Biyyi akkaa adunyattii Mannii amantaa muslimaa ykn masgidni🕌🕌 kessattii hin argamnee tamii?
Anonymous Quiz
46%
Israel
10%
Rashiyaa
14%
Seeraliyon
29%
Islooveniyaa
Amaantilee Gurguddo Adunyaa kessa kan kitabaa hin qabnee kamii?
Anonymous Quiz
23%
Judayizimii
40%
Shinto'izimii
15%
Hinduyazimii
22%
Budiyimii
Kitabnii amantii Hinduyazimii Mal jedhamaa?
Anonymous Quiz
54%
Veeda
35%
Tera veeda
5%
Qur"ana
6%
Macaafa qulqulluu
Nageenyi keenya kan onnee irraa madde isin haa gahu jechaa Gaaffilee kana yaalaa.
1,Abbaa economics jedhamuun kan beekamu eenyu?
A, Rousseau
B, voltaire
C, Adam smith
D, montesquieu
2,Biiyyoota armaan gadii keessaa daangaa(boundary) xiqqaa Itiyoophiyaa waliin kan qabu biyya kami?
A, Keeniyaa
B, Suudaan
C, Jibuutii
D, Ertiraa
3,Haroowwan armaan gadii keessaa kamtu sulula qinxaamaa keessatti argama
A, Hara Turkaanaa
B, Har Chaad
C, Hara Xaanaa
D, Hara viiktooriyaa
4,kanneen keessaa kan Itiyoophiyaan keessatti argamtu kami
A, GMT-3
B, GMT+2
C, GMT+3
D, GMT +4
5,Hara Vooltaa tiif Gaanaa yoo jenne Hara kaindji tiif maal jenna?
A, Zaambia
B, Naayikeeriyaa
C, Ethiopia
D, Taanzaaniyaa
1,Abbaa economics jedhamuun kan beekamu eenyu?
A, Rousseau
B, voltaire
C, Adam smith
D, montesquieu
2,Biiyyoota armaan gadii keessaa daangaa(boundary) xiqqaa Itiyoophiyaa waliin kan qabu biyya kami?
A, Keeniyaa
B, Suudaan
C, Jibuutii
D, Ertiraa
3,Haroowwan armaan gadii keessaa kamtu sulula qinxaamaa keessatti argama
A, Hara Turkaanaa
B, Har Chaad
C, Hara Xaanaa
D, Hara viiktooriyaa
4,kanneen keessaa kan Itiyoophiyaan keessatti argamtu kami
A, GMT-3
B, GMT+2
C, GMT+3
D, GMT +4
5,Hara Vooltaa tiif Gaanaa yoo jenne Hara kaindji tiif maal jenna?
A, Zaambia
B, Naayikeeriyaa
C, Ethiopia
D, Taanzaaniyaa
Namni mobaayila nuti guyyaa har'aa fayyadamnu kana kalaqe Alexander graham bell lammii Biyya eessaati?
Anonymous Quiz
29%
A. Xaaliyaani
27%
B. Jarman
14%
C. Faransaayi
29%
D. Ameericaa
Qaama keenya keessaa kan umurii guutuu guddina hin dhaabne kami?
Anonymous Quiz
6%
Ijaa fi quba
66%
Rifeensa fi qeensa
20%
Gurraa fi funyaan
8%
Onnee fi somba
Biyyii yeroo jalqaabaf Dandii Baburaa(Railroad) hojjatee tamii
Anonymous Quiz
37%
England
17%
USA
24%
Rashiyaa
22%
Jarman
Addunyaa irraa biyyi namoonni gaggababan baayyinaan itti argaman eenyu?
Anonymous Quiz
28%
Jaappaan
24%
Koriyaa
17%
Chaayinaa
31%
Indooniizshiyaa
Kanneen armaan gadii keessaa kan dhaabbatee rafuu danda'u isa kami?
Anonymous Quiz
49%
Farda
18%
Harree
16%
Gaangee
17%
Hoolaa
Afaan Roomanotaatiin Afrikaa jechuun maal jechuudha
Anonymous Quiz
70%
A. Dukkana.
11%
B. Biyya.
18%
C. Uummata
Namni yeroo jalqabaaf microscope hojjachuu danda'e enyuu
Anonymous Quiz
19%
Albert Einstein
60%
Robert huuk
13%
Aristotle
8%
Mercury
Afaan Keenya Afaan Oromoo Sadarkaa Afrijaatti Meeqaffaadha?
Anonymous Quiz
16%
A. 1ffaa
22%
B. 2ffaa
49%
C. 3fffaa
13%
D. 4ffaa
Bo'olee arman gadii kessaa kan garba gudda pasfikiifii Atlantic Wal qunnamsisuuf gargaruu kamii?
Anonymous Quiz
41%
Panam canal
41%
Su'ez canal
12%
Eri'e canal
6%
Urie canal
Biyyi addunyaa irraa ji'a 13 qabdu kami?
Anonymous Quiz
16%
A. USA
10%
B. Madagascar
5%
C. Poland
52%
D. Ethiopia
3%
E. Djibouti
13%
F. Hin jiru
Gaafiif Deebi via @like
CHAANELLI KEENYA MEE WARRI ISINITTI TOLE.
SHER SHER SHER GODHAA YEROO DHIHOOTTI AKKA DURAAN TURETTI NI DEEBI'A.
Yaada qabdanuuf
@sabexbot fayyedamaa
SHER SHER SHER GODHAA YEROO DHIHOOTTI AKKA DURAAN TURETTI NI DEEBI'A.
Yaada qabdanuuf
@sabexbot fayyedamaa
Kanneen Armaan Gadii kessaa #Raadiyoo kan argate Kami?
Anonymous Quiz
24%
A. John Baird
27%
B. James watt
33%
C. Guglielmo Marconi
16%
D. Martin Cooper
Yoo Lakkoofsa Bilbila kee irra jiru Hunda isaa walitti baayyifte meeqa argatta?
Anonymous Quiz
48%
A.0
9%
B.12
31%
C.12644
12%
D. 256