Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Pluton dwarf planet dha
Namooonni hedduun akkasumas kitaabonni hedduun kan mana barnoota barannu
baay’een isaanii pilaaneetota sagaltu jiru jedhu, garuu sababa kitaabonnii mana
barumsaatti barannu keenya haaroomsu irratti rakkoo waan jiruuf baay’een keenya
pilaaneetii sagaltu jira jennee yaadna; ta’us pilaaneetii sagal jennu keessaa piluutoon
bara 2006 A.L.A pilaaneetii keessa haqamuun garuu ‘dwarf’ planeet jalat ramadamte jirti.
🔰Kanaafuu sirna aduu (solar system) keessa pilaaneetiiwwan saddeetitu
argama.
🔰Qaamni hawaa tokko pilaaneetii jedhamuuf seerota sadii kan ‘International
astronomical unit’ baase guutee argamuu qaba. Sanaan ala pilaaneetii jedhamee
waamamuu hin danda’u; seeronni kanniin immoo:-
✅Orbiitii pilaanetichaa aduu irra naanna’uu qaba.
(inni kun kan hojjetu
pilaaneetiiwwan sirna aduu keessa jiran qofaafidha sababa
pilaaneetiiwwan biroo kan ‘exoplanets’ jedhaman sirna aduun ala
jiraniif)
✅Hanga gahaa ta’e kan ‘hydrostatic equilibrum’ irra isa teessisu
qabaachuu qaba.
✅Naannoo isaa sirritti qulqulleessutu irra jiraata.
(cleared the
neighbourhood) kana jechuunis wantoonni naannoo isaatti argaman
hundi humna harkisaa (gravity) isaa gad ta’e qabachuu qabu jechuudha.
✍ .piluutoon yeroo ilaalamtu ulaagaa isa 3ffaa kana guutuu hin dandeessu. Sababni isaas
orbiitiin piluutoo orbiitii piluutoo orbiitii neeptiyuuniifi qaamolee biroo neeptuunii
duubatti argaman waliin walirra oola. Kanaafis pilaanetii ta’uu keessa haqamtee jirti.
👉Yeroo kanatti pilaaneetiiwwan saddeetu jira. Tartiibaan yoo ilaalle:-
o Pilaaneetiiwwan lafaa’oo (terrestrial planets)
Meerkurii
Veenusii
Lafa
Maarsii
Pilaaneetiiwwan gurguddaa (giant planets)
Juuppitarii
Saatarnii
Yuuraanasiifi
Neptiyuunidha

📢 Today's Special Alert!
We’ve got 50 EUEE Biology Questions waiting for you!
🧬🔥 Get ready to test your knowledge and boost your prep!
🕞 Time: 3:30 LT
📍 Don't miss it!
👉 Be there, challenge yourself, and level up! 💪
Join Now 👇
@monetacademy

Yeroo amma kana namoonn channel telegram gurguddda qaban qarshii kara addan argata jiru ach keessa tokko beekaman kara beeksisan
1. Kan dhabbaann telegram channel keesaan irratr beeksiisa gad lakkise ton isinif kennudha
2. https://telega.io/c/Barattootaoromo link kanan seentan yoo galmooftan dhabbanni kunis kan telegram olitti kaffala . Creteria isa miseensi channel ykn group sana 3000 fi achi ol tauu dha
Kanaaf namoonn channel keessan 3k ol taee galmooftan mallaqa argachuu dandeessu
https://telega.io/c/Barattootaoromo

Biiroon Barnoota Naannichaa dhimma qormaata kutaa 8ffaa 'amantii Islaamummaa xureesse' jedherratti dhiifama gaafate
Naannoo Giddugaleessaa Itoophiyaatti qormaata naannoo kutaa 8ffaa tibbana laatameen qormaata barnoota saayinsii hawaasaa keessaa gaaffiin tokko hordoftoota amantii Islaamaa dheekkamse irratti biiroon barnoota naannichaa dhiifama gaafateera.
Qormaata saayinsii hawaasaa keessatti gaaffiin 17ffaa "amantii islaamummaa kan xureessu" ta'uu hordoftoonni amantichaa karaa adda addaan komii dhiyeessaa turaniiru.
Biiroon Barnoota Naannoo Giddugaleessaa Itoophiyaa dhimma kana ilaalchisee ibsa kaleessa baaseen, biirichi komii dhiyaate qoratee komii sirrii akka ta'e mirkaneessuu ibseera.
Haaluma kanaan "dogoggora uumameef ifatti dhiifama akka gaafatu" ibseera. Kana malees qopheessitoota qormaatichaa dogoggora kana raawwatan irratti "tarkaanfii barbaachisu" akka fudhate ibse.
#barattootaoromo@barattootaoromo
#qormaata@barattootaoromo

Forwarded from Barattoota oromoo (🅷🅺🆁 Gjx™🔘)
CARRAN KUN AKKA ISIN HIN DARBINEE
KEESSATTU JIRAATA MAGALAA SHASHAMANNEETIIF

Forwarded from Buy Group Old || Joshua (Mr. Joshua)
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
#Itoophiyaan qaala'insa jireenyaatiin #Afrikaa keessaa sadarkaa duraa qabachuu gabaasni akeeke
Itoophiyaan biyyoota Afrikaa keessa jiraachuuf qaala’aa ta’an keessaa sadarkaa tokkoffaa irra kan jirtu yoo ta’u, addunyaa irraa sadarkaa 53ffaa irra jiraachuu ishee gabaasni mul’ise.
Akka gabaasa haaraa kuusaa ragaa qaala'insa jireenyaa addunyaa guddichaa baaseetti lammiileen Itoophiyaa yeroo ammaa tajaajiloota bu’uuraa kanneen akka nyaataa fi geejjibaa irratti biyyoota Afrikaa biroo caalaa baasii guddaa baasu jedhe.
Akka gabaasa kanaatti Itoophiyaan addunyaa irraa sadarkaa 53ffaa irratti kan argamtu yoo ta’u, kunis qabxii indeeksii qaala'insa jireenyaa 46.5 galmeessisuun biyyoota Afrikaa keessaa isa olaanaa ta’u agarsiiseera.
Biyyattiiti sababa gatiin meeshaalee shaqaxoota dabalaa jiru kanaan walqabatee Itoophiyaan qaala'insa jireenyaan tokkoffaa akka taatuu godheera jedhe.
Keessattuu namoota galii dhaabbataa ykn gadi aanaadhaan jiraataniif baasii torbee isaanii uwwisuuf daran rakkisaa itti ta'uu biyyaattiin jireenyaaf qaala’ooftu ta’uu ishee kan agarsiisu ta'uu APA News gabaaseera.
#Ethiopia
#qalaiinsaajireenyaa@barattootaoromo
#barattootaoromo
#oromiiyaa
@barattoootaoromo
@barattootaoromo

Haleellaa saayibariitiin odeeffannnoowwan biliyoona 16 butaman
Haleellaan saayibarii Telegiraamiifi Feesbuukii dabalatee miidiyaa dijitaalaarratti raawwatameen odeeffannoowwan biliyoona 16 butamuun himame.
Appil, Googil, Telegiraam, Feesbuukiifi Jiit Haab kanniin haleellaan irratti raawwatame keessaa ta’uun ibsameera.
Haleellaan saayibarii guddaan kun nageenya saayibarii dijitaalaarratti rifaatuu kan uume yoo ta’u, qorattoonni akka jedhanitti, lakkoofsi seensaa ykn jechoonni icciitii biliyoona 16 ol saaxilamuunsaanii ibsameera.
Haleellaan saayibarii kun seenaa nageenya saayibarii tibbanaa keessatti taateewwan nama rifachiisan keessaa tokko ta’uunsaa himameera.
Akka gabaasa xiinxaltoota nageenya saayibariitiin baheetti; odeeffannoon dhuunfaa dijitaalaa, jechoota icciitii, maqaa fayyadamaa (ykn teessoo imeelii)fi faayiloota walqabatan kanneen haleellaa kanaaf saaxilaman hundi to’annaa ala ta’uunsaanii ibsameera.
Jechoota icciitii herregaa gartokkee ykn guutummaatti jijjiiruun, jecha darbii abbaa lamaa fayyadamuufi liinkiiwwan hinbeekamne cuqaasuu dhiisuun haleellaa kanarraa of eeguuf akka furmaataatti eerameera jechuun Foorbis gabaaseera.

Hundeessaan telegiraamii ijoolleesaanii 100 ol ta'aniif qabeenyasaanii kennu
Hundeessaan Telegiraamii Paaveel Duuroov qabeenya doolaara biliyoona 13.9 qabu ijoolleesaa 100f akka qoodu dubbataniiru.
Miistar Duuroov barruu siyaasaa Faransaay Pooyinti jedhamutti akka himanitti: “ Hunduu ijoollee kooti, hundisaanii mirga walfakkaatu niqabaatu.Ani erga du’ee booda akka wallolan hinbarbaadu” jedhaniiru.
Miistar Duuroov abbaa ijoollee jahaa michuuwwan addaddaa sadiirraa argamanii yoo ta'u, erga sanyii kormaa arjoomaniin booda ijoollee 100 ol akka qaban himaniiru.
Dhimma yakkaa cimaa Faransaayi isarratti banameen walqabatees badii akka hinraawwanne ibsaniiru
Ijoolleensaa akka namoota idileetti akka jiraatan, akka ofguddifatan, ofdanda’uu akka baratan, kalaqa akka qabaatan, herrega baankiirratti akka hinhirkatanne akka barbaadan dubbataniiru jechuun BBCn gabaaseera.
Telegiraamiin addunyaa guutuutti ji'atti fayyadamtoota biliyoona tokkoo ol akka qabu himama.
Hundeessaan Telegiraamii Paaveel Duuroov qabeenya doolaara biliyoona 13.9 qabu ijoolleesaa 100f akka qoodu dubbataniiru.
Miistar Duuroov barruu siyaasaa Faransaay Pooyinti jedhamutti akka himanitti: “ Hunduu ijoollee kooti, hundisaanii mirga walfakkaatu niqabaatu.Ani erga du’ee booda akka wallolan hinbarbaadu” jedhaniiru.
Miistar Duuroov abbaa ijoollee jahaa michuuwwan addaddaa sadiirraa argamanii yoo ta'u, erga sanyii kormaa arjoomaniin booda ijoollee 100 ol akka qaban himaniiru.
Dhimma yakkaa cimaa Faransaayi isarratti banameen walqabatees badii akka hinraawwanne ibsaniiru
Ijoolleensaa akka namoota idileetti akka jiraatan, akka ofguddifatan, ofdanda’uu akka baratan, kalaqa akka qabaatan, herrega baankiirratti akka hinhirkatanne akka barbaadan dubbataniiru jechuun BBCn gabaaseera.
Telegiraamiin addunyaa guutuutti ji'atti fayyadamtoota biliyoona tokkoo ol akka qabu himama.
Forwarded from Barattoota oromoo (🅷🅺🆁 Gjx™🔘)
CARRAN KUN AKKA ISIN HIN DARBINEE
KEESSATTU JIRAATA MAGALAA SHASHAMANNEETIIF
KEESSATTU JIRAATA MAGALAA SHASHAMANNEETIIF
CARRAN KUN AKKA ISIN HIN DARBINEE
KEESSATTU JIRAATA MAGALAA SHASHAMANNEETIIF
Odeeffannoo dabalataatiif: +251710622666 Telegiraam: Alpha Telegram group link = www.tg-me.com/+Z655QHt_Ynw2ZTQ0