Oduu Muudamaa
Gaazexeessaa Gizaachew Gabbisaa Daarektara olaanaa OBN ta'uun muudaman.
Akkasumas Gaazexeessaa Masfin Badhaasaa itti Aanaa Daarektara olaanaa fi hoogganaa damee qabiyyee Miidiyaa yoo ta'an, Injinar Tazaarraa Baqqalaa Itti Aanaa Daarektara ol'aanaa fi Hoogganaa Damee Teeknoolojii Miidiyaa ta'uun guyyaa har’a muudamaniiru.
Via: Zinabu Damte
@Gadaamagazine

#Gondar
Haleellaa Naannoo Amaaraa magaalaa Gondaritti Musliimota irratti Kibxata raawwatameen wal-qabatee shakkamtoonni 280 ta'an to'annoo jala oolfamuu Koreen waloo qaamolee nageenyaa fi tikaa mootummaa Federaalaa beeksise.
Walitti bu'iinsa Gondaritti iddoo awwaalchaan wal-qabatee dhalate ka'uumsa godhachuun kutaalee Itoophiyaa biroo keessatti maqaa amantaatiin jeequmsaa fi hokkora kaasuuf sochiin godhamaa jira jedha ibsi Humni Waloo kun baase.
Miidiyaaleen biyya keessaa akka gabaasanitti "qaamolee fedhii humnoota farra-Itoophiyaa ta'anii raawwachuuf socho'an" kanarratti tarkaanfiin fudhatamaa jira.
Haleellaa Eebla 26 magaalaa Gondaritti Musliimota irratti raawwatameen namoonni 20 yoo ajjeefaman, 150 ol madaa'uu Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa Naannoo Amaaraa beeksisee ture.
Haleellaa kanaan masjiidonni, dhaabbileen daldalaa fi manneen jireenyaa Musliimotaa hedduun gubachuus ibseera.

#EidAlfaxir ☪️
Ayyaanni Iid-Al-Faxiir Wiixata kabajamaa.
Manni Maree Dhimmoota Isilaamummaa Waliigalaa Itoophiyaa ibsaa keennen Addeessi galagala kana waan hin muul'annef Ayyaannni Iid-Al-Faxiir Wiixata akka kabajamuu beeksiseera.

☪ Iid Mubaarak: Eid Mubarak: عيد مبارك
Hordoftootni Amantaa Islaamaa baga Ayyaana Iid-Al-Faxiir bara 1443ffaa geessan.
Ayyanni kun kan Jaalalaa, kan gammachuu, kan nagaa fi kan milkii isiniif haata'uu!
Baga geessan! Ayyaanaa gaarii!

#BoranaUniversity
Yuunivarsitiin Booranaa guyyaan galmee barattootaa idilee waggaa 2ffaa Caamsaa 02 - 03/2014ti ta'uu beeksiseera.
Yuunivarsitichi guyyaa waamicha barattoota haaraa yeroo dhiyootti kan beeksisuu ta'u ibseera.

Waamicha Yuunivarsitii Hawaasaa
Galmeen barattoota haaraa ONLINE Caamsaa 01 hanga 05/2014 ta'uu yuunivarsitiin Hawaasaa beeksiseera.
Guyyaa barattoonni moora guddicha itti seenuun report gochuu qaban caamsaa 08fi 09/2014.
Akkaataa galmee odeeffannoo argachuuf https://hu.edu.et
Barattoonni waggaa 1ffaa barnoota addaan kutuun deebitanii galmaa'uu barbaaddan qabxiin keessan ga'aa ta'uu qaba, guyyaan galmee keessanii caamsaa 10fi 11/2014ti.

#JimmaUniversity
Yuunivarsitiin Jimmaa guyyaan galmee barattootaa haaraa Caamsaa 04 fi 05/2014 Kampaasiiwwan itti ramadamaniitti akka rawwaatamuu beeksise.
Barattoonni wayita galmeef dhufan:
• Ragaa barnootaa orijinaala kutaa 10ffaa fi 12ffaa kooppii isaa tokko waliin qabattanii argamuu qabu.
• Suuraa gabaabaa waraqaa eenyummaaf ta'u qabattani dhufuu qabdu.
• Uffata qorraa, uffata sireefi boraatii akkasumas uffata ispoortii qopheeffanii akka dhufan beeksiseera.

#TEMAWO
'TEMAWO' Appilikeeshinii Itoophiyaa keessatti qorichoota badan barbaaduuf gargaarudha.
Qoricha hakiimni isinii ajaje barbaaddanii dhabdanii beektuu?
Raakkoon qorichoota dhabuu Itoophiyaa keessatti hangama yaaddoodha?
Ogeeyyiin fayyaa rakkoo kana hubatan appilikeeshiniifi gidduugala odeeffannoo qorichoota badan itti barbaadan uumaniiru.
Namni yaada kana maddisiisaniifi hundeessaan dhaabbata KMS Tireediing kan Appilikeeshinii 'Xeenaawoo' jedhamu uumanii Dr Sisaay Abbebee ''manneen yaalaa hojjetan keessatti dhukkubsattootni deebi'anii dhufanii qoricha ani ajajeef barbaadanii dhabuu natti himu, kanatu yaada haaraa kanaaf ka'uumsa ta'e'' jedhu.
Appilikeeshinichi hangam takka rakkoo furaa akka jiru fi kaayyoo hundeessitoota dhaabbatichaa asii dubbisaa.
More: 👉 https://bbc.in/38TnjbK
Maddi: BBC

#Saambee
Sirni injifannoo waraana Saambee Magaalaa Goreetti kabajame.
Sirni injifannoo waraana Saambee Godina Iluu Abbaa Boor Magaalaa Goreetti Anga'oota mootummaa olaanoo fi bakka buutoota naannoolee Itiyoophiyaa garagaraa hiramachiisuun kabajameera.
Sirna kana irratti kan argaman Hooggantuun Birroo Aadaa fi Tuuriizimii Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Usmaan Seenaa Itiyoophiyaa saba tokko qofaan barreeffama ture .
Waraanni injifannoo Saambees sababa kanaan osoo hinbarraa’iin waggoota 81f dhokate turee jira.
Dhaloonni ammaa garuu seenaa uummaani Oromoo Itiyoophiyaa ijaaruu keessatti qabu qoratee baasuun nama seenaa dubbatu qofa osoo hin taanee nama seenaa hojjatu ta'u qabas jedhan.
Biiroon Aadaa fi Turiiziimii Oromiyaas waggaa tokkoo keessaatti seenaa Dirree waraana Saambee gadi fageenyaan qorachuun dhalootaa dhalootatti akka darbuu nitaasisaa jedhaniiru.
Uummaani Godiina Illuu Abbaa Bor sabaaf sablammoota ollaa waliin ta'uun agamtan hojjachu qabu jedhan.
@gadaamagazine

#5G
Ityoo Teeleekoom neetwoorkii moobaayilii dhaloota 5ffaa (5G) Wiixata hojiirra akka oolchuu beeksiseera.
Kanaanis qophiin barbaachisaan xumuramuu ibsameera.
Dhaabbatichi 5G Caamsaa 1, 2014 Hootela Shaaraatan Addisitti akka eebbisiisu ibsa Faanaa Broodkaasting Koorporeetiif ergeen beeksiseera.
5G’n sadarkaa teeknooloojii addunyaan yeroo ammaarra geesseedha.
5G’n addunyaarraatti gara hojiitti kan seene bara Faranjootaa 2019.
Bara Faranjoota 2025ttis lakkoofsi fayyadamtoota teeknooloojichaa biiliyoona 1.7 akka qaqqabuu ni tilmaamama.

#DV2023
Lotoriin 'DV' bara 2023 ifoome.
Lotoriin DV bara faranjootaa 2023 kan ifoomu isaatiin namoonni carricha guuttaani egaa turtan bu'aa DV keessanii ilaallachuu ni dandeessu.
• Haaluma kanaan gama marsaritii https://dvprogram.state.gov/ESC/Default.aspx ilaallachuun kan danda’amu ta’uu ibsameera.

#KFO #PressConference
Kongiraansiin Federaalawaa Oromoo(KFO) sochiilee waliigalaa fi haala yeroo biyyaleessa ilaalchisee ibsaa keennuf midiyaaleef waamicha taasise.
Midiyaaleen Abbaa Taayitaa Miidiyaa Itoophiyaan galmaa'an hundii Caamsaa 04/2014 guyyaa sa'aatii 8:00tti Meeksikoo waajjira paartichatti argamuun gabaasuu akka danda'an ibsameera.
• Iddoon: Meeksikoo (waajjira paarticha)
• Guyyaan: Caamsaa 04/2014
• Sa'aatii: Waaree booda 8:00
(Oromo Federalist Congress)

#AmboUniversity
Yuunivarsitiin Amboo guyyaa seensaa fi galmee barattootaa haaraa Caamsaa 11 fi 12/2014 akka ta'e beeksise.
Barattoonni wayita galmeef dhufan:
• Ragaa barnootaa orijinaala kutaa 8ffaa, 10ffaa fi 12ffaa kooppii isaa tokko waliin qabattanii argamuu qabu.
• Tiraaniskiriptii kutaa 9ffaa hanga kutaa 12ffaa orijinaala fi koppisaa tokko waliin
• Suuraa 3×4 waraqaa eenyummaaf ta'u baayina 8 qabattani dhufuu qabu.
• Uffata qorraa, uffata sireefi boraatii akkasumas uffata ispoortii qopheeffanii akka dhufan beeksiseera.
@Gadaamagazine
@Gadaamagazine
Yuunivarsitiin Amboo guyyaa seensaa fi galmee barattootaa haaraa Caamsaa 11 fi 12/2014 akka ta'e beeksise.
Barattoonni wayita galmeef dhufan:
• Ragaa barnootaa orijinaala kutaa 8ffaa, 10ffaa fi 12ffaa kooppii isaa tokko waliin qabattanii argamuu qabu.
• Tiraaniskiriptii kutaa 9ffaa hanga kutaa 12ffaa orijinaala fi koppisaa tokko waliin
• Suuraa 3×4 waraqaa eenyummaaf ta'u baayina 8 qabattani dhufuu qabu.
• Uffata qorraa, uffata sireefi boraatii akkasumas uffata ispoortii qopheeffanii akka dhufan beeksiseera.
@Gadaamagazine
@Gadaamagazine
#JaataniiJireenyaa #Ungulaalli
Eebbi kitaaba 'Ungulaalli' fi agaarsifni Fiilmii 'Jaatanii jireenyaa' Dilbata dhufu Galma Giddugala Aadaa Oromootti ni dhiyaata.
Ogeessa fayyaa fi Barreessa fiilmii Jaatanii jireenyaa Yeeyyis Birruu kitaaba matadureen isaa ungulaalli jedhu GGAOtti Caamsaa 07/2014 ni eebbisisaa.
Eebba Kitaabichaa irratti agaarsifni Fiilmii Jaatanii jireenyaa ni taasifamaa.
Kanaaf:
Iddoo: Galma Giddugala Aadaa Oromootti
Guyyaa: Dilbata Caamsaa 07/2014
Sa'aatii: Waaree booda sa'aatii 7:30 affeeramtanirtu!

#AfaanOromoo
Jaarmiyaan teeknolojii 'Google' afaanota Afrikaa kudhan tajaajila afaan tokkorraa biraatti hiikuu 'Google Translate' jedhamutti akka dabale Roobii kaleessaa beeksise.
Afaanoti Afrikaa tajaajila kana akka fayyadaman dabalamanis Afaan Oromoo, Afaan Tigree, Tiwii, Baambaaraa, Ewee, Kiriyoo, Lingaalaa, Lugaandaa, Sepedii fi Tsoongaa jedhamanii dha.
'Google Translate' tajaajila af-danuu 'Google' dhaan kalqame yoo tahu barreeffama, sanadoota fi marsariitiiwwan afaan tokkorraa gara kaanitti hiika. Tajaajilichi marsariitii fi appii mobaayilii irratti argama.
Abdiisaa Bancaan ogeessa ICT yooo tahu, bara 2006 dhaabbata 'oroict.com' jedhamu hundeessee hojiiwwan teeknolojiin walqabatan hedduu hojjechaa ture.
'Google Translation' irratti Afaan Oromootiin tajaajilli akka jalqabuuf hiikaa jechootaa irratti namoota afaanicha hiikan qindeessaa jira.
Gareen Abdiisaan qindeessu, 'adeemsa hiikkaa jechaa kanarratti, keewwataafi gaaleewwan gara kuma 280 irra geenyeerra,'' jedha.