุฌู†ุฉ ูŠู‚ุงุชู„ูˆู† ูู‰ ุณุจูŠู„ ุงู„ู„ู‡..
#As_wr_wb
Akkam fayyadha alhamdulillah..
@Insha'allah arantana waan ajaa'ibaatiin walitti dhufnee jirra nuu hordofaa..

Inniis maali yoo jattan waa'e gurgurtaa lubbuu muslimaatii fi qabeenya muslimaatiiโ˜„โ˜„โ˜„

KANA QUBA QABDUU LAATAA?

Bar muslimni lubbuu fi qabeenya gurgurateeti jira
Enyutti gurgurate
@Allaahaatu subhaana wata'aala irraa bitatee
Akkana je'e rabbiin subahaana wata'aala...โ˜„โ˜„โ˜„
Ani lubbuu muslimaatii fi qabeenya muslima irraa bitadhee tiin jira ja'e
Jannata kiyyaa niin Lubbuu muslimaatii fi Qabeenya muslima Irraa bitadhee jira ja'e
Allaahu akubar
Allaahu akubar
Mee laalaa yaa obboleeyyan kiyya ? Akkatti rabbiin nu kabaje Lubbuu rabbiin waan qaaliin nurraa bitate
Nuti waan rakishatti gurgurra
Bar jannanni qaaliidha...

ูˆููŠ ุฐุงู„ูƒ ูŠู‚ูˆู„ ุงู„ู†ุจูŠ ุซู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุงู„ุณู„ู…
ุฃู„ุง ุฅู† ุณู„ุนุช ุงู„ู„ู‡ ุบุงู„ูŠุฉ ุงู„ุง ุงู† ุณู„ุนุฉุงู„ู„ู‡ ุบู„ูŠุฉ ุฃู„ุง ูˆู‡ูŠ ุงู„ุฌู†ุฉ
Nabiyyiin rabbi Akkana ja'e ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบBar meeshaan rabbi qaalidhaa...
Bar Issiin qaalii dha jannee sun Bar Jannata ja'e...
Bar jannata rabbii Namni ofiin arkachuu hin dandahu Nama rabbiin isaaf hiree malee
@Yaaaa @rabbi @Warra jannataa nutaasisi.....

Jannata qaali kanaan rabbiin lubbuu teenya bitatee jira
Warra itti gurguratu nuhaa godhu rabbiin....
Warra jannata seenu nu haagodhu rabbiin...
Aaaaamiiin ....๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘
Share Waliif godha waliif dabarsa....

Barakallaah๐Ÿ‘Œ

#Join_Our_Channel๐ŸŒŸ

โ—On Tg ๐Ÿ‘‡
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
#Join_Our_Channel๐ŸŒŸ

โ—On Tg ๐Ÿ‘‡
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
#As_Wr_Wb

AKKAATAA
SALAATA NABIYYII๐Ÿ’– (SAW)
SIRNA WUDUU WALIIN...
ุตูุฉ ุตู„ุงุฉ ุงู„ู†ุจูŠ ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู…
ู…ุน ูƒูŠููŠุฉ ุงู„ูˆุถูˆุก....
Kutaa 1ffaa ...

@Wuduu waliin gahata...
Innis akka Rabbiin๐Ÿ’“ jecha Isaa kana keessatti ajajetti wuduu'achuudhaani:
"Yaa warra amantan! Yeroo salaataaf kaatan, fuula keessaniifi harka keessan hanga ciqileetti dhiqadhaa. Mataa keessaniis haxaa'aa; Luka keessanis hanga koronyootti (dhiqaa)."
(Almaa'idaa: 6).
Ammas Nabiyyiin๐Ÿ’– (saw) ni jedhan: "salaanni kamuu xahaaraadhaan malee hin qeebalamtu."
Wuduun akka armaan gadiitti ta'a:

Wuduu qalbii isaatiin niyyata; arrabaan hin dubbatu. Sababni isaas Nabiyyiin๐Ÿ’– (saw) wuduu isaanii keessatti, salaata isaaniifi ibaadaa isaanii kam keessattuu niyyaa arrabaan hin dubbanne waan ta'eef.
Rabbiin๐Ÿ’“ waan qalbii keessaa ni beeka waan ta'eefis waan ishee keessaa dubbachuu isa hin barbaachisu...

Ergasii 'bismillaah' jedhee maqaa Rabbii๐Ÿ’“ dhaha.
Ergasii ganaa (shanacha) isaa yeroo sadii dhiqa...
Sana booda bishaaniin yeroo
sadii lulluuqqatee bishaan funyaanitti seensisa. Harka bitaatiin bishaan funyaan keessaa baasa.
Ergasii fuula isaa yeroo sadii dhiqa. Daangaan isaa dalgaan gurraa hanga gurraa yoo ta'u oleedhaan immoo bakka rifeensi mataa itti biqilu irraa hanga jalee lafee areedaatti ta'a...
Ergasii harka isaa fiixee qubbeetii irraa kaasee hanga ciqilee dabalatutti yeroo sadii dhiqa. Mirgaan eegalee ergasii bitaatti tara...

Ergasii mataa isaa yeroo tokkicha haxaawa. Harka isaa lamaan jiisee fuuldura mataa isaa irraa eegalee hanga duubaa (killiyyuutti) haxaa'ee ergasii fuulduratti as deebisa...

Ergasii yeroo tokkicha gurra isaa haxaa'a. Quba isaa akeektuu lamaan qaawwa gurraa keessa seensisee abbudduu lamaaniin immoo irra haxaa'a...

Ergasii miila isaa lamaan fiixee qubbeetii irraa kaasee hanga koronyootti dhiqata. Mirgaan eegalee ergasii bitaatti tara...

Ergamaan Rabbii๐Ÿ’– (saw) ni jedhan: "namni tokko isin irraa wuduu'atee, wuduu isaa waliin gahatee ergasii 'Ash-hadu allaa ilaaha illallaah; wahdahuu laa shariika lah. wa ash-hadu anna Muhammadan abduhuu warasuuluh' yoo jedhe hulaan jannataa saddeettan isaaf banamtu malee hin haftu. Ishee keessaa kan fedheen seena."

#Muslimtu gabaase
Ensha allah kutaa 2ffaa qabane haga issinif dhihanuti obsan nu eegadha ... nu hordofha jzkl... kan hin dubbisinifis share godha!

#Join_Our_Channel๐ŸŒŸ

โ—On Tg ๐Ÿ‘‡
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
#As_wr_wb
hoordooftoota
Kabajamtoota jaallatamtoota chaanaala keenya ....

#Fiilmii gabaabaa hawwataa bashanansisaa fi barsiisaa tahe qabanee issin biraan gahuuf qophi xumurree jira !

#ensha_allah
YEROO DHIHOO KESSATTI ...
Nu eegadha!
#Join_Our_Channel๐ŸŒŸ

โ—On Tg ๐Ÿ‘‡
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
AKKAATAA
SALAATA NABIYYI๐Ÿ’– (SAW)
SIRNA WUDUU WALIIN
ุตูุฉ ุตู„ุงุฉ ุงู„ู†ุจูŠ ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู…
ู…ุน ูƒูŠููŠุฉ ุงู„ูˆุถูˆุก
Kutaa 2ffaa

Namni salaatu gara qiblaatti gara gala...๐Ÿ’–๐Ÿ’–๐Ÿ’–
Innis Ka'abaa yoo ta'u bakkuma jiru hundatti qalbii isaatiin salaata ishee salaatuuf yaade sana waajiba yookiin sunnaas ta'u niyyatee gara isheetti gara gala. Niyyaa arraba isaatiin hin dubbatu. Arrabaan dubbachuun waan karaa hin godhaminiif jecha. Inumaayyuu waan Nabiyyiin (saw) akkasumas sahaabonni isaanii hin dubbatiniif jecha bida'aa taati. Yoo imaama ta'e yookiin nama kophaa salaatu ta'e fuuldura isaarra sitrii gara isheetti salaatu godhata. Bakka murtaa'aa kitaabota warra beekumsa qabanii keessatti ibsamee jiru malee iddoo biraatti qiblaatti gara galuun salaanni sirrii ta'ee argamuudhaaf ulaagaadha.


Takbiiraa harramannaa jechuu
Innis gara bakka sujuudaa ilaalaa 'Allaahu Akbar' (Rabbiin๐Ÿ’– hundarra guddate) jechuudha.
Yeroo takbiirichaa harka isaa lamaan hanga gurmuu lamaanii yookiin qixa gurra isaa lamaaniitti ol kaasa. Harka lamaanis qiblaatti deebisee ol kaasa.
Harka isaa qomaa isaa irra kaa'a.


Hiikti du'aa'ichaa 'dhugaan gabbaramaan Rabbii๐Ÿ’– tokkicha hiriyaa hin qabne malee akka hin jirre ragaan baha. Muhammadis๐Ÿ’– gabricha Isaatiifi Ergamaa Isaa ta'uu ragaan baha' jechuudha.


Harka mirgaa ganaa isa bitaa irra kaa'ee kuburuu harkaa lamaanis walirra kaa'uun qomarra godhata. Kun Ergamaa Rabbii ๐Ÿ’–(saw) irraa argameera waan ta'eefi.

Ensha allah kutaa 3ffaa itti fufna ....obsan nu egadha...

#Join_Our_Channel๐ŸŒŸ

โ—On Tg ๐Ÿ‘‡
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
ุงู„ุณู„ุงู… ุนู„ูŠูƒู… ูˆุฑุฎู…ุฉุงู„ู„ู‡ ูˆุจุฑูƒุงุชู‡ ู‚ุงู„ ุงู„ุญุณู† ุงู„ุจุตุฑูŠ ุฑุญู…ู‡ ุงู„ู„ู‡
ุงู„ุนู„ู… ุนู„ู…ุงู†:ุนู„ู… ุงู„ู„ุณุงู† ูุฐุงูƒ ุญุฌุฉ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ู‰ ุงุจู† ุขุฏู…
ูˆุนู„ู… ููŠ ุงู„ู‚ู„ุจ ูุฐุงูƒ ุงู„ุนู„ู… ุงู„ู†ุงูุน.

Arraantana wa'ee bekkumsaati dubbanna Insha allah...
Hasanul basriin๐Ÿ’–
akki ja'e Bar bekkumsi lama ja'e
Beekkomsa arrabaatii fi bekkomsa qalbiiti ja'e...

1 Beekkomsi arrabaa sun Ragaa rabbiiti kan ilman namaarratti godhe.
Guyyaa boruu ragaadha nurratti bati...

2 Ammoo bekkumsa qalbiiti Beekkumsi qalbiisun Ilmii nama fayyadduu taate
Rabbiin beekkomsa nama fayyadu nuuf hakannu....

Warra baratee itti fayyadamu nu haagodhu...๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘

#Join_Our_Channel๐ŸŒŸ

โ—On Tg ๐Ÿ‘‡
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
#Good_Fatherโค๏ธ

#Join_Our_Channel๐ŸŒŸ

โ—On Tg ๐Ÿ‘‡
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
AKKAATAA
SALAATA NABIYYII (SAW)
SIRNA WUDUU WALIIN
ุตูุฉ ุตู„ุงุฉ ุงู„ู†ุจูŠ ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู…
ู…ุน ูƒูŠููŠุฉ ุงู„ูˆุถูˆุก
Kutaa 3ffaa...

Du'aa'ii salaanni ittiin banamu qara'uun sunnaadha๐Ÿ‘Œ.

Innis :-
'Allaahumma baa'id baynii wabayna khaxaayaaya kamaa baa'atta baynal mashriqi wal maghrib; Allaahumma naqqinii min khaxaayaaya kamaa yunaqqassawbul abyadu minaddanas. Allaahumma ighsilnii min khaxaayaaya bil maa'i wassalji wal barad.' Bukhaariitu gabaase.๐Ÿ’“
Hiikti isaa:-
'yaa Rabbi!๐Ÿ’– Akka jidduu Bahaafi Dhihaa wal irraa fageessitetti jidduu kootiifi jidduu badii kootii wal irraa fageessi.
Yaa Rabbi๐Ÿ’–! Akkuma uffanni adiin xurii irraa qulqullaa'utti badii kiyya irraa na qulqulleessi.
Yaa Rabbi!๐Ÿ’– Badii kiyya irraa bishaan, fixeensaafi cabbiidhaan na dhiqi' jechuudha.

Yoo fedhe bakka isaa kan armaan gadii jedha: "Subhaanaka Allaahumma wabihamdik; watabaaraka ismuka wata'aalaa jadduk. Walaa ilaaha ghayruk.๐Ÿ’“" Hiikti isaa:-
'yaa Rabbii๐Ÿ’– faaruu keetii waliin qulqullina siin malun si qulqulleessa.
Maqaan kee khayriin isaa baay'ate. Guddinni keetis ol ta'e. Dhugaan gabbaramaan si malee hin jiru' jechuudha. Du'aa'ii istiftaahaa (salaata baniinsaa)
kan biraa kan Ergamaa ๐Ÿ’–Rabbii๐Ÿ’– (saw) irraa mirkanaa'e yoo kadhate rakkoo hin qabu.
Inni filatamaan yeroo adda addaa du'aa'ii adda addaa kadhachuudha.
Sababni isaas inni Ergamaa Rabbii๐Ÿ’– (saw) hordofuu keessatti irra guutuu ta'a. Ergasii 'a'uuzu billaahi minashayxaan arrajiim. Bismillaahirrahmaan arrahiim'๐Ÿ’– jedha. Itti aansee suuraa Alfaatihaa qara'a. Ergamaan Rabbii๐Ÿ’– (saw) ni jedhan: "nama Faatihat Alkitaabiin hin qara'iniif salaanni hin jiru."
Bukhaariitu gabaase.๐Ÿ’“
Booda isheetii 'aamiin' jedha. Salaata sagaleen ol qabamu keessatti ol qabee kan gadi qabamu keessatti gadi qabee jedha. Ergasii Qur'aana irraa waan isaaf laafe qara'a. Inni filatamaan salaata Zuhrii, Asriifi Ishaa'ii keessatti suuraalee Qur'aanaa mufassala (kan adda babahan) jiddu gala qara'uudha
; salaata Fajrii keessatti dhedheeraa isaa irraa Maghriba keessatti immoo yeroo tokko tokko dheeraa isaa irraa yeroo garii immoo gabaabaa isaa irraa qara'uun hadiisa waa'ee kanaa keessatti dhufe hundatti hojjachuudha.

Ensha allah akka dubistani irraa waa hubbatani nama biraatifilee dabarsitan abdi qabna kutaa 4ffaa itti fufaa....

#Join_Our_Channel๐ŸŒŸ

โ—On Tg ๐Ÿ‘‡
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
As wr wb

AKKAATAA
SALAATA NABIYYII (SAW)
SIRNA WUDUU WALIIN...
Kutaa 4ffaa qabane issinif dhihane jirraa
ุตูุฉ ุตู„ุงุฉ ุงู„ู†ุจูŠ ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู…
ู…ุน ูƒูŠููŠุฉ ุงู„ูˆุถูˆุก....

๐Ÿ”ดTakbiiraa jedhaa rukuu'a bu'a.
Yeroo bu'u harka isaa hanga gurmuutti yookiin hanga gurra lamaaniitti ol kaasaa bu'a.
Mataa isaa qixa dugda isaa taasisa.
Harka isaa lamaan qubbeetii adda baasee jilba isaa irra kaa'a. Rukuu'a isaa keessatti ni tasgabbaa'a.
๐Ÿ”ด 'Subhaana Rabbiyal Aziim'

jedha. Hiikti isaa:
๐Ÿ”ด'Rabbii kiyya guddaan qulqullina isaan malu qulqulleessa' jechuudha.
Gochi filatamaan yeroo sadii yookiin sanaa ol deddeebisuudha. Sana waliin ๐Ÿ”ด'Subhaanaka Allaahumma Rabbanaa wabihamdik; Allaahumma ghfirlii' jechuun ni jaalatama. Hiikti isaas ๐Ÿ”ด'yaa Rabbi faaruu keetii waliin qulqullina siin malu si qulqulleessa. Yaa Rabbi naaf araarami' jechuudha.
Suuraa mufassala kan jedhamu suuraa Alhujuraatii gadi. Mufassala jechuun kan adda adda bahu jechuu yoo ta'u sababa isaan dafanii bismillaahdhaan adda bahaniif akkasitti moggaafame.

Dhedheeroo mufassalaa kan jedhamu Alhujuraatii hanga Annaba'i kan jiruudha. Jiddu gala mufassalaa kan jedhamu immoo Ammaa dabalatee hanga wadduhaatti kan jiruudha. Wadduhaadhaa gadi isa dabalatee gabaabaa mufassalaati. Subhii keessatti yeroo baay'ee dhedheeroo mufassalaatu qara'ama. Zuhrii, Asriifi Ishaa'ii keessatti jiddu gala isaati. Maghriba keessatti yeroo baay'ee gaggabaaboodha.

Ensha Allah kutaa 5ffaan itti fufaa...

#Join_Our_Channel๐ŸŒŸ

โ—On Tg ๐Ÿ‘‡
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
#Join_Our_Channel๐ŸŒŸ

โ—On Tg ๐Ÿ‘‡
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
#Join_Our_Channel๐ŸŒŸ

โ—On Tg ๐Ÿ‘‡
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
As wr wb

AKKAATAA
SALAATA NABIYYII (SAW)
SIRNA WUDUU WALIIN...
Kutaa 5ffaa qabane issinif dhihane jirraa
ุตูุฉ ุตู„ุงุฉ ุงู„ู†ุจูŠ ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู…
ู…ุน ูƒูŠููŠุฉ ุงู„ูˆุถูˆุก....


mubaarakan fiiyhi. Mil'assamaawaati wa mil'al ardi wa mil'a maa baynahumaa. Wa mil'a maa shi'ita min shay'in ba'ad.' Hiikti isaa: "yaa Rabbii keenya faaruun kan keeti. Faaruun baay'een gaariin barakaa qabu kan samii guutu, dachii guutu, waan jidduu lamaan isaanii guutuufi sana booda waan ati feete hunda guutu kan keeti" jechuudha. Yoo nama biraatti hidhatee salaata ta'eef "Rabbanaa walakal hamduโ€ฆ" hanga dhuma isa dubbatamee tareetti jedha. Yoo hundi isaanii: imaamni, ma'amuumniifi kan kophaa salaatus yoo kan armaan gadii dabale gaariidha: "Ahlassanaa'i wal majdi; ahaqqu maa qaalal abdu, wakullunaa laka abdun, Allaahumma laa maani'a limaa a'axayta walaa mu'uxiya limaa mana'ata walaa yanfa'u zaljaddi minkal-jaddu." Hiikti isaa: 'Abbaa faaruufi guddinaa. Irra dhugaan wanti gabrichi dubbatee, nuti hunduu siif gabrichaa, Yaa Rabbi! Waan ati kennite wanti dhorgatu hin jiru, waan ati dhowwattes wanti kennu hin jiru; qabeenyi abbaa qabeenyaa adabbii kee irraa homaa hin fayyadu waan taโ€™eefโ€™ jechuu dha. Hundi isaaniituu akkuma rukuu'aan dura godhan harka isaanii qoma isaanii irra kaa'uun ni jaallatama. Wanti kanatti akeeku waan hadiisa Waa'il bin Hujriifi Sahl bin Sa'ad irraa Ergamaa Rabbii (saw) irraa mirkanaa'ee jiruufi.
Takbiiraa godhaa sujuuda bu'a.
Yoo isaaf laafeef jilba isaa lamaan harka lamaan dura lafa kaa'a. Yoo isatti ulfaateef harka isaa jilba lamaan dura

Bakka kanatti sheekni mazhaba Jumhuura warra Fiqhii dursani. Innis jilbatu harka dursa kan jedhuudha. Garuu yaanni kun Ifaan ifatti hadiisa sahiiha faallessa. Kanaafuu warri hadiisaa baay'een harkatu dursuutu jaallatama jedhan. Kun Tuhfatul Ahwazii keessatti ibsameera. Mee hadiisa Haafiz bin Alhajar Buluugha keessa dubbate ilaali: Abuu Hurayraa irraa

Kutaa 6ffan itti fufa ensha allah ...

#Join_Our_Channel๐ŸŒŸ

โ—On Tg ๐Ÿ‘‡
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
#Join_Our_Channel๐ŸŒŸ

โ—On Tgยฎ๐Ÿ‘‡
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
@Dr_Zakir_Naik
#Join_Our_Channel๐ŸŒŸ

โ—On Tgยฎ๐Ÿ‘‡
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
Forwarded from Al-Nasr Muslim youth jama (F-Md(ahil)ยฎ)
@Kessumaan_kabaja๐Ÿ’ซ
simatuuf qophiidha...?
#Join_Our_Channel๐ŸŒŸ

โ—On Tgยฎ๐Ÿ‘‡
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
@_as_wr_wb
#Fayyaan_faaya

Faayidaa jinjibila ykn zanjabiila

jinjibilli keemikaala (Gingerol) kan faayidaalee armaan gadii kennu if keessaa qaba

1 Feedhii (appetite) nyaata nuuf dabala ๐Ÿ‘Œ๐Ÿฝ
2 balaqqama /balaqqama konkolaataa dabalatee nurraa ittisa ๐Ÿ‘Œ๐Ÿฝ
3 dhukkubbii marsaa laguu ni hir,isa ๐Ÿ‘Œ๐Ÿฝ
4 nyaatni garaa keessaa daakamuu dhabuu (indigestion ) nurraa eega
๐Ÿ‘Œ๐Ÿฝ5 dhukkubbii maashaa keenyaa erga isport hojjannee booda nutti dhufu hir,isa๐Ÿ‘Œ๐Ÿฝ
6 dhukkuba kulkulfannaa buusaa fi lafee (ostheoarthritis ) jedhamu dhukkubbii isaa xiqqeessa๐Ÿ‘Œ๐Ÿฝ
7 sukkaara qaama keenya keessaa gadi buusuun dhukkuboota karaa san irra dhufan nurraa dhorka๐Ÿ‘Œ๐Ÿฝ

#Join_Our_Channel๐ŸŒŸ

โ—On Tgยฎ๐Ÿ‘‡
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
2025/06/30 20:11:02
Back to Top
HTML Embed Code: