📆JUN 24 1987 kubbaan miilaa Arjeentinaa itti dhalate.
Meesii....Meesii.....Meesii....Meesii.....jechuun namoonni miiliiniyootan lakkawwaman isa faarsaniiru, nammoonii biiliiyoonan lakkawwaman ammoo kubbaa miilaa irratti irra deebi'anii osoo hin yaadin guddummaa isaa ibsaniiru....
Uuman yeroo isaan uumu akka hin dubbanneef mirgi kan hin laatamnef baalli fi margi illee waa'ee isaa dhugaa bahaniiru....
Eenyutti guddummaan isaa mul'achuu dhiisu.danda'a, Eenyudha miiloota isaa ajab nama jechisiisan sana kan hin dinqisiifanne, Eenyudha miiloota isaa sanaan gooliiwwan ajaa'ibaa yeroo inni kiyyoo keessa buuse mataa goolii eegdota yeroo gadi qabachiisu isa kan hin dinqisiifanne....
Eenyudha mucaan xiqqoo Rozaariyoo Saantaa fee itti dhalate kana hunda ni raawwata jedhe kan yaade...
Kunoo Shaampiyoona addunyaa kan tahe taphataan cimaa addunyaa erga gara lafa kanaa dhufee umurii 38 guutera!
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

❤9😁2
DAMBALII ISPOORTII! 🙏
🚫Ganama kanaan oduu jijjiirraa taphatootaa ho'aatu dhaga'amaa jira. 🔥🔥
Marree channel kanaa gadii join gochuun 24/7 odeeffanno ispoorti akkasumas jijjiirraa taphatoota saffisaan argachuu dandeessuu!!👇👇
Join➪ @Dambalii_Ispoortii

❤1
Abbootiin qabeenyaa naapoli Darwin Nunezi fi Sancho yoo mallatteesifatan hiriiri isaani kana ta'a
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
❤4
Hugo Ekteke fi Baarseloonaa!
➺ Baarseloonaan taphataa cimaa Eintracht Frankfurt Hugo Ektekef fedhii agarsiiseera!
➺ Baarseloonaan ija isaa taphaticha irratti qabaatus, jijjiirraa ganna kanaa irratti taphataa cinaa mallatteessisuuf dursa ni kenna
➺ Taphataan kun jijjiirraa ganna kanaan gara kilabii biraatti ni jijjiirama

Liyaam Deelaap tapha eda galgalaan goolii isaa jalqabaa Cheelsiif lakkoofsiseera.
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
❤4👎3
Keepa Arrizabalagaan gara Arsenaalitti
HERE WE GO
[Fabrizio Romano] 🎖️
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
HERE WE GO
[Fabrizio Romano] 🎖️
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
❤2
Luka Modrich gara Ac Milan!
HERE WE GO!
[Fabrizio Romano]
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
HERE WE GO!
[Fabrizio Romano]
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
❤4👎3
Forwarded from Wave channel
Inbox
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍2❤1
Forwarded from .
Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃♂🏃♂
Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇
Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇
✅Taphoota geeba kilaboota Adunyaa har'a taphatamu.
04፡00 🔰 Juveentus Maan Siitii waliin
04:00 🔰 Wayda Kazablanka Al Ayin waliin
10፡00 🔰 Salizbarg Riyaal Maadriid waliin (Halkan)
10፡00 🔰 Al Hilaal Pachukaa waliin (Halkan)
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
04፡00 🔰 Juveentus Maan Siitii waliin
04:00 🔰 Wayda Kazablanka Al Ayin waliin
10፡00 🔰 Salizbarg Riyaal Maadriid waliin (Halkan)
10፡00 🔰 Al Hilaal Pachukaa waliin (Halkan)
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
❤5👍1
✅Taphoota marsaa 16 wancaa kilaboota adunyaa hanga ammaa adda bahan.
👉Paalmeeraas Botafagoo waliin
👉PSG Inter Miyaamii waliin
👉Benefikaa Cheelsii waliin
👉Flamengo Baayer Muunik
👉Inter Milaan Filumininse waliin
👉Dortumaand Montererey waliin
Taphoonni hafan laman har'a adda ni bahu.
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
👉Paalmeeraas Botafagoo waliin
👉PSG Inter Miyaamii waliin
👉Benefikaa Cheelsii waliin
👉Flamengo Baayer Muunik
👉Inter Milaan Filumininse waliin
👉Dortumaand Montererey waliin
Taphoonni hafan laman har'a adda ni bahu.
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
❤1
Livarpuul leenjisaa umurii 50 fi lammii Weels Roob Peej leenjisaa isaanii garee umurii 21 gadii gochuun qacaraniiru.
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
❤3🤨1
Oduu jijjiirraa taphatoota hedduutu jira....🔥🔥
Marree channel kanaa gadii join gochuun odeeffanno ispoorti akkasumas jijjiirraa taphatoota saffisaan argachuu dandeessa....👇👇
Join➪ @Dambalii_Ispoortii
Join➪ @Dambalii_Ispoortii
Marree channel kanaa gadii join gochuun odeeffanno ispoorti akkasumas jijjiirraa taphatoota saffisaan argachuu dandeessa....👇👇
Join➪ @Dambalii_Ispoortii
Join➪ @Dambalii_Ispoortii
❤3
✅Official
➡️Gareen kubbaa miillaa oromiyaa korniyaa lamaanin Tapha guutu itiyoopiyaa marsaa 6ffaa magaala jimmaatti taasifame irratti ga'umsa ajaa'iban shaampiyooni ta'aaniru!!
Baga gammaddan! Baga gammadne!
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
➡️Gareen kubbaa miillaa oromiyaa korniyaa lamaanin Tapha guutu itiyoopiyaa marsaa 6ffaa magaala jimmaatti taasifame irratti ga'umsa ajaa'iban shaampiyooni ta'aaniru!!
Baga gammaddan! Baga gammadne!
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
❤10
🚨OFFICIAL
Milos Kerkez Koontiraata hanga 2030tti Liivarpuul keessa isa tursiisu mallatteessuun isaa ifoomee jira!

❤5
Maanchistar Siitiin seenaa isaa keessatti yeroo tokko qofa Juuveentus injifate.
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
👍4❤1
Hiriira Kilabii lamaanii
04:00tti | Juuveentuus fi Maanchistar Siitii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
04:00tti | Juuveentuus fi Maanchistar Siitii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
👍1
Taphataan sarara gidduu dhalootaan Laamiyaa Juuwaan Gonzaalez sababa dhibee onneetiin umurii waggaa 23tti kubbaa miilaa irraa soorama ba'e.
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ