Telegram Web Link
Forwarded from Asad Official (1stly)
#Harmee_baroota hedduu
➦➮➪➨➟➜➞➙➣👬👫
Utuma dhangalaanuu
Akka bishaan Alagaa
Walittuu ba'aa taanee
Ulfaannee akka dhagaa

Wal-baqannee facaanee
Akka waan diina booree
Qaawwa keenyaan nu seenee
Alagaanuu wal-sooree

Nuti waliif yaaduu
Dhiifnee wal-jibbinaa
Ormatu bal'ifatee
Nu'iif hawwa dhiphina

Ilmaan Abbaa tokkoo
Wajjin manaa baanee
Wal-dhaga'uu dhabuun
Diinatti wal-laannee

Kufaatii walii ilaallee
Itti rukunnee dibbee
Waraabo kana baree
Tokko ta'ee nu jibbee

Obboleessi inaafnaan
Argannaa Obboleessaa
Qomoo silaa wal-tumsu
Diddiigee wal-balleessa

Waa xiqqoo dogoggara
Arginee wal-hin illuu
Alatti wal-dhiibuu caala
Wal-utubuu hin filluu

Naanna'ee caccabuun ala
Bu'aan tokko illee hin dhufuu
Dhaloota ijaarre diiguudha
Walitti taanee gufuu

Gadaan Abbootii keenyaa
Nur harkatti mugee rafaa
Qananiin hoongee ta'ee
Gadadoon nu harkatti hafa

Yoonaa harmeen nu deesse
Bobbaa keenya tilmaamtii
Milkiin dhufti ilmaan koo
Jechaa karaa nu ilaaltii

Harmee baroota hedduuf
Maaf simatti Gaddaa
Iji ishee imimmaaniif
Maaliif ta'a maddaa?

Maalumaaf bar-tokko
Nuti wal-hammannee
Harmee gammachiisnee
Waliin hin gammannee?

Sana kana hin jennuu
Furmaanni illee numaa
Maddi isaa tokkummaa
Yoosuu hunduu argamaa!
💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪

✍️ Mujaahid Haboo'tiin
Galatoomaa!

Liinkii kanaa gadii yoo seentan
Odeeffannoofi walaloowwan mimmiidhagduu argachuu dandeessu
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAEmc0vHVCxyOHTCBFA
Forwarded from Ahlu Sunnaa wal-jama'aa (Abđeta Øbborra)
Fastaqim كما امرت
فستقم
https://www.tg-me.com/mubemahammed
𝐈𝐁𝐒𝐀 𝐌𝐈𝐍𝐈𝐒𝐓𝐄𝐄𝐑𝐈 𝐁𝐀𝐑𝐍𝐎𝐎𝐓𝐀 𝐁𝐀𝐀𝐒𝐄𝐍..see more.....
Channel photo updated
𝐈𝐁𝐒𝐀 𝐌𝐈𝐍𝐈𝐒𝐓𝐄𝐄𝐑𝐈 𝐁𝐀𝐑𝐍𝐎𝐎𝐓𝐀 𝐁𝐀𝐀𝐒𝐄𝐍..see more.....
Forwarded from Femasu
𝐈𝐁𝐒𝐀 𝐌𝐈𝐍𝐈𝐒𝐓𝐄𝐄𝐑𝐈 𝐁𝐀𝐑𝐍𝐎𝐎𝐓𝐀 𝐁𝐀𝐀𝐒𝐄𝐍..see more.....
Forwarded from Kena
🖤♥️🤍 🎤 𝗕𝗘𝗘𝗞𝗦𝗜𝗦𝗔 🎤 🖤♥️🤍
𝐎𝐝𝐮𝐮 𝐆𝐚𝐦𝐦𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚 𝐅𝐚𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚 #𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐚𝐚𝐟 𝐃𝐡𝐚𝐚𝐛𝐛𝐚𝐭𝐧𝐢 𝐛𝐞𝐞𝐤𝐬𝐢𝐬𝐚 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐟𝐢 𝐠𝐫𝐨𝐮𝐩 𝐭𝐨𝐥𝐚𝐚𝐧 𝐢𝐬𝐢𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐛𝐞𝐞𝐤𝐬𝐢𝐬𝐮𝐮𝐟 𝐢𝐬𝐢𝐧𝐢 𝐠𝐮𝐝𝐝𝐢𝐬𝐮𝐮𝐟 𝐪𝐨𝐩𝐡𝐢𝐢 𝐢𝐬𝐢𝐢 𝐱𝐮𝐦𝐮𝐫𝐞 𝐣𝐢𝐫𝐚 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐚𝐟 𝐤𝐨𝐭𝐭𝐚𝐚 𝐆𝐚𝐥𝐦𝐞𝐞𝐟𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐟𝐚𝐚𝐲𝐢𝐝𝐚𝐚𝑚𝑎 𝐭𝐚,𝐚𝐚 𝐛𝐞𝐞𝐤𝐮𝐦𝐬𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐇𝐮𝐦𝐧𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐧𝐮𝐮𝐧 𝐚𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐡𝐚 𝐝𝐚𝐠𝐚𝐚𝐠𝐬𝐢𝐧𝐮

𝐔𝐥𝐚𝐚𝐠𝐚𝐚𝐧 𝐆𝐚𝐥𝐦𝐞𝐞
1𝐟𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐦𝐞𝐝𝐢𝐚 𝗆𝖾𝗆𝖻𝖾𝗋 500 𝗐𝗈𝗅𝗂𝗂 𝐭𝐚,𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚.

2𝐟𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐦𝐞𝐝𝐢𝐚 𝐬𝐚𝐟𝐮𝐮 𝐟𝐢 𝐝𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐞𝐞𝐠𝐚𝐭𝐮 𝐭𝐚'𝐮𝐮 𝐪𝐚𝐛𝐚.

3𝐟𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐦𝐞𝐦𝐛𝐞𝐫 𝐢𝐬𝐚𝐚 100/1𝐤 𝐭𝐚,𝐮𝐮𝐟𝐢𝐢 𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐨𝐥 𝐭𝐚,𝐮𝐮 𝐪𝐚𝐛𝐚.

𝐂𝐚𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐆𝐚𝐚𝐫𝐢𝐢𝐧 𝐢𝐬𝐢𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐡𝐚𝐰𝐚 𝐧𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐭𝐚𝐚𝐭𝐞𝐞 𝐚𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐲𝐞𝐞𝐥𝐥𝐚𝐚𝐭𝐞 𝐬𝐢 𝐠𝐚𝐚𝐟𝐚𝐭𝐚 𝐬𝐞𝐞𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐠𝐚𝐚𝐟𝐚 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐛𝐞𝐞𝐤𝐚𝐦𝐭𝐢𝐢 𝐠𝐮𝐝𝐝𝐚𝐚 𝐭𝐚𝐚𝐭𝐞. 📝 𝐍𝐮𝐪𝐮𝐧𝐧𝐚𝐦𝐮𝐮𝐟 www.tg-me.com/asadooro 𝑔𝑎𝑙𝑚𝑒𝑓𝑎𝑑ℎ𝑎 ↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓
Forwarded from Kena
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
#𝐌𝐚𝐧𝐚_𝐊𝐢𝐫𝐚𝐚....

𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐰𝐚𝐚𝐧 𝐚𝐝𝐝𝐮𝐧𝐲𝐚𝐚𝐫𝐫𝐚
𝐁𝐚𝐫𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐚𝐚𝐧 𝐣𝐢𝐫𝐚𝐚𝐭𝐮𝐮
𝐐𝐮𝐛𝐚 𝐟𝐮𝐧𝐲𝐚𝐚𝐧 𝐧𝐚 𝐤𝐚𝐚’𝐞
𝐀𝐛𝐛𝐚𝐚 𝐦𝐚𝐧𝐚 𝐤𝐢𝐫𝐚𝐚𝐭𝐮
~
𝐆𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚𝐧 𝐤𝐚𝐟𝐟𝐚𝐥𝐭𝐢𝐢 𝐠𝐚'𝐞𝐞
𝐃𝐚𝐛𝐚𝐫𝐫𝐚𝐚𝐧 𝐠𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐨
𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐝 𝐧𝐚 𝐡𝐚𝐫𝐤𝐢𝐬𝐮𝐮𝐟
𝐅𝐮𝐝𝐡𝐚𝐭𝐞𝐞 𝐝𝐡𝐮𝐟𝐞𝐞 𝐨𝐤𝐤𝐨𝐨...

"𝐆𝐮𝐲𝐲𝐮𝐦𝐚 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐦𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢𝐟
𝐎𝐬𝐨𝐨 𝐡𝐢𝐧 𝐤𝐚𝐟𝐟𝐚𝐥𝐢𝐧 𝐭𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚?
𝐃𝐚𝐤𝐤𝐮𝐮 𝐤𝐞𝐞 𝐠𝐮𝐮𝐫𝐫𝐚𝐝𝐡𝐮𝐮𝐭𝐢𝐢
𝐁𝐚'𝐢 𝐦𝐚𝐧𝐚𝐤𝐨𝐨 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚
𝐐𝐚𝐫𝐬𝐡𝐢𝐢 𝐡𝐢𝐧 𝐟𝐢𝐝𝐝𝐮 𝐭𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐧
𝐀𝐦𝐦𝐚 𝐬𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐭𝐭𝐢
𝐅𝐮𝐫𝐭𝐮𝐮𝐧 𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐣𝐢𝐣𝐣𝐢𝐢𝐫𝐚
𝐎𝐥 𝐡𝐢𝐧 𝐬𝐞𝐞𝐧𝐭𝐮 𝐦𝐚𝐧𝐚𝐭𝐭𝐢
𝐇𝐚𝐫𝐤𝐢𝐬𝐞𝐞𝐧 𝐬𝐢 𝐝𝐚𝐫𝐛𝐚𝐝𝐡𝐚
𝐁𝐚𝐚𝐬𝐞𝐞 𝐜𝐢𝐧𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐫𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢
𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐤𝐨𝐨𝐬 𝐧𝐚𝐧 𝐤𝐢𝐫𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚
𝐐𝐚𝐚𝐥𝐞𝐬𝐬𝐞𝐞 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐠𝐚𝐫𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢"

𝐉𝐞𝐝𝐡𝐞𝐞 𝐥𝐚𝐟𝐚 𝐝𝐡𝐢𝐩𝐡𝐢𝐬𝐞𝐞
𝐈𝐲𝐲𝐚𝐚𝐧 𝐧𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐝𝐡𝐚𝐚𝐝𝐚𝐭𝐞𝐞.....
𝐃𝐮𝐛𝐛𝐢𝐢 𝐧𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐛𝐚𝐚𝐲'𝐢𝐟𝐧𝐚𝐚𝐧
𝐆𝐚𝐫𝐚𝐚𝐧 𝐰𝐚𝐚 𝐧𝐚 𝐲𝐚𝐚𝐝𝐚𝐭𝐞.
𝐀𝐫𝐫𝐚𝐛𝐚 𝐥𝐚𝐟𝐞𝐞𝐧 𝐪𝐚𝐛𝐧𝐞𝐞𝐧
𝐋𝐚𝐟𝐞𝐞 𝐤𝐢𝐲𝐲𝐚 𝐜𝐚𝐜𝐜𝐚𝐛𝐬𝐞𝐞
𝐆𝐚𝐫𝐚𝐚𝐤𝐨𝐨 𝐧𝐚 𝐠𝐮𝐠𝐠𝐮𝐛𝐞𝐞
𝐀𝐚𝐫𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐧𝐚 𝐠𝐚𝐠𝐠𝐚𝐛𝐬𝐞𝐞
𝐎𝐛𝐬𝐚 𝐧𝐚 𝐟𝐢𝐜𝐜𝐢𝐬𝐢𝐢𝐟𝐧𝐚𝐚𝐧
𝐃𝐮𝐛𝐛𝐢𝐢𝐧 𝐦𝐨𝐫𝐦𝐚 𝐧𝐚 𝐠𝐚'𝐞𝐞
𝐀𝐤𝐤𝐚𝐬 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐞𝐞 𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐡𝐢𝐦𝐞𝐞𝐧
𝐌𝐚𝐧𝐚𝐬𝐚𝐚 𝐝𝐡𝐢𝐢𝐬𝐞𝐞 𝐛𝐚'𝐞!

--------------Seemore........
𝐈𝐁𝐒𝐀 𝐌𝐈𝐍𝐈𝐒𝐓𝐄𝐄𝐑𝐈 𝐁𝐀𝐑𝐍𝐎𝐎𝐓𝐀 𝐁𝐀𝐀𝐒𝐄𝐍..see more.....
Forwarded from Faana beekumsaa
𝐀𝐬𝐡𝐚𝐦𝐚 𝐇𝐚𝐫𝐤𝐚 𝐅𝐮𝐮𝐧𝐞
🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌

https://youtu.be/Zeda5J-W4jQ?si=8zfvraMWcpnwMmsC

Kabajamtootaa fi Jaallatamtoota Hordoftoota Maatiiwwan #Faana_Beekumsaa 🤦‍♂🤦‍♂🤦‍♂🤦‍♂🤦‍♂🤦‍♂🤦‍♂ Nagaan keenya kan jaalalaa fi kan kabajaa bakka/iddoo jirtan maratti isin haa dhaqqabu!

Har'as #Media keenya jijjiirama dhala namaatiif onneetee kan ka'e #Dhaloota👇👇👇👇
👉qaroomaa
👉ogeessa
👉hojjataa
👉fayyaalessa
👉gaggeessaa
👉milkaa'aa
👉wal-qixxummaa itti amanu... ta'e uumuudha kaayyoon keenya!

♡☞↓☜♡☞↓☜♡☞↓☜♡☞↓☜♡

Kottaa waliin haa barannuu,waliin haa hojjannu waliin haa guddannuu waliin haa milkoofu  Jedha #Media Keenya Ka𝐚ra Adda Addatin Hordoftoota #50K 𝐖ol Kan Qabu Yeroo Ta'u Gara YouTube Yeroo Dhihoo Kana Banamen #Subscriber Fi #Watch #Hour Bayye tokko nuu Barbaachisa Kanafu  Hundi Keessaanu #Walaloo Ajaa'ibaa 𝐃𝐚𝐪𝐢𝐪𝐚 36 Kana Hanga Dhummati Dhaggefachun Achumanu #Subscriber #Like #Comment gochun #Arti #Oromoo Jajjabeessa 𝐰𝐨𝐥𝐚𝐥𝐨𝐨 𝐛𝐚𝐲𝐲𝐞𝐞 𝐧𝐚𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢 𝐓𝐨𝐥𝐮 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐆𝐮𝐝𝐝𝐚𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐚 Namoota Biraaf #Sher Godha ↴↴

☜♡☞↓☜☜♡☞↓☜♡☞↓
https://youtu.be/Zeda5J-W4jQ?si=8zfvraMWcpnwMmsC

𝐓𝐈𝐊 𝐓𝐎𝐊 76𝐊 @Asadfamily1

𝐅𝐀𝐂𝐄𝐁𝐎𝐎𝐊 𝐆𝐑𝐎𝐔𝐏 50𝐊 @AsadFamily1

𝐀𝐊𝐊𝐀𝐒𝐔𝐌𝐀 𝐘𝐎𝐔𝐓𝐔𝐁𝐄 𝐊𝐄𝐄𝐍𝐘𝐀 𝐒𝐔𝐁𝐒𝐂𝐑𝐈𝐁𝐄𝐑𝐒 𝐁𝐀𝐘𝐘𝐄 𝐓𝐎𝐊𝐊𝐎 𝐍𝐔𝐔 𝐁𝐀𝐑𝐁𝐀𝐀𝐂𝐇𝐈𝐒𝐀 ↓↓↓↓
←_←_←_←_←_←_←_←_←_
https://youtube.com/@Asadfamily1
https://psee.io/Asadfamily1
https://youtube.com/@Asadfamily1
https://psee.io/Asadfamily1
Forwarded from Faana beekumsaa
Computer Ykn bilbila qabna taanan hojii namootni biroon hojjetanii madda galii horan hawwuu hin qabnu. Keessumaa viidiyoo hojjechuun sadarkaa addunyaatti barbaadamuudhaan 💸 miindaa 💸 gurguddaa kaffalaa jiraa....

Haata’u malee kaffaltiidhaan barachuu osoo hin taanee app barbaachisoo ta’an qabaannan hojii mataa keenya uumuu dandeenya Dura Durse link kana 👉 https://youtube.com/@Asadfamily1 Subscriber Gochu Hin Dagatin .

Kanumaafuu viidiyo App fi edit gochuuf nu gargaaran bebbeekamoo shan (5) kana bilbila keessan irratti buufachuudhaan shaakala gochuu Qarshi 💰 Argaachu 💰 dandeenya .
App kana argachuuf link gadii kanaan arganna.
👇🏿👇🏿

https://youtube.com/@Asadfamily1
https://psee.io/Asadfamily1
https://youtube.com/@Asadfamily1
Forwarded from Faana beekumsaa
*|
Galatoma Ulfaadha Kabaajatu Isin Mala Gara YouTube #Sub 800 Naa Geessaanitu Galatoma #subscibers 👉 https://youtube.com/@Asadfamily1
Hanga Dandeessanu Sher Naaf Godha
|*.
→----꧁ASAD FAMILY꧂-----←
⊰᯽⊱┈──╌❊╌──┈⊰᯽⊱
COMING SOON
⊰᯽⊱┈──╌❊╌──┈⊰᯽⊱
━━━━━━━━━━━━━━━
↛↛↛↛꧁𝙎𝙃𝘼𝙍𝙀꧂↚↚↚↚
━━━━━━━━━━━━━━━
https://www.youtube.com/@Asadfamily1
━━━━━━━━━━━━━━━
tiktok.com/@asadfamily1a
━━━━━━━━━━━━━━━
https://www.facebook.com/asadfamily1
━━━━━━━━━━━━━━━
https://facebook.com/groups/225424723389331/
━━━━━━━━━━━━━━━
➥Account Asad Abda follow me
▬▬▬▬◆IYI◆▬▬▬▬◆
⊰᯽⊱┈──╌❊╌──┈⊰᯽⊱
የቴሌግራም ቻናል
⊰᯽⊱┈──╌❊╌──┈⊰᯽⊱
https://www.tg-me.com/Asadfamily1
- 𝐉𝐎𝐈𝐍 𝐔𝐒 ➲
👇👇👇👇👇👇👇👇👇

https://www.youtube.com/@Asadfamily1

Subscribers Naaf gochun nuu jajjabeessa Barnoota bayye irraati Argaatu
Forwarded from Faana beekumsaa
------꧁Coming Soon꧂-------
⊰᯽⊱┈──╌❊╌──┈⊰᯽⊱
★★★ Eid Mubarak ★★★

Namooni Suura Eid Mubarak Haala Kanan Hojeechifachu Barbaadan Qarshi 50 Qofa Fi Suura Qulqulina Qabu Kara Link Telegrami Kana Ergaachu Dandeessu 👉 T.me/Alsadabda Kafalti Dursa Rawachun Dirqama Daafa Osoo Namni Biraa isin Hin Dursin Dabare Qabadha

Kara Kafalti Ittin Rawatan

Nigd Bank

1000478326126 Maqa Alsad Abda

Kara Kardi Mobile Hin Dandeessu Yoo Mobile Bank isin Dide Qofa bilbilaa isnif Ergaa

Screenshot Naaf Ergu Hin dagatina
2024/05/21 20:27:55
Back to Top
HTML Embed Code: