Telegram Web Link
ADDUNYAAN SHAREIIDHA BAABAA KIYYA!

#Jecha Sheeka keenya Daa'ii Keenya beekkamaa sheek Amiin Ibroo Guyyaa arraa 4/1/2012 Sagantaa eebba Haafizoota Markazul-furqaan irratti Galma guddaa Magaalaa Ciroo keessatti.

Dhaamsa Sheekni Keenya Sheek amiin Hawaasaa fi Dargaggootaaf Dhaaman keessaa:
1: Namuu waan qbnu walitti finnee Share haa uumnuu
Kan beekumsa /Ilmii qabu beekumsa isaa gumaachee
Kan qabeenya qabus Qabeenya isaa gumaachee Diin haa khaddamnuu.
2: Dhaloonni qubee Waa hunda argatee waa takka dhabe Isiinis Qur'aana.
Barnoota kaaniin Haala bareedarra jiran
Garuu qur'aana dhabaa jiran waan ta'eef dhaloonni qubee kun qur'aana dhabuu hin qabu kanaafuu Namuu Qabeenyaa fi yaadaa fi Ilmii ykn Beekumsa qabnu Walitti finnee Darasaa Nyaachisnee obaasunis tahee Ulamaa'iifi Warreen Diin barsiisan Cinaa dhaabbachuun Dhaloota qubee kana akka wallaalatti hin hafne haa goonuu Dhaloota qur'aana baratan warreen Diin baratan Haa oomishnuu.
3: Gaafa dargii Gaafa Masara timirtii barsiisan san Barnoota kaan kana Akki nuti itti beeynu Qaraatii Amaaraatti beeyna Inumaahuu warra barnoota seenes nama rabbi rahmata godheef malee Yookaa Jallate Yoo kaa kafaretti beeyna Kun wanni irraa dhufe Jarrinis Hawaasa keenya kana qur'aaanarraa qabuuf jecha Masra timirtii san mana qur'aanaa jechuun moggaasan Kanarraa ka'uudhaan hawaasni keenya hoggaa Abalu eessa kute jettee gaafatte Mana qur'aanatti kute jechaa ture Mana qur'aanaa kam jettee yoo gaafatte qofa qur'aana Islaamaa Qur'aana Amaaraa jechuun Adda baasa.
Haalli jiru kana waan tureef Namni keenya qur'aana qofa qabatee taan ifirraa itti dhiise Garuu qur'aana san akka ajaa'ibatti qabatan
Amma immoo Kaan qabanneeti Qur'aana itti dhiisaa jirra
Wanni Nu dhibee jiru Lama wajji oofuutu nu dhibe Kanaaf hunda wajjiin haa oofnuu.
4: Yaa Hawaasa keenya Abbootii fi Haawwan Kan ganaa fuutanis ammumarraa itti qophaahaa Joolleen teessan Yoo Tarree warra qur'aana Haffazee kana keessatti argamuu baattellee Tarree warra qur'aana hin beeynee keessatti akka hin argamne.
5: Bakkayyuttuu kalawaa qur'aanaa Haa dhaabnuu
Ulamaa fi kabiirran keenya warreen qur'aana Rabbii barsiisan Haa jabeessinuu.
Isaanis Ilmii isaanii as haa fidanii Kan qabeenya qabus Qbeenyaa fi waan dandeenyu hunda walitti fiduun Isaan cinaa dhaabbachuun Share haa uumnuu.
Share irraa hin agaban waan ta'eef Jechuun dhaamsa qur'aana barachuu dhaamanii jiran.

Itti aansuudhaanis Eebbifamtoota guyyaa Kanaatii fis Akka qur'aana hin daganne fi Qur'aana kana qofa haffazanii Akka hin dhiifne Ilmii fi barnoota hundaahuu akka itti fufan Dhร man.

@AhmadHusseen

https://www.tg-me.com//AhmadHusseen
โคุงู„ู„ู‡ู… ุตู„ ูˆุณู„ู… ุนู„ู‰ ู†ุจูŠู†ุง ู…ุญู…ุฏ ูˆุนู„ู‰ ุขู„ู‡ ูˆุตุญุจู‡ ุฃุฌู…ุนูŠู†๐ŸŒท
Forwarded from Al-Nasr Muslim youth jama (F-Md)
(1)ุขู…ูŽู†ูŽ ุงู„ุฑู‘ูŽุณููˆู„ู ุจูู…ูŽุง ุฃูู†ู’ุฒูู„ูŽ ุฅูู„ูŽูŠู’ู‡ู ู…ูู†ู’ ุฑูŽุจู‘ูู‡ู ูˆูŽุงู„ู’ู…ูุคู’ู…ูู†ููˆู†ูŽ ูƒูู„ู‘ูŒ ุขู…ูŽู†ูŽ ุจูุงู„ู„ู‘ูŽู‡ู ูˆูŽู…ูŽู„ูŽุงุฆููƒูŽุชูู‡ู ูˆูŽูƒูุชูุจูู‡ู ูˆูŽุฑูุณูู„ูู‡ู ู„ูŽุง ู†ูููŽุฑู‘ูู‚ู ุจูŽูŠู’ู†ูŽ ุฃูŽุญูŽุฏู ู…ูู†ู’ ุฑูุณูู„ูู‡ู ูˆูŽู‚ูŽุงู„ููˆุง ุณูŽู…ูุนู’ู†ูŽุง ูˆูŽุฃูŽุทูŽุนู’ู†ูŽุง ุบููู’ุฑูŽุงู†ูŽูƒูŽ ุฑูŽุจู‘ูŽู†ูŽุง ูˆูŽุฅูู„ูŽูŠู’ูƒูŽ ุงู„ู’ู…ูŽุตููŠุฑู(2)ู„ูŽุง ูŠููƒูŽู„ู‘ููู ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ู ู†ูŽูู’ุณู‹ุง ุฅูู„ู‘ูŽุง ูˆูุณู’ุนูŽู‡ูŽุง ู„ูŽู‡ูŽุง ู…ูŽุง ูƒูŽุณูŽุจูŽุชู’ ูˆูŽุนูŽู„ูŽูŠู’ู‡ูŽุง ู…ูŽุง ุงูƒู’ุชูŽุณูŽุจูŽุชู’ ุฑูŽุจู‘ูŽู†ูŽุง ู„ูŽุง ุชูุคูŽุงุฎูุฐู’ู†ูŽุง ุฅูู†ู’ ู†ูŽุณููŠู†ูŽุง ุฃูŽูˆู’ ุฃูŽุฎู’ุทูŽุฃู’ู†ูŽุง ุฑูŽุจู‘ูŽู†ูŽุง ูˆูŽู„ูŽุง ุชูŽุญู’ู…ูู„ู’ ุนูŽู„ูŽูŠู’ู†ูŽุง ุฅูุตู’ุฑู‹ุง ูƒูŽู…ูŽุง ุญูŽู…ูŽู„ู’ุชูŽู‡ู ุนูŽู„ูŽู‰ ุงู„ู‘ูŽุฐููŠู†ูŽ ู…ูู†ู’ ู‚ูŽุจู’ู„ูู†ูŽุง ุฑูŽุจู‘ูŽู†ูŽุง ูˆูŽู„ูŽุง ุชูุญูŽู…ู‘ูู„ู’ู†ูŽุง ู…ูŽุง ู„ูŽุง ุทูŽุงู‚ูŽุฉูŽ ู„ูŽู†ูŽุง ุจูู‡ู ูˆูŽุงุนู’ูู ุนูŽู†ู‘ูŽุง ูˆูŽุงุบู’ููุฑู’ ู„ูŽู†ูŽุง ูˆูŽุงุฑู’ุญูŽู…ู’ู†ูŽุง ุฃูŽู†ู’ุชูŽ ู…ูŽูˆู’ู„ูŽุงู†ูŽุง ููŽุงู†ู’ุตูุฑู’ู†ูŽุง ุนูŽู„ูŽู‰ ุงู„ู’ู‚ูŽูˆู’ู…ู ุงู„ู’ูƒูŽุงููุฑููŠู†ูŽ

Yaa Ramadan yaa ji'a qurana

Al-NasrยฎMuslim youth Jama๐ŸŒŸ:
#Join_Our_Channel๐ŸŒŸ

โ—On Tgยฎ๐Ÿ‘‡
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
As wr wb
๐Ÿ‘‰ DILII DALAGAA ZANNII TOLUUN HIN TAHU
๐Ÿ‘†Hasanuul Basrii (rahahullaahu) Yaa sheeka ummata tokkootu jiraa hoggaa bira dheeyne Hamtuufi Ibidda hunda nutti himaniiti lubbuu nutti fidanii Orma kana akkam irraa taana ja'anii gaafatan, akkana jedheen warra dhugaa isinitti himee isin sodaachisu kana isiniif wayya kan isinitti kijibee boru sodaatu teessanirra, kanaaf dilii dalagaa rahmata kajeeluun numa hin taanee maaliif ูุฑุญู…ุช ุงู„ู„ู‡ ู‚ุฑูŠุจ ู…ู† ุงู„ู…ุญุณู†ูŠู†ุŒ ุฅู† ุฑุญู…ุฉ ุงู„ู„ู‡ ู‚ุฑูŠุจ ู…ู† ุงู„ู…ุญุณู†ูŠู† ,rabbii waan jedheef rahmanni rabbii dhihoodha warra dalagaa isaa bareecheetti kanaaf dilii hojjachaa Rahmata Rabbii kajeeluu osoo hin tahin tawbaa gara Rabbii deebinee Rahmata Rabbii kajeelaa Azaaba isaa sodaachaa jiraatutu karaa dhugaati.
๐ŸคฒAnaafii siis warra badii irraa towbaa Ammaa Amma daddeebi'u Allaan nuhaa godhu obboleessa/tti koo.
โ˜๏ธJzk obboleeyyan keetif qoodi share gochuudhaan. Baarakallaah

#Join_Our_Channel๐ŸŒŸ
โ—On Tgยฎ๐Ÿ‘‡
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
@ALNMYG๐ŸŒŸ โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
ู‚ูู„ู’ ู‡ููˆูŽ ุงู„ู„ู‘ูŽู€ู‡ู ุฃูŽุญูŽุฏูŒุŒ ุงู„ู„ู‘ูŽู€ู‡ู ุงู„ุตู‘ูŽู…ูŽุฏูุŒ
ู„ูŽู…ู’ ูŠูŽู„ูุฏู’ ูˆูŽู„ูŽู…ู’ ูŠููˆู„ูŽุฏู’ุŒ ูˆูŽู„ูŽู…ู’ ูŠูŽูƒูู† ู„ู‘ูŽู‡ู
.lูƒููููˆู‹ุง ุฃูŽุญูŽุฏูŒ

#Join_Our_Channel๐ŸŒŸ
โ—On Tgยฎ๐Ÿ‘‡
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
@ALNMYG๐ŸŒŸ โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
#Join_Our_Channel๐ŸŒŸ
โ—On Tgยฎ๐Ÿ‘‡
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
@ALNMYG๐ŸŒŸ โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
Forwarded from HAMZA HASSEN
Yaa rabbi sittin dheeysa
An hangaan dandahu.
Yaa khan sitti hirkate
Bakka hawwe gahu.
Imimmaantu hafe
Wanniin haajaan bahu.
Sirraahin hin cinne
Dandayee ifin gahu.
Yoo hulaa kheen taane
Kha biraan dhadhahu.
Tola khankee beekhaa
Callisuun dandahu.
Rahmaan na qeebali
Sihi khan naaf nahu.
Yoo ati naan naane
An akkam haa tahu.

By:- MuNaJiYa
ู†ุตูŠุจูƒ ู…ู† ุงู„ู…ูŠุฑุงุซ ุงู„ู†ุจูˆูŠ .. ๐ŸŒด


ุนูŽู†ู’ ุฃูŽุจููŠ ู‡ูุฑูŽูŠู’ุฑูŽุฉูŽ ุฑูŽุถููŠูŽ ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ู ุนูŽู†ู’ู‡ ู‚ูŽุงู„ูŽ :

ู‚ูŽุงู„ูŽ ุฑูŽุณููˆู„ู ุงู„ู„ู‡ู ุตูŽู„ู‘ูŽู‰ ุงู„ู„ู‡ู ุนูŽู„ูŽูŠู’ู‡ู ูˆูŽุณูŽู„ู‘ูŽู…ูŽ:

ยซุจูŽุฏูŽุฃูŽ ุงู„ู’ุฅูุณู’ู„ูŽุงู…ู ุบูŽุฑููŠุจู‹ุง ..

ูˆูŽุณูŽูŠูŽุนููˆุฏู ูƒูŽู…ูŽุง ุจูŽุฏูŽุฃูŽ ุบูŽุฑููŠุจู‹ุง ..

ููŽุทููˆุจูŽู‰ ู„ูู„ู’ุบูุฑูŽุจูŽุงุกูยป


ุฑูˆุงู‡ ู…ุณู„ู… ๐Ÿ“š

ู ู ู ู โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€๐Ÿƒ๐ŸŒบ๐Ÿƒโ€โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขู ู ู ู 

ุฎุฏู…ุฉ ุญุตุงุฏ ุงู„ุฏุนูˆูŠุฉ ๐ŸŒพ
@Al-Nasr Muslim youth group
Obsaan Dubbiisa
๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ

Hadiisaa akkaan sodaachisaa ta'e kan nammi muslima ta'e keessatti of ilaaluu qabu keessaafuu warra badii dalagu [sagaagalummaa] zinaa
ู…ู† ุฒู†ู‰ ุจุงู„ู…ุฑุฃุฉ
Nammi sagaagalummaa godhe inttala tokkorratti guyyaa qiyaamaadhaa qixaannii cinaa ummata kanaa isaaf
Isheerratti ta'a
ูƒุงู† ุนู„ูŠู‡ุง ูˆุนู„ูŠู‡ ููŠ ุงู„ู‚ุจุฑ ู†ุตู ุนุฐุงุจ ู‡ุฐู‡ ุงู„ุงู…ุฉ
Qabirii keessatti cinaan qixaaxa ummata adduuniyaa kanarraa
ูŠุง ุงู„ู„ู‡ ุฑุญู…ุชูƒ
Yaa rabbi rahamata kee kajeella
ู…ู† ูˆุถุน ูŠุฏู‡ ุนู„ู‰ ุงู…ุฑุฃุฉ ู„ุง ุชุญู„ ู„ู‡ ุจุดู‡ูˆุฉ
Nammi harkkasaa inttala takka kan isaaf halaal hin taanerra harkkasaa kaa'e jechuun ykn jaarttii isaa obboleettii yoo hin taane guyyaa qiyaamaa ni dhufa
โ–ถ kan harkkisaa mormma isaatti ol hidhamtte haala ta'een

Yoo ishee dhunggate hidhiinssaa ibiddatti
Gadi gombbifatti

Yoo sagaagalumma itti godhe qaamnni saalaa isaa ragaa irratti bati
Akkas jettee ani qaamaa naaf halaal hin taaneen badii akkasii dalage

Jechuun
: ูู„ูŠู†ุธุฑ ุงู„ู„ู‡ ุชุนุงู„ู‰ ุฅู„ูŠู‡ ุจุนูŠู† ุงู„ุบุถุจ ููŠู‚ุน ู„ุญู… ูˆุฌู‡ู‡ ููŠูƒุง ุจุฑ ูˆูŠู‚ูˆู„
Rabbiin sw gara isaati ilaala ilaacha dallanssuu isaaf maluun hoggas foon fuula isaarra lafatti gadi kukkufa ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ
ู…ุง ูุนู„ุช
Maali deladde jedhaan
ููŠุดู‡ุฏ ุนู„ูŠู‡ ู„ุณุงู†ู‡ ููŠู‚ูˆู„
Arrabnni isaa akkas kechuun ragaa itratti
Baati
ุฃู†ุง ุจู…ุง ู„ุง ูŠุญู„ ู†ุทู‚ุช
Waan dubbatuun isaa naaf halaal hin taanen dubbadhe
Harkkisaas inttala halaal naafin hin taane harkka fuudhe
Ijjisaas inttala halaal
Naafin taanen laale
ูˆุชู‚ูˆู„ ุฑุฌู„ุงู‡
Miillisaa lamminis
Ani haraam dalaguuf
Deeme
ูˆูŠู‚ูˆู„ ูุฑุฌู‡
Qaamnni saalaas waan halaal naafin taane hojiin agarssiise
ูˆูŠู‚ูˆู„ ุงู„ุญุงูุธ ู…ู† ุงู„ู…ู„ุงุฆูƒุฉ ูˆุฃู†ุง ุณู…ุนุช
Malayikaan isa tikssus akkas jedha
Ani gurra kootiin dhaga'e
ูˆูŠู‚ูˆู„ ุงู„ุขุฎุฑ ูˆุฃู†ุง ูƒุชุจุช
Malayikaan kunis
Animmoo badiisaa kanaan irratti barreessee
๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ

: ุซู… ูŠู‚ูˆู„ ุงู„ู„ู‡ ุชุนุงู„ู‰ ุฒุงู†ุง ุงุทู„ุนุช ูˆุณุชุฑุช
Rabbiin guddaan saw
Amimmoo arggeeti jira beekaa isa sattare biyya duuniyaa irratti

Yaa malaayikatoota koo dallanssuun koo
Isarratti janaattee
Fuudhaa deemaa azaaba koo irraa dhandhamssiisa
Jedhaan

Yaa gabrroottan
Rabbii badii daqiiqaa muraasaaf rabbiin
Nu qixaaxuu ni feetanii
???
Yaa rabbi nama risaalaa koo kana jidduu ummataatti sher naaf godhe hundaa rahamata keetiin naaf milladhu
Sher sher

@ALNMYGยฎ
@ALNMYGยฎ
@ALNMYGยฎ
Forwarded from SALAH MOHAMMED
Haqa nama hin xuynu nama hin miinu ammas akkasuma gizee diina keenyatti nudhufan booda hin jannu Jum.aata yoo rabbin jae akka hin daganne hiriira bana waliif dhaama share waliif hagonu
@OfficialSalah
___ ABDALLAH IBNU UMAR _____
____________________________
mana jireenyi Abdullah ibnu umari fi mana yahuuda tokkootu walitti aanan ollaadha waggaa baay'ee walin jiraatan guyyaa tokko yahuudichi kun mana isaa gurguruuf ka'ee yeroo gatii isaa gaafatan Qr.100,000 jedheen yeroo kana manni kee hangana hin bituu maaliif akkana gootaa jadhaniin inniis akkana jedheen Qr 50000 kan mana kiyaati Qr 50000 immoo gatii ollaa kiyyaati isaatu akka malee nama gaariidha jedheen, yeroo kana Abdallah ibnu Umar akkan jedheen erga ollummaa kiyya jaalattee maaliif gurguruuf deemtaa jennaan rakkoodhaafi isaan jedhe yahuudichi erga ollummaa kiyya osoo jaalattu rakkoodhaa dirqamte anaatu sirraa cufaa jedhee maallaaqa inni barbaadu kenneefi mana isaa isaaf hambise.
________________________________________
yaa obboleessa koo namni inni akkanatti tola itti oole kun nama Amantaa Islaamaa miti hubadhu Akhlaaqni nama mu'uminaa kan inni tahuu qabuus akkana yoo Rabbiin nama badhaase.
________________________________________obboleessa/tti koottu Haala Gaarii kana qabannee fakkeenya dhalootaaf haataanuu, Rabbiin haalaa fi amala keeny a nuhaa tolchu.
_______________________________
_____________________________
Aamiin Allaahumma Aamiin
Join_Our_Channel๐ŸŒŸ
โ—On Tgยฎ๐Ÿ‘‡
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
@ALNMYG๐ŸŒŸ โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
Forwarded from Eid Abdusalam
Hiriira nagaa ilaalchisee
โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…

Jimaata dhufu kanatti akka biyyoolessaa fi akka addunyaatti hirirri godhamuudhaaf saganteeffatame hin hafne. Itti fufa. Akka Finfinneetii garuu majlisa federaala waliiin ummanni hundi bakka tokkotti hirira akka bahamu dandamu irratti kaleessa mareen taasifameera. Eega jilli majlisaa fedaraala gara mooxxaa dhaqee debi'e gabasa dhihessee booda mari taasifamee irratti ulamootaa fi boordi majlisa fedarala dabalatee nus bakka argamneetti hiriirri nagaha bahamu irratti wali galtee irra gahameera. Koreen hirira qindeessus filatameera. Kanaan wal qabatee hiriirri nagaa Finfinnee Jum'aa fuuldura keenyaatti qabame qofti gara guddaa/Alhada fuuldura keenyaatti jijjiiramuun ni mala. Kanneen Finfinneen alaa garuu haala nageenya qabuun Jum'aa itti geggeeffama. Mooxaa dabalatee naannoo Amaaraatti rakkoolee qabeenya, dhaabbileefi masjida Muslimootaa irra ga'an hundaa mootummaan naannoo Amaaraa itti gaafatamummaa fudhatee baasii isaatiin hanga hojjachiisuufi kaasaa kafalutti, akkasumas koreen kallattii majlisa federaalaatiin hiriiricha hogganu dhaabamuu isaa har'a sa'aa 4:00 irratti mooraa majlisa federaalaatti ibsi miidiyaa biyya keessaatiif ni kennama.

@EidAbdusalam
@EidAbdusalam
#Join_Our_Channel๐ŸŒŸ
โ—On Tgยฎ๐Ÿ‘‡
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
@ALNMYG๐ŸŒŸ
๐Ÿ•Œ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ•Œ
----_____-------_______--------_____----
แˆˆแŠ แˆแˆ… แ‰ฅแˆˆแŠ• แˆผแˆญ แŠฅแŠ“แˆจแŒˆแ‹ แˆˆแˆแŠ• แŠ แ‰ตแˆฐแŒแ‹ตแˆ แ‹ˆแŠ•แ‹ตแˆœ?
แˆˆแˆแŠ• แŠ แ‰ตแˆฐแŒแŒ‚แˆ แŠฅแˆ…แ‰ด? แ‰ แ‹ฑแŠ•แ‹ซ_แˆ‹แ‹ญแฆ
1โ€ข แŠฅแˆตแŠซแˆแˆฐแŒแ‹ตแŠญ แ‹ตแˆจแˆต แŠจแŠฅแ‹ตแˆœแˆ… แˆ‹แ‹ญ แ‰ แˆจแŠซ แ‹ญแАแˆณแˆ ...
2โ€ข แŠฅแˆตแŠซแˆแˆฐแŒˆแ‹ตแŠญ แ‹ตแˆจแˆฐ แŠจแŠแ‰ตแˆ… แˆ‹แ‹ญ แŠ‘แˆญ
แ‹ญแŒˆแˆแ‹แˆ...
3โ€ข แŠฅแˆตแŠซแˆแˆฐแŒˆแ‹ตแŠญ แ‹ตแˆจแˆต แˆแ‰ตแˆฐแˆซแ‹ แˆตแˆซ แˆแˆ‰ แ‰ฐแ‰€แ‰ฃแ‹ญแАแ‰ต แ‹จแˆˆแ‹แˆ.
4โ€ข แŠฅแˆตแŠซแˆแˆฐแŒˆแ‹ตแŠญ แ‹ตแˆจแˆต แ‹ฑแ‹“แˆ… แ‰ฐแˆฐแˆšแАแ‰ต แŠ แ‹ซแŒˆแŠแˆ.
5โ€ข แŠฅแˆฐแŠซแˆแˆฐแŒˆแ‹ตแŠญ แ‹ตแˆจแˆต แˆŒแˆŽแ‰ฝ แˆšแ‹ซแ‹ฐแˆญแŒ‰แˆแˆ… แ‹ฑแ‹“แˆ แŠ แ‹ญแŒ แ‰…แˆแˆ…แˆ. แˆตแ‰ตแˆžแ‰ตแฆ
1โ€ข แŠฅแˆตแŠซแˆˆแˆฐแŒˆแ‹ตแŠญ แ‹ตแˆจแˆต แŠฅแˆ›แ‰ตแˆจแ‰ฃแŠ“ แ‹จแ‰ฐแ‹‹แˆจแ‹ตแŠญ แˆ†แАแˆ… แ‰ตแˆžแ‰ณแˆˆแˆ….
2โ€ข แŠฅแˆตแŠซแˆแˆฐแŒˆแ‹ตแŠญ แ‹ตแˆจแˆต แŠฅแŠ•แ‹ฐแ‰ฐแˆซแ‰ฅแŠญ แ‰ตแˆžแ‰ณแˆˆแˆ….
3โ€ข แŠฅแˆฐแŠซแˆˆแˆฐแŒˆแ‹ตแŠญ แ‹ตแˆจแˆต แŠฅแŠ•แ‹ฐแ‰ฐแŒ แˆ›แˆ… แ‰ตแˆžแ‰ณแˆˆแˆ…. แ‹จแ‰ฃแˆ…แˆญแŠ• แ‹แˆƒ แŠฅแŠ•แ‹ณแˆˆ แ‰ฅแ‰ตแŒ แŒฃ แŒฅแˆแˆ…แŠ•
แŠ แ‹ญแ‰†แ‰ตแŒฅแˆแˆ…แˆ. แ‰€แ‰ฅแˆญ_แ‹แˆตแŒฅแฆ
1โ€ข แŠฅแˆตแŠซแˆˆแˆฐแŒˆแ‹ตแŠญ แ‹ตแˆจแˆต แŒŽแŠ•แŠ“ แŒŽแŠ•แˆ… แŠฅแˆตแŠชแ‰ฐแˆ‹แˆแˆ แ‹ตแˆจแˆต แ‰€แ‰ฅแˆญแˆ…แŠ• แŠ แˆแˆ… แ‹ซแŒ แ‰ฅแ‰ฅแˆƒแˆ.
2โ€ข แŠฅแˆตแŠซแˆˆแˆฐแŒˆแ‹ตแŠญ แ‹ตแˆจแˆต แ‰€แ‰ฅแˆญแˆ… แ‹แˆตแŒฅ แŠฅแˆณแ‰ต แ‰ฐแ‰€แŒฃแŒฅแˆŽแ‰ฅแˆ… แАแŒ‹ แŒ แ‰ฃ แ‰ตแˆฐแ‰ƒแ‹ซแˆˆแˆ….
3โ€ข แŠฅแˆตแŠซแˆˆแˆฐแŒˆแ‹ตแŠญ แ‹ตแˆจแˆต แ‰ แ‰€แŠ• แŠ แˆแˆตแ‰ต แŒŠแ‹œ แŠจแŠฅแ‰ฃแ‰ฅ แŒ‹แˆญ แ‰€แŒ แˆฎ แ‹ญแŠ–แˆญแˆƒแˆ ! แ‹จแˆแŒ…แˆญแŠ• แˆฐแˆ‹แ‰ต แ‰ฃแˆˆแˆ˜แˆตแŒˆแ‹ตแˆ… แˆฒแ‹ซแˆฐแ‰ƒแ‹ญแˆ… แ‹™แˆแˆญ แ‹ญแ‹ฐแˆจแˆณแˆแคแ‹จแ‹™แˆแˆญแŠ• แˆฐแˆ‹แ‰ต แ‰ฃแˆˆแˆ˜แˆฐแŒˆแ‹ตแˆ… แˆฒแ‹ซแˆฐแ‰ƒแ‹ญแˆ… แŠ แˆตแˆญ แ‹ญแ‹ฐแˆญแˆณแˆ แคแŠฅแŠ•แ‹ฐแ‹šแˆ… แŠฅแ‹ซแˆˆ แˆตแ‰ƒแ‹ญแˆ… แ‹ญแ‰€แŒฅแˆ‹แˆ (แŠ แŠ•แ‹ต แŒŠแ‹œ แˆแ‰ตแˆ˜แ‰ณแ‹ แŠฅแˆฐแŠจ 70 แŠญแŠ•แ‹ฐ แ‹ซแˆ…แˆˆ แˆ˜แˆฌแ‰ต แ‹แˆตแŒฅ แ‹ซแˆฐแˆแŒ แˆƒแˆ).. แ‹จแ‰‚แ‹ซแˆ›แˆˆแ‰ตแฆ
1โ€ข แŠฅแˆตแŠซแˆˆแˆฐแŒˆแ‹ตแŠญ แ‹ตแˆจแˆต แ‹ˆแ‹ฐ แŒ€แˆƒแАแˆ แŠฅแˆณแ‰ต . แ‰ แŠแ‰ตแˆ… แŠฅแ‹จแ‰ฐแŒŽแ‰ฐแ‰ตแŠญ แ‰ตแ‹ˆแˆฐแ‹ณแˆˆแˆ… .
2โ€ข แŠฅแˆฐแŠซแˆแˆฐแŒˆแ‹ตแŠญ แ‹ตแˆจแˆต แŠ แˆแˆ… แŠแ‰ต แ‰†แˆ˜แˆ… แˆตแ‰ตแ‰ฐแˆณแˆฐแ‰ฅ แŠ แˆแˆ… (แˆฑ,แ‹ˆ)
แ‰ แ‰แŒฃ แŠ แ‹ญแŠ• แ‹ญแˆ˜แˆˆแŠจแ‰ตแˆ…แŠ“ แŠแ‰ตแˆ… แˆ‹แ‹ญ แ‹ซแˆˆ แˆตแŒ‹ แ‹ญแАแˆณแˆˆ.
3โ€ข แŠฅแˆตแŠซแˆแˆฐแŒˆแ‹ตแŠญ แ‹ตแˆจแˆต แŠจแŠ แˆแˆ… (แˆฑ.แ‹ˆ) แŒ‹แˆญ แ‹จแˆแ‰ตแ‰ฐแˆณแˆฐแ‰ แ‹ แˆ‚แˆณแ‰ฅ แ‹จแŠจแ‹ แ‹ญแˆ†แАแŠ•แŠ“ แ‹ˆแ‹ฐ แŒ€แˆƒแАแˆ แŠฅแˆณแ‰ต แŠฅแŠ•แ‹ฐแ‰ตแ‹ˆแˆจแ‹ˆแˆญ แ‹ญแ‹ฐแˆจแŒ‹แˆ . แ‹ˆแŠ•แ‹ตแˆœ แŠ แˆแŠ•แˆ แŠ แ‰ตแˆฐแŒแ‹ตแˆ ?? แŠฅแˆ…แ‰ด แŠ แˆแŠ•แˆ แŠ แ‰ตแˆฐแŒแŒ‚แˆ ?? แ‹ซแŠ แˆแˆ… แ‹ญแˆ…แŠ•แŠ• แแˆแ แˆ‹แ‹˜แŒ‹แŒ€แ‹แˆ
แˆ‹แАแ‰ แ‰ฅแАแ‹แˆ แ‹ˆแŠ•แŒ€แˆ‹แ‰ฝแŠ•แŠ• แˆ›แˆจแŠ•โ€ฆ แ‰ แˆ‚แ‹ˆแ‰ต แ‹ซแˆ‰แŠ“ แ‹จแˆŒแˆ‰แ‰ตแŠ•แˆ แ‹ˆแŠ•แ‹ตแˆแŠ“ แŠฅแˆ…แ‰ถแ‰ปแ‰ฝแŠ•แŠ•แˆ แ‹ˆแŠ•แŒ€แˆ แˆ›แˆญแˆแŠ•!!!
แˆˆแŠ แˆแˆ… แ‰ฅแˆˆแŠ• #แˆผแˆญ แŠฅแŠ“แˆจแŒˆแ‹ แŠ แŠ“แ‹แ‰…แˆ แ‰ แ‹šแˆ…แ‰ฝ แˆฐแ‰ แ‰ฅ แ‹ˆแŠ•แ‹ตแˆžแ‰ปแ‰ฝแŠ•แŠ“ แŠฅแˆ…แ‰ถแ‰ปแ‰ฝแŠ• แˆ‚แ‹ณแ‹ซ แ‹ซแŒˆแŠ™แŠ“ แŠฅแŠ›แˆ แ‰ แŒญแŠ•แ‰ แ‹จแ‰‚แ‹ซแˆ› แ‰€แŠ• แ‹ญแŒ แ‰…แˆ˜แŠ• แ‹ญแˆ†แŠ“แˆแกแก
แ‰ขแ‹ซแŠ•แˆต #แˆˆ15 แˆฐแ‹ แˆผแˆญ

@ALNMYG ยฎ
Ergamtoota Rabbiitti amanuu!
๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚

Ergamtoota Rabbiin erge hunda itti amanuun Aqiidaa Warra Haqaati. Arkaana jahanirraa Ergamatoota Rabbiitti amanuun tokko. Ergamtoota hunda itti amanna, ni jaalanna. Amma kan jala deemnu Nabi Muhammad s.a.w xumura Ambiyootaati. Ergamtoonni hundi ummata Isaanii qofaaf ergaman, Nabi Muhammad s.a.w malee. Nabi Muhammad s.a.w Ummata hundaaf ergame, Alama hundaaf ergame, Jinnii fii Ilma namaa hundaaf ergame. Isa Booda Nabiyyiin hin jiru. Inni xumuraa Ambiyootaati.
Nabiyyootarraa 25 kan maqaan Isaanii himameetu jira, Kan Maqaan Isaani hin himaminis hedduudha.

Diydamii Shanan Maqaan himame:
Aadam, Idriis, Nuuh, Huud, Saalih, Ibraahim, Luux, Ismaaโ€™iil, Isโ€™haaq, Yaaqub, Yuusuf, Ayyuub, Muusaa, Haaruun, Shuโ€™eeyb, Zul kufli, Daawud, Suleeymaan, Yuunus, Al-Yasโ€™a, Iliyaas, Zakariyyaa, Yaahyaa, Iisaa, Muhammad s.a.w.

Hunda Isaanii nagayaa fii faaruun Rabbii Isaanirratti haa jiraattu.
Namni Isaanirraa tokkotti hin amaniin hundatti hin amanne. Namni Nabi Iisaan ilmi Maryam ergamaa tahuu hin amanin, Muslimaa miti. Iisaan Ilma Rabbii kan Isaaf dhalate osoo hin taane Ergamaa Rabbii kan Rabbiin ergate. Inni Abbaa malee haadha qofarraa tahii Rabbiitiin argame, Akkuma Nabi Aadam Haadhaa fii Abbaa malee tahii Rabbiitin argame.
Ergamtoota hunda itti amanuun Aqiidaa Ahlusunnaati.

#Join_Our_Channel๐ŸŒŸ
โ—On Tgยฎ๐Ÿ‘‡
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
@ALNMYG๐ŸŒŸ โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
๐Ÿ”นAtii Mu'uminaa ?
๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด

As wr wb

๐Ÿ”น guyyaa tokko gurbaan tokko sheekha gudda Hasan Al-basrii jedhamu biraa dhaqe gaafii gaafatee akkana je'een.

๐Ÿ‘‰ Yaa abbaa sa'iid ati mu'uminaa ? Ja'een.

๐Ÿ”นshe/akkana je'een iimaana jechuun bakka 2tti qoodama yoo arkaana iimaanaa 6han irra nagaafattee eeyyen mu'uminaa ja'een .

Garuu yoo aayata Qur'ana kana ูˆุฅู†ู…ุงุคู…ู†ูˆู† ุงู„ุฐูŠู† ุฅุฐุงุฐูƒุฑุงู„ู„ู‡ ูˆุฌู„ุช ู‚ู„ูˆุจู‡ู… ุฅู„ุฎ.

Wa'ee isaarraa nagaafattee wallaahi ani mu'uminaa tahuu kiyyaa fi tahuu dhabuu kiyyaa ofin beekuu je'een .

obboleeyyen kiyyaa hoggaa sheekhni guddaan kun akkana je'e nuti hoo maal jennare?

Duniyaan Tun nama diin hin jiraachifneef ganda kheeyrii hin taane .meeqaantami nama of irraanfaterraa kan boru adabamuu deemu haala hin beeyneen.


@ALNMYG
๐Ÿ‘‰Mootii Istigfaraa!!!
๐ŸŒ™๐ŸŒ™๐ŸŒ™๐ŸŒ™๐ŸŒ™๐ŸŒ™๐ŸŒ™๐ŸŒ™
As wr wb akkam jirtan . Hundi keessanuu du'aa'ii Tana haffazaa Ergamaan Rabbbii s.a.w mootiin istighfaaraa du'aa'ii Tana ja'an.

๐Ÿ‘‰telegram channel join it

@ALNMYG๐ŸŒŸ
Kitaabban Rabbiitti amanuu.
๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚

Rabbiin ergamtootaaf yeroo adda addaatti kitaaba buusee jira.Itti amanuun dirqama. Aqiidaa Ahlusunnaati, Ulamaaโ€™oonni keenyas kanumarra jiran.
Kitaaboota Rabbiin buuse keessaa kan nuuf himame:
Zabuur Rabbiin Nabi Daawud irratti buuse. Towraat Nabi Muusaa irratti buuse.
Injiil Nabi Iisaa Ilma Maryam irratti buuse.


Quraana Nabi Muhammad irratti buuse. Hunda Isaanii nagayaa fii Rahmanni irratti haa jiraatu.
Kitaaboonni maqaan Isaanii dubbatame kuni Rabbirraa buufamuu amanna. Ammoo kan itti dalaguu fii jala deemuun dirqamaa Quraana qofa.
Kitaaboonni amma Kiristaanaa fii Yahuudaan harkaa qaban, shaaramee jira. Shaaramuu qofa osoo hin taane harka namaatiin wanni haarawani itti dabalamee, irraa irrifamee, jijjiramee jira. Kanaaf jala deemuu fii itti dalaguun dirqamaa miti. Rabbiin kitaaboota buusuu amanuu qofaatu dirqama.

#Join_Our_Channel๐ŸŒŸ
โ—On Tgยฎ๐Ÿ‘‡
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
@ALNMYG๐ŸŒŸ โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
2025/06/27 20:07:48
Back to Top
HTML Embed Code: