Telegram Web Link
Erliing Haalaand Istaatiksii inni qabu:-

Tapha 370
Galchii 300
Assist 61
Hirmaanna Goolii 361

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport 
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
5👏1🤓1
Forwarded from Wave channel
🔥 Namoota channel keessan members 5k ol qabu qofaaf

✔️ Wave haaraa 5k oliif qofaatti qopheesseen jira

📣 Namoonni channel keessan itti dabalachuu barbaaddan ammuma naaf barreessaa

Inbox 💬 ➡️ @ffg_promoter
➡️ @ffg_promoter
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
🚨 Liivarpuul jijjiirraa bilisaan goolii eegaa ganna 28 Freddie Woodman Preston North End irraa mallatteessisuuf dhihaateera.

🎖 [Pawulos Jooyis].


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport 
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
👍3
Maanchister Yunaayitid taphataa sarara gidduu kan ta'e Fileks Nameechaa fudhachuuf feedhii qabu

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport 
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
2
📝 𝗗𝗘𝗔𝗟 𝗗𝗢𝗡𝗘: Maanchistar Yunaayitid kontiraata Toom Hiitoon waggaa tokkoof dheeressaniiru.

Toom Hiitoon hanga bara 2026 itti kilabicha keessa kan turu taha.


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport 
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
👍2
Vinicious Junior mana Real Madrid keessatti stat inni qabu:-

👕 Tapha 319
⚽️ Galchii 105
🎯 Assist 82
🤝 Hirmaanna goolii 187


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport 
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
9
Adminoonni Gadaaisport keessan naa dubbisa mee dhimma hatatamaf isin barbade ?
@SUUF70
@SUUF70
3
Gadaa Isportii® pinned «Adminoonni Gadaaisport keessan naa dubbisa mee dhimma hatatamaf isin barbade ? @SUUF70 @SUUF70»
Monaakoon jijjiirraa Pool Poogbaa ifoomsaniiru.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport 
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
5
Cheelsiin jijjiirraa Giteensif Paawondii miliyoona 55 kan kaffalu yoo ta'u, Giteens waligaltee hanga 2032 isa tursiisu kan mallateessuu ta'a.

#FabrizioRomano

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
10
Taphoota waancaa kilaboota addunyaa kaleessa taphataman

Paalmeeriyaas 1-0 Bootafoogo
Cheelsii 4-1 Benefiika

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport   
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
2
JUNE 29 guyyaa ilmi Oromoo qaaliin itti wareegamedha.
✓ Artist Haacaaluu
hundeessaa deeggaraa
Arsenal ture.
Lubbuun isaa jannataan haa qananiitu.❤️🤍
11🍾4💔2👍1
Forwarded from Qualitybuttonbot
Tapha Inter Miami fi Psg taasisaa jiran tamsaasa kallattiin hordofuuf chaanala armaan gadii join godhaa! 👇👇
Jowaa Peedroon Biraayteen irraa gara Cheelsii Here we go jedhameera.
7👎1
Badhaasa kaardii abbaa dhibbaa 100 isiniif qabnee dhufneera inni chanali armaan gadii kana subscribe godhudhan koomentii barreessu qofaadha hanga guyyaa boruu ganama sa'aati


👇👇👇👇👇👇 3https://www.tg-me.com/oro_liverpool12
3
✅️#Mata_dureen_ala

Guyyaa har'aa irraa eegalun barattoonni kutaa 12ffaa qormaata biyyooleessaa kan fudhatan taha, nutis hordoftoota chaanaalii keenyaa tahanii qormaata kana kan fudhataniif carraa gaarii jenneerra.🙌

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
7👍2
Arsenaal torbee darbe keessa bakka buutoota Eberich Ezee qunnameera. Haala taphatichaa iratti odeeffannoon Arsenaaliif kennammeera.

#FabrizioRomano

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
3
Gaazexaan beekkamaa Ispeen Baarseloonaa keessatti maxxanfamu Mundo Deportivon akka gabaasetti Baarselonaan jijjiirraan Nikoo Wiliyaams walxaxaa ta'uu isaan fuula isaanii gara Luwis Diyaaz jijjiiraniiru.
6
Forwarded from Wave channel
🔈 Namoonni channel keessan wave keenya galfachuun Guddifachuu barbaaddan

Bakka muraasa qofaatu hafeera

🔔 Namoonni channel keessan wave keenya galfachuun yeroo gabaabaa keessatti guddifachuu barbaaddan Ammuma naaf barreessaa ➡️ @ffg_promoter

Channel 1k+
Inbox 💬 @ffg_promoter
✉️ @ffg_promoter
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
2
🚀 Jijjiirraa taphatoota xumuraamuuf qarqara irra gahan Gazexeessitoota amanamoo irraa chaanala armaan gadii join gochuu hordofaa! 👇👇

Join➪ @Dambalii_Ispoortii
Join➪ @Dambalii_Ispoortii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍1
2025/07/12 21:30:54
Back to Top
HTML Embed Code: