Trainer Tamiru Cherkos
NTB RANK ACHIEVER
TRAVEL ACHIEVER
BTSC FOUNDER
Leenjii personal development mana keenya teenyee bilbila harka keenya irra jiruun abjuu keenya dhugoomsuuf fudhachaa jirra. Namootni barbaaddan contact ๐ @Olifstar
#Jijjiiramni amma irraa eegala!

๐3๐2โค1
Sammuun waan uumame guutumatti yaadachuu dhiisuu ni mala. Garuu miirri isaa onnee irratti yeroo hundaa ni dhagahama.
MEE CALLISI!
Callisuun miira bilchina gadi fagooti.
โ๏ธ Dudubbachuun barbaachisaa taโus beekumsa hin ibsu. bakka hundatti waa'ee waan hundumaa haasa'uu fi waan naannoo kee, hawaasa kee fi maatii kee keessatti ta'u hundaaf deebii hin kennin. Yeroon itti haasofnuu fi yeroon guutummaatti callisnu jira.
โ๏ธ Miira callisaa yeroo guddifattu qalbii namootaa keessatti dallaa tasgabbii dhabuu ijaarta. Dhimmi tokko tokko ammuma haasaโame salphata. Namni dudubbatu ammuma dubbate barama. Namni miira callisuu guddifate akka tulluuti; Ni sodaatama. Tilmaamamuu waan hin dandeenyeef ni kabajama, ni sodaatama ni jaallatamas.
โ๏ธYeroo akka salphaatti yaada maddisiistuu fi baay'ee dubbattu salphaatti tilmaamamuu dandeessa. Yeroo hunda waan barbaachisu irraa hirโisii dubbadhu. Yokaan baay'ina yaada kee jecha gabaabaan ibsii bira darbi. Yoo dubbatte;waan hunda qola baastee hin dubbatiini. Geggeessummaarra yoo jiraatte si gargaara. Aangoo fi iccitii eeguuf xiqqoo dubbadhu.
Miira callisuu yeroo guddifattu, namoonni waan keessa kee jiru beekuuf hawwu. Jechi callisuu booda dubbatamu hundi gonkumaa akka waan salphaatti hin ilaalamu. Yeros jechoonni hundi kan hiika qabaniif ulfaatoo taโu. Callisuun gaariidha, yoo dubbatte dhimma si ilaallatu dubbadhu, waan qulqulleeffatte dubbadhu. Xiqqeessiitee dubbachuu baradhu. Warra miira callisuu hin gabbifatiiniif dursa kenni. Jechoota hiika qaban itti fufii dubbadhu. Callisuun bilchina gadi fagoo ibsa malee wallaalummaa hin ibsu.
@dirree_yaadaa

โค3
#Jijjiiramni_Sirriin_Keessaa_Eegala!
Jijjiiramni waan namni dhuunfaan tokko yookaan qaamni biraan wayii namaaf hiixatu yookaan namaaf bocu osoo hintaane, ifaajaafi fedhii ofiitiin kan namaa argamudha. Akkanuma sababni jijjiiramaa dhiibbaa keessaafi alaa ta'uu danda'a; garuu, jijjiiramni inni sirriin isa keessaa eegaludha. Sababni jijjiiramaafi jijjiiramnis walii adda. Kana hubachuufis, wanti jijjiirama fiduu danda'u ofii jijjiirama akka bakka hinbuune beekuun isa dursudha. Wantichi ka'umsa jijjiiramaa ta'a malee jijjiirama bakka bu'uu hindanda'u. Eeyyeen, jijjiiramniifi sababni jijiiramaa walii adda!

โค2
Nama qaawa liilmoo kessa darbee!๐ฅ๐
~~~~~
Jireenyi yoo qaawa lilmoo si ta'e, ati
immoo kirrii(fo'aa) ta'ii hulluuqii keessa darbi!" ๐ฅ๐
Jireenyi qaawa lilmoo fakkaata. Nama akka fo'aa ta'etu hulluuqee keessa darba. Qabsoo jireenya keessatti salphatti injifannoo gonfachuu hin dandeessu. Injifannoon bu'aa ifaajiiti. Osoo ati hin ifaajin wanti ofiin ifaaja'ee mijatee sitti dhufuu hin jiru. Kanaafuu, teessee wanta mijataa eegachuu qofa osoo hin taane, kaatee waa mijeeffachuus baruu qabda.
Rakkinna keessa teessee hin yaadda'in, akkamitti akka furuu qabdu yaadi. Addunyaan kun addunyaa bira taa'anii yaadda'an osoo hin taane, addunyaa yaada haara uumanii ka'anii keessatti waa yaalaniidha. Imala sirrii irra jirtuun wanta dhaabbachatti seenuu dadhabde tokko gadi jedhii seenuuf carraqqi.Yoo dadhabde hulluuqii keessa dabri malee hin danda'u jettee teesse hin daawwatin.
Taa'anii wanti daawwatan, taa'eetuma nama dawwata. Lilmoodhaan namni uffata isaa hodhachuu barbaadu tokko, fo'aa qaawa lilmoo sanaa keessa hulluuksisuu qaba. Qaawwi lilmoo ammoo baayyee qal'aadha. Ta'us uffatni hodhamuudhaaf dirqama fo'aan qaawa lilmoo sanaa keessa hulluuquu qaba.
Wal'aansoo jireenyaa salphatti gadi buustee injifattee irra taa'uu hin dandeessu. Ifaajii guddoo si gaafata. Si'a tokkoon kan utaalee ji'a irra qubate jira jechuun soba dubbiti. Injifannoo gonfachuuf dursa dhamatii si gaafata.
Ciminaa fi dadhabina kee addaan baastee beekuu qabda. Waaqa, dhugaa, laphee qulqulluu,hubannaa, oogummaa fi beekumsaan jireenya kee hoogganuu qabda.
โกYaa namaa koo si haa gorsuu!
โ Seensi balbala milka'inaa qaawa xiqqaa qaba. Fuldurri isaa ammoo dirree bal'aadha. Nama malaan qaawaa qal'aa kana keessa hulluuqee darbettu dirree bal'aa kanatti bahee keessa bashannana!

Namni ati waggaa 5 booda taatu kanneen armaan gadii irratti hundaaโa:
โข Dandeettii harโa barattu.
โข Kitaabota harโa dubbistu.
โข Amala harโa uumattu.
โข Hariiroo harโa ijaartan.
โข Haasaa harโa qabdan.
Har'a of irratti invast gochuu jalqabi.
โข Dandeettii harโa barattu.
โข Kitaabota harโa dubbistu.
โข Amala harโa uumattu.
โข Hariiroo harโa ijaartan.
โข Haasaa harโa qabdan.
Har'a of irratti invast gochuu jalqabi.
Milkaa'ina Jechuun ๐
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
1. Milkaa'inni DHIMMAA CARRAA MITI. Namoonni milkaaโan carraa qofa miti; tarkaanfii fudhachuu fi duubatti deebiโiinsa keessa darbee cichuudhaan carraa ofii isaanii tolfatu.
2. MILKAA'INNI IMALA MALEE GALMEE MITI. Milkaa'inaaf foormulaan nama hundaaf ta'u hin jiru. Wanti nama tokkoof hojjetu nama biraatiif hojjechuu dhiisuu dandaโa. Wanti guddaan daandii milkaaโina mataa keetii barbaaduu fi karaa irratti aarsaa barbaachisu kaffaluuf fedhii qabaachuudha.
3. Milkaa'inni Qarshii MITI. Maallaqni barbaachisaa taโus, milkaaโinaaf kan madaalamu isa qofa miti. Namoonni milkaaโoo taโanis hojii isaanii keessatti gammachuu argachuun addunyaa irratti dhiibbaa gaarii geessisu.
4. Milkaa'inni AMALA. Namoonni milkaaโan amala kaayyoo isaanii galmaan gaโuuf isaan gargaaru horataniiru. Amalli kun wantoota akka galma kaaโuu, tarkaanfii fudhachuu fi gonkumaa abdii kutachuu dhiisuu dabalata.
5. Milkaa'inni YAADA. Namoonni milkaaโan yaada gaarii gufuu osoo hin taane waan taโuu dandaโu akka argan isaan dandeessisu qabu.
6. MILKAA'INAAN WAA'EE GUDDINA DHUUNFAA TI. Namoonni milkaaโan yeroo hunda barachaa guddachaa jiru. Naannoo mijataa isaaniitiin ala tarkaanfachuun waan haaraa yaaluun hin sodaatan.
7. MILKAA'INNI WAA'EE DEEBISUU KENNUUTI. Namoonni milkaaโan milkaaโina argatan namoota biroo gargaaruuf itti fayyadamu. Kophaa isaanii akka hin taane beeku, hawaasaaf deebisee kennuunis itti gaafatamummaa itti dhagahama.
9. MILKAA'INNI DHALA DHIHEESSUU JEDHA. Namoonni milkaa'an addunyaa kanarratti jijjiirama fiduu barbaadu. Gumaacha gaarii taasisaniin yaadatamuu barbaadu.
@dirree_yaadaa
10. MILKAA'INNI NAMA HUNDAAF NI DANDA'AMA. Eessaa dhufte ykn haalli kee maal haa ta'u, abjuu kee galmaan gahuu dandeessa. Hojii cimaa, of kennuu fi cimina kan gaafatu taสผus, dandeettii kee guutuu galmaan gaสผuun ni dandaสผama.

Dubbiin akkasi:
Barsiisaatu barsiisee fixee, qormaata hundas qoree, qabxii ykn grade qaama ilaallatutti galche!
๐ฒ Barataan muraasa: 'Yes, grade A+, A-, A, B+'n fide' jedhu!
๐ฑ Barataan muraasammoo: 'Ayii, barsiisaan C, C-, D natti laate' jedha!
๐ ฐ๏ธ๐ค๐ ฐ๏ธ๐ค Maaliif yeroo waan gaarii argannu 'Ofitti', gaafa waan hin barbaanne 'Fidnu' immoo nama birootti quba qabnaa? Yaada keessan barreessaa ๐ @Olifstar
.@dirree_yaadaa

.
๐6๐1
Life testimony leenjisaa lishan
People development
Carraa Biizinaasii
Business Opportunity
Namoonii Carraa Biizinaasii kana fayyadamuu barbaaddan na qunnamuu dandeessu!! ๐๐@Olifstar
#HUB. eessayyuu yoo jiraattan hojjechuun ni danda'ama!
@dirree_yaadaa
โAddunyaa irratti namoonni hiyyeessa
ta'an warra mul'ataa fi abjuu hin qabneedhaโโ

๐7
Forwarded from Regasa Official
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Dargaggeessa carraa leenjii fi Biizinaasii argatten jireenyi isaa jijjiramee๐
Positive mind find opportunity in everything.
#personaldevelopment@Regasa2025
#Jijjiiramni amma irraa eegala!
Carraawwan asiin argachu dandeessan โ๏ธ๐
Leenjii ๐ @RealmBiz Biiziinaasii ๐ @RealmBiz
@RealmBiz

๐6โค3
Jireenyi kee harkuma kee jira!
Namoonni biroon waan fedhan siin jechuu dandaโu, garuu akka jedhan si gochuu hin dandaโan. Akka jedhe si gochuu kan dandaโu namni tokko jira. Innis mataa keeti. Yoo feete ofirraa haftee namoota biroof eebba taโuu dandeessa. Yoo hin barbaadne immoo ofii kee iyyuu dadhabdee gargaarsa namoota biro eeggachuu dandeessa. Jireenyi kee harkuma kee jira. Jireenya keetti bifa gaarii godhi.

๐5๐2
Dirree yaadaa pinned ยซDhaloota jijjiiramaaf onnee qabu qofan barbaada keessaan na dubbisuun carraa jirutti fayyadamuu dandeessu!๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐@Olifstar๐๐๐๐ ๐๐๐๐@Olifstar๐๐๐๐ ๐๐๐๐@Olifstar๐๐๐๐ยป
Ofiikee of hin dhabin.
============================
โOfiikee of hin dhabin malee wanta dhabde hundumaa yeroo isaatti ni argatta. Kanaaf isa dhabde sanaaf jecha eenyummaa kee hin dhabiniti of irratti hojjadhu
โNamoota sirrii argachuuf jecha yeroo kee hin qisasessini. Ati nama sirrii ta'udhaf dhama'i malee si barbaadani dhufu.
โOfii keetif wanta hawwite,sana argachuu yoo dadhabde isa Uumaan kee sif barreesse garuu tokkollee hin dhabdu. Kanaaf badaa mataa of hin dhukkubsin.
โYeroo baay'e kan dhiphannu wanta baarbaannu yeroo dhabne utuu hin taane wanta of harkaa qabnu yoo hin beeknedha. Wanta of harka qabu kan hin beekne fi homaa kan hin qabne tokkodha. Kanaaf isa dhabde dhiisi isa qabdu irratti xiyyeeffadhu.
โNamni hubataan rakkina durasaa jiru ilaale utuu hin taane mullata onnee isaa keessa jiru ilaalee obsaan karaa isaa imala. Kanaaf hubannaa qabaadhu.
โDhiifama namaaf gochun guddina yoo ta'eyyuu, dhiifama abdatanii nama miidhun garuu xiqqummaadha. Kanaaf atis midhuu dhiisi. Isa dhifama kee abdatee simidhurrayis fagaadhu.
โDogoggora gaafa hojjattu miidhamuu dandeessa. Garuu waggoota muraasa booddee kuufamni dogoggorootaa ati kaleessa hojjatte "Muuxannoo" jedhamani waamamu. Muuxannon immo gara milka'inatti si geessa. Kanaaf Dogoggorri kee kaleessaa mana barumsa kee ture jechudha.
โSin wantoota lamatu si ibsu. Inni jalqabaa yeroo homaa hin qabnetti obsa ati obsituu fi guyyaa wa argattetti gammachuudhan amala ati agarsiistudha. Kanaaf gaafa sif toles gaafa sitti bades miira kee to'adhu.
โSooressa guddaa ta'uf murteessan maallaqa lakkoofsa Baankii kee irraa qabdu utuu hin taane, eenyummaa sirrii sammu kee keessaa qabdudha. Kanaaf wanta sammuun kee fi onneen kee baatee jiru adda baafadhu. Yoo wan dansaa ta'e isa irratti hojjadhu.
โSammuun kee akka maagineetiti. Yoo waa'ee eebbaa yaadde eebba harkisa. Yoo wa'e rakkinaa yaadde rakkinuma harkisa. Kanaaf wan gaggaari qofa sammuu kee keessa ol-kaawwadhuutii eebba fi ulfina gara mana keetti harkisi.

๐4โค2
baay'isin
Gatii dadhabbii keetii yoo argatte akkuma dadhabbii kiyyaani jettu, yeroo rakkoon/kufaatin si quunnames dogongora/wallaalummaa kiyyaani jechuu qabda. Badii kee ta'uu yoo amante fala argachuuf deemsa walakkaa deemtee jirta jechuudha. Sababa baay'isuun sittaa hafu. nama akka sababa baay'isuu kan dhabbatee hafu hoomtuu hin jiru.
https://www.tg-me.com/dirree_yaadaa

๐4๐1
Leenci hammam beela'us yoomiyyuu marga hin nyaatu. Akka LEENCAA ta'i, namni tokko akkas sirraa eega waan ta'eef gonkumaa ulaagaa kee gadi hin buusin.
https://www.tg-me.com/dirree_yaadaa
https://www.tg-me.com/dirree_yaadaa
๐3