Forwarded from Buy Group Old || Joshua (Mr. Joshua)
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
#Itoophiyaan qaala'insa jireenyaatiin #Afrikaa keessaa sadarkaa duraa qabachuu gabaasni akeeke
Itoophiyaan biyyoota Afrikaa keessa jiraachuuf qaala’aa ta’an keessaa sadarkaa tokkoffaa irra kan jirtu yoo ta’u, addunyaa irraa sadarkaa 53ffaa irra jiraachuu ishee gabaasni mul’ise.
Akka gabaasa haaraa kuusaa ragaa qaala'insa jireenyaa addunyaa guddichaa baaseetti lammiileen Itoophiyaa yeroo ammaa tajaajiloota bu’uuraa kanneen akka nyaataa fi geejjibaa irratti biyyoota Afrikaa biroo caalaa baasii guddaa baasu jedhe.
Akka gabaasa kanaatti Itoophiyaan addunyaa irraa sadarkaa 53ffaa irratti kan argamtu yoo ta’u, kunis qabxii indeeksii qaala'insa jireenyaa 46.5 galmeessisuun biyyoota Afrikaa keessaa isa olaanaa ta’u agarsiiseera.
Biyyattiiti sababa gatiin meeshaalee shaqaxoota dabalaa jiru kanaan walqabatee Itoophiyaan qaala'insa jireenyaan tokkoffaa akka taatuu godheera jedhe.
Keessattuu namoota galii dhaabbataa ykn gadi aanaadhaan jiraataniif baasii torbee isaanii uwwisuuf daran rakkisaa itti ta'uu biyyaattiin jireenyaaf qaala’ooftu ta’uu ishee kan agarsiisu ta'uu APA News gabaaseera.
#Ethiopia
#qalaiinsaajireenyaa@barattootaoromo
#barattootaoromo
#oromiiyaa
@barattoootaoromo
@barattootaoromo

Haleellaa saayibariitiin odeeffannnoowwan biliyoona 16 butaman
Haleellaan saayibarii Telegiraamiifi Feesbuukii dabalatee miidiyaa dijitaalaarratti raawwatameen odeeffannoowwan biliyoona 16 butamuun himame.
Appil, Googil, Telegiraam, Feesbuukiifi Jiit Haab kanniin haleellaan irratti raawwatame keessaa ta’uun ibsameera.
Haleellaan saayibarii guddaan kun nageenya saayibarii dijitaalaarratti rifaatuu kan uume yoo ta’u, qorattoonni akka jedhanitti, lakkoofsi seensaa ykn jechoonni icciitii biliyoona 16 ol saaxilamuunsaanii ibsameera.
Haleellaan saayibarii kun seenaa nageenya saayibarii tibbanaa keessatti taateewwan nama rifachiisan keessaa tokko ta’uunsaa himameera.
Akka gabaasa xiinxaltoota nageenya saayibariitiin baheetti; odeeffannoon dhuunfaa dijitaalaa, jechoota icciitii, maqaa fayyadamaa (ykn teessoo imeelii)fi faayiloota walqabatan kanneen haleellaa kanaaf saaxilaman hundi to’annaa ala ta’uunsaanii ibsameera.
Jechoota icciitii herregaa gartokkee ykn guutummaatti jijjiiruun, jecha darbii abbaa lamaa fayyadamuufi liinkiiwwan hinbeekamne cuqaasuu dhiisuun haleellaa kanarraa of eeguuf akka furmaataatti eerameera jechuun Foorbis gabaaseera.

Hundeessaan telegiraamii ijoolleesaanii 100 ol ta'aniif qabeenyasaanii kennu
Hundeessaan Telegiraamii Paaveel Duuroov qabeenya doolaara biliyoona 13.9 qabu ijoolleesaa 100f akka qoodu dubbataniiru.
Miistar Duuroov barruu siyaasaa Faransaay Pooyinti jedhamutti akka himanitti: “ Hunduu ijoollee kooti, hundisaanii mirga walfakkaatu niqabaatu.Ani erga du’ee booda akka wallolan hinbarbaadu” jedhaniiru.
Miistar Duuroov abbaa ijoollee jahaa michuuwwan addaddaa sadiirraa argamanii yoo ta'u, erga sanyii kormaa arjoomaniin booda ijoollee 100 ol akka qaban himaniiru.
Dhimma yakkaa cimaa Faransaayi isarratti banameen walqabatees badii akka hinraawwanne ibsaniiru
Ijoolleensaa akka namoota idileetti akka jiraatan, akka ofguddifatan, ofdanda’uu akka baratan, kalaqa akka qabaatan, herrega baankiirratti akka hinhirkatanne akka barbaadan dubbataniiru jechuun BBCn gabaaseera.
Telegiraamiin addunyaa guutuutti ji'atti fayyadamtoota biliyoona tokkoo ol akka qabu himama.

Forwarded from Barattoota oromoo (🅷🅺🆁 Gjx™🔘)
CARRAN KUN AKKA ISIN HIN DARBINEE
KEESSATTU JIRAATA MAGALAA SHASHAMANNEETIIF

Odeeffannoo dabalataatiif: +251710622666 Telegiraam: Alpha Telegram group link = www.tg-me.com/+Z655QHt_Ynw2ZTQ0

Forwarded from MONET ACADEMY (𝓑𝓲𝓴𝓲𝓵𝓪)
Gaaffiillee garaagara qabannee waan dhufaa jirruuf react fi share gochuun tooraa irraatti nuu eegaa!😘
Set theory
▎Questions
1. What is a set?
• A) A collection of distinct objects
• B) A single object
• C) A type of number
• D) A mathematical operation
2. Which of the following is an example of a finite set?
• A) The set of all integers
• B) The set of natural numbers
• C) The set of all even numbers
• D) The set of vowels in the English alphabet
3. What is the cardinality of the set {2, 4, 6, 8}?
• A) 3
• B) 4
• C) 5
• D) Infinite
4. Which symbol represents the empty set?
• A) {}
• B) ∅
• C) ∞
• D) Both A and B
5. If A = {1, 2, 3} and B = {3, 4, 5}, what is A ∩ B?
• A) {1, 2}
• B) {3}
• C) {1, 2, 3, 4, 5}
• D) {}
6. Which operation combines two sets to include all elements from both?
• A) Intersection
• B) Union
• C) Difference
• D) Complement
7. If U = {1, 2, 3, 4, 5} and A = {2, 3}, what is the complement of A?
• A) {1, 2}
• B) {3, 4, 5}
• C) {1, 4, 5}
• D) {2, 3, 4}
8. Which of the following is a subset of {a, b, c}?
• A) {a, b}
• B) {a, b, c, d}
• C) {}
• D) Both A and C
9. What does it mean for two sets to be disjoint?
• A) They have at least one element in common.
• B) They have no elements in common.
• C) They are identical.
• D) One is a subset of the other.
10. If A = {x | x is an even number}, which of the following is an element of A?
• A) 3
• B) 4
• C) 5
• D) None of the above
11. What is the power set of a set with n elements?
• A) n
• B) n^2
• C) 2^n
• D) n!
12. If A = {1, 2} and B = {1, 2}, what is A × B (the Cartesian product)?
• A) {1, 2}
• B) {(1,1), (1,2), (2,1), (2,2)}
• C) {(1,2), (2,1)}
• D) {}
13. Which of the following sets is infinite?
• A) The set of days in a week
• B) The set of prime numbers
• C) The set of letters in the English alphabet
• D) The set of colors in a rainbow
14. What is the union of sets A and B?
• A) The set containing elements in both sets
• B) The set containing elements only in A or only in B
• C) The set containing elements only in both sets
• D) None of the above
15. If A = {x | x is a prime number less than 10}, which of the following is true?
• A) A = {2, 3, 5}
• B) A = {2, 3, 5, 7}
• C) A = {1, 2}
• D) A = {}
16. How many subsets does the set {a, b} have?
• A) 2
• B) 3
• C) 4
• D) 5
17. Which of the following statements is true about the universal set?
• A) It contains no elements.
• B) It contains all possible elements within a given context.
• C) It is always finite.
• D) It can only be defined for numbers.
18. If every element of set A is also an element of set B, then:
• A) A and B are equal.
• B) A is a subset of B.
• C) B is a subset of A.
• D) Both sets are disjoint.
19. What does the notation |A| represent?
• A) The intersection of set A with itself.
• B) The union of set A with itself.
• C) The cardinality (number of elements) of set A.
• D) The complement of set A.
20. If X = {1, 2} and Y = {a, b}, what is X × Y?
• A) {(1,a), (2,b)}
• B) {(1,b), (2,a)}
• C) {(1,a), (1,b), (2,a), (2,b)}
• D) {(1,a), (2,a)}

Waa'ee Boombii Nuklarii (Nuclear bombs) maal beeyta?
Boombiin kun maaliif addunyaarratti sodaatama tahe? Wanti boombiin kun sodaatamufis tahe jibbamuf sababa qabatamaatu jira. Hanga xumuraatti na hordofaa!
Boombiin kun bara 1945 keessa yeroo jalqabaatiif Ameeriikaa keessatti iccitiidhaan tolfame. Magaalaalee Jaappaan Hiroshimaafi Naagaasaakii jedhaman irratti bara 1945 keessa darbatame. Balaan gaafas boonbiin kun fide hamaa fii sodaatamaa tahuu arkanii hammeenyi boombii kanaa maal akka tahe mirkaneeyfame. Gaafa san booda garuu boombiin nuklarii kun ilma namaa irratti hin darbatamne.
Humni xiqqaan balaa guddaa fiduu kan dandeessu tahuu isaa jalqaba kan beeksise Albarti Ayinistaayiin ture. Foormulaan fiiziksii Albarti Ayinistaayin ittiin beekkamu E=mc2 kan jettu maalummaa humna xiqqaa kanaa kan ibsu ture. Tiiyoorii kanarraa ka'uudhaan gartuun saayintistoota Ameeriikaa boombii nuklarii hamaa kana tolchan.
Bombii nuklarii tolchuu keessatti elementoonni lama qooda murteessaa kan qaban tahuu isaanii beektoonni dubbatu. Elementoonni kunniinis yuraniiyami fi pilatiniiyam jedhamu. Humni elementoonni kunniin dhoohuuf qaban uumamaanuu hedduu hamaadha. Kanaaf elementoonni kun boonbii kana keessatti humni isaa daran akka dabalu isa taasise.
Yeroo nuklarrin kun dhohu maaltu taha?
Osuma hin turin akkuma dhooheen;
- ifaa ifa aduu caalaa balaqqeesawutu uumama. Yoo naannoo dhohiinsaa san jiraatte ija keetu jaama. Namoonni kilomeetira 80 irraa fagataanilleen yoo ijaan laalan yeroof ijji isaanii ni jaama.
- Nuklariin dhohee sekoondii 1 booda oowwi naannoo dhohiinsaa san jiru oowwa handhuura aduu jiru caalaa siguba. Gamooleen, ilmi namaa, mukkeenii fii wanti lubbu wanti cufti gubatanii daaraa tahanii badu.
- Sekoondii 2 hanga 3 humni dhohiinsaa ulfaataan gamoolee jijjigsuu itti fufa. Ilma namaammoo gamaafi gamana daddarbee dhamaasee lafatti hara.
- Sekoondii 6 fi 10 jidduutti dhohiinsi ibidda kallattii hundaan facaasee Oowwi qilleensaa namoota fagoo jiranis coraa ykn gogaa isaanii baysuu eegala. Uffata uffattee jirtutti ibiddatu qabata. walumaa galatti lubbu qabeeyyiin jiraachuun hin jiru. Hundi ni gubatu. Wanti gubachuu dandahu cufti nigubata.
- Sekoondii 15-60 jiddutti dhohiinsi boombichaa oksijiinii naannawa san jiru ifitti harkisa. Oksijiniin gara wiirtuutti harkifame kuniis ibidda kurumboo kubbaa fakkaatu guddaa uuma. Deebi'ee ibiddi kun addaan faca'a. Namoonni lubbuu isaanii du'a jalaa oolchuuf baqatan yoo jiraataniis qaanqee fii aarri bombiirraa faca'e namoota lubbuu baasuuf abaaba fiigan hunda karaa deeman wallaalchisee ibiddi gubbaa itti roobee qubee fixa.
- Sekoondii jaatama ykn daqiiqaa 1 booda, akka carraa yoo du'arraa haftellee summiin boombiin kun uumu kan ijatti hin mul'anne "raadiyashiin" kan jedhaniin
> Akka balaqqamsiisuu sigodhee si gaggabsa, Rifeensa kee sirraa harcaasee qaama kee dhiigsisa, Orgaanii kee si laamsheeysa! Guyyoota yookiin torban muraasa booda du'a simatta. Addunyatti nagaya dhaammatta.
Guyyoota muraasa hanga waggoota itti aananiitti ammoo:
- Awaarri faalame samii irraa harcawuu ittiuma fufa,
- Biyyee, bishaanifi qilleensi ni faalama
- daa'imni dhalatu fayyaaleessa hin tahu, qaama miidhamaa tahee dhalata.
- Lafti boombiin sun tuqes bara dheeraaf deebi'ee jireenya ilma namaaf hin mijatu...
Boonbiin kun wanti sodaatamuufis sababa kanaafi. Boonbiin kun addunyaa balleessuu waan dandahuuf biyyoonni addunyaa hedduun boombiin nuklarii akka hin omishne kan dhoorkamaniif saniifi!