Forwarded from Jechoota Gaggaarii️️ (Ãbđø Bîñ îßłåm)
#IlhanUmar| «Deebii Ajaa'ibaa»
Ilhan Umar Qondaaltota Ameerikaaf Deebii Ajaa'ibaa Deebisteef
Pireezidant Tiraamp Dabalatee Qondaaltonni Ameerikaa Gurguddoo Miseensa Koongiresii Ameerikaa Kan Taate Ilhan Umar Akka Aangoo Gadhiistu Jechuun Irra Deddeebiin Gaaffii Dhiheessaniif Gootittiin Intalli Sumaalee Akkana Jettee Deebii Nama Dinqisiisu Deebiste
«Dubartiin Islaamaa Baatee Akka Hin Dalaganne Amantiin Islaamaa Dhiibbaa Irratti Godhee Mirga Ishee Sarba, Abbaa Manaatiin Cunqurfamti Jedhanii Iyyu Turan, Amma Immoo Dubartiin Muslimaa Manaa Baatee Hojii Yeroo Jalqabdu Duula "Dubartiin Muslimaa Manatti Haa Deebitu" Jedhu Eegalanii Jiru, Egaa Kanaa Quuqamni Isaan Dubartii Muslimaaf Qaban?» Jechuun Haasaa Ishee Gaaffiin Goolabde
👉 Dubartii Jajjabduu Akkasii Kan Gaachana Islaamaa Taatu, Kan Shira Isaaniin Isaan Deebistee Tumtu Rabbiin Haa Heddummeessu Jedha Gaazexeessaan Keenya Abbaas Ibnul Islam
Yoo Dinqisiifatte SHARE Godhi
©Jechoota Gaggaarii
#Like_Share
Join
@Jechotagaggaarii @Jechotagaggaarii @Jechotagaggaarii

Forwarded from Al-Nasr Muslim youth jama (F-Md (ahil)®)
Al-Nasr®Muslim youth Jama🌟:
#Join_Our_Channel🌟
●On Tg®👇
━━━━•○•━━━━
@ALNMYG🌟
@ALNMYG🌟
@ALNMYG🌟
━━━━•○•━━━━
#Join_Our_Channel🌟
●On Tg®👇
━━━━•○•━━━━
@ALNMYG🌟
@ALNMYG🌟
@ALNMYG🌟
━━━━•○•━━━━
Audio
Jaalala Ramadaana ... 🌄
.
.
.
Walaloo Bareeduu aja'ibaa akkan nama hawwattu ...
.
By Poet @Mehadi_Omer
#Join_Our_Channel🌟
●On Tg®👇
━━━━•○•━━━━
@ALNMYG🌟
.
.
.
Walaloo Bareeduu aja'ibaa akkan nama hawwattu ...
.
By Poet @Mehadi_Omer
#Join_Our_Channel🌟
●On Tg®👇
━━━━•○•━━━━
@ALNMYG🌟
F-Md (ahil)®:
Bismillaah -Arraahamaan -Arraahim
Alhamdulillaah-Asalaatu-Wasalaam Alaa Rasulillaah Sallaallahu Aleey Wasallam
Assalaamu’aaleeykum Warahaamatullaah Wabarakahaatuu
Duraan Dursee baga Rabbiin Batii kabaajama ji’a Ramadaanattin isiin Ga’ee jedha.
Guuyyoota Afeen akkaa ittiin nugahuuti Du’aayi gachun barbachisaadha.
Mee wa’ee Soomaanaa hangaam quba qabduu?
HIIKKAA SOOMAANAA
Soomanni akkaa hiikkaa afaaniitti ufqabuudha. Fakkenyaaf Rabbiin s.w. akkana jedhe ”innii nazartu lirrahmaani sowman ” hiikkaan ” ani ufqabuu rahmaaniif qodhaa godhee jira” jechuudha.
Hikkaan soomanaa akka shari’aatti: guyyaa guutuu fajriin bahurraa kaasee hanga aduun seentutti waan sooma fururraa (nyaata,dhugaatii,walqunnqmtii saalaa godhuu) irraa uf qabuudha ibaadaa Rabbii itti niyyatanii.
ف Maalummaa Soomana Ramadaanaa.
Soomanni baatii ramadaanaa, utubaa tokko kan utubaalee islaamaa irraa
taheedha, dhirama islaamaa kan quraanaa, hadiisaa fii ijmaa’aan mirkanaayee jiru.
Qur’aana irraa jecha Rabbii oltaheeti ”isin yaa warri amantan soomanni akkuma warra isin duraa irratti barreyfametti isin irrattis barreyfamee jira akka Rabbi sodaattaniif jecha.” Suuraa baqaraa 183
Hanga jecha Rabbii oltaheetti ”baatii (ji’a) Ramadaanaati kan isa keessa -Qur’aanni {buufame}. qajeelchaa ilmaan namaa tii fii ibsaa qajeelloofii haqarraa kan tahe – buufame. Isinirraa Namni baatii kana biyya jiru haasoomanuu, isinirraa namni dhukkubsataa yookaan karaa deemsarraa jiru (soomana haa furuu) guyyaalee biro irraa lakkaawwachuutu (qadaa kafaluutu) isarratti jira……” Albaqaraa 185
Hadiisarraayis jecha nabii keenyaati s.a.w. “islaamummaan waa shanirratti ijaaramte…jedheeti hadiisa oofee achi keessatti “soomana ramadaanaati” jedhe, (bukhaariif muslimtu odeesse).
Hadiisowwan waayee kanaarratti hedduutu jira.
Muslimtoonnis soomanni Ramadaanaa deral tahurratti waliif galan, namni waajibummaa isaa morme kaafira tahurrattis wallif galan.
ِSoomanni Ramadaanaa yoom fardii godhame?
Soomanni ramadaanaa waggaa lammeysaa hijraati fardii godhame, Nabiin s.a.w. ramadaana sagal soomane.
Ramadaana dura bu’anii jalqabuun dhowwadha guyyaa tokkoofi lamaan.
Guyyaa boodaa takkii lameen dhumaa kan baatii shaibaanaa soomanuun dhoowwaadha yoo nama dur aadaa godhatee soomanu taate malee, akka guyyaalee isniinaafii kamiisaa sun numa soomana.
Nabiin s.a.w. akkana jedhan ”tokkoon keessan ramadaana soomana guyyaa tokkootiin yookaa lamaatiin dura hinbu’inaa, yoo nama dur soomanu taate malee sun haa soomanuu.” bukhaarii fii muslim.
Yeroo soomanaa.
Somaanni yeroon isaa fajriin lammeysaa (diiminni barii) bahurraa bahurraa kaasee hanga aduun seentutti.
Niyyaa Bulfaachuun Dirqama.
Niyyaa godhuun sharxii soomanaa irraayi yeroo halkanirraa taate keysatti soomana fardii niyyachuu barbaachuisa, osoo waa xiqqo fajrii dura taatellee. Hadiisatti nabiin s.a.w. akkana jedhan ”namni soomana halkeessa niyyaa godhee hin bulfatin soomanni isaaf hinjiru” nasaa’iyyitu odeessee. Asirratti wanni himame soomana sunnaa ammo eega bariellee niyyachuun numa taha. Garuu osoo nyaataaf dhugaatii hintuqin tahuu barbaachisa. Gaaf tokko nabiin keenya s.a.w. ganama warra isaaniitiin ” mee joolle faxara qabdanii waa nutty kennaa?” Jennaan. Gandi ar’a homaa lafaa hinqabnu jedhaniin, nabiin eegasii maarree akkas taatu ani ar’a ninsoomana jedhan.
Mee Ramadaana maaliin simannaa.
1-Towbaa dhugaatti jarjaruun,istigfaara, zikrii fii qaraatii qur’aanaa heddumeessuun.
2-barnoota wayee somanaa barachuun.
3-yeroo soomanaa caaltuu tana hojii gaaritti akka fixu murteeffachuun.
4-Yeroon Ramadaanaa qaaliin tun daddafte akka dhumtuu fii namni jajjabaatee dalage akka milkaayu, kan talisoome akka sheenawu hubachuun.
5-Waan jibbamtuu mana keessa jirtu hunda ufirraa dhabamsiisuun.

kana jechuun suuraalee wan lubbuu qabuu tan adda addaa, meeshaalee mooziqaa, kaartaa fi qumaara adda addaa, kasetoota sagalee mooziqaa, filima vidiyo baalagummaa, televijina baalagummaa fii jallina dabarsu, meeshaalee intarneetaa tan baalagummaa barsiistuu fi kanneen kana fakkaatan hundarraa mana isaa qulqulleessuu qaba.
6-Rabbiin s.w. galatoomfachuudhaan waan ji’a guddaa kanaan nugayeef.
7-nama wallole manguddummaan
walitti raarsuudhaan, ka waliin oodu walitti tolchuudhaan, Ramadaanni baatii araaramaa waan taheef walitti araaramanii waliif dhiifama godhanii, walitti toluudhaaf carraa gaariidha. ٟ
Qajeelfama nabii s.a.w. Ramadaana kessa.
Itti fufa… … … … … …ُ

1-Towbaa dhugaatti jarjaruun,istigfaara, zikrii fii qaraatii qur’aanaa

heddumeessuun.
2-barnoota wayee somanaa barachuun.
3-yeroo soomanaa caaltuu tana hojii gaaritti akka fixu murteeffachuun.
4-Yeroon Ramadaanaa qaaliin tun daddafte akka dhumtuu fii namni jajjabaatee dalage akka milkaayu, kan talisoome akka sheenawu hubachuun.
5-Waan jibbamtuu mana keessa jirtu hunda ufirraa dhabamsiisuun.
#Join_Our_Channel🌟
●On Tg®👇
━━━━•○•━━━━
@ALNMYG🌟
2-barnoota wayee somanaa barachuun.
3-yeroo soomanaa caaltuu tana hojii gaaritti akka fixu murteeffachuun.
4-Yeroon Ramadaanaa qaaliin tun daddafte akka dhumtuu fii namni jajjabaatee dalage akka milkaayu, kan talisoome akka sheenawu hubachuun.
5-Waan jibbamtuu mana keessa jirtu hunda ufirraa dhabamsiisuun.
#Join_Our_Channel🌟
●On Tg®👇
━━━━•○•━━━━
@ALNMYG🌟
Haala kanaan yeroo keenya sanganteessun bu’a qabeessa ta’uu dandeenya. Hojiiwwan gaggaarii Ramadaan keessa hojjanu fi galmaan gahuu barbaanne tarreessu. Hojiiwwan badaa yeroo keenya guban irraa fagaachuf carraaqi gochuu qabna. Hojii gaarii ta’anii garuu bu’aan isaani hangas mara hin taane yeroo keenya akka hin gubne of eggannoo gochuu qabna. Fakkeenyaf dubartoonni nyaata gosoota baay’ee fi mi’aawa qopheessuf yeroo ofii gubu.
#Join_Our_Channel🌟
●On Tg®👇
━━━━•○•━━━━
@ALNMYG🌟
#Join_Our_Channel🌟
●On Tg®👇
━━━━•○•━━━━
@ALNMYG🌟
Forwarded from Ummii tiyyaa 😍😍
Ija laman qabaa
Takkaan irraa dhabee
Qaroon too takkittiin
Kobaa ko na dhiftee
Bar jiruu isii guutu
Anumaaf ibsitee
Osoo dhumako narkiin
Kobatti nadhiftee
Abshiir yaa lubbu too
Kobatti sin dhifnee
Osoo jiruun jirtuu
Rabbi sif kadhatte
Xiqqolle hin mamiin
Dhugaa jirtu gartee
Kadhaan isii kunoo
Galmaa'u Eegaltee
Yaa rabbi yaa Allah
Ija too naf Eegii
Qubsuma isille
Firdoosi naaf godhii
Dilii isii guutu
Atumman naf dhiisi
Gaafi takka maleee
Jannata naf naqiii
Murtii tee jaaladhen
Gammachun furadhee
Harka koon kafaneen
Lahdii isii naqee
Garaa naasuu qabun
Ergee gama kankeee
Alhadulillaa ja'een
Fudhee murtii tantee
Sumaatu naf kannee
Ija too lamaanu
Kan feetee fudhattu
Wallaahi wangadduu
Akka feetu gootu
Namauu sin gaafatu
Gabricha Kee miidhu
Atuu hin jaalattu
Gabricha dhugaa San
Ati nugoradhuu
Yaa Rabbii yaa Allah
Ati nagrgaari
Ija too takkittiii
Umrii naf dheeressi
Hiraar takka maleee
Fayyaa ittii cabsii
Jiruu isii guutu
gammachuun tursiisi
Namuu numa deema
Taraa sa eggatee
Tokko irraanafuu
Jaalatte jibbitee
Abbaa feete taatee
Ni galta boddee tee
Osoo fayya qabduu
Sodaadhu rabbii Kee
Yaa Rabbii ya jabaa
Atii nusattarii
Boddee tenya cufaa
Shahaada nuf godhii
Qabrii tenya ballo
Jannata nuuf qoodhii
www.tg-me.com/ummiitiyya
Takkaan irraa dhabee
Qaroon too takkittiin
Kobaa ko na dhiftee
Bar jiruu isii guutu
Anumaaf ibsitee
Osoo dhumako narkiin
Kobatti nadhiftee
Abshiir yaa lubbu too
Kobatti sin dhifnee
Osoo jiruun jirtuu
Rabbi sif kadhatte
Xiqqolle hin mamiin
Dhugaa jirtu gartee
Kadhaan isii kunoo
Galmaa'u Eegaltee
Yaa rabbi yaa Allah
Ija too naf Eegii
Qubsuma isille
Firdoosi naaf godhii
Dilii isii guutu
Atumman naf dhiisi
Gaafi takka maleee
Jannata naf naqiii
Murtii tee jaaladhen
Gammachun furadhee
Harka koon kafaneen
Lahdii isii naqee
Garaa naasuu qabun
Ergee gama kankeee
Alhadulillaa ja'een
Fudhee murtii tantee
Sumaatu naf kannee
Ija too lamaanu
Kan feetee fudhattu
Wallaahi wangadduu
Akka feetu gootu
Namauu sin gaafatu
Gabricha Kee miidhu
Atuu hin jaalattu
Gabricha dhugaa San
Ati nugoradhuu
Yaa Rabbii yaa Allah
Ati nagrgaari
Ija too takkittiii
Umrii naf dheeressi
Hiraar takka maleee
Fayyaa ittii cabsii
Jiruu isii guutu
gammachuun tursiisi
Namuu numa deema
Taraa sa eggatee
Tokko irraanafuu
Jaalatte jibbitee
Abbaa feete taatee
Ni galta boddee tee
Osoo fayya qabduu
Sodaadhu rabbii Kee
Yaa Rabbii ya jabaa
Atii nusattarii
Boddee tenya cufaa
Shahaada nuf godhii
Qabrii tenya ballo
Jannata nuuf qoodhii
www.tg-me.com/ummiitiyya
Telegram
Ummii tiyyaa 😍😍
Namoonni yaada channel kanarratti qabdan asiin dhiyeeffachu dandeessan @lammiinturee
#عيد_مبارك_من_العاعدين_كل_عام_وانتم بخير
🍂🍂🍂🍂🍂
#Eid_Mubarek
🍂🍂🍂🍂🍂
#ኢድ_ሙባረክ
#Join_Our_Channel🌟
●On Tg®👇
━━━━•○•━━━━
@ALNMYG🌟 ━━━━•○•━━━━
🍂🍂🍂🍂🍂
#Eid_Mubarek
🍂🍂🍂🍂🍂
#ኢድ_ሙባረክ
#Join_Our_Channel🌟
●On Tg®👇
━━━━•○•━━━━
@ALNMYG🌟 ━━━━•○•━━━━
F-Md (ahil)®:
#Tokkummaa
#Rabbi_mirkaneesuun_jannata #nama_geessa!
1-usmaanirraa R.A. akkana jedhe,
Nabiin keenya s.a.w. akkana jedhan jedhe "namni osoo dhugaan gabbaramaan Allaah malee hinjiruu mirkaneessaa
due jannata seenaa"
muslim 41 (26)
Al-Nasr®Muslim youth Acossiation🌟:

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM

Forwarded from SABAA'IF 🗣OFFICIAL
JAALALA HALAAL
owwaadhu si yaamee
qaanqeen ibiddaa sirraa
onneetti na dhaamee
ifirraahin callisa
maalin dubbadha mee
❣❣❣❣❣❣❣❣
ani waa hin hubanne
dhimmi haalaan jabaa
addaan naaf hin baane
walaloo barreessuun
anarraan hin baane
karaa guddaa ballaa
waliin irra yaane
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
jabeenyi kee coollee
amaalli kee joollee
hijaa hin qabattu
goonkuma hin muufattu
ammaas hin jarjartuu
nyaadhu naa itittuu
🍎🍎🍎🍎🍎🍎🍎
haalaanin si faarse
dubbiin na jabaattee
manarraa na baase
tanaafin dubbii too
faagaa sitti baase
💕💕💕💕💕💕💕💕
mataa hidhadheetin ciisaa
maalin tahe dhiiroo
garaan na deemsisa
dhukkuba onnee tiyyaa
Eenyufin gabaasa
halkan yeroon ciisu
hirriibaa na kaasaa
Eenyuutu garaa laafee
dawaa naaf qopheeysa
💓💓💓💓💓💓💓💓
dooktarri na laalee
nattillee hin dubbannee
dawaa koo wallaale
dubbiin inni deemuuf
kunoo amma naa gale
🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇
hubachuu dadhabe
waanin tahe dhugaan
sumaattu na dhahe
edaanuu dhagaadhaan
🥗🥗🥗🥗🥗🥗🥗🥗🥗
haalaanin miidhame
jiruu hin qabu anii
warra keetitti himi
haa na wallaananii
🌽🌽🌽🌽🌽🌽🌽🌽
walaloo tiyya tana
mi'aa habbuuqqadhuu
waanin barreesseefis
ati naaf hubadhu
🥒🥒🥒🥒🥒🥒🥒🥒
dubbii tiyya tana
asirrattin dhaaba
kanaa ol yoonin dabre
ani niin gaggabaa
🥝🥝🥝🥝🥝🥝🥝🥝
https://www.tg-me.com/mehadiomar