Telegram Web Link
Forwarded from Al-Nasr Muslim youth jama (F-Md)
“Mu’mintoonni warra Allaaha fii Ergamaa Isaatti amane qofa, Kan eegasii hin shakkine.”

#Join_Our_Channel🌟
●On Tg®👇
━━━━•○•━━━━
@ALNMYG🌟 ━━━━•○•━━━━
Forwarded from Al-Nasr Muslim youth jama (F-Md)
Irra caaltuun ribaa obboleysaa ofi maqa baleeysuu dha .

#Join_Our_Channel🌟
●On Tg®👇
━━━━•○•━━━━
@ALNMYG🌟 ━━━━•○•━━━━
عَنْ أَبِي عَبْدِ الرَّحْمَنِ عَبْدِ اللَّهِ بْنِ عُمَرَ بْنِ الْخَطَّابِ رَضِيَ اللَّهُ عَنْهُمَا قَالَ: سَمِعْت رَسُولَ اللَّهِ صلى الله عليه و سلم يَقُولُ: " بُنِيَ الْإِسْلَامُ عَلَى خَمْسٍ: شَهَادَةِ أَنْ لَا إلَهَ إلَّا اللَّهُ وَأَنَّ مُحَمَّدًا رَسُولُ اللَّهِ، وَإِقَامِ الصَّلَاةِ، وَإِيتَاءِ الزَّكَاةِ، وَحَجِّ الْبَيْتِ، وَصَوْمِ رَمَضَانَ.
Abuu Abdurrahamaan Abdullaah bin Umar bin AlKhaxxaab Irraa odeeffamee (R.A) ni jedhe: Ergamaa Rabbiitii (S.A.W) Jedhanuun dhaga’e: “Islaamummaan waa shan irratti ijaarame: Rabbiin malee dhugaan gabbaramaan akka hin jirreefi Muhammad Ergamaa Rabbii akka taan ragaa bauu, Salaata sirnaan salaatuu, Zakaa kennuu, manicha (Ka’abaa) Hajjii dhaquufi Ramadaana soomuudha.” Bukhaariifi Muslimtu gabaasan.

Follow us on ||
👇👇👇👇👇
☆Muslim youth association ☆


@ALNMYG
@ALNMYG
@ALNMYG
Al-nasr[نصر]☆
عَنْ أَبِي عَبْدِ الرَّحْمَنِ عَبْدِ اللَّهِ بْنِ مَسْعُودٍ رَضِيَ اللهُ عَنْهُ قَالَ: حَدَّثَنَا رَسُولُ اللَّهِ صلى الله عليه و سلم -وَهُوَ الصَّادِقُ الْمَصْدُوقُ-: "إنَّ أَحَدَكُمْ يُجْمَعُ خَلْقُهُ فِي بَطْنِ أُمِّهِ أَرْبَعِينَ يَوْمًا نُطْفَةً، ثُمَّ يَكُونُ عَلَقَةً مِثْلَ ذَلِكَ، ثُمَّ يَكُونُ مُضْغَةً مِثْلَ ذَلِكَ، ثُمَّ يُرْسَلُ إلَيْهِ الْمَلَكُ فَيَنْفُخُ فِيهِ الرُّوحَ، وَيُؤْمَرُ بِأَرْبَعِ كَلِمَاتٍ: بِكَتْبِ رِزْقِهِ، وَأَجَلِهِ، وَعَمَلِهِ، وَشَقِيٍّ أَمْ سَعِيدٍ؛ فَوَاَللَّهِ الَّذِي لَا إلَهَ غَيْرُهُ إنَّ أَحَدَكُمْ لَيَعْمَلُ بِعَمَلِ أَهْلِ الْجَنَّةِ حَتَّى مَا يَكُونُ بَيْنَهُ وَبَيْنَهَا إلَّا ذِرَاعٌ فَيَسْبِقُ عَلَيْهِ الْكِتَابُ فَيَعْمَلُ بِعَمَلِ أَهْلِ النَّارِ فَيَدْخُلُهَا. وَإِنَّ أَحَدَكُمْ لَيَعْمَلُ بِعَمَلِ أَهْلِ النَّارِ حَتَّى مَا يَكُونُ بَيْنَهُ وَبَيْنَهَا إلَّا ذِرَاعٌ فَيَسْبِقُ عَلَيْهِ الْكِتَابُ فَيَعْمَلُ بِعَمَلِ أَهْلِ الْجَنَّةِ فَيَدْخُلُهَا".
Abuu Abdurrahmaan Abdullaah bin Masuud irraa 0deeffamee (R.A)ni jedhe: Ergamaan Rabbii (S.A.W)kan dhugaa dubbataafi dhugeeffamaa taan nuuf odeessan: “tokkoon keessan uumamni isaa garaa haadha isaa keessatti guyyaa afurtamatti bishaan saalaa ta’ee walitti qabama. Ergasii fakkaataadhuma sanaan (guyyaa afurtamatti) dhiiga itite ta’a. Ammas ergasii fakkaataadhuma sanaan (guyyaa afurtamatti) gumaa foonii (foon hanga alalfatamuu) ta’a. Sana booda maleykaan itti ergamee lubbuu isa keessatti afuufee himoota afuritti ajajama: isaanis soorata isaa, umurii isaa, hojii isaatiifi nama salphataa yookiin milkaa’aa ta’uu barreessuudha. Rabbii isa gabbaramaan dhugaa Isa malee hin jirreen kakadhee tokkoon keessan hanga gidduu isaatiifi gidduu ishee hanga dhudhumaa malee hin hafnetti hojii warra jannataa hojjata. Galmeen isaa isa irratti dursee hojii warra ibiddaa hojjatee ishee seena. Ammas tokkoon keessan hanga gidduu isaatiifi gidduu ishee hanga dhudhumaa malee hin hafnetti hojii warra ibiddaa hojjata. Galmeen isaa isa irratti dursee hojii warra jannataa hojjatee ishee seena. Bukhaariifi Muslimtu gabaasan.

Follow us on ||
👇👇👇👇👇
☆Muslim youth association☆


@ALNMYG
@ALNMYG
@ALNMYG

Al-nasr [نصر]☆
Abdii hin taane hin kennin

Manguddoo dullome tokkotu jiruu ofii karaa irratti qora cimaa fi beela dandamacha jiraatu ture. Guyyaa tokko dargaggo sorressaa osoo karaa deemu manguddoo kana argee gadda guddaa itti dhagahame. Biraatti dhihaate “gara mana kiyya isiin fida garuu dalaga fixee deebi’e ni dhufa”jechuun deeme. Dargaggoon dalagaan itti baay’atu irraan kan ka’e manguddo dagate. Ganama irratti wayta deebi’e deemu manguddoon duraan qoraa cimaa dandamatan amma irratti garuu abdii dargaggoon kenneef yaada mana ho’a qabutti gala jedhuun qoraa fi beela dandahu dhabun du’e argeen.



✪Muslim youth association✪

@ALNMYG®
@ALNMYG®
@ALNMYG®

Al-Nasr [نصر]🌟
አጉል ተስፋ አትስጥ

የማታን ሃይለኛ ብርድ እየቻለ ከረሃብ ጋር እየታገለ የሚኖር አንድ የጎዳና ተዳዳሪ ሽማግሌ ነበር::አንድ ቀን አንድ ወጣት ባለፀጋ በመንገዱ እያለፈ ያን ሽማግሌ ያይዋል ክፉኛ በማዘን ወደ እርሱ ጠጋ ብሎ "ውደ ቤቴ ይዤዎት እሄዳለው ነገርግን አንዲት ጨርሼ የምመጣው ስራ አልኝ ተመልሼ መጣለው" ብሎ ሄደ:: ወጣቱ በስራው ከመጠመዱ የተነሳ ሽመግሌውን ረስቶት መሽቶ ነጋ:: ጥዋት ለይ ወደ ሽማግሌው ተመልሶ ሲሄት እርሳቻው ድሮ ይቋቋሙት የነበረውን ሃይለኛ ብርድ ወጣቱ በሰጣቸው አጉል ተስፋ ወደ ሞቀ ቤት እገባለው በሚል ሃሳብ ብርዱ እና ረሃብ ባለመቻላቸው ሞቶ አገኛቸው::


አጉል ተስፋ አትስጥ

የማታን ሃይለኛ ብርድ እየቻለ ከረሃብ ጋር እየታገለ የሚኖር አንድ የጎዳና ተዳዳሪ ሽማግሌ ነበር::አንድ ቀን አንድ ወጣት ባለፀጋ በመንገዱ እያለፈ ያን ሽማግሌ ያይዋል ክፉኛ በማዘን ወደ እርሱ ጠጋ ብሎ "ውደ ቤቴ ይዤዎት እሄዳለው ነገርግን አንዲት ጨርሼ የምመጣው ስራ አልኝ ተመልሼ መጣለው" ብሎ ሄደ:: ወጣቱ በስራው ከመጠመዱ የተነሳ ሽመግሌውን ረስቶት መሽቶ ነጋ:: ጥዋት ለይ ወደ ሽማግሌው ተመልሶ ሲሄት እርሳቻው ድሮ ይቋቋሙት የነበረውን ሃይለኛ ብርድ ወጣቱ በሰጣቸው አጉል ተስፋ ወደ ሞቀ ቤት እገባለው በሚል ሃሳብ ብርዱ እና ረሃብ ባለመቻላቸው ሞቶ አገኛቸው::



✪Muslim youth association✪

@ALNMYG®
@ALNMYG®
@ALNMYG®

Al-Nasr [نصر]🌟
Fazakkir:
Yaa Gabroottan Rabbii! Rahmata Rabbii irraa garaa hin muratinaa!
______
Badii ykn yakka hojjatteef Rabbii kee dhiifama gaafadhu, Rabbiin (sw) abbaa dhiifamaati. Rahmata qabeessa, gara laafessa, namaaf mararfataadha. Gara isaatti dheessuun, rahmata isaa kajeeluun, lubbuu ofii irratti duuluun, ulaagaalee towbaa guuttachuun dhiifama gaafannaan, Inni dhiifama godhaadha.

Qur'aanni akkana jedha;

قُلْ يَٰعِبَادِىَ ٱلَّذِينَ أَسْرَفُوا۟ عَلَىٰٓ أَنفُسِهِمْ لَا تَقْنَطُوا۟ مِن رَّحْمَةِ ٱللَّهِۚ إِنَّ ٱللَّهَ يَغْفِرُ ٱلذُّنُوبَ جَمِيعًاۚ إِنَّهُۥ هُوَ ٱلْغَفُورُ ٱلرَّحِيمُ

(Yaa Muhammad!) jedhi: “Yaa gabroota kiyya kan lubbuu isaanii irratti daangaa dabartan! Rahmata Rabbii irraa abdii hin muratinaa. Dhugumatti Rabbiin balleessa hundaa ni araarama. Inni araaramaa, rahmata godhaadha)). (Suuraa Az-Zumar 39:53)
.


✪Muslim youth association✪

@ALNMYG®
@ALNMYG®
@ALNMYG®

Al-Nasr [نصر]🌟
ምን ያህል ዝግጁ ሁነናል
ለይለተል ቀድር ላይ ዘንድሮ ሁሉም ሰዉ
ዱአችን መቅቡልነት አግኝቶ በደስታ እምንገኛኝ አላህ ያርግልን ሀገራችንም ሰላም ያርግልን ያረቢ ዱአችንን መቅቡል አላህ ያርግልኝ ያሶመድ ያረቢ ያረህማን እባክህን ባሮችህነን ከሚማሩ አላህ ያርገን (አሚን)

✪Muslim youth association✪

@ALNMYG®
@ALNMYG®
@ALNMYG®

Al-Nasr [نصر]🌟
As wr wb Nagenya fi Rahmani rabbi issinirra haa jiraatu jaallatamtoota hordoftoota jama'a kenya ....
Akkuma bekamu Jama'an kenya erga hundefame waggotan heddu lakkofsiseera yeroo kanarra kaasee:- da'awalee,sagantale barnoota garagara,qophilee nama bashanansisan fi bohaarsan akkasumas jechamoota waliin issinif dhihessuf qophi issaa xumurera! Kanaf namu akka subscribe godhun nu hordoftan kabajan issin gaafannaa!


▪️◾️◼️🔜 (Follow us ).👇👇👊🏻.....👉👉https://www.tg-me.com/ALNMYG
Watch "Al Nasr Muslin Youth jam'a" on YouTube
https://youtu.be/g5z1EuPlDHE





Subscribe our you tube channel👍👍
-Drama
-Prank
-Dawaa
-Interview
-Nasheda ............. And More
🛤በውስጥ መስመር የተላከልኝ ማስታወሻ
- ስሞት አላስብም፣ አልጨነቅም፣

- ገላዬ ፈራሽ ነውና ምን አሳሰበኝ

ሙስሊም ወንድሞቼ መደረግ ያለበትን ሁሉ ያደርጉልኛል፡፡

1- ልብሴን ያወልቃሉ፣

2- ያጥቡኛል፣

3- ይከፍኑኛል፣

4- ከቤቴ ይዘውኝ ይወጣሉ፣

5- ወደ አዲሱ ቤቴ (መቃብር) ይወስዱኛል፣

6- ብዙዎች ጀናዛዬን ለመሸኘት ይመጣሉ፣

7- እኔን ለመቅበር ሥራቸውንና ቀጠሯቸውን ሁሉ ትተው የሚመጡ አሉ፡፡

ቀጠሯቸ መካከል ምናልባት ላንዳፍታ እንኳን ስለኔ አስበው የማያውቁ ብዙ ናቸው፡፡

8- ቤተሰቦቼ እኔን ላለማስታወስ ያለኝን ነገር ሁሉ አውጥተው ይጥሉ ይሆናል፤ አሊያም በኔ ሥም ይመፀውቱ ይሆናል

- ቁልፎቼ 🔑🗝

- መጽሐፎቼ 📚

- ጫማዎቼ 👟

- ልብሦቼ 👖👔…..

በአንድ ነገር ግን እርግጠኛ ሁኑ፡፡

- በመሞቴ ይህች ዱንያ ሐዘኗ አልበዛም፣ አለች አልፈረሠችም፣

- የዓለም 🌍 እንቅስቃሴም ላፍታ አልቆመም፣

- የኢኮኖሚው 💰 ቀውስም አልተፈጠረም፣

- በሥራ ቦታዬ ላይ ሰው ለመቅጠር ማስታወቂያ🧾 ይወጣል፣

- ንብረቴ 💸🏠🚘 የወራሾቼ ይሆናል፣ በትንሽ በትልቁም ኦዲት የምደረገው ግን እኔ ነኝ፣

- ስሞት መጀመሪያ ከኔ የሚገፈፈው ስሜ ነው፡፡ በሥሜ መጠራቴ ይቀራል፤

- ጀናዛው የታለ እባላለሁ፡፡ ጀናዛውን ዉሰዱ፣ አምጡ እንስገድበት፣ ጀናዛውን እንቅበር … ይባላል

- ሥልጣኔ፣ ከተከበረ ቤተሰብ መሆኔ፣ ጎሳዬ … ሁሉ ዋጋ ያጣል፤



ዱንያ ይህን ያህል ቀላልና ተራ ነገር ነች፤ የምንሄድበት ዓለም ግን አቤት ክብደቱ! ማስፈራቱ! …

በሕይወት ያለህ ወዳጄ ሆይ! በመሞትህ ሦስት ዓይነት ሐዘን አለ

1- የሚያውቁህ ዋ ያ ሚስኪን እኮ ሞተ! ይላሉ

2- ባልደረቦችህ ለሰዓታት አለያም ለቀናት ያዝኑና ወደ ሳቅና ጨዋታቸው ይመለሳሉ፣

3- ትልቁ ሐዘን ያለው ቤትህ ነው፣ ቤተሰብህ ጋ … ሁሌም ያስታውሱህ ይሆናል፣

የዱንያ ታሪክህ በዚህ መልኩ አበቃ ፤ የመጨረሻው ዓለም ታሪክህ ተጀመረ

ሁሉ ነገርህ ተወሰደ፣ ፈረሠ፣ አለፈ፣ ጠፋ!!!

1- መልክህ፣

2- ሀብትህ፣

4- ጤናህ፣

5- ልጅህ፣

6- ቪላህ፣

7- ዝናህ፣

8- ሚስትህ/ባልሽ

ካንተ ጋር ሥራህ ብቻ ቀረ

እውነተኛው ሕይወት ተጀመረ፡፡

እዚህ ላይ አንድ ጥያቄ ልጠይቅህ/ሽ

ለአኺራህ ምን አዘጋጀህ!! እስቲ በጥልቀት አስብ፡፡

እናም በርታ፣ በርቺ እህቴ

1- በግዴታዎች፣

2- በሱንና ነገሮች፣

3- በድብቅ መፅውት፣

4- መልካም ሥራ አብዛ፣

5- ሌሊት ተነስተህ ስገድ፣

ትድን ዘንድ ጠንክር፣ ይሳካልህ ዘንድ በርታ፡፡

መልካም ንግግር ምጽዋት ነው፡፡ ምንም የለኝም አትበል፡፡ ሌላ ነገር ብታጣ ይህችን በእጅህ የገባችውን ፅሑፍ መጽውት፣ ምንም ጉልበትና ጊዜ አይወስድብህምና አታመንታ፡፡

ለወዳጅ ዘመዶ ሼር ሼር ሼር .....✔️
Namichi tokko harree qaba ture ....😂😂

Harreen isaa jaartii namichaa dhiittee jalaa ajjeeste...

Yeroo booda jaartii biraa fuudhee
Ammas harreen ittuma deebi'ee jaartii haarawa tanas jalaa dhiitee ajjeese!!

Yeroo Namoonni taaziyaa namichatti dhufan
Namichoon tokko taa'ee daaw'ataa ture

Yeroo dubartoonni taaziyaa isa godhanii gaafii gaafatanii
Namichis eeyyeen jedhee mataa sochoosaa jaraaf deebisu arge

Akkasuma yeroo warri dhiiraa taaziyaa isa godhanii achiin gaafii gaafatanii
miti/lakki jedhee mataa sochoosaa deebisuuf arge.

Namichi isa daaw'ataa ture sun ummanni maal irraa akka isa gaafataa turan isa gaafate...

Innis Akkana jedheen:
Dubartoonni jaartii nifuutaa naan jedhan?
Eeyyen jedhee deebiseef.

Warri dhiiraas immoo
harree kee nigurgurtaa ?
naan jedhan
Lakki hin gurguru jedhee deebiseef.

😂😂😂😂😂😂😂


✪Muslim youth association✪

@ALNMYG®
@ALNMYG®
@ALNMYG®

Al-Nasr [نصر]🌟
Watch "prank 1" on YouTube
https://youtu.be/fwKCgvtJcMA
Channel name was changed to «Al-Nasr Muslim youth jama🌟»
-Drama
-Prank
-New nashida
-Dawaa
On our you tube channel
Subscribe our channel on you tube
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://youtu.be/W9KNrr_ick4
Iyyaa, dhaadachaafi lolaa Rabbi hin kadhatan

If gad qabanii qulqullummaan fuula Rabbii dhaabbatan. Inuumaa yeroo kophaa jirru suuta if keessatti hasaasnee ganamaafi galgala Rabbi faarsuu qabna, akkastu barbaadama. Kadhaan garsiifata hin taatu. Miira sodaan Rabbii nutti dhagahamuun kadhatuu qabna. Kadhaan Rabbi yaadachuu irraahi, Rabbi yaadachuun nama jiraachifti. Rabbi wallaaluun ammoo dagamaafi du'aa nama gooti. Gaafa waa'een Rabbii dubbatamu, gaafa Qur'aanni qara'amu qalbiin haa caqasnu. Warri jecha Rabbiitti wacee qoosu sheenawuuf jiraatan.

Mee Aayata Suuraa al-A'raaf kana qalbisaa.

*وَاذْكُر رَّبَّكَ فِي نَفْسِكَ تَضَرُّعًا وَخِيفَةً وَدُونَ الْجَهْرِ مِنَ الْقَوْلِ بِالْغُدُوِّ وَالْآصَالِ وَلَا تَكُن مِّنَ الْغَافِلِينَ*
*Lubbuu tee keessatti if gad qabaafi sodaataa, sagalee ol hin fuudhaminiin ganamaafi galgala Rabbii kee faarsi. Warra dagame irraa hintain


✪Muslim youth association✪

@ALNMYG®
@ALNMYG®
@ALNMYG®

Al-Nasr [نصر]🌟
በይተል መቅዲስ የማን ናት
አቡ ኒብራስ ሙስጠፋ حفظه الله
📮 በይተል መቅዲስ የማን ናት?

🕌 በነስር መስጂድ


💫 በደርስ መሀል የተወሰደ ስለ በይተል መቅዲስ እጥር ምጥን ያለ አስደሳች የሆነ ገለፃ።

🌍 ድጋሜ ስለ ቁድስ ሰፋ ባለ ርዕስ ይጠብቁን። إن شاء الله

🎙️ በሼህ:- አቡ ኒብራስ ሙስጠፋ አብደላህ አላህ ይጠብቀው።

📎https://www.tg-me.com/Al_Felah_Studio/5867
Watch "Dirama koflaa somanaaf Daa'iman kenyaan hojjatame kana daawwadhaa." on YouTube
https://youtu.be/W9KNrr_ick4
Watch ""OBBOLUMMAA" : NEW DRAMA: COMING SOON ON AL-NASR TUBE" on YouTube
https://youtu.be/gpm6fuJESh0
2025/06/27 03:13:28
Back to Top
HTML Embed Code: