bootg.com Β»
United States Β»
πππππ πππ₯π‘π’π’π§ππβ’ Β» Telegram Web
Group bara 2023 fi sanaan duraa dabalataanis bara 2024 tahee kan namni qabdaniifii gurgurachuu barbaaddan keessaan na dubbisaa
@Abdulmejeeed
@Abdulmejeeed
@Abdulmejeeed
@Abdulmejeeed
β€7
#RemedialResult
Barattootni bara 2017 A.L.I sagantaa foiyyeeyfannaa ( Remedial ) barnoota isaanii hordofaa turan, buβaan isaanii ifoomee jira. Barattoonni kunneen buβaa isaanii gara https://result.ethernet.edu.et irratti ilaalchamuu dandaβu.
Barattootni 76,790 taβan, Guraandhala 25 hanga 30/2017 A.L.I tti kan kennamu qormaata sagantaa fooyyeeyfannaa ( remidiyal ) fudhatan taβuu isaa Ministeerri barnootaa beeysisee jira.
Akka waliigalaatti buβaa qorannoo kana waliin walqabatee, barattootni muraasni gosa barnoota muraasa irratti βDisqualifiedβ jedhee waan baasuuf sababa kanaan buβaa barbaachisaa argachuu hin dandeenye jechuun ministeerri barnootaa ibsee jira. Dhimma kana waliin walqabatee odeeyfannoo haaraya bahan hordofnee isin beeksifna.
https://www.tg-me.com/GADAA_BARNOOTAA

β€15π₯°3
#Barattoota_qormaafa kutaa 8ffaa bara kana fudhattan hundaaf #share taasisaa!
Ulaagaaleen galmee seensa Manneen Barnootaa Bultii Addaa fi sad. 2ffaa ifoome.
Ulaagaa simannaa barattoota Kutaa 9ffaa Manneen Barnoota Bultii Addaafi sadarkaa 2ffaa Bara 2018 asii gaditti tarreeffameera.
1. Ulaagaalee Galmee
- Qormaata Naannoo kutaa 8ffaatiin qabxiin giddu galeessaa (Average) dhiiraaf 80 fi isaa ol, Shamarraniif 77 fi isaa ol kan qaban;
- Tiraaniskiriiptii kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddu galeessaan dhiiraaf 85% fi isaa ol, Shamarraniif 75% fi isaa ol;
- Tiraaniskiriiptii gosa barnootaa Afaan Ingilizii fi Herregni qofaatti shallagamee kan kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddu galeessaan dhiiraaf 75% fi isaa ol, akkasumas Shamarraniif 70% fi isaa ol kanneen qaban.
Naannoo Horsiisee Bulaaf
- Qabxii giddu galeessaa qormaata kutaa 8ffaa Dhiiraaf 77% fi isaa ol, Shamarraniif 74% fi isaa ol

- Tiraaniskiriiptii gosa barnootaa Afaan Ingilizii fi Herregni qofaatti shallagamee kan kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddu galeessaan dhiiraaf 75% fi isaa ol, akkasumas Shamarraniif 70% fi isaa ol kan qaban.
Qaama Miidhamtootaaf
- Qabxii giddu galeessaa qormaata kutaa 8ffaa Dhiiraaf 77% fi isaa ol, Shamarraniif 74% fi isaa ol,

- Tiraaniskiriiptii gosa barnootaa Afaan Ingilizii fi Herregni qofaatti shallagamee kan kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddu galeessaan dhiiraaf 75%fi isaa ol, akkasumas Shamarraniif 70% fi isaa ol kan qaban.
Umrii yeroo kutaa 9ffaa seenu waggaa 16 kan hin caalle
2. Guyyaa fi Bakki Galmeen Itti Geggeeffamu ;
Guyyaa Galmee:- Adoolessa 21-30 bara 2017.
Iddoo Galmee ;
- Wajjira Barnoota Aanaalee fi Bul/Magaalotaa Oromiyaa hundaafi
- Waajjira Barnoota Kutaalee Magaalaa Shaggariifi Finfinnee keessatti yemmuu taβu,
- Qormaanni barreeffamaan giddugala 24 irratti kan kennamu taβa.
Iddoon Qormaanni itti kennamus Godinaalee fi Magaalotaaf keessaan kan beeksifamu ta'a.
Guyyaa Qormaataa :- Hagayya 14/2017
- Waraqaa eenyummaa isaan ibsu qabachuun buufata qormaataatti argamuu qabu.
Qabxii ittiin darbamu
- 80% fi isaa ol Qabxii Qormaata barreeffamaa
- 15% Qabxii qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa
- 5% Qabxii Transkriiptii
Qormaata Barreeffamaa kan Qopheessu BBO fi WMO waliin ta'uun.
Iddoo Ramaddii:- Barattoonni Qabxii darbiinsaa fiduun darban Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa BBO fi WMOn ramadutti barachuuf qophii kan qaban yoo ta'u, Kanneen hafan qabxii darbiinsaa Biiroon Barnootaa Oromiyaa Murteessee Beeksisuun Manneen Barnootaa Addaa Yunivarsiitii, Godinaaleefi Magaalotaan bulaniifi isaanitti dhiyoo taβanitti galmaaβuun barachuu kan dandaβan taβuu ni hubachiifna!
@GADAA_BARNOOTAA

β€20π1π₯1π₯°1
Gaaffilee seensa manneen barnootaa bultii addaa kanneen bara kanaan duraa isiniif haa maxxandamuu???
Anonymous Quiz
90%
A. Eeyyen
10%
B. Lakki
β€13π6π₯2π₯°2
πππππ πππ₯π‘π’π’π§ππβ’
Gaaffilee seensa manneen barnootaa bultii addaa kanneen bara kanaan duraa isiniif haa maxxandamuu???
Qormaata Seensaa Ifa Boruu Bultii Addaa fi ODA (WMO)
Year :- 2016 E. C
@GADAA_BARNOOTAA
@GADAA_BARNOOTAA
@GADAA_BARNOOTAA
Year :- 2016 E. C
@GADAA_BARNOOTAA
@GADAA_BARNOOTAA
@GADAA_BARNOOTAA
β€6π3π₯°1
#Qabxiin_Kutaa_6ffaa_Ifoome
#BBO
Bu'aan qabxii qormaata kutaa 6ffaa naannoo Oromiyaa
Qabxiin Qormaata Xumura Barnoota Sadarkaa 1ffaa kutaa 6ffaa naannoo Oromiyaa bara 2017 gadhiifamuun beekkame.
Biiroon Barnootaa Oromiyaa akka ibsetti bara Barnootaa 2017 Barattoota Qormaata naannoo Kutaa 6ffaa fudhatan kuma 500 fi kuma 37 fi 848 keessaa 85.6% gara kutaa itti aanutti darbaniiru jedhe.
Barattoonni qabxii isaanii karaa liinkii armaan gadii ilaallachuu akka dandaa'an Biiroon Barnootaa Oromiyaa ibseera.
Link πππ https://oromia6.ministry.et/#/result

π9β€5π₯2π€2π₯°1π»1
Group mariifii gaafii gara garaaf link asiin gadii join godhaa
https://www.tg-me.com/gada_discussion
https://www.tg-me.com/gada_discussion
https://www.tg-me.com/gada_discussion
https://www.tg-me.com/gada_discussion
https://www.tg-me.com/gada_discussion
https://www.tg-me.com/gada_discussion
β€8π2π₯2π€―2π₯°1
πππππ πππ₯π‘π’π’π§ππβ’ pinned Β«Group mariifii gaafii gara garaaf link asiin gadii join godhaa https://www.tg-me.com/gada_discussion https://www.tg-me.com/gada_discussion https://www.tg-me.com/gada_discussionΒ»
Biiroon Barnootaa Oromiyaa Barsiisoota Kuma 54 oliif leenjii kennuufi.
Leenjichi Hagayya 2, 2017 irra eegalee barsiisoota kuma 54 oliif marsaa marsaan kan kennamu taβuu Hogganaa Itti aanaan Biirichaa Dooktar Bultoosaa Hirkoo Faanaa Diijitaaliif himaniiru.
Leenjichi Barsiisoota Sadarkaa 1ffaa kutaa 3-5 barsiisaniif kan kennamu taβuu Dooktar Bultoosaan ibsaniiru.
Biiroon Barnootaa Oromiyaa muuxannoo biyya alaa fi keessaa argateetti fayyadamuun leenjicha qopheessuu dubbataniiru.
Leenjichi dandeettii dubbisuu, barreessuu fi Lakkoofsota qayyabachuu barattootaa guddisuuf kan kaayyeeffatedha jedhan.
Akkasumas Ogummaa mala ijoollee ittiin gahoomsuun dandaβamurrattis ni kennama jedhan.
Haaluma kanaan Barsiisoota Afaan Oromoo fi Herrega barsiisaniif kan kennamu taβuu kaasaniiru.
Barsiisoota gosa barnoota garaagaraa barsiisaniif karaa Vidiiyoon kan kennamu ta'uu dubbataniiru. Qophiin barbaachisu xumuramuus dubbatu.

β€7π₯°3π2
π’ UPDATE ANNOUNCEMENT β College of Health and Medical Sciences (CHMS), Haramaya University
Date: August 11, 2025 G.C
All undergraduate students of the College of Health and Medical Sciences are hereby informed to report to the Harar Campus according to the following updated schedule:
Medicine Students (including Pre-Med)
π Reporting Dates: August 18β19, 2025 G.C (Nehase 12β13, 2017 E.C)
All Other Health Science Students (Year IβIV)
π Reporting Dates: September 16β17, 2025 G.C (Meskerem 06β07, 2018 E.C)
β Important: Early or late reporting will NOT be accepted. Please ensure you arrive on your designated date.
College of Health and Medical Sciences
Haramaya University

β€6π4π₯°1