Telegram Web Link
Flumineensen kilabii morkataa tapha xummuraa Shaampiyoons Liigii Awurooppaa Intar Milaan gara manaa gaggeessaniiru.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪  @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Maan Siitii waancaa kilabota addunya irraa Al Hilaalin 4 fi 3 injiftame wal dorgomicha kessaa bahe jira. 😔

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪  @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Taphoota kilaboota waancaa adunyaa har'a taphatamu.

04:00 🔰 Riyaal Maadriid Juveentus waliin

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪  @Gadaaisport
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Joon Duraan gara Fenerbacheti

🥇𝗛𝗘𝗥𝗘 𝗪𝗘 𝗚𝗢

[Faabriiziyoo Roomaanoo]

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Kepaa Arzibalagan qabeenya Arsenaal ta'eera
Nekoo Wiliyaams kontiraata hanga Waxabajjii 2029 Notinghaam Foorest keessa isa tursiisuu mallatteesseera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport 
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
BREAKING:Arsenal Viiktoor Yookereesh mallatteessifachuuf 'Sporting Lisbon' waliin mariin taasisaa jiru sadarkaa xumuraa irra jira. Yookereesh Arsenal waliin koontiraata waggaa 5 mallatteessuuf walii galee jira jechuun [Sacha Tavolieri]'n gabaasee jira!

Gaazexeessaan [Sacha Tavolieri]'n kun jijjiirraa Filooriin Viirtiz dursee gaazexeessaa gabaaseedha!

✔️Dabalataan gaazeexaan biyya france beekkaman Lequip illeen itti dabaluun jijjiirraan kun xumuramuu gabaasee jira

@Gadaaisport
@Gadaaisport
Taphataan sarara fuulduraa Arsenaal duraanii Aleksaander Laakaazet kilaba sa'uudii kan ta'e "NEOM"f mallatteesse.

Taphataan kun kilaba Firaansi Oloompik Liyoon keessa turuun isaa ni yaadatama.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport   
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Antoni Semenyoon waligaltee haaraa hanga 2030 Bornmaawuz keessa isa tursiisu mallatteesseera.

#FabrizioRomano

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport   
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Gadaa Isportii®
Kepaa Arzibalagan qabeenya Arsenaal ta'eera
Kepa🗣

"Arsenal waanca injifachuuf qarqara irra gaheera"

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Tapha Waancaa Kilaboota Adunyaa amma taphatamaa jiru.

Xumurame
Riyaal Madriid 1-0 Juuveentus
⚽️Gaarsiyaa 54'


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Gadaa Isportii®
Tapha Waancaa Kilaboota Adunyaa amma taphatamaa jiru. Xumurame Riyaal Madriid 1-0 Juuveentus ⚽️Gaarsiyaa 54' 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport     𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport ♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
🔴Waancaa kilaboota Addunyaa bara kanaatiin taphattoonni galchiiwwan hedduu qaban.

4 goals — 🇦🇷 Di Maria
3 goals — 🇧🇷 Leonardo
3 goals — 🇵🇸 Wessam Abu Ali
3 goals — 🇳🇴 Netherlands
3 goals — 🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Harry Kane
3 goals — 🇫🇷 Michael Olise
3 goals — 🇵🇹 Pedro Neto
3 goals — 🇩🇪 Jamal Musiala
3 goals — 🇹🇷 Kenan Yildiz
3 goals — 🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Phil Foden
3 goals — 🇪🇸 Gonzalo García

@Gadaaisport
@Gadaaisport
Riyaal Maadriid Juveentus injifachuun nuusa xummuraaf darbeera.

Federikoo Valverdeen taphataa cimaa tapha kanaa ta'un filatameera
@Gadaaisport
@Gadaaisport
Taphoota nuusa xummuraa geeba kilaboota Adunyaa.

Fluminense Al Hilaal waliin
Paalmeeraas Cheelsii waliin
PSG Baayer Muuniik waliin
Riyaal Maadriid Dortumaand waliin

Taphoonni nuusa xummuraa Jimaata fi Sambata taphatamu.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
ODUU JIJJIIRRAA ROOBII GANAMAA ITTI DHIYAADHAA DUBBISAA
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
𝗗𝗘𝗔𝗟 𝗗𝗢𝗡𝗘: Arsenaal Keepa Arrizabalagaan Cheelsii irraa £m5n mallatteesise.. Kilabicha keessatti uffannoo lakkoofsa 13 ni uffata.

𝗗𝗘𝗔𝗟 𝗗𝗢𝗡𝗘: Antoine Semenyo kontiraata haaraa yeroo dheeraa Bournemouth keessatti hanga bara 2030tti isa tursiisu mallatteesse.

𝗗𝗘𝗔𝗟 𝗗𝗢𝗡𝗘: Kilabiin Sa'udii Arabiyaa NEOM SC Aleeksaandar Laakaazeet bilisaan mallatteesse.

𝗗𝗘𝗔𝗟 𝗗𝗢𝗡𝗘: Ansuu Faatiin waliigaltee ergisaa waggaa tokkoon gara AS Moonaakootti makamuun keeyyata filannoo bituu €11m hammateen.

𝗗𝗘𝗔𝗟 𝗗𝗢𝗡𝗘: Weestihaam Yunaayitid taphataa sarara fuulduraa sadarkaa Daani'eel Kaamings erga kontiraatni isaa xumuramee booda Seeltik irraa mallatteesse.

𝗗𝗘𝗔𝗟 𝗗𝗢𝗡𝗘: Aston Viilaan taphataa sarara fuulduraa Zépiqueno Redmond kontiraatni isaa Feyenoord keessatti xumuramuu isaa hordofee bilisaan mallatteessiseera.

𝗗𝗘𝗔𝗟 𝗗𝗢𝗡𝗘: Keeni Teeteen hanga bara 2028tti Fuulhaam waliin kontiraata haaraa mallatteesse.

𝗗𝗘𝗔𝗟 𝗗𝗢𝗡𝗘: Goolii eegaa Biraayitan Jeems Biidl ergisaa bara dorgommii tokkoon Birmingham Siitiitti makame.

𝗗𝗘𝗔𝗟 𝗗𝗢𝗡𝗘: Neco Williams hanga bara 2029tti Nottingham Forest keessatti kontiraata haaraa mallatteessee jira.

𝗗𝗘𝗔𝗟 𝗗𝗢𝗡𝗘: Woolvis Jorgen Strand Larsen jalqaba bara dorgommii tokkoof ergisaan erga Seeltaa Vigoo irraa fudhatee booda jijjiirraa dhaabbataatiin mallatteessiseera.

𝗗𝗘𝗔𝗟 𝗗𝗢𝗡𝗘: Habib Diarra Istiraasbarg irraa kaffaltii €35Mn gara Sanderlanditti makame.

𝗗𝗘𝗔𝗟 𝗗𝗢𝗡𝗘: Atleetikoo Maadriid taphataa sarara ittisaa Maatiyoo Ruggerii Atalantaa irraa mallatteessiseera. Kaffaltii naannoo €20m. Hanga bara 2030tti kontiraata waggaa shanii mallatteessee jira.

𝗗𝗘𝗔𝗟 𝗗𝗢𝗡𝗘: Fiorentinaan Maatiyaa Viiti ergisaan OGC Nice irraa mallatteessisuun filannoo bitachuu qaba.

𝗗𝗘𝗔𝗟 𝗗𝗢𝗡𝗘: Liidsi Yunaayitid taphataa sarara ittisaa Wolfsburg Sebastiaan Bornauw £5.1mn mallatteesse. Hanga bara 2029tti kontiraata waggaa afuriif mallatteessee jira.

Atleetikoo Maadriid taphattoota Aksiil Wiitsel, Seezar Azpiliikuweetaa fi Reeniildoon gadhiisuu beeksise. Taphattoonni hundi bilisaan ni argamu.

Diyeegoo Liyoon gara Maanchistar Yunaayitid jijjiirraa isaa xumuruuf gara Ingilaand imalaa jira.

Joo'oo Peedroo gara Cheelsii £m60m deemuu isaa dura qorannoo Cheelsii isaa darbeera. Garee Kilaboota Waancaa Addunyaa isaanii keessatti ni galmaa'a. Hanga bara 2032tti kontiraata waggaa torbaa mallatteessee jira.

Oliiviyeer Jiruud gara Faransaayitti deebi'uu isaa xumuruuf magaalaa Liil galeera.

Taami Abrahaam gara Istaanbul deemuun gara Besiktaasitti jijjiirraa isaa xumuruuf deemaa jira. Kontiraata waggaa afuriin itti makama.

Galatasaray Toomaas Paartee fi Ilkaay Gundogaan mallatteessisuuf marii taasisaniiru. Ganna kana taphataa sarara gidduu world class ta'e mallatteessuu barbaadu.

Arsenaal kaleessa maqaan isaa Madueke waliin ka'aa oolus ammallee Eberechi Eze tarree galmoota isaanii irratti sadarkaa olaana qaba. Inni kaadhimamaa Arsenal isa jalqabaati.. Keewwata bittaa £68M .

Maanchistar Yunaayitid ganna kana Oolii Waatkins fudhachuun Carraaqaa jira.

👇 Ousmane Diomande €55Mn gara Crystal Palace deemuuf waliigalee jira. Taphataan sarara ittisaa Ispoortiin kun taphataa Kiristaal Paalaas hanga ammaa gatii guddaan itti bahe ta’uuf jira.
@Gadaaisport
@Gadaaisport
@Gadaaisport
Forwarded from 1137439312:AAGumjHJ7pzA6vrrfVMlKoqTUsCs59GySrg
ODDUU GAMACHISAA  :- Namootaa hojii online dhugaan.kaffaluu barbaddaa turtaan hundaaf Mansuur Jamaal kara telegramiin.hojii isiniif qabatee dhufee jira isiniis amumaa dalaguun badhasaa kessaan fudhaa dalaguuf👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

https://www.tg-me.com/Mansuurjamaal1
https://www.tg-me.com/Mansuurjamaal1
https://www.tg-me.com/Mansuurjamaal1
https://www.tg-me.com/Mansuurjamaal1
Forwarded from Qualitymovbot
Woowwww badhaasa 10🔥🔥🔥

carran kun sin dabrin amma online irra jirta taanaan carraa kanati fayyadami .

Badhaasa nama 10 qofaaf qopha'e kanati hirmaachuf bakka add jedhu tuqi join.
Forwarded from Qualitymovbot
Qoramanni kutaa 8ffaa gadhifaamera

Bakka add jedhuu tuqa 👇👇
Forwarded from Qualitybuttonbot
Ati deggeraa kilaba kamiidhaMaqaa kilaba kee cuqaasuun Odeeffannoo saffisaa 24/7 waa'e kilaba deggertuu Argachuu dandeessaa!! 👇👇
Forwarded from Qualitymovbot
Badhaasa kaardii gaaffi sadarkaa qabun qophesssine jirra kanneen gadii keessaa tokko filachun irratti hirmaadhu.
2025/07/04 18:02:40
Back to Top
HTML Embed Code: