Hubannoo gabaabdu
Marsaa meeqa vacancy apply gootanii "maafan waamamuu dide?" Jettanii of gaafattanii beektuu? Rakkoon isaa CV isa form isaa dulloome waliin rakkachaa jirtu taha. Cv bareedaa ergaa guutuu waa'ee keessan dabarsu hinqabdan taha. Yookiin kanuma hiriyyaa kee irrqq Copy isaa garagarchitee baatte deemta taha.
Maarree dhaabbata garaagaraa irraa #vacancy yeroo bahu, curriculum vitae (CV) keessan bareedaa miti taanan carraan isin hojii sana dorgomuuf qabdan muraasa. Bareeddinnii fi ergaan CV keessan dabarsu isaanitti hin tolu taanan Calalitti isin hin dabarsan.
CV cimaa akka gaariitti qindaa’ee, dubbisuuf salphaa, dandeettii fi muuxannoo barbaachisaa ta’e kan calaqqisiisu ta’uu qaba. Cuunfaa ogummaa, barnoota bal’aa fi seenaa hojii, dandeettii, fi odeeffannoo quunnamtii of keessatti qabachuu qaba.
CV kee dogoggora qubee fi seerslugaa irraa bilisa ta’uu isaa mirkaneessuu qabda.
CV haala gaariin caaseffame dhiyeessuun barbaachisaa dha. Barreeffamni kun odeeffannoo dhuunfaa, seenaa barnootaa, muuxannoo hojii, dandeettii fi wabiiwwan kee bal’inaan ibsuu qaba. Hojjechiistotaaf ilaalcha waliigalaa gahumsaa fi muuxannoo hojii ati irratti dorgomtu waliin walqabatu ni kenna.
Kanaafuu CV bareeda taheef Modernize tahe hojjchiifachu warra barbaaddan nuti ergadhaa. Gatii salphaan style ajaahiba taheen isiniif hojjenna. Dhugaa dubbachuuf hangaa yaadanii olitti qindeessinee isiniif hojjenna!
#Hubachiisaa: kan isin yaaddan caalaatti isiniif hojjenna
Karaa Telegram kanaan nu dubbisaa
@CV_Developers

Barachaa yookiin barsiisaa turtan ganna kana garaa maatii kan galtan amma connection qabdanitti Network Development Business na faana hojjechuun galii argachuu dandeessu.
Hubannoo bal'aa argachuuf @Olifstar irratti na dubbisuu dandeessu.

Forwarded from Be positive
🍀Professional_CV_Developer🍀
የምንሰጣቸው አገልግሎቶች
1. Prepare Application/Cover Letter
2. Develop Professional CV/Resume
3. Organize all Documents in one file
4. We Apply Online Jobs
#Feel_Free_to_Contact_Us
🔹Telegram: @NileCV_Developer
📞Phone No: 0915124321
📌ሁሉንም አገልግሎት በተመጣጣኝ ዋጋ፣ በፈለጉት መሰረት እንሰራለን።
📌For #Fresh_Graduate ልዩ ቅናሽ አድርገናል
📌በስራችን እምነትን ገንብተናል፣ በጥንቃቄ መስራታችን ደግሞ ልዩ ያደርገናል!
🖊Tajaajila Hunda Akka Fedha Keessaniitti Gatii Madaalawaadhaan ni Hojjenna!
🖊Eebbifamtoota Haaraadhaaf Hir'isa Gatii Addaa Gooneerra.
🖊Hojii Keenyaan Amanamummaan keenya Dabaleera, Xiyyeeffannoodhaan Hojjechuun Keenyammoo Adda nu Taasisa!
Join Our Telegram Channel
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.tg-me.com/NileCv

Kufaatiidhaan eegala
Jalqabni milkaa'inaa
"Gufadheera" jettanii
Bakka sana hin taa'inaa!
👇👇
https://www.tg-me.com/dirree_yaadaa
Jalqabni milkaa'inaa
"Gufadheera" jettanii
Bakka sana hin taa'inaa!
👇👇
https://www.tg-me.com/dirree_yaadaa
Qoricha hadhaawaa dafnee liqimsinee karameellaa mi'aawaa yeroo dheeraaf afaan keenya keessa tursiisna.
Jireenya keessatti garuu yeroo gaarii dafnee dagannee yaadannoo hadhaa'aa bara baraan garaa keenya keessa kaa'a.
Jireenya keessatti yaadi, dhiifama godhi, itti fufi.

Barfattee rafuun barfattee milkaa'uu yoo si oolche, barfadhuu rafi! 🛌
https://www.tg-me.com/dirree_yaadaa
https://www.tg-me.com/dirree_yaadaa
"Wanta jireenya nama kamiifiyyuu murteessaa ta'e tokkotu jira.
Innis galma beekamaa ta'e tokko qabaachuu, waan ta'uu barbaadan adda baasanii beekuufi bakka yaadan sana ga'uudhaafis dharraa keessa ofiitii finiinu qabaachuudha."
Jedhee Nappooliyoon Hiil
Amma Galma beekama kana qabachuuf leenjii baayyee barbachisaa ta'ee tokko jira. Innis leenjii ijaarsa dhuunfaa ykn personal development .
Leenjii kan argachuuf contact
↪️↪️↪️↪️@olifstar

Milkaa'inni akka ol ba'uuti.
Tulluu ol ba'uu filatta bahuu akka dandeessu ni amanta.Tulluu sana erga geessee booda tulluu itti aanu fagoo jiru ol baʼuuf deemtu adda baafatta. Karaa irratti ni gufatta ni kufta garuu of kaafta. Waan fedhes ta'u ol ba'uu itti fufta....👀
Success
@olifstar

#Jalqaba_of_argadhu
Dinqidhuuma bara kanaa gaafan taa'ee yaaduu, naannoo koos mil'adhee waan hedduus taajjabuu. Takka gaaffiin of takaala, takkamoo akkuma namaa dhageeffata qabutti ofiin odeessa ooleen barruu kanaa gadii katabee.
#Ati_eenyu?/#anis_eenyu?
Eenyummaan kee inni dhugaan isa kamii? Isuma kan kee Sanaa qabattee of beektee jiraacha jirtamoo, kanuma namni siif laate baatte ittin rakkacha jirta.
Anaan kan na dhibuu Isa namni Ani eenyyumma koonin gaggeeffama jecha xiqqoo tureemo namni maal naan jedhaf karoorasa diiga oolu, takkammoo ana malee jedhee Isa akka sangaa gooba baasee laphee dhiibee deemuu garuu maal akka ta'ee Fi maaliif akka jiraacha jiruu iyyuu quba hin qabneedha.
Erga akkas ta'ee ati eenyure? Kan eenyyumma tokko hin qabnee, kan akka abalutti jireenya kee madaltuu, kan miirri kee eenyumma kee caalee sii raatessuu. Ati eenyu?
Deebii Isa sumafaan dhiisaa.
Eenyumma kee Isa dhugaa baruuf jalqaba iddo itti of gatee barbaadi of argadhuu. Eenyumma kee Isa sodaa namaaf,akkasuma maal naan jedhu biyya fi, Gammachuu yeroof jette gurgurtee Sanaas kaasaadhan deeffadhu.
#gaafas, ati fi hafuurri kee, qalbii Fi lubbuun kee Wal utubanii, waliif birmatani Laga sii ceesisu. Kanaa achi, akka diinatti Wal ilaaluun atif hafuurri kee, qalbii Fi lubbuun kee Wal irratti ka'uun sumaan dhabamsiisu. Kanaaf amma qabii barbaadi of argadhuu
"Of barbaadani of argachuun arganno bakka buusaa hin qabneedha.

Audio
Positive mind find opportunity in everything.
#personaldevelopment@Regasa2025
#Jijjiiramni amma irraa eegala!
#personaldevelopment@Regasa2025
#Jijjiiramni amma irraa eegala!
Wanta hojjettu kamuu jaalalaan hojjedhu! Milkaa'uu akkuma jaalattu hojjechuus jaaladhu!
Carraa Leenji fi business yoo barbaaddan
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@Olifstar

Tasgabbaa'i!
Maaf hin murteessine? Maalumaaf hin bariine?
Hanga yoomittan akkanatti jiraadha jechaa uumaa kee waliin falmaa jirtaa?
ilaa na dhageessaa
uumaan kee kan calliseef; waan si hin argineef ykn rakkinni kee isa gammachiisee ykn immoo si gargaaruf busy ta'ee osoo hin taane, uuman yeroo kamiiyyuu obsaan iddoo fi yeroo isaa eeggatee rakkoo kee siif fura. Situ obsa dhabe malee uuman kee hojii isaa hojjachaa jira. Obsi. tasgabaa'i. eeggadhu nii murteessaa.
Gammachuu hunda isiniif hawweera.
Jechooya saayikoolojii sammuu keenya bashannansiisan dubbisuu kan jaallattan chaanelii armaan gadii kana join godhaa!
@dirree_yaadaa

𝗔𝗕𝗗𝗜𝗜
HOPE
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Jireenyα kee keessαtti ABDII dαbαlαtαα αkkαmitti αkkα horαttu tαrkααnfilee 10n gurguddoo.
❶. 𝗬𝗮𝗮𝗱-𝗿𝗶𝗺𝗲𝗲 𝗮𝗯𝗱𝗶𝗶 𝗵𝘂𝗯𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂
Abdiin hααlα xinsαmmuu bu’αα gααrii tokkotti αmαnuu fi kαkα’umsα gαrα isααtti hojjechuuf wαlitti fidudhα.
Dαndeettii dαndαmαchuu, kαkα'umsαα fi fαyyαα wαliigαlααtif wααn bαrbααchisαα dhα.
❷. 𝗔𝗯𝗱𝗶𝗶 𝗳𝗶 𝗵𝗮𝘄𝘄𝗶𝗶 𝗮𝗱𝗱𝗮 𝗯𝗮𝗮𝘀𝘂𝘂
Hαwwiin kαn hin hojjenne fi cαrrααqqii kαn hin qαbne tα’us, αbdiin gαruu dαmmαqinααn hirmααchuu fi gαlmα bαrbααdαmu birα gα’uuf kαroorfαchuu of keessαα qαbα.
Gαlmα yeroo bααfαttu yααdα qαbαtαmαα fi gochα irrαtti xiyyeeffαte qαbααchuuf cαrrααqqii.
❸. 𝗚𝗮𝗹𝗺𝗮 𝗶𝗳𝗮 𝘁𝗮'𝗲𝗲 𝗳𝗶 𝗮𝗱𝗱𝗮 𝘁𝗮'𝗲 𝗸𝗮𝗮'𝘂𝘂
Gαlmi kαllαttii fi xiyyeeffαnnoo kαn kennu yoo tα’u, kunis αbdii guddisuuf murteessααdhα.
S.M.A.R.T hundeessuu. (Addα, Sαfαrαmuu dαndα’u, Gαlmα gα’uu dαndα’u, Bαrbααchisαα, Yeroodhααn kαn murtαα’e) gαlmootα tαttααffii kee qαjeelchuuf.
❹. 𝗞𝗮𝗿𝗮𝗮𝗹𝗲𝗲 𝗱𝗮𝗰𝗵𝗮𝗮 𝗮𝗱𝗱𝗮 𝗯𝗮𝗮𝘀𝘂𝘂
Abdii yoo ilααlle jijjiirαmα gochuun furtuudhα.
Gαlmα kee birα gα’uuf tooftααlee αddα αddαα sαmmuutti qαbαdhuu kαroorα duwwαα qopheessi.
Hααlα kαnααn, yeroo gufuun si mudαtu mαdαquuf qophooftα.
➎. 𝗢𝗳 𝗱𝗮𝗻𝗱𝗮'𝘂𝘂 𝗵𝗼𝗿𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂
Dαndeettii kααyyoo kee gαlmααn gα’uu kee αmαnuun qααmα αbdii murteessααdhα.
Milkαα’inα dαrbe irrαtti xiyyeeffαchuudhααn, yααdα bαrbααduu fi of-hααsα’uu gαdhee mormuudhααn of-gα’umsα ijααruu.
➏. 𝗬𝗮𝗮𝗱𝗮 𝗴𝘂𝗱𝗱𝗶𝗻𝗮𝗮 𝗵𝗮𝗺𝗺𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂:
Dαndeettii fi sαmmuun hojii cimαα fi of kennuudhααn guddαchuu αkkα dαndα’u αmαntαα fudhαdhu.
Yααdni kun qormααtα keessαtti ciminα jαjjαbeessuun αbdii guddisα.
➐. 𝗗𝗲𝗲𝗴𝗴𝗮𝗿𝘀𝗮 𝗵𝗮𝘄𝗮𝗮𝘀𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮 𝗶𝗷𝗮𝗮𝗿𝘂𝘂:
Nαmootα biroo kααyyoo fi gαtii kee qooddαtαn wαliin wαl qunnαmuun sαdαrkαα αbdii kee guddisuu dαndα’α.
Dhiibbαα gααriitiin of mαrsi, αkkαsumαs sochiiwwαn wαltα’iinsαα fi wαl-deeggαrsα guddisαn irrαtti bobbα’i.
➑. 𝗚𝗮𝗹𝗮𝘁𝗲𝗲𝗳𝗳𝗮𝗻𝗻𝗮𝗮 𝘀𝗵𝗮𝗮𝗸𝗮𝗹𝘂𝘂:
Jireenyα kee keessαtti wαntootα gααrii taʼαn irrαtti xiyyeeffαchuun kee ilααlchα αbdii gααrii qαbααchuuf gαrgααrα, kunis αbdii guddisuuf bαrbααchisαα dhα.
Joornααlii qαbαchuudhααn ykn dinqisiifαnnαα kee wαrrα kααnitti himuudhααn gαlαtα horαdhu.
➒. 𝗗𝗮𝗻𝗱𝗲𝗲𝘁𝘁𝗶𝗶 𝗱𝗮𝗻𝗱𝗮𝗺𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂 𝗵𝗼𝗿𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂:
Mαlα rαkkoo furuu fudhαchuu fi yααdα ijααrsαα bαrbααduun duubαtti deebi’uu bαrαdhu.
Yeroo rαkkisαα keessαtti αbdii eeguuf dαndαmαchuun bαrbααchisαα dhα.
➓. 𝗞𝘂𝘁𝗮𝗻𝗻𝗼𝗼𝗱𝗵𝗮𝗮𝗻 𝘁𝘂𝗿𝘂𝘂:
Abdiin kααyyoo keetif yeroo dheerααf of kennuu gααfαtα.
Yeroo hundα guddinα kee gαmααggαmuudhααn, injifαnnoo xixiqqoo kαbαjuudhααn, yeroo bαrbααchisαα tα’etti tooftααlee kee sirreessuudhααn kαkα’umsα kee eegi!

Telegram
Dirree yaadaa
Maalummaa nama tokkoo isa sirrii kan beekuu dandeessu... waan barbaadu gaafa si biraa dhabeedha...!
gaafa sana maalummaa isaanii isa dhugaa siif ibsu...!

#Gorsa
Biizinasii Hojjechuuf Har’a Irraa Murteessi! Guyyaa boruu eeggachuu dhiisi. Guyyaa fooyya’aa, guyyaa milkaa’inaa, guyyaa jijjiiramaa har’a jalqabi! Namoota yeroo eeggatan hin taane; yeroo isaanii ofiin uuman keessaa ta’i.
"Har’a keessaa dhabuun, bor akka hin jirretti of mamsiisa." Namni milkaa’e hundi har’a irraa jalqabe. Innis murtee isaa, carraa isaa, dadhabina isaa fi fedhii isaa waliin. Waan hunda qabaachuun hin barbaachisu – waan tokko murteessuu fi jalqabuu qofa barbaachisa.
1. Of Leenjisi! Namni of leenjisu, of dagaagsa. Karoora, dandeettii fi xiinsammuu hojii gaggeessuu qabaachuun hojii irraa eegala. Har’a irraa eegalee of gaafadhu: “Barnoota maal qaba? Dandeettii maal qabaachuu barbaada? Nama akkami ta’uu barbaada?”
2. Nama Beeku Simadhu! Nama beekumsa qabu wajjin mari’adhu. Nama biiznasii hojjate irraa baradhu. Nama si dura deeme irraa qajeelfama fudhadhu. Jireenyi akkasumatti baramuu hin dandeessu; nama beekuu irraa barachuu qofa miti – itti dhihaadhu, gaafadhu, leenjii fudhadhu!
3. Yaada Kee Mataa Irraa Gad Qabi! Yaada tokkoffaa galmee irraa gara hojiitti jijjiiri. Biiznasii waa'ee waan guddaa ta’e miti osoo hin jalqabiin. Xinnaa jalqabi. Fayyadamoo ta’i. Waanta si biratti jiru fayyadami. Har’a jalqabi; boruu ni guddata.
4. Sodaa Irratti Hin Hojjetin! – Waan Si Kakaasu Irratti Hojjedhu! Rakkoo fi sodaa osoo hin ibsatin, fala qopheessi. Namni yeroo mara carraa quunnamu hin eegu; carraa ofii uuma. Hojii eegaluun sodaa namaa balleessa. Eegaluu fi cichuun immoo ofitti amantaa dabala.
5. Har’a Yeroo Gaarii ti! Namni yeroo eegu carraa darbu. Namni yeroo fayyadamu injifata. Har’a akka boqonnaa jalqabaa biiznasii fi jireenya kee fudhadhu. Har’a yaada kee jijjiiri, har’a karaa kee murteessi. Har’a of irratti amani.
6. Milkaa’inni Namoota Of Irratti Amanan Itti Fayyada: Namni ofitti amanu, wanta jalqabu ni fixee jira. Milkaa’inni qabeenya, maallaqa, meeshaa yookiin sadarkaa osoo hin ta’in – ofitti amanuu fi hojii irratti jabaachuu ti. Namni ofitti hin amanne yeroo dheeraadhaaf karaa irratti lafa taa’a. Namni ofitti amanu garuu, har’a ka’ee boqonnaa haaraa banuu danda’a. “Ofitti amanuun gatii hin qabu osoo hin hojii jalqabne.” Kanaafuu, of jajjabeessi. Of garsiisi. Tokko jalqabi. Hojii tokko irra deddeebi’i. Milkaa’inni irraa dhalata.
7. Rakkoo Eeggachuun Hin Jiru – Gara Falaatti Ce’i : Namni rakkoo duuba akka hin hafne beeka. Garuu nama garii rakkoon sodaachisa. Ati garuu rakkoo irraa hin dheessin – gara falaatti fi furmaataatti ce’i. Rakkoon carraa jijjiiramaa ti. Nama guddina barbaaduuf, rakkoon tarsiimoo guddaa ta'a.Mee of gaafadhu: Rakkoon jiru maali?Furmaanni maal fakkaata?
Ani maal godhuun danda’a?
Waa’ee rakkoo yoo yaadde qofaan hin ta’u – tarkaanfii fudhadhu! Yaada furmaataa irratti hojjedhu! Kana qofaan biiznasii bareedaa buusuu dandeessa.
8. Of Leenjisuun Of Cimsuu Dha: Qorannoo gaggeessi. Kitaabban dubbisi. Namoota hubannoo qaban simadhu. Leenjii online irratti hirmaadhu. Barnootni guyyaa guyyaatti nama jijjiira. Guddinni dandeettii keessan irratti hundaa’a, maallaqa irratti miti. Har’a barachuu eegalte, boruu jijjiiramaa taata. "Namni barataa jira, tarkaanfachaa jira."
9. Murtii Har'aa – Jireenya Kee Guutuu Jijjiiru Danda’a: Yaada keessaa gara hojiiitti jijjiiri. Biiznasii tokko jalqabuuf, bor eegu hin qabdu – har’a murteeffadhu. Murtee guddaan, tarkaanfii xiqqaan jalqaba. Nama hunduu jalqabaa keessaa dadhabinaan ni beeka – garuu dhiibbaa, obsaa fi tarkaanfii itti fufinsaan gara milkaa’ina geessu.
Xumura irratti, har'a Yeroo Murtee Guddaa ti!
Guyyaa kamuu fooyyessu ni dandeessa. Garuu guyyaan siif murteessaa ta’e har’a ta’uu qaba. Milkaa’inni yeroo eeguun hin argamu. Milkaa’inni yeroo ijaaruun argama. Har’a murteeffadhu. Har’a jalqabi. Har’a of jijjiiri. Har’a hojii jalqabi. Har’a namoota kakaasi. "Sila har’a irraa eegaluu koo, waggaa darbe eega ture!" jechuun akka hin himne, amma eegali.

NileCV_Developer🍀
Tajaajiloota nuti kenninu (የምንሰጣቸው አገልግሎቶች)
1. Prepare Application/Cover Letter
2. Develop Professional CV/Resume
3. Organize all Documents in one file
4. We Apply Online Jobs
Telegram group: 👉 https://www.tg-me.com/NileCv
Private contact 👉 @NileCv_Developer

🎓 Just Graduated? Struggling with Your CV? I’ve Got You Covered!
Are you a recent graduate and finding it hard to prepare a professional CV? Don’t worry—I've been there, and I know how tough it can be.
I'm offering high-quality, personalized CV writing services at an affordable price. Whether you're applying for a job, internship, or leadership program, I’ll help you stand out with a strong, clear, and professional resume.
💼 Save time.
💰 Save money.
✅ Get noticed.
📩 Just send me a message and I’ll get your CV ready in no time!.
Contact 👉 @NileCv_Developer