#Qaayentu_Abeliin_Ajjeese. Ser Umam 4:1-16
Qaayeniif Abel ijoollee #Addaam warra jalqabaati. Qayen hangafa, Abel immoo quxisuudha lamaanuus hojii mataa mataasaanii qabu.
#Qaayen qottuudha, hojiin isaas qonnarratti.
#Abeel tiksituudha, gaheen isaa tiksuudhas.
Gaaftokko lamaan isaanii waaqayyoof aarsaa dhiyeessan. Waaqayyos faara tolaadhaan gara aaersaa #Abel ilaale, haata'u garuu Qaayen sababii waaqayyo aarsaa ofii dhiyeessetti waaqayyo hingammanneef akkasumas faara tolaadhaan kan obboleessasaa Abel waan ilaaleef baayyee aare.
Waaqayyos #Qaayeniin utuu waan gaarii hojjette akkas hin aartu turte, ammas waan gaarii hin hojjettu taanaan #Cubbuun balbalakee #riphee si eeggatas ittiin jedhe.
#Qaayenis obboleessa isaa Abeliin sossobee haadhaaf abbaa biraa achi fageessee bakka namni hin agarretti #haadhoosaa_Abeliin_ajjeese. Erga ajjeeseen boodas #Reeffa obboleessasaa bakkeetti dhiisee akkuma nama nagaa fuula waaqayyoo dura dhaqee dhaabbate.
Waaqayyo yommus Qaayeniin meerre obboleessikee Abel jedhee gaafate. Qaayen gaafa Abeliin ajjeese, akkasaaf namni isa hin agarre, haata'u garuu #Waaqayyo inni iddoo hundumaatti argu gaafa Qaayen ajjeesus, gaafa Abel du'us hin arge. Waan isin dhibu haadhootu haadhoo isaa hin ajjeese. Hangafatu quxisuu ajjeese. Beekaatu wallaalaa ajjeese. Har'as.........................
#Elaamee yaa firaa har'as Waaqayyo hin arga. Isa ajjeesus, isa ajjeessisus, isa manatti du'us, isa alatti du'us Waaqayyo hin arga. Hundumtuu gaaftokko akka hojii hojii isaatti ija gatii hojii isaas hin argata. Gaafa Qaayen Abeliin ajjeese haatiif abbaan yookaan #Addaamiif_Hewwaan hin agarre, qaamni biraas hin agarre garuu Waaqayyo hin arge.
Waaqayyo du'a nama jal'aattuu hin gammadu. Gaafa Qaayen obboleessakoo natu eegaaree jedhee waaqayyoon haalu, Waaqayyos akkas ittiin jedhe: Dhiigni Abel achii ol natti iyyaa jira jedhe. Har'as Dhiigni #Qajeelotaa hin iyya.
Waaqayyo hunduma keenyaaf hubannaaf ogummaa haakennu https://www.facebook.com/FiroTO1
Forwarded from Hulu media
የመኖሪያ ቤት ሽልማት ለባለ እድለኞች ከጊፍት ሪልስቴት፡፡
ሰላም ፍቅር ጤና እንዲሆንላቹ እየተመኘን በኢትዮጵያ የመኖርያ ቤት ግንባታ ዘርፍ ቀዳሚ ሆነን ለብዙ አመታት ለኢትዮጵያኖች በሚመጥን ሁኔታ ጥራቱን የጠበቀ real sestate በመገንባት በታማኝነት እና በጥራት ስናስረክብ ቆይተናል፡፡ አሁን ደግሞ እድለኛ ለሆኑ 3 የአዲስ አበባ ነዋሪዎች የመኖርያ ቤት አፓርታማ ልንሸልምዎ ዝግጅታችንን ጨርሰናል፡፡
1ኛ እጣ ባለ 3 መኝታ ከነሙሉ እቃው፡፡
2ኛ እጣ ባለ 2 መኝታ ከነሙሉ እቃው፡፡
3ኛ እጣ ባለ 1 መኝታ ከነሙሉ እቃው፡፡
ቀጥሎ ላሉ 30 እድለኞች የ 1000 ብር ያልተገደበ የ ኢንተርኔት አገልግሎት ሽልማት ይኖረዋል፡፡ ይህ እጣ የሚቆየው እስከ ሰኔ 30 ሲሆን ሰኔ 30 ላይ በኮምፒዩተር እጣ አወጣጥ ዘዴ በመታገዝ እድለኞችን ሰኔ 30 ላይ በዚ ቻናል ላይ ይፋ የምናደርግ ይሆናል፡፡
ከናንተ ሚጠበቀው ቻናላችንን መቀላቀል እንዲሁም ደግሞ ለዘመድ አዝማድዎ ለወዳጅዎ እድላቸውን እንዲሞክሩ ቢያንስ ለ60 ሰዎች ሼር በማረግ እንዲቀላቀሉ መጋበዝ ብቻ ነው፡፡ ከ 60 ሰው በላይ መጋበዝ እድልዎን ያሰፋል፡፡

መልካም እድል ከ ጊፍት ሪልስቴት፡፡
🔰 BAGA NAGAAN DHUFTAN 🔰

Itiyoo-Teleekom tamsaasa telegramaa sa'aati guutuu afaan oromoodhan jalqabuu ilaalchisee hordoftoota horachuuf badhaasa qopheessera.

Linkii armaan gadii fayyadamuudhan galmaa'uu keessaniif qarshii 1000 ni badhaafamtu. Namoota 30 yemmuu affeertan immoo dabalataan qarshii 3000, tokkoon tokkoon namoota affeertanif qarshii 100 badhaafamtu.

Liinkii affeerraa Firo. 🔽
https://www.tg-me.com/Ethiotelecom_Afaan_Oromoo_bot?start=r0499911594

Liinkii affeerraa keessaani argachuudhaaf liinkii affeerraa Firotiin galmaa'aa.

JOIN |
ETHIOTELECOM - AFAAN OROMOO
Channel name was changed to «Jesus is coming back/Yesus deebi'ee nidhufa»
Loomiin 100 nama tokkoof ba'aadha garuu nama 100 sanaaf yoo walgargaaran, yoo waliif qoodan, bareedinadha.

Har'as kaan karaa gubbaa taa'ee kadhata, kaanis qeyeef qabeenya isaarraa buqqa'eetu, barandaa namaa jala jiraata, kaanis beelaaf dheebuudhaan manuma keessatti ciisee du'aa jira.
👉Egaa namni hanguma lubbuun jirutti walgargaara, waliif yaada, walbukkees dhaabbata.
👉Saba kan gargaaran Waaqayyoon kadhachuufiin qofa utuu hintaane, qabeenya qabnuun, humna qabnuun, beekumsa qabnuunis ta'uu mala.
👉Inaaffaan Niimiyaa keessa ture sun har'as anaaf sikeessa yoo jiraate, isa jige kaasuu dandeenya, isa diigame ijaaruu dandeenya, isa bades barbaaduu dandeenya, isa beela'e beela baasuu dandeenya, isa qeyeef qabeenya isaarraa buqqa'es bakkatti deebisnee ijaaruu dandeenya.

#Dhaamsikoo:
👉Karaa dandeessuun
👉Hanguma dandeessuun
👉Waanuma dandeessuunis sabakee gargaari.
#Bible gaafa dubbatu ba'aa walii baadhaa jedha.
2024/05/15 10:49:20
Back to Top
HTML Embed Code: