Telegram Web Link
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
#As_wr_wb!
๐Ÿ”ทHordoftoota jaallatamtoota ๐Ÿ‚chaanaala kenyaa
Arraantana wa'ee barnnoota qabanee issinif dhihanerra...

#Rabbin subhana wata'ala๐ŸŒน quraana๐ŸŒนisaa kessatti akkana ja'a...
(ุงู„ู„ู‡ ุชุจุงุฑูƒ ูˆุชุนุง ู„ุง...ุฎูŠุฑ ูƒู… ู…ู† ุชุนู„ู… ุงู„ู‚ุฑุฃุงู† ูˆุนู„ู…ู‡.)
(Irra caalaan kessan...
Nama waa baratee barsiise.) Jedhe dubbatee ๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน

Meelaalaa jara keenya. Akka itti sadarkaa qabu namni baratee barsiise sadarkaa isaa arkitaniimi garu baruumsi ifa jiru tenyaati.

Barumsa barachuun layyoo sitti hinfakkaatin. Itti beelawaniiti itti dheebootanii itti rakkatani itti tumamaani itiillee hidhamani baratan saniif caalaatahe.....

Addunyaafi aakiratti warra baree barsiisu nuhaagoodhu. Saniifu barachuu qabna Eergamaan rabbii โค๏ธโค๏ธโค๏ธ
Akkana je'e dubatee:-
(ุฃู„ุฏู†ูŠุง ู…ู„ุนูˆู† ูˆุงู…ุง ููŠู‡ุง ุฅู„ุงุงู„ุนุงู„ู… ูˆู…ุชุนู„ู…)
(Addunyaan Abaaramtuudha wanti isii keessa jirtulleen abaramtuudha. Barsiisa diniifi barataa diin malee.)
Ammas sadarkasa meelala sadarkaa qura'ani rabbii qabu sadarkaa. Namnii qur'aana rabbii baratee qabu meelala yaa ummata muslima yaa obboleeyyan islaamaa ...
Kootta habarannu meka'aa haabarannu qur'aana rabbii hajabeessinu ? Hadara qur'aana hin tuffatina hin dadhabina hin llaaffisina Jabaadha baradhaa...
Nama barateetu amantaa ofii
eeggata โค๏ธjzkl ๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘
.
.
.
Join Us ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โœจ@ALNMYG๐Ÿ‚
โœจ@ALNMYG๐Ÿ‚
โœจ@ALNMYG ๐Ÿ‚

#al_nasr_muslim_youth_jam'aโœจ
.
.
.
Join Us ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โœจ@ALNMYG๐Ÿ‚
โœจ@ALNMYG๐Ÿ‚
โœจ@ALNMYG ๐Ÿ‚

#al_nasr_muslim_youth_jam'aโœจ
Gaafiilee tana deebisaa sii ni beeyta??

G: 1.jannannii eysa jira?
D: samii torban gubba,garuu samiirra addaan bahe ji ra sababaan samiin guyyaa qiyaama waa dhabamtuuf jecha
Gombisaan jannataa arshii rabbiiti (sw).

G:ibiddi eysa jira?
D:bootaan inni itti arkamu dachii torban jala bakka maqaan isii : sijjiin ja'amtu jira
Dachiiniis akkasuma ibiddarraa addaan baafamteetii arkamti.

G:qurquraa gahiinsa ykn sadratul muntahaan maali??
D:muka tokko kan samii 6ffaa irraa hanga samii 7ffatti dheeratuu .
Kan hundeen isaa akkaan guddoo,baalli isaa akka gurra arbatti babal'adhaa.
Guyyuu isarra billaacha dahabarraa taheetu isarra dhufa
Jannataa alatti arkamti.
Rasuulli (saw) gaafa samii bahee jibriilii wajjiin arke yeroo lammaaffaatif .
Eega achiin durattii boota ajnaadin ja'amtutti makkatti arkeen booda.

G:huurul eyniin eenyuu??
D: jaartii dhiira mu'umintootaati
Kan namarrahis,jinnirraahis,
maleeykarraahis hin tahin .
Osoo duniyaa tanarratti as baate kan jidduu bahaa fi dhihaa ibsitu...

G:joolleen zalaalam ( wildaanul mukalladuun ) eenyuu?
D:warra nama jannataa tajaajiluudha.
Namarraahis ,jinnirraahis,
maleeykarraahis kan hin tahin,
Irra xiqqaan nama jannata
Joollee tana nama 10.000n ( kuma kudhan) qaba.

G: a"araaf ja"ee warri rabbiin qur'ana kessatti dubbatee San eenyuu??
D:gidaara ulfaadhama jannatarra tahe tokko.
Achirra tatta'an muslimni keeyriin isaaniti fi hamtuun isaanii wal qixxaatte zamana hanga tokkoo,
Achirratti nyaatanii dhugan
Eegas rabbiin jannata isaan seensisa.

G:guyyaan qiyaama zamana hangam takka??
D:amata kuma shantamii
Abdallah binu abbaas akkana ja"e:(Guyyaa qiyaama bootaa shantamiitu jira ,boota hundarra amata kuma takka dhaabbatan)

G: guyyaa dachiin maramtu eysa jirra nuti??
(ูŠูˆู… ุชุจุฏู„ ุงู„ุฃุฑุถ ุบูŠุฑ ุงู„ุฃุฑุถ...)
Siraax irra jirra.
Yeroo siraax irra dabarru boota sadii qofaatu jira
JannataุŒazaaba fi siraaxii.

Namni siraax irra dura dabaru
Rasuularra nabiyyii keenya .
Ummatarraa ammoo namni dura dabru uummata nabi muhammadi.


Join us
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@ALNMYG๐ŸŒท
@ALNMYG๐ŸŒท
@ALNMYG๐ŸŒท

#Al_Nasr_Muslim_Youth_Jam'a ๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท
ุงู„ุณู„ุงู… ุนู„ูŠูƒู… ูˆุฑุญู…ุฉ ุงู„ู„ู‡ ูˆุจุฑูƒุงุชู‡.ุฃู„ุฏูŠู† ุฃู†ุตูŠุญุฉ
.
.
.
As.wr.wb
Nabiyyiin rabbi sllallaahu aleyhi wssallam โค๏ธDiin jeechuun ๐Ÿ’Gaari wali yadudha je''e ๐Ÿ’žDhugaa dubbataadhasi dhugoonfammaadhasi...
ู‡ูˆ ุตุงุฏู‚ ุงู„ู…ุตุฏูˆู‚
๐Ÿ’•Saniifu cufti ilmaan namaatu gaari waliif yaduun barbachisaadha ๐Ÿ’™
Akkamitti gaarii waliif yaadan yoojattan :-
(1)gaarii waliif yaduun โค๏ธ๐Ÿ’•๐Ÿ’ž๐Ÿ’“๐Ÿ’—Hamturra waldhoorkani garitti wal ajajuudha )
Akkuma rabbiin dubbateeti qur'aana isakeessatti ...
(ูƒู…ุง ู‚ุงู„ ุชุนุงู„ุง @ูƒู†ุชู… ุฎูŠุฑุง ุฃู…ุช ุงุฎุฑุฌุฉ ู„ู†ุงุณ ุชุงู…ุฑูˆู† ุจู„ู…ุนุฑูˆู ูˆุชู†ู‡ูˆ ู† ุนู† ุงู„ู…ู†ูƒุงุฑ ุงู„ุงุกูŠุฉ
Jabadhati gaaritti wal ajaja hamturra waldhorka ๐Ÿ’˜

Join us
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@ALNMYG๐ŸŒท
@ALNMYG๐ŸŒท
@ALNMYG๐ŸŒท

#Al_Nasr_Muslim_Youth_Jam'a ๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท
Dubbisii hiriyoota kee muslimaaf hanga dandesse ergiif
ใ€ฐใ€ฐใ€ฐใ€ฐใ€ฐใ€ฐใ€ฐใ€ฐใ€ฐใ€ฐใ€ฐใ€ฐ

HADIISA AJAAYIBAATI
Guyyaa tokko Aa'ishaan akkana jachuun rasuula (SAW) gaafatte!
Yaa ergamaa rabbii! Guyyaa qiyaamaa dachiin yaroo baqeeyxee, harcaate Eysa geeyfamti ? Jannaan rasuul (SAW) akkana ja'een.
Guyyaa qiyaamaa dachiin yaroo baqeeyxee, harcaate SIRAAX gubbaadha geeyfamti.
Guyyaa qiyaamaa Iddoo sadi qofaatu jira.
1. Jannata.
2. Jahannam fi
3. Siraax..
Namni hundi jannata seenuuf dildila/riqicha RIRAAX gubbaa dabaruun dirqama. Siraax gubbaa yaroo dabru Yoo diliin isaa guddoo taate, Deemuu dadhabeeti hudduun shorroqa. Gariin osoo shorroquuti jahannam keysatti kufa. Gariin immoo eega qaamni isaa cicciramee booda jannata seena.
Namni dilii hin qabne (kan diliin isaa waa xiqqoo) Akka hangaasuutti, hanga libsuu ijaatti SIRAAX dabree jannata seena.
Rasuul (SAW) xarafa siraax dhaabbateeti Yaa rabbi ummata kiyya naaf baasi, Yaa rabbi ummata kiyya naaf baasi ja'a!
Nama hunda dura ummata isaatu siraax dabaree jannata seena.
Siraax Maal Fakkaata?
1. Jala isaa ibiddaatu jira..
2. Cuubeerra qara..
3. Shiggiree/haadduu rra qara..
4. Isa gubbaa hookkoo qaama namaa cirtuutu jira..
Anaa fi isiniis warra hanga libsuu ijaatti, akka hangaasuutti SIRAAX irra dabru RABBI nuhaa godhu..
Yaroo kana Aa'ishaan guyyaa qiyaamaa yaadattee booche!
Ergamaaniis (SAW) maaltu siboochisa ja'ee gaafate.
Isiiniis akkana jatteen
yaa ergamaa rabbii! Guyyaa qiyaamaa yaadadheetiin boohe!
Guyyaa san FIRRI, FIRA isaa niyaadataa ?! Jattee gaafannaan rasuul (SAW) akkana ja'een..
Eee wal yaadatan. Garuu iddoo 3tti namni tokko wal hin yaadatu.
1. Yaroo hojiin namaa madaalamtu.
2. Yaroo sartifikeetni namaaf hiramu.
3. Yaroo siraax gubbaa jiran..
Iddoo 3n tanatti namni tokko wal hin yaadatu!
Kanaaf addunyaarratti kheeyrii haa carraaqannuu..
Risaalaa bareedduu tana sadaqaadhatti niyyadhuu SHARE godhi. sababa ati SHARE gooteef obbaleeysi kee tokko qaceeluutu waa hundarra caaladha @SHARE godhu hin daagatin.

@ALNMYG
@ALNMYG
@ALNMYG

#Al_Nasr_Muslim_Youth_Jam'a
ุฃู„ุณู„ุงู… ุนู„ูŠูƒู… ูˆุฑุญู…ุฉุงู„ู„ู‡ ูˆุจุฑูƒุง ุชู‡๐ŸŽ„ูˆู…ุฑุญุจุง ุจูƒู…
(Kbjamtoota hordoftoota chanaala keenyaa....)
Assalaamu Aleeykum
warhmatullaahi wabara kaatuh.
Baga rabbiin nagayaan walitti nudeebise jecha.Gara sagantaa tenyaattiin isin dabarsa.\SAGANTAA .kutaa 4 ffaa ๐Ÿ›‚๐Ÿ–Š๐Ÿ“šSgantaan kutaa afraffa (Addiinu Annasiihatu)๐ŸŒฝ๐Ÿ“๐ŸŽุจุณู… ุงู„ู„ู‡ุงุฑุญู…ุงู† ุงู„ุฑุฌูŠู….{ุงู„ุญู…ุฏ ุงู„ู„ู‡ ุงู„ุตู„ุงุฉ ูˆุงู„ุณู„ุงู… ุนู„ุงุฑุณูˆู„ ู„ู„ู‡ ุตู„ูŠ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุงู„ุณู„ุงู… ุงู…ุง ุจุนุฏ}ุงุงู„ุฏูŠู† ุงู„ู†ุตูŠุญุฉ ๐Ÿ’™๐Ÿ’šโค๏ธโค๏ธ๐Ÿ€โ˜˜๐ŸŒฟ๐ŸŒฑ๐ŸŒด๐ŸŒน๐ŸŒบ๐ŸŒพ๐Ÿ๐ŸŒท๐ŸŒบ.ุนู† ุชู…ูŠู… ุจู† ุฃูˆุณ ุงู„ุฏุงุฑู‰ ุฃู† ุงู„ู†ุจูŠ (ุตู„ูŠ...)ู‚ุงู„๐Ÿ“–ุงู„ุฏูŠู† ุงู„ู†ุตูŠุญุฉ ุซู„ุงุซุง)ู‚ู„ู†ุงู„ู…ู† ูŠุงุฑุณูˆู„ ุงู„ู„ู‡ ุŸู‚ุงู„{ูก)ู„ู„ู‡ (ูข) ๐Ÿ‡ูˆู„ูƒุชุงุจู‡ (ูฃ)๐Ÿกูˆู„ุฑุณูˆู„ู‡ (ูค) ูˆู„ู„ุฃุฆู…ุฉุงู„ู…ุณู„ู…ูŠู† ูˆุนุงู…ุชู‡ู…)ุงู†ุธุฑูˆุงูŠู‡ุงุงู„ุงุฎ ูˆุงู„ุฃุฎูˆุงุช ๐Ÿ”ฆ.ูˆุงุตู„ ุงู„ุตุญ ูู‰ ุงู„ุบุฉ :ุงู„ุฎู„ูˆุต ูˆู†ุตุญ ุงู„ุดูŠุก ุฎู„ุต .)ุงู„ู†ุตูŠุญุฉ ูƒู„ู…ุฉูŠุนุจุฑุจู‡ุงุนู† ุฌู…ู„ุฉู‡ูŠ ุฅุฑุงุฏุฉ ุงู„ุฎูŠุฑ ู„ู„ู…ู†ุตูˆุญู„ู‡ (ูก)ุฃู…ุงุงู„ู†ุตูŠุญุฉ ู„ู„ู‡ ุชุนุงู„ู‰ ูู‚ุงู„ ุงู„ุฎุทุงุจูŠ:ู…ุนู†ู‰ ุงู„ุตูŠุญุฉ ู„ู„ู‡ ุณุจุญุงู†ู‡ ุตุญุฉุงู„ุฅุนุชู‚ุงุฏ ูู‰ ูˆุญุฏุงู†ูŠุชู‡ ูˆุฅุฎู„ุงุต ุงู„ู†ูŠุฉ ูู‰ ุนุจุง ุฏุชู‡)ุฃู…ุงุงู„ู†ุตูŠุญุฉู„ู„ู‡ ุชุนุงู„ู‰ ูู…ุนู†ุงู‡ุงู…ู†ุตุฑู ุฅู„ู‰ ุงู„ู„ุฅูŠู…ุงู† ุจู‡ ูˆู†ููŠ ุงู„ุดุฑูƒ ุนู†ู‡ ูˆุชุฑูƒ ุงู„ุฅู„ุญุงุฏ ูู‰ ุตูุง ุชู‡ ูˆูˆุตูู‡ ุจุตุนุงุช ุงู„ูƒู…ุงู„ ูˆู„ุฌู„ุงู„ ูƒู„ู‡ุงูˆุชู†ุฒูŠู‡ู‡ ุณุจุญุงู†ู‡ ูˆุชุนุงู„ู‰ ู…ู† ุฌู…ูŠุน ุงู„ู†ู‚ุงุฆุต ูˆู„ู‚ูŠุงู… ุจุทุงุนุชู‡ ูˆุฌุชู†ุงุจ ู…ุนุตูŠู‡ ูˆุงู„ุญุจ ููŠู‡ ูˆุงู„ุจุบุถ ููŠู‡: ูˆู…ูˆุงู„ุงุฉ ู…ู† ุงุทุงุนู‡ ูˆู…ุนุงุฏุงุฉู…ู† ุนุนุตุงู‡ ูˆุฌู‡ุงุฏ ู…ู† ูƒูุฑ ุจู‡.ูˆุงู„ุฅุนุชุฑุงู ุจู†ุนู…ุชู‡ ูˆุดูƒุฑู‡ ุนู„ูŠู‡ุง ูˆุงู„ุชู„ุทู ูู‰ ุฌู…ุน ุงู„ู†ุงุณ ุฃูˆ ู…ู† ุงู…ูƒู† ู…ู†ู‡ู… ุนู„ูŠู‡ุง ) ุงู„ู†ุตูŠุญุฉ ู„ู„ู‡ ุนุฒ ูˆุฌู„ ุงู„ู…ู†ุงุถู„ุฉ ุนู† ุฏูŠู†ู‡ ูˆุงู„ู…ุฏุง ูุนุฉ ุนู† ุงู„ุฅุดุฑุงูƒ ุจู‡ ๐Ÿ’š๐Ÿ’๐Ÿ’™๐Ÿ’˜๐Ÿ’“ูˆุฅู† ูƒุงู† ุบู†ูŠุง ุนู† ุฐุงู„ูƒ ู„ูƒู† ู†ูุนู‡ ุนุงุฆุฏ ุนู„ู‰ ุงู„ุนุจุฏ)))
Nasiihaa jechuun .jecha isiin hikamu walii galarra. Isiin keyri itti feedhuudha Namicha issa yadamu saniif .Amoo garii rabbi yaaduun (Tokkichummaa rabbi kessatti dhugomsuun kee sirri tahuudha Yaannike yokan. Niyyaatee .Qulqulleessuudha


Join us
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@ALNMYG๐ŸŒท
@ALNMYG๐ŸŒท
@ALNMYG๐ŸŒท

#Al_Nasr_Muslim_Youth_Jam'a ๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท
Bsmillah )Rabbiif gari yaaduun rabbi dhugoomsudha ๐Ÿ’fakkaata dhabamsiisudha rabbirra Sifasaa meeysuu dhiisudha .Rabbi wassafuudha .Sifa guutuu tehe.Rabbi Qulqulleessuudha cufa hir'inarra.Qaalisa sirritti godhuudha waan yakka teherra fagaachuudha.Rabbiif jecha jalachudha. Rabbiif jecha jibbuudha ;Nama rabbi qaali godhe atiis jalallee godhachuudha.:Nama rabbi kilaafe. Ati diina godhachuudha. Nama rabbi didetti Ati duuluudha. Qananii rabbiin siqanansiise Ati beekuudha. Waan rabbiin tola sitti ooleerratti Ati rabbiif galata galchuudha. Ammaas. Rabbiif gaarii yaaduun Diinirratti qulqullaahuudha. Rabbi cinaa waqaburraa debisuudha. Yodureessallee tahe shirkirra deebisuudha๐Ÿ’๐Ÿ’š๐Ÿ’™๐Ÿ’˜

๐ŸŒท๐ŸŽ„Garuu wanti beekuu qabdan wanti hanga ammaa haasoynee hundi Faayidaan isaa gabricharratti deebituua. Maaliif yoojattan rabbiin feetu gabbari yoofeete dhiisi. Rabbiin Aalamarra dureessa. Rabbiif garii yaadi akkuma gaariin yaaddee san sifayyadduufi malee Gaarii ati yaaddurra. Wallaahi. Rabbiin kiyya dantaa irranaqabu
(Hadaraa sirritti dubbisaati irraafayyadaa )
Inshaa allah. Yoorabbinfedhe. Akkatti kitaabaaf gaarii yaadan. Yeroo birati isinif ibsina...


Join us
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@ALNMYG๐ŸŒท
@ALNMYG๐ŸŒท
@ALNMYG๐ŸŒท

#Al_Nasr_Muslim_Youth_Jam'a ๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท
Join us
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@ALNMYG๐ŸŒท
@ALNMYG๐ŸŒท
@ALNMYG๐ŸŒท

#Al_Nasr_Muslim_Youth_Jam'a ๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท
#Al_Nasr_Muslim_Youth_Jam'a ๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท

@As_wr_wb ...
kabajjamtota jallatamtoota hordoftota chanala Kenya wantota nuti issinif baresinu fi issinif gad lakkifnu irraa barnnota heddu akka fudhatan abdi qabna... namota biratifilee share godha akka walif dabbarsitan maqa rabbitin issin gaafanna....

Join us
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@ALNMYG๐ŸŒท
@ALNMYG๐ŸŒท
@ALNMYG๐ŸŒท
#Al_Nasr_Muslim_Youth_Jam'a

bisimillaahi jennee jalqabnaa
maqaa rabbii ol.aanaa
alhamdulillaahis ittuma aanfannaa
galata rabbii keenyaa yoom himnee finna
bifa kanaan gorsa walii dabarsuu xiqqoo seenaa
kunummaanuu waan guddaadha tola rabbii ol.aanaa
bakka jirttanitti galatasaa galchuu hin irraan fatina

gorsi aadaa fi duudhaa saba tokkoo keessatti argamuu nidanda.a fkn saba oromoo ja.amu keessatti aadaa fi duudhaa isaa keessatti gorsi iddoo guddaa qaba akka amantaa teenyaattis gorsi gahee guddaa taphata fkn hamtuurraa nama dhorkuun kheyriitti nama yaamuun fkkn gorsa ykn da.waa ja.ama kanaaf gorsi ilma namaatiif barbaachisaadha
gorsan har.aaf qabadhe akkaataa oromoon itti nama gorsu innis
waa sadii .waa sadii sitti hin fakkaatin
1 dubbachuun beekumsa
2 obsuun wallaalummaa
3 nama kabajuun sodaa sitti hin fakkaatin

waa sadii waa sadii hin se.in
1 nama beektu hunda fira kee
2 kan siin lolu hunda diina kee
3 badiirraa sidhorkuu hammeenya hin se.in

waa sadii hin hawwin
1 bokokni quufaa mitii
2 abaarsi eeybbaa mitii
3 summiin qorichaa mitii hin hawwin

nama sadii waa sadii jettee hin tilmaamin
1 nama koflu hunda gammadaa
2 nama dureessa hunda arjaa
3 nama dhabaa hunda doqna jettee hin tilmaamin

waa sadii waa sadiif jaalladhu
1 aadaan kee eenyummaa keeti
2 afaan kee mallattoo keeti ykn sabni kee dhiiga keeti jaalladhu

waa sadii hubattu malee hin seenin
1 dubbii keessa hin beekne
2 bishaan gad fageenya isaa hin beekne
3 imala daandii isaa hin beeykne hubattu male hin seenin
kkf hin tuffatinaati ergaa isaa irraa hubadhaa

guruupii teenya da.awaa
rabbi isin haa taasisu warra biyyaaf dawaa

dargaggoonni teenya masjiidul nasrii
warreen tahuu feetan fakkeenya gaariii
isin haa milkeeyssuu mootichi jabbaariii

diin kana ifa baasuuf qabsaa.uuf jirtani
galma isiniif haa geeyssu kaayyoon teeyssanii

guddaa galatoomaa
sabaafi amantiinis bilisoomaa

Join us
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@ALNMYG๐ŸŒท
@ALNMYG๐ŸŒท
@ALNMYG๐ŸŒท

SHARE WALIF GOCHU HIN DAGATINA ...

#Al_Nasr_Muslim_Youth_Jam'a ๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท
#PART 1

bisimillaahin je.a maqaa rabbii kiyyaa
haasawa eegalaa waa.ee dhimma kiyyaa
nabi muhaammad caalaa ummattootaa
irratti buufadhee nagayaafi rahmata
as wr isin muslimtoonni
kan rabbiifi rasuula onneen jaallattani

matadureen kiyya waa.ee seenaati
matadurichi akkana je.a

namni waa hunda keessatti rabbiin sodaatu karaa inni hin beeynneen rabbiin isa razzaqa jetti ())((
nama tokkotu osoo karaa deemuu beelawee beelti itti jabaattee if wallaalee oyruu namaa takka seenee tufaah takka muratee marraa takka eega irraa cininee bishaan irraa dhugee boodaan tuffaahan kun haqa namaa taha haraam tahuu yaadatee dammaqee eega beeke boodaan wallaahi asii hin deemu hangaan abbaa tuffaahi irraa halaaleyfadhuu je.ee abbaa gaafatee manatti itti dhaqee hulaa itti dhadhawee tufaah takkitti irraa murate harkati qabatee deemaan maal je.een abbaan oyruu bakka akkanaa akkana teeti ja.ee gaafate abbaan oyruutis Ee ja.een akkanattin osoon karaa deemuu beelaa of wallaalee oyruu teetirraa tuffaaha kana muradhee
marraa takka eegaan irraa kutadhee bayyanadhe sirraa halaaleyfachuudhaafin dhufe rabbiif jecha naaf halaaleysii hinoo taa hafellee harkaahin qabaa je.een abbaan oyruu waan ja.een wallaahi siif hin halaaleysu ja.een yoo sharxii takka naaf guutte male sharxiin maali jennaan yoo intala tiyya takka fuute male ja.een aboo an nama karaa deemuu fuudharraa hin qabuu nadhiisii abadan wallaahi sin dhiisu ja.een yoo intala tiyya fuute male siif hin halaaleysu ja.ee hoggaa itti murate hayaagaa akkas taatu aannan bachoo naqamekaa ja.an sani fuunii maal waa qabaa mitii nin fuudha ja.een duuba ta beekuu qabdu intalti tiyya ijaan hin agartu gurraan hin dhageeysu afaanin hin dubbattu siif taati sibaastihii ja.een refateeti mudhii qabateeti innaa lillaahi wa innaa ilayhi raaji.uun ja.e musiibaatu natti bu.e ja.e tasilaa namni musiibaan itti buutu ja.u ja.e jahannam keeysatti maamama dhuguurra duniyaanu isiinuu silaahuu waa xiqqoo intaluma tana fuudheedhuman mokkoramee wajjin jiraachuu naaf wayya ja.ee filate hoggaa abbaan nikaa godheefii intala itti fidee ja.u intalti huuraleynii jannataa fakkaatti waan jehuu wallaaleet abbaan kee hin dubbattu jennee ? Ee dhugaadha abbaan kiyya dhugaa baana abbee hin dhageeysu hin jennee Ee dhugaa baana jetteen

.......


Join us
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@ALNMYG๐ŸŒท
@ALNMYG๐ŸŒท
@ALNMYG๐ŸŒท

#Al_Nasr_Muslim_Youth_Jam'a ๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท
#PART 2

yaa obboleyttii islaamaa dubbii tana naaf ibsi ja.een:-
bar akki abbaan kiyya itti fedhe intalti tiyya takkaa haraam hin laalle tan haraam hin dhageeyne jechuun tan muuziqaa fi nama hamachuullee takkaa ajinabii wajjin hin hasoynne jettee ibsiteef akkasitti duuba waan nama ajaa.ibsiisuudhaa Ee dhugaadhaa yaa obboleeyyan kiyya mee gad lallaala gurbaa rabbiin sodaatu kana intala rabbi sodaattu tana akkaataa itti rabbiin walitti fide
yaa rabbi warra sodaa tee qabu irraa nuhaagodhuu dubbisaa garuu hin tuffatinaati bu.aa hin dhabu
warra dubbiseef waan bu.a qabeessa
tan hojiirra oolchee isin keeyssaa
bor jennata keeyssa
huuraleynii wajjin teeyssa.


SHARE WALIF GODHA !
Join us
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@ALNMYG๐ŸŒท
@ALNMYG๐ŸŒท
@ALNMYG๐ŸŒท

#Al_Nasr_Muslim_Youth_Jam'a ๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท

https://m.facebook.com/ALNMYG/
Join us
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@ALNMYG๐ŸŒท
@ALNMYG๐ŸŒท
@ALNMYG๐ŸŒท

#Al_Nasr_Muslim_Youth_Jam'a ๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท


https://m.facebook.com/ALNMYG/
@Al-Nasr Muslim Youth Group
ใ€ฐใ€ฐใ€ฐใ€ฐใ€ฐใ€ฐใ€ฐใ€ฐใ€ฐใ€ฐใ€ฐใ€ฐ
ุจุณู… ุงู„ู„ู‡ โค๏ธ

๐Ÿ‘‰AS WR WB akkam jirtuu har'a waan xiqqoo tokko qabane dhufne nama itti fayyadameef garuu waan guddoodha innis maali .๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

#waa'ee salaataati waan ulamaa'iin teenya barreeysitee irraa argeetin isin biraan gahuu barbaade.
ู„ุงุชุชุงุกุฎุฑ ุนู† ุฃุฏุงุก ุงู„ุตู„ุงุฉ ููŠ ุงู„ู…ุณุฌุฏ ูุงุกู† ุตู„ุงุฉ ุงู„ุฌู…ุงุนุฉ ูˆุงุฌุจุฉ ู„ุงูŠุฌูˆุฒ ุชุฑูƒู‡ุง ุฏูˆู† ุนุฐุฑ
๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด

Kana jechuun afaan oromootti hogguu hiikkamu akkana jechuudha.๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

๐Ÿ‘‰salaata geeyssuurraa booda hin aanin hin rincicin masjida deemtee salaaturraa yeroo isii kabajuu yeroo azaanamee azaana dhageesse gara masjidaa deemuun dirqama waan ta,eef ammas salaanni jam,aadhaa waajiba /dirqama jam,aa salaatuu dhiiysuun abbaa fedheef hin hayyamamu uzuriin maletti yoo rakkoon hamaan isa mudatte male.

#FKN ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
1. Dhukkubsateefaa yoo deemee dhaquu dadhabee

๐Ÿ‘‰Yoo ta'e male jechuudha wanni akka jimaa qama,uufaa ammas osoo waa dhaggeeyfatani sa,aan salaataa nama dabartu uzurii /rakkoo hin ja,amtuu beekaa /hubadha .

Tanaafu naafi sillee nama itti dalagu rabbin nu haa godhu amiin. Obbaleeyan Kenya kan dhagahinif share godhun akiraaf carraqadha.

@ALNMYG
@ALNMYG
@ALNMYG
Join us
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@ALNMYG๐ŸŒท
@ALNMYG๐ŸŒท
@ALNMYG๐ŸŒท

#Al_Nasr_Muslim_Youth_Jam'a ๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท


https://m.facebook.com/ALNMYG/
ุตู„ุงุญ ุงู„ู‚ู„ุจ ุจุตู„ุงุญ ุงู„ุนู…ู„ ูˆุตู„ุงุญ ุงู„ุนู…ู„ ุจุตู„ุงุญ ุงู„ู†ูŠุฉ

Join us
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@ALNMYG๐ŸŒท
@ALNMYG๐ŸŒท
@ALNMYG๐ŸŒท

#Al_Nasr_Muslim_Youth_Jam'a ๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท
https://m.facebook.com/ALNMYG/
Forwarded from Rahma_Chiro_DG๐Ÿ”‰๐Ÿ”Š
โœงAS WR WBโœง
๐Ÿƒ๐Ÿ”‰๐Ÿƒ
Neshiidaa Haaraa Afaan Oromootiin Tan Matadureen ishee ''MADRASAA'' Jettu yeroo Muraasa Booda Nu Eegadha.
๐Ÿƒ๐Ÿ”ˆ๐Ÿƒ
Munshiidoota Rahmaatin

๐Ÿ‘€Cooming Soon...
bisimillaahi ja.en jalqaba durarratti
alhamdulillaahin ja.a faaruu isaati
mee galata galchaa isin marti
waan rabbiin isiniif tahe ifirra yaadadhaati
bakka jirtanis mee if gaafadhaati
asirraa nin godaanaa qalbii teessan amansiisaati
sinqii guyyaa boruuf waan gaarii olkaayyadhaati
gaafas dhayxani argattan waan facaafattan asitti

mata-dureen har,aaf qabadhee akkana ja,a
ูุถู„ ุงู„ุตู„ุงุฉ
sadarkaa guddina salaataati
akkuma beekkumu salaanni utubaa diin islaamaati isa male diin kun nijiga jechuudha manni utubaa male hin jaaramu waan taheef namni salaata dide ni kafara ammas salaanni dura waan namni guyyaa qiyaamaa irraa gaafatamuuti yoo isiin tolte hojiin isaa kan hafe niqeebalama yoo isiin hir,atte hojiin isaa kuun fudhatama hin qabu ammas sadarkaa isiin qabdurraahi *sร laanni - badiifii dilii namarraa hayxi "" nabiin s,a,w ja.an
ุฃุฑูŠุชู… ุฃู† ู†ู‡ุฑ ุจุจุงุจ ุฃุญุฏูƒู… ูŠุบุชุณู„ ููŠู‡ ูƒู„ ูŠูˆู… ุฎู…ุณ ู…ุฑุงุช ู‡ู„ ูŠุจู‚ูŠ ู…ู† ุฏุฑู†ู‡ ุดูŠุกุŸ ู‚ุงู„ูˆ ู„ุงูŠุจู‚ูŠ ู…ู† ุฏุฑู†ู‡ ุดูŠุก ู‚ุงู„ ููƒุฐุงู„ู„ูƒ ู…ุซู„ ุงู„ุตู„ูˆุงุช ุงู„ุฎู…ุณ ูŠู…ุญูˆุงู„ู„ู‡ ุจู‡ู† ุงู„ุฎุทุงูŠุง ุฑูˆุงู‡ ุงู„ุจุฎุงุฑูŠ ูˆู…ุณู„ู…

mee naaf himaa ?sa osoo hulaa mana tokkoo keysanirra lagni jiraate guyyaarraa hogguu shan dhiqatee xuriin isarratti ni haftii ? jennaan lakki homaa hin haftu ja.aniin egaa salaanni shanan kana fakkaata rabbiin isaan dilii namarraa haqa B/M odeyssee

salaanni - haada gabrichaa fi rabbi walitti hidhu

salaanni - waan jajjabaate hundarratti tan ittii gargaasifatani Rabbiin S,w akkana ja.jechuunุงุณุชุนู†ูˆ ุจุงู„ุตุจุฑ ูˆุงู„ุตู„ุงุฉ ูˆุฅู†ู‡ุง ู„ูƒุจูŠุฑุฉ ุฅู„ุงุนู„ูŠ ุงู„ุฎุงุดุนูŠู†
salaataa fi obsaan gargaassifadhaa garuu isiin warra rabbi sodaaturratti male ni ulfaatti salaanni- badiifi hamtuu fokkattuu hundarraa nama dhowwiti Raabbiin S,W ja,a
ุฃุชู„ ู…ุง ุฃูˆุญู‰ ุฅู„ู‰ูŠูƒ ู…ู† ุงู„ูƒุชุงุจ ูˆุฃู‚ู… ุงู„ุตู„ุงุฉ ุฅู† ุงู„ุตู„ุงุฉ ุชู†ู‡ู‰ ุนู† ุงู„ูุญุดุงุก ูˆุงู„ู…ู†ูƒุฑ
Kitaabarraa waan sitti buufame /beyssifame qara,i salaata dhaabi salaata dhaabi jechuun yeroo isiirratti salaatuu jechuudha
salaanni badii fokkattuu fi jibbamtuurraa nama dhowwiti salaanni ifaadha adduniyaatti qalbii namaaf ibsiti guyyaa qiyaamaatis namaaf ibsiti Nabi S,a,w akkana ja,e

ู…ู† ุญุง ูุธ ุนู„ูŠู‡ุง ูƒุงู†ุช ู„ู‡ ู†ูˆุฑ ูˆุจุฑู‡ุงู†ุง ูˆู†ุฌุงุฉ ูŠูˆู… ุงู„ู‚ูŠุงู…ุฉ ***

salaanni -nama isiirratti uf tiiysee salaateef ibsaa isaaf taati ragaafi furmaata isaaf taati guyyaa qiyaamaa


hanganuman qopeyfadhee
waanin beekurraa wali qabadhee
ammas rabbii kiyya gargaarsifadhee
hinoo fidee isiniif laadhe

isin dargaggoonni nasrii
kan taatan madda kheyrii
diin nuuf jabeessaa dubaraa fi dhiirri
isinirraa haa fageyssu sharrii
walitti isiniif haa qajeeltu hulaaleen kheyrii
ammas isin hรกa milkeyssu guyaa borii
guyyaa adda baafamu dhugaa fi dharri !


Join us
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@ALNMYG๐ŸŒท
@ALNMYG๐ŸŒท
@ALNMYG๐ŸŒท

#Al_Nasr_Muslim_Youth_Jam'a ๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท


https://m.facebook.com/ALNMYG/
@AI-Nasr muslim youth Group โค๏ธ
_ใ€ฐใ€ฐใ€ฐ____________

" As wr wb "
Bakka jirtanitti nageenyi rabbii isin haa dhaqqabun jechuu barbaada durarratti.

Bisimilaahi jenna maqaa rabbii guddaa
isatu addaan nuuf baase fokkotaa fi badaa
kan irra nukaa.e xariiqul hudaa
isa biraa argamti furmaanni waa hundaa


qabiyyeen har.aaf qabadhe maal seetan waa.ee uumamatootaa ilaalchisee haala fedhinnaa isaaniitifi hubannoo isaanii ilaalchisee qalbii qabaatuu fi fedhinnaa irratti hundaa.ee waan xiqqoo naaf ife irraan isiniin gahuu barbaade

ู‚ุงู„ ุจุนุถ ุงู„ุณู„ู : ุฎู„ู‚ ุงู„ู„ู‡ ุงู„ู…ู„ุงุกฺฏุฉ ุนู‚ูˆู„ุง ุจู„ุง ุดู‡ูˆุฉ ูˆุฎู„ู‚ ุงู„ุจู‡ุงุกู… ุดู‡ูˆุฉ ุจู„ุงุนู‚ูˆู„ุง ูˆุฎู„ู‚ ุงุจู† ุขุฏู… ูˆุฑูƒุจ ููŠู‡ ุงู„ุนู‚ู„ ูˆุงู„ุดู‡ูˆุฉ ูู…ู† ุบู„ุจ ุนู‚ู„ู‡ ุดู‡ูˆุชู‡ ุงู„ุชุญู‚ ุจุงุงู„ู…ู„ุงุกูƒุฉ ูˆู…ู† ุบู„ุจุช ุดู‡ูˆุชู‡ ุนู‚ู„ู‡ ุงู„ุชุญู‚ ุจุงุงู„ุจู‡ุงุกู…
ใ€ฐใ€ฐใ€ฐใ€ฐใ€ฐใ€ฐใ€ฐใ€ฐใ€ฐใ€ฐใ€ฐใ€ฐใ€ฐใ€ฐ

๐Ÿ‘‰๐ŸŒดSalftoota keessaa tokko akkana ja'e. rabbiin "malaaykoota" ni uume ja'e aqilii guutuu godhee fedhinnaan maletti uume .
malaaykoonni fedhinnaa hin qaban jechuudhu.

๐Ÿ‘‰๐ŸŒด Ammas rabbiin beelladoota aqliin maletti uume garuu fedhinnaa ni qabu isaan kun faallaa malaaykootaati ilma namaa kana isaanin adda godhee uume fedhinnaas aqiliis guuteeti uume mee kanarraa maal hubattu ?

wantoota dachiirra jiran keessaa ilmi namaa isa tokko isaanis waa lamaan caala tokko aqilii qabaatuu lama fedhinnaa qabaatuu fi k k n dha. hanganuman irraa hubadhe yoonin dogoggores dhiifama .

rabbi isin haa milkeessu
bakka yaaddan sanis isi haa geessuu
jennata keessaa ollaa nabiyyii isin haa qubsiisuu


galatoomaa ammas galatoomaa
adduunyaaf aakhiraa bilisoomaa isiinin jannaa wantoota haariya arkachuf #channel Kenya join godha inshallah.

@ALNMYG ๐Ÿ
@ALNMYG ๐Ÿ
@ALNMYG ๐Ÿ
2025/07/04 17:53:54
Back to Top
HTML Embed Code: