Mee Jala deemi hubadhu Seenaan itti aanu khunoo
Baay'en gadde imimmaan narra gadi yaa'e
hiyyummaa kootti gaddee yaa gooftaa koo
hiyyummaa kana keessa na baaftee namatti na
qixxeessitaa garuu jedhee gooftaa kootti himadhe
Jaalala jechuun fedhii onnee keessa burqu osoo
hin tahin kan qabeenya irratti hundaahu natti
#fakkaate jireenya koo jibbe kana booda jaalala
jedhee dubbachuu hin qabu jabaadhee baradhee
bakka guddaa gahuu qaba jedhee murteeffadhe
#Barumsa_akkuma xumureen qabxii ol'aana
galmeesse university finfinnee na gahe barachuu
jalqabe university keessattis akka ani ilma
hiyyeessa tahe na beekan haa tahu garuu
hiriyyootas namoota #gaggaarii qaba baay'ee na
gargaaraa turan carraa kanaan isaanis
galatoonfatuu barbaada
Egaa rabbiin waan dadhabe hin qabu waan
taheef ammas barumsa kootti cimee bu'aa bahii
guddaa keessa dabree qabxii ol'aana galmeesse
eebbifame akkuma eebbifameen universitima san
keessatti barsiisaa tahee qacarame
#Waggaa 2 eega barsiise booda ijoollee oromoo
finfinnee keessa jiran hoteelaa fi hojii gugurdaa
qaban wajjiin waan wal baree jiruuf isaan wajjiin
wal gargaarre hojii biraatis jalqabne hojjachuu
eegalle
๐Waggoota baay'ee booda abjuun koo naaf
dhugoome abbaa qabeenya ol'aanaa tahe hoteela
dhuunfaa kootii ijaaradhe haala gaariidhaan hojii
koo itti fufee hoteelli koo baay'ee guddaa waan
taheef hojii electric fi hojii tubboo bishaaniitiif
engineeroota 2 ijoolle oromoo qacaree hoteela
koo keessa hojjatan
๐Guyyaa tokko osoo ani mallaqa baankii kaayee
bahaa jiru hintalli ani duraaniin jaaladhe sun
balbala baanki irratti osoo ol seenaa jirtu walitti
dhufne nagaa wal gaafanne baga jiraatte waliin
jenne isheenis haadha ilmaa taatee jirti makiinaa
dhuunfaa ishee kan kuma dhibba 3n bitamu qabdi
konkolaataan koo garuu million 2n bitame isheen
garuu konkolaata ko hin agarre yeroma nagaa
wal gaafannu waan baay'ee haasoynee isheenis
kunoo jireenya koo laali kan ani itti heerumes
engineera adaama keessa mana jireenya bareeda
qabna jireenya bareeda jiraata jirra kanaafuu
abbaa warraa kootiin wal si barsiisa naan jette
bilbila ko narra fudhatte.
Aniis bilbila koo kanneefi biraa deeme......
ittii fufa...
@Biqiltuuu
Yaadaaf @BarisaaaBot

Fufinsii Seenaa itti fufee jira
Anis tole jedheenii bilbila ko kenneefii biraa
deeme guyyaa tokko naaf bilbiltee koottu naan
jette tole jedhee yeroon finfinnee deemee irraa
adaamaa gahu ammas naa bilbilte eessa geette
naan jette amma dhufee adaamaa seenee jira
kanaafu hoteela taa'ee isin eegaa jira jedheeni
itti hime abbaa warraa ishee waliin hoteela ani
itti himetti dhufanii natti ol seenan yeroo kana abbaan warraa ishee akkuma na argeen rifatee
dhaabbate isheen koottu maaliif dhaabbatta
jetteenii harka isaa qabdee harkisti innis gara
koo as dhufuu didee achuma dhaabbate yeroon
olk'ee ilaalu abbaan warraa ishee kun hojjataa
kiyya kan ani hoteela koo keessa isa qacaree
tahuu hubadhe
Amma olka'ee bakkuma isaan dhaabatanitti
biradhaqe isheen afaaniin jarjartee nagaa na
gaafatte inni kun engeener abbaa warraa kooti
naan jette tole ammas yeroo kana abbaan
warraa ishee callisee mataan gadi jedhee lafa
ilaaluu malee ol jedhee na ilaaluu hin dandeeyne
dhuma irratti ani maqaa isaa waamee engineer
maali maal taate jedheen innis dubbachuu
dadhabee afaan isaa wal hidhee aa'aa 'aa lakki
akkanumaani naan jedhe
Okay homaa miti koottu taa'i wajjiin shaayii
dhugnee deemtanii jedheenii isaa fii haadha
manaa isaatis bakka tokko teennee shaayii
dhugnee waa nyaanne yeroo deemuuf jennu
jaartiin isaa koottu mana keenna osoo hin ilaalin
akkam jette galta mana keenna ilaalta naan jette
yeroo kana abbaan warraa ishee ija isaatiin
ilaalee ijuma isaatiin waa jedheeni luka isatiin
luka ishee irra dhaabate akka nama cal'isi
jedhuunii fakkaata
Anis akka abbaan warraa ishee rifate waan
argeef homa rakko hin qabu yeroo biraa dhufee
mana keessan laala ammaaf ni deema na
geggeessaa jedheen tole jedhan an gadgeeysu qofarratti osoo hafee mal waa qaba namni nama tuffatu ilmi namaa kun waan jijjiiramu itti hin fakkaatu ni beeytaami akkumaa aada isii arraas ........
itti fufaa.. Seenaan
@Biqiltuuu
Yaada keef @BarisaaaBot

๐Jalqabeera Seenaan kutaa dhumaa khana kunoo
Arraas akkuma aada ishii kan duraan barte san gochuuf yaalte maalisa namni sammuu isaa maallaqaan madaqsee ta'u? Karaa waliin deemnee
isheen mallaqa borsaa ishee keessaa ol baaftee
hoodhu makiinaa ittiin yaabbadhu naan jettee
harka ishee natti diriirsite abbaan warraa ishee
rifatee maal godhaa jirta jedhee itti iyye isheenis
keessummaa nu bira dhufe akkamitti callisnee
harka qullaa geggeessina jedheeti jetteen
Yeroo kana ani yaadaan waggoota baay'ee uf
duuba deebi'ee guyyaa isheen mana barumsaa
keessatti mallaqa borsaa ishee keessa baaftee
hoodhu surree kee ittiin hodhadhu jette ijoolle
hiriyya kootii keessatti na saalfachiifte san
yaadadhe
Akkasumatti harka ishee mallaqa waliin walitti qabee maqaa ishee waamee ati haga har'aa
sammuudhaan osoo hin tahin mallaqaan yaadda?
Samuun kee mallaquma mitii? Jedhee ishee
gaafadhe isheenis rifattee waan ani wanta
duraanii san itti kaasu itti fakkaate baay'ee
dhiphatte daddaftee abbaa warraa isheetiin
mucaan yeroo mara ani sitti himu kan duraaniin
mana barumsaa keessatti na jaalate kan ani
hiyyeessa jedhee sitti hime sun isa kanaa bar
jette abbaa warraa isheetti himte
Abbaan warraa ishee imimmaan fuula isaa irra
gadi yaa'ee innis abbaan qabeenyaa kan ani
hoteela isaa keessa qacaramee dalagu sun
kanaa bar jedheenii yeroo kana isheenis abbaa
warraa ishee qabattee boottee nan salphadhe
jettee abbaa warraa ishee dhiifama gaafatte
Kana booda anis deemee finfinneetti deebi'uu
waan qabuuf homaa miti amma na geggeessaa
jedheenii bakka parking makiinaan koo dhaabatu
biraan na gahanii isaan lamaanuu makiinaa koo
keessa seensisee seenaa jireenya kiyyaa itti
himee jaalala malee maallaqa garmalee jaallachuun akka faaydaa hin qabne hubattee dhumarratti abbaa warraa
isheetiin boqonnaa guyyaa 5 siif kennee jira
torbaan dhufu keessa hojii jalqabuu qabda
jedheeni aniis gara mana kooti imala koo itti fufee jedhama.
kabajamtoota maati chanala keenya seenaan lee garaagara kan isin biraan geenyu taha isiniis sher godhuu qabdan.
@Biqlituuu
Yaadaaf
@BarisaaaBot

Hiriyoonni 3n tokko garmalee Alkooli dhuganii macha'aani taksii๐ tokko keessa seenan.
Konkolachisaan akka isaan michaa'ani jiran wan beekef iddo dhabata jiru irraa otuu hin socho'in calliseetuma motoora qofa kaase dhise, daqiiqa muraasaan booda, geessani jirtu bu'aa jadheen.
Machaa'an tokko mallaqa kaffalee bu'e, kan 2ffaatis GAALATOOMA jadhee bu'e
kan 3ffa yeroo bu'uuf jadhu konkolachisaa gateeti(shoulder) isaa keessa rurukute. Yeroo kana konkolachisanis Macha'aan kun wan irratti beeke itti fakkaate fuula itti guree ๐ก๐ฃ kostar jedhee mal jattan jadheen.
Machaa'aan 3ffaa kunis yoo wal jadheen gaariidha sitti fakkaate
Fula duraaf saffisaa ittin konkolachistu hir'isi, har'a akkuma Rabbitiin lubbun kenya hafe malee sila dhumne ture. Hin jadhu seetani.๐คฃ๐คฃ๐คฃ๐คฃ

Nama gammachu qabu tahi..*
#jachi gammachu ja"u qur"ana kessatti bakka takkatti malee hin dubbatamne saniis..
"ูุฃู ุง ุงูุฐูู ุณุนุฏู ููู ุงูุฌูุฉ ุฎุงูุฏูู ุฎุงูุฏูู ูููุง"
#rabbiin sw gammachun dhugaa akka jannata kessatti taate akka beeynuf qur"ana isaa kessatti nuuf hime.
#gammachun arraan tana nama tokkoof kiisha keeysa keeysu guyyaa tokko deebiteeti kiisha kee kessatti siif dhokatti yeroo ati rakkatte...!!!
*dhaamsa rasuula ka cufti isaatu karaa gammachun ittin argamtu kessatti nuuf hime yeroo sahaabticha tokkoon ja"u...
"ูุง ุนูุจุฉ ุจู ุนุงู ุฑ ุตู ู ู ูุทุนู ูุฃุนุท ู ู ุญุฑู ู ูุงุนู ุนู ู ุธุงู ู"
Nama si mure maxxanfadhu nama si dhorkate kanniif nama si miidhe gubbaa dabrif.
Guyyaa takka ni gammanna guyyaa kaan ammo ni gaddina kuni akkatuma rabbiin duniyaa itti uumeedha laakin guyyaa cufa godhii rabbiin nuuf godhe yaadanneti galata galchinee tolina rabbii ida"anna.
Rabbiin ni"imaa isaa nurratti oole warra galata galchu nu haa godhu..?
Ergaan itti fufa....

๐ฅRakkoo Keef fala barbaadi.
Kaniin ja'u namni tokko tokko rakkoo isaatif falaan barbaada ja'e rakkoo biraa fitti uuma.
๐Ati garuu nama rakkoo ofitti uumu hin ta'in.
Tarii rakkoo kiyyaaf falaan barbaadaa jattee jaate wanti ati
argitu rakkoo qofa taโuu mala. Inni kaan tokko rakkoo kee taโuu mala. Inni kan biraan immoo rakkoodhuma addunyaa maraati.
Rakkoo kee kan taโu, ijji kee yaroo hunda rakkoodhuma yoo argiteedha.
#Kanaaf Jalaqaba rakkoo kee furuuf ati nama ijji isaa rakkoo san qofa arku tahuu hin qabdu.
Dursitee ati gaafa fula lafaa kanarra jiraattu rakkooleen garaagara akka siqunamtu hubachuun barbaachisaadha.
Fkn namni tokko kayyeeyfatee rakkooleen karatti nahin qunamin jachuun dubbii haqarraa fagaate garuu rakkoolee dhufaniif furmaata barbaadun hamma tokko rokkoo kee furuu keeti akkasitti beeki.
Muxannoo furmaata rakkoo keef fala barbaadu horachuu qabada.Akkaatan isaa ammoo irrina kee qofarratti xiyyeeyfachuu osoo hin ta'in bu'aa jijjiirama kee keessatti argamsiisa jirtuus ilaalun baayyee si barbaachisa.
#Kanaaf ati nama rakkoo kee furu danda'u tahi.
@Biqiltuuu
Yaada kee sirraa qebaluuf ๐
@BarisaaaBot nuargachuu ni dandeeysu.

โจGaarummaa.
Gaarummaa yeroon ja'u mirrii koo kan namoota badaa yoggaa arge qoorri fatu namoota gaari yoo argu gammadu irraa kan ka'e isin biraan gahuufis kaka'umsa argadhe.
Gaarummaan miira namootaaf nahuu akkasuma nama mararfachuu qabachuurra kan burquudha.
Yeroo joollummaa abbootin teenya yeroo seena namoota nuun dura dabran gizee nuf himan gaarummaa isaan qabanirra kan qalbiin kee sigammachiisu agarta.
#Hubadhu Mallaqni saree guddaa bituu danda'a.garuu gaarummaa qofaatu sarichi kee akka eegee sitti raasu (Lulu )gochuu danda'a .
Hiriyaa kee yeroo inni rakkate Yaadan gargaaru caala wanti hafe takkalleen hinjiru.gaarummaa kee kan madaalu danda'u hiriyaa kee qofa. Kanaaf nama gaari tahi.
Ergaan itti fufa......
@Biqiltuuu
Yaadaf

#Barnootaaf
Barnoota jechuun bu'ura ykn ka'umsa jalaqaba jireenya ilma namaa jeechuun nidanda'ama.
Ilmi namaa barnootan malee jireenya isaa foyyeeysuus ta'e of arkachuufis karaan waan jiru natti hin fakkaatu.
#Barnoota jechuun maqaa walii galaa kan gosa muxannoo garaagara of keessa qabu yoo tahu akkataan arkama isaa karaale adda adaatin arkama san keessa tokkoof lama haailaallu
*1 Barnoonni jalqabaa maati biraa ka'a barnoonni maati amala ilmoo isaa muuxee basuuf gahee guddaa kan qabuudha.
Namoonni tokko tokko ilmoo keenya qananiin guddifna yaada ja'urraa kan ka'e ilmaan isaani guddisaa balleeysantu jira kun garuu deebi'e hanqina maatirra kan ka'e dhiibba ilmaan isaani irratti fida.
rakkoollen akkanaa kanarra ka'e dhalonnii booda kun maqaa qananiin guddifna ja'u kanarraa badaa kan dhufuu agarta.
*2barnoonni inni khaan kan namoota ganda jiran irraa muxannoo horataniidha,hiriyaas tahee jarsooli gandaas haa ta'u barnoota guddaatu bakka kana keeysatti argama.
Ati nama ilmaan qabu yoo taate ilmaan kee qartee basuudhad gahee sirra jiru hunda bahi.
๐Kanaaf ati sammuu barnootaaf qopheeysuun bayyee barbaachisaadha.
๐Barnoonni namummaa kee kan ibsu yoo waa baratte qofaadha.
#Ergaan itti fufa.......
@Biqiltuuu
Yaada kessan ergachuuf ๐

Carratti amanuu
โจ carratti amanuun jireenya keenyaaf ittigaafatamummaa akka hin fudhanne nu godha Namonni carratti amanan milkaa'inaafi kufaatiniis waan carraadhaan dhufu itti fakkaachu danda'a.
Sababaa kanaaf jireenya isaani carraadhan walqabsiisu.
Garuu carraan ifaaji guddaa keessatti kan argamu.adaduma ati ifaaja deemtun carraaleen babbareedan siqunnamaa deema.
Namoota garuu osoo hin ifaajin akka waan carraa dhabanitti ofilaalan san rakkoo isaani addaan baasani hubachuu waan dadhabaniifi.
Sababa kanarra kan ka'e jireenya isaani jijjiiruf ifaaji barbaachisu waan hin godhiniif jireenyi bitaa itti gala.Namonni carratti amanan ifaajanii wan arkatan dhiisani taa'aani waan barbaadan hanga dhufutti eegu.
Yeroo bayyee namoota garaagaraatin wal qunnamta kan gammachuu qabuufi kan gadde jiddu warroota kufan yoo dubbistu rakkoon kee maali yoo jatteen dhiisi an carraa hin qabu siin ja'u kun garuu dubbii haqarraa fagaate maliif jechuun kee gaaridha inniis ifaaji keessa jira malee carraan carraan diirree ta'e dhufu hin jiru kana jachuun koo guututti dhabama jachuu koo miti bayyinaan yoo ifaajje carraa gaari arkatuu dandeeysa jachuu kooti .
mee sher godhaa saahibban keessaniif gareerratti

๐ฅKaka'umsa.
Jijjiirama ilma namaatif Kaka'umsi bayyee barbaachisa.
Namni tokko hojii mataa isaa hojjachuufis ta'e kan dhaabbata tokkos yoo ta'e Kaka'umsa yoo hin qabaanne akka yaadametti hojii san milkeeysu hin danda'u.
Kaka'umsa yeroon ja'u kana kan namooni yeroo hunda si onnachiisan hin baanu ati mataa keef of onnachiisu qabada sbabni kan namootan onnachiifamtu san yeroo gabaaba qofa siin deema garuu kan mataa keeti ammoo hamma galma keeti siin deema waan ta'ef of kakaasi.
๐Yeroo dabre gurbaan tokko dhaabbata wahii tokko keeysa hojjachaa ture yeroo kanatti hojjataa dhabbata san keeysa hojjatu tokkoon mammilli dhabbaticha yoom dhabbata kana keeysa hojjachuu jalqabade ja'e gaafate.
Hijjataanis akkas ja'en erga akkaan hojirraa ariyamu natti himaameehi ja'en.
Agartee saniin dura kaka'umsa mataa isaatin hojjachutti hinjiruu jechuu rakkoon akkanaa kun hojii keetis ta'e kan namaoota hojjattuuf saniifis ta'e bua'a hin qabu jechuu kanaaf Kaka'umsa mataa keeti,fedhii wanata arkachuu qabduu, akkasuma galma keef kan si barbaachisu Kaka'umsa mataa keetiti.
#Ergaan itti fufa......
@Biqiltuuu
Yaadaf @BarisaaaBot

๐Bakka guddaa gahuus ni hawwita,waan guddaas argachuu ni hawwita,iddoo abaluufii abalu gahe san niin gaha jattee iddoo guddaa gahuus ni hawwita,garuu waan hawwituufii feetu san bira gahuuf hojjachuu ni hifatta,,,,,,,,โmaal jachuu akkana tahuun
๐"Taa'anii hawwuufii waa hifachuun walitti heerumteeti hiyyummaan jidduu isaaniitii dhalatte"
#Ibnu_abbaas (RA)
๐Waan hawwituufii feetu hojjattee itti dhaqqabuu irraa yooniifi hifatte umriitee guutuu "I have a dream" jachaatuma jiraatta...!
๐นAddunyaa tokko carraaqee irraa milkaawe tokko hawwii qofaan irraa milkaawuun abdan abadan hin danda'amtu.
โwaan barbaanne argachuuf fadhii lubbuu teenyaa haa daangeeysinuu hifannoota irra aannee addunyaa faana haa hiriirruu...! #Ergaa kana yeroo turtuu takka duraan maxxansee ture ammallee irra deebi'eetiin maxxanse !
๐Dhaamsi Itti Fufa...
@Biqiltuuu @Biqiltuuu

๐ญ Nama biraatti fakkaachu hin yaalin.
Ati namootaan adda waan taatef .jireenya keessatti namootatti fakkaachuun,fakkaachuudhaaf itti if dirquun akka ati amantummaa ofirraa dhabdu sitaasisa.
Jireenya kee karoorsii jiraadhu.karooraan jiraachuun galma kee biraan si geeysi waan ta'ef.
Ofitti amani nama biraa fakkaachuuf hin yaalin garuu akka nama san caaltuuf jabaadhu hojjadhu.beeyta namoonni tokko tokko karoora sirrii waan hin qabneef namoota biraatti fakkaachu jaalatan.Namni akkasi garuu hanaga dhumarra ga'ee kufee of argattu ofii isaa akka nama of danda'a ta'etti hin fudhatu.
Kanaaf ati namatti fakkaachu osoo hin taane of taii jiraadhu.
Ergaan itti nuuf fufa ......
@Biiltuuu @Biqiltuuu

๐ฅAti addunyaa kanaaf barbaachisaadha.
~Nama addunyaaf barbaachisu ta'u kee namatti osoo hin ta'in ofitti agarsiisu danda'u qabada.
Ati ani addunyaa kanaaf nama barbaachisa miti jattee kan ofyaadduu taanan ofii keetif ta'e hawaasa keessa jiraattuuf waan gaari yaadu, karoorsuus ta'e hojjachuu hin dandaeeysu.
Maati keenya keessatti,hiriyoota keenya keessatti,hawaasa keessa jiraannu kana keessati namoonni hedduun miira kanaan miidhamoodha. Maliif?
sababnii isaa guddaan inni addunyaa kanaaf niin barbaachisa ja'e waan ofitti hin himiniif.
kanaaf ati adunyaa kanarra lakkoofsa guutu taate dhalatte malee lakkoofsa guutuf hin dhalanne.
Akkasitti of beeki.
Ergaan itti fufa.....
@Biqiltuuu @Biqiltuuu
Yaada keessaniif
@BarisaaaBot gubbaan jirra.

Ashamaa akkam jirtan nageenyi keessan bakka jirtanitti Rabbiin isiniif haa tiiysu mee arra barreeyfama isin irraa fayyadamtan tokko isiniif haa maxxansuu isinilleen dubbisuun namoota beytaniifiis sher godhuun walii daddabarsaa jiraadha arra naeega.
@Biqiltuuu @Biqiltuuu
Yaada keessaniif BarisaaaBot
@Biqiltuuu @Biqiltuuu
Yaada keessaniif BarisaaaBot
ATI UMAMA....docx
18.9 KB
Sher sher saahibban keessaniifis ta'e gareele biraatiifis
Yaada yoo irratti qabaattan
@BarisaaaBot gubbaan lallabadhaa
Yaada yoo irratti qabaattan
@BarisaaaBot gubbaan lallabadhaa
๐ฅMataa keeti waliin qabsa'ii.
Qabsoon jabduun kan #mataa keeti wajjiin qabsooytuudha.
Bakka yaaddee san gahuuf yoo mataa keeti waliin qabsooyteedha.
#Nama meeqaatu osoodhuma fedhii isaa jala daddeemu kayyoo isaa biraa hafe,nama #meeqa kan mataa isaati wajjiin qabsaa'ummaan tunuu galuufi diddee jireenya isaan hin malle keeysatti kufee.
#Qabsoo hoggaa ja'an qawwee fudhatanii dinaan loluu qofaa miti mataan kee kun yoo ati itti fayyadama wallaaltee diina kee sitti taha akkasitti beeka eeee matuma keetiin baana. Yoo itti qabsooyte kaayyoo kiyya biraaniin gaha jattee murattee lafaa kaate ammoo diina kee osoo hin ta'in daandi guddinaa jireenya keeti siif ta'a.
๐Yeroo hedduu akka abjuu qabdu dubbatta maliif hin qabsooyne ree abuu dhugoomsuu yoo barbaadde (Fight for your dearems) qabaachuu kee bartee jirta taanaan milkeeysuuf ifaaji.
๐Arra ati sadarkaa akkam irra jirta? Sadarkaa kam irra gahuu barbaadda? Abjuu niqabdaa? Milkeeysuufoo hawwii ni qabdaa? Maal godharee hawwuun qoftii yoo mataa keeti waliin hin qabsooyne bu'aa bahii guddaa keeysa dabarteeti wanta armaan oliti isin gaafadhe sanitti gahuu dandeeysan.
#kanaaf mataa keenya waliin qabsa'uun galma barbaanne san bira kan nu geeysuudha.
Kanuma ergaan itti fufa"""""""
@Biqiltuuu @Biqiltuuu
Yaada kessaniif
@BarisaaaBot @BarisaaaBot

"Ansimalee"
Simalee jiruun gammachuu hin taatu simalee jireenyi, kayyoon,karoorri kee kan galmaan gahuu barbaaddu sanilleen yoo ati hin jiraanne akka yaadameetti galmaan gahuun ni ulfaata.
Bar ati anaaf ifaa jiruu tooti kan naaf taatedha yoon rakkadhe naaf rakkatta yoon boohe nawajjiin boocha simalee eenyutu jira kan rakkoof gammachuu koo nawajjiin qooddatu.
Anaaf jattee waan hin ta'in hin qabduu bar gaara meeqa kortee buute galmaan na gahuuf nama sihin geenye meeqan rakkattee namatti na dabaluuf mudhiite hidhattee nacinaa dhaabbata waan hunda keessatti. Yeroon taa'e waahe kee yaadu gaarummaa kee barreeysuuf jechootaan ittiin si ibsuutu na hanqata.
Maal ja'e sihaa ibsu mee gaarummaan kee addaa umrii tee sihaa dheereysu Rabbiin jabaan guddaan kan kaayyoo namaa galmaan gahu san wanata ati irratti na jabeeysaa turte gaaf tokko galmaan gahee nama ati akkaan tahu barbaaddu san tahee si agarsiisuun koo abdii kooti inshaa allah.
Harmeetoo qaali naaf jiraadhu.

โNama bakka inni ni argama ja'amee hin yaadamnetti argamu tahi. Afeerraa irratti argamta ja'amtee hin yaadamnerratti argami. #Nama waliin yaada wal dabarfatta ja'amtee hin yaadamnee wajjiin yaada wal dabarfadhuutii argami.
๐Addunyaa yoo xiqqaate amata 80 or 70 qofa irra jiraannu tanaaf jannee namootarratti akka if hin tuulle. Tun sadarkaan sadarkaa naan maltuu miti jannee hiyyeeyyiirratti akka if hin gugiddifne. Afaaniin jachuu baannulle gachaan akka akkas hin goone.
๐Nama gaarii haa taanuu! Nama ilma namaa cufa biratti bashaashaa ka hiyyeeysa waliin taphatu ka dadhabaa waliin yaada wal dabarfatu kan gaarummaan isa biraatiif fakkeenya taatu haa taanuu!
๐Hadaraa namarratti hin boonin "Nama beekaa cufaa ol beekaatu jiraa, nama jabaa cufaa ol jabaatu jiraaa, nama sooreeysa cufaa ol sooreeysaatu jiraa, cufa nama sadarkaa qabuutii ol nama sadarkaa qabuutu jiraa". Bara muraasa jiraannu kana keeysatti ishaaraa hammeenyaa onnee namaarratti katabnee akka hin deemne.
๐Dhaamsi itti fufa...!

Yooniin lubbuun jiraadhe dandiin ful dura koo jiru dheeraadha. Diriiraa odoo hin taane oloofii gadoodha. Gufuufii qoreen guuttamaadha. Niin imala natti toluus natti hammaatuus. Gaafaan jalqabu "hin kufu" ja'ee hin jalqabne "yoon kufees achitti hin hafuu dhiibadheen ka'a" ja'een jalqabe. Waadaan qaba !
#Dogongorri koo kaleeysaa darbeeti jira arra hin sirrattu...!
Tarii odoon bakkaan hawwe hin geenye duuti na dhufuu malti garuu haalaan an abdii kutee harka maradhee taa'uun akka natti hin dhufneen hawwa. Kanaafiin jiraadha du'uus akkasittiin hawwa. Jireenyi amaanaadha dhaloota na dhaaluuf maqaa koo waan takkaan dabarsuuf waaniin dandeheen niin carraaqa. Dandeeytiin too gadi bu'aa humni koo dadhabaa tahuun waan na dhaabuu miti. Ani ana waan ana egutti jiruutu jira.
Jiruu mataa ifii irra dabranii namaaf jiraataniin jiraadhaa guyyaan jalqabu boru ykn iftaan miti ammaa. Yoon lubbuun jiraadhe hawwiin koo cufti guy yokko ni dhugooma
Yaa Uumaakoo na gargaari ati.
๐Dhaamsi itti fufa๐ช