Telegram Web Link
โœ…Baarseloonaan Shamizii bara dorgommii 2025/26f dirre isaani irrati fayyadaman ifoomseera ๐Ÿ’™โค๏ธ

๐’๐‡๐€๐‘๐„โžช @BurqaaIspoortii    

โ™ก ใ…ค   โŽ™ใ…ค    โŒฒ      ๐Ÿ”•         โœ‰๏ธ   
หกแถฆแตแต‰    หขแตƒแต›แต‰    หขสฐแตƒสณแต‰   แต˜โฟแตแต˜แต—แต‰   แถœแต’แตแตแต‰โฟแต—
โค68๐Ÿ˜16๐Ÿ‘3๐Ÿ”ฅ3
โœ…Arsenaal kallattiin erga bakka bu'oota Eberich Ezee qunnameen booda Ezeen gara Arsenaal deemuuf feedhii akka qabu gabaafameera.

#FabrizioRomano

๐’๐‡๐€๐‘๐„โžช @BurqaaIspoortii    
๐’๐‡๐€๐‘๐„โžช @BurqaaIspoortii

โ™ก ใ…ค   โŽ™ใ…ค    โŒฒ      ๐Ÿ”•         โœ‰๏ธ   
หกแถฆแตแต‰    หขแตƒแต›แต‰    หขสฐแตƒสณแต‰   แต˜โฟแตแต˜แต—แต‰   แถœแต’แตแตแต‰โฟแต—
โค172๐Ÿ˜25๐Ÿ”ฅ13๐Ÿ‘6
โœ…Joorji Maamardashvilin bakka bu'aa isa waliin gara Livarpuul dhufaa jiru.

Mamardashavilin eeggataa Alisaan Beeker akka ta'u nii eeggama.

๐’๐‡๐€๐‘๐„โžช @BurqaaIspoortii    
๐’๐‡๐€๐‘๐„โžช @BurqaaIspoortii

โ™ก ใ…ค   โŽ™ใ…ค    โŒฒ      ๐Ÿ”•         โœ‰๏ธ   
หกแถฆแตแต‰    หขแตƒแต›แต‰    หขสฐแตƒสณแต‰   แต˜โฟแตแต˜แต—แต‰   แถœแต’แตแตแต‰โฟแต—
๐Ÿ‘90โค50๐Ÿ‘3
Cheelsiin Jooya'oo Peediroo kontiraata waggaa 7'n mallatteessisuu isaani ifa godhaniiru.

๐’๐‡๐€๐‘๐„โžช @BurqaaIspoortii    
๐’๐‡๐€๐‘๐„โžช @BurqaaIspoortii

โ™ก ใ…ค   โŽ™ใ…ค    โŒฒ      ๐Ÿ”•         โœ‰๏ธ   
หกแถฆแตแต‰    หขแตƒแต›แต‰    หขสฐแตƒสณแต‰   แต˜โฟแตแต˜แต—แต‰   แถœแต’แตแตแต‰โฟแต—
โค134๐Ÿ˜43๐Ÿ‘13๐Ÿฅฐ2๐Ÿ˜ญ2
โœ…Aleeks Baa'enaan Viyaariyaal irraa Yuroo miliyoona 45+ 5niin gara Atleetikoo Maadriid imaleera.

๐’๐‡๐€๐‘๐„โžช @BurqaaIspoortii    
๐’๐‡๐€๐‘๐„โžช @BurqaaIspoortii

โ™ก ใ…ค   โŽ™ใ…ค    โŒฒ      ๐Ÿ”•         โœ‰๏ธ   
หกแถฆแตแต‰    หขแตƒแต›แต‰    หขสฐแตƒสณแต‰   แต˜โฟแตแต˜แต—แต‰   แถœแต’แตแตแต‰โฟแต—
โค54
โœ…Goolii eegaan Cheelsii Pitroovich kilabii haaraa olguddattee Sandarlaanditti makamuuf dhihaateera.

๐’๐‡๐€๐‘๐„โžช @BurqaaIspoortii    
๐’๐‡๐€๐‘๐„โžช @BurqaaIspoortii

โ™ก ใ…ค   โŽ™ใ…ค    โŒฒ      ๐Ÿ”•         โœ‰๏ธ   
หกแถฆแตแต‰    หขแตƒแต›แต‰    หขสฐแตƒสณแต‰   แต˜โฟแตแต˜แต—แต‰   แถœแต’แตแตแต‰โฟแต—
โค79๐Ÿ˜ข15๐Ÿ˜11
โœ…Baarseloonaan Riikoordii guyyaa tokkoon uffannaa isaanii gurguruu cabsaniiru.

๐’๐‡๐€๐‘๐„โžช @BurqaaIspoortii    
๐’๐‡๐€๐‘๐„โžช @BurqaaIspoortii

โ™ก ใ…ค   โŽ™ใ…ค    โŒฒ      ๐Ÿ”•         โœ‰๏ธ   
หกแถฆแตแต‰    หขแตƒแต›แต‰    หขสฐแตƒสณแต‰   แต˜โฟแตแต˜แต—แต‰   แถœแต’แตแตแต‰โฟแต—
๐Ÿ”ฅ103โค39๐Ÿ˜14
โœˆ๏ธElefantbet gubbaatti tapha Aviyaater yeroo taphatan- qarshii bilisaan ittiin taphatan isiniif rooba!โœˆ๏ธ

๐Ÿค‘Yeroo isin taphatan qabxii taphatoota biroo waliin walbira qabamuun sadarkaa qabatan iratti hundaa'un qarshii bilisaan ittin taphatan isiniif roobaa garagarummaan Elefaantbet iratti taphadha.!๐Ÿ™Œ๐Ÿพ

Elefantbet waliin carraa injifachuu keessan dabalaa!

โšก๏ธGalmeef - ๐ŸŒ https://elephantbet.et

Gargaarsa kamiifuu - @ElephantBetSupportBot

Telegraama keenya https://www.tg-me.com/Elephantbet_et
โค16๐Ÿ‘3๐Ÿ˜1
โœ…Maanchister Yunaayitid marii jalqabaa Olee Waatkiins fudhachuuf taasisaniiru.

Haata'u malee gatii Astonvilaan gaafatu Paawondii miliyoona 60 kaffaluuf feedhii hin qaban, kun kan ta'e sababa umurii isaa fi gatii jijjirraa isaa diiguuf ooluu waligaltee isaa keessa hin jirreefi.

#DiscoMirror

๐’๐‡๐€๐‘๐„โžช @BurqaaIspoortii    
๐’๐‡๐€๐‘๐„โžช @BurqaaIspoortii

โ™ก ใ…ค   โŽ™ใ…ค    โŒฒ      ๐Ÿ”•         โœ‰๏ธ   
หกแถฆแตแต‰    หขแตƒแต›แต‰    หขสฐแตƒสณแต‰   แต˜โฟแตแต˜แต—แต‰   แถœแต’แตแตแต‰โฟแต—
โค68๐Ÿ˜14๐Ÿ‘6๐Ÿ”ฅ6๐Ÿ‘4๐Ÿฅฐ1
โœ…Carraan Jedaan Saanchoon gara Juveentus deemuuf qabu bal'aa akka ta'e Skay Sport gabaaseera.

๐’๐‡๐€๐‘๐„โžช @BurqaaIspoortii    
๐’๐‡๐€๐‘๐„โžช @BurqaaIspoortii

โ™ก ใ…ค   โŽ™ใ…ค    โŒฒ      ๐Ÿ”•         โœ‰๏ธ   
หกแถฆแตแต‰    หขแตƒแต›แต‰    หขสฐแตƒสณแต‰   แต˜โฟแตแต˜แต—แต‰   แถœแต’แตแตแต‰โฟแต—
โค72๐Ÿ‘4
โœ…Kiristiyaan Maaskuweeran gaafi Valensiyaan koontiraata isaa dheeressuuf dhiyeesse kufaa taasiseera.

Maaskuweeran gara Arsenaal deemuu qofa barbaada hanga kilaboonni lamaan waliigalteera gahanitti eegaa jira.

๐’๐‡๐€๐‘๐„โžช @BurqaaIspoortii    
๐’๐‡๐€๐‘๐„โžช @BurqaaIspoortii

โ™ก ใ…ค   โŽ™ใ…ค    โŒฒ      ๐Ÿ”•         โœ‰๏ธ   
หกแถฆแตแต‰    หขแตƒแต›แต‰    หขสฐแตƒสณแต‰   แต˜โฟแตแต˜แต—แต‰   แถœแต’แตแตแต‰โฟแต—
๐Ÿ‘91โค36๐Ÿ˜21๐Ÿ‘1๐Ÿ˜ฑ1
๐Ÿ˜…

๐’๐‡๐€๐‘๐„โžช @BurqaaIspoortii    
๐’๐‡๐€๐‘๐„โžช @BurqaaIspoortii

โ™ก ใ…ค   โŽ™ใ…ค    โŒฒ      ๐Ÿ”•         โœ‰๏ธ   
หกแถฆแตแต‰    หขแตƒแต›แต‰    หขสฐแตƒสณแต‰   แต˜โฟแตแต˜แต—แต‰   แถœแต’แตแตแต‰โฟแต—
๐Ÿคฃ116โค40๐Ÿ˜16๐Ÿ‘5๐Ÿ”ฅ1
Taphatottaa 5n Ballon d'Or bara kana ni injifattuu jedhamanii tilmamaa argataan

1. Osmaan Dembeelee
2. Lamiin Yamaal
3. Vitiniiyaa
4. Mo Salah
5. Kiliyaan Mibappee

Tilmamaa kessaan ๐Ÿ‘‡

๐’๐‡๐€๐‘๐„โžช @BurqaaIspoortii    
๐’๐‡๐€๐‘๐„โžช @BurqaaIspoortii

โ™ก ใ…ค   โŽ™ใ…ค    โŒฒ      ๐Ÿ”•         โœ‰๏ธ   
หกแถฆแตแต‰    หขแตƒแต›แต‰    หขสฐแตƒสณแต‰   แต˜โฟแตแต˜แต—แต‰   แถœแต’แตแตแต‰โฟแต—
โค233๐Ÿ‘31๐Ÿ˜11๐Ÿ”ฅ9๐Ÿ‘1
โœˆ๏ธElefantbet gubbaatti tapha Aviyaater yeroo taphatan- qarshii bilisaan ittiin taphatan isiniif rooba!โœˆ๏ธ

๐Ÿค‘Yeroo isin taphatan qabxii taphatoota biroo waliin walbira qabamuun sadarkaa qabatan iratti hundaa'un qarshii bilisaan ittin taphatan isiniif roobaa garagarummaan Elefaantbet iratti taphadha.!๐Ÿ™Œ๐Ÿพ

Elefantbet waliin carraa injifachuu keessan dabalaa!

โšก๏ธGalmeef - ๐ŸŒ https://elephantbet.et

Gargaarsa kamiifuu - @ElephantBetSupportBot

Telegraama keenya https://www.tg-me.com/Elephantbet_et
โค17๐Ÿ‘3๐Ÿ‘1
โœ…Al Hilaal taphataa sarara fuundura Al Shabaab Abderzaak Hamdallaah ergisaan fudhachuuf dhihaateera. Kilabooni lamaan ergisaa taphatichaa iratti waliigalteerra gahaniiru.

Federeshiiniin Saawudii Arabiyaa guyyaa jijjiirran taphatoota itti banamu gara Waxabajjii 26 fidaniiru, kunis Al Hilaal taphataa kana duursee tapha waancaa kilaboota Adunyaa Flumnensee waliin taasisaniif akka galmeessisaniif akka ta'e barameera.

๐’๐‡๐€๐‘๐„โžช @BurqaaIspoortii    
๐’๐‡๐€๐‘๐„โžช @BurqaaIspoortii

โ™ก ใ…ค   โŽ™ใ…ค    โŒฒ      ๐Ÿ”•         โœ‰๏ธ   
หกแถฆแตแต‰    หขแตƒแต›แต‰    หขสฐแตƒสณแต‰   แต˜โฟแตแต˜แต—แต‰   แถœแต’แตแตแต‰โฟแต—
๐Ÿ‘38โค20๐Ÿ‘3
2025/07/13 19:05:17
Back to Top
HTML Embed Code: