Telegram Web Link
Rip 😭
Gadaa Isportii®
Photo
🚨BREAKING

Oduu Gaddaa😭

Taphataan sarara fulduraa Liivarpuul lammii Porchugaal kan tahe Diyaagoo Jootaan balaa konkolaatan lubbuun isaa akka darbe gabaafameera

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ 

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Diyaagoo jootaan erga gaa'ila dhaabbatee reefuu guyyaa 5 guutaa jira.

Baay'ee nama gaddisiisa
💔😢
Kilabii Liverpool du'a diyagoo Joota hordofuun lakkoofsa 20 Soorama akka baasu gabaseera

@gadaaisport
@gadaaisport
Forwarded from .
Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂

Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇
Namoota channel keessan 5k+ ta'e qofaa
Wave galfachuu kan barbaaddan ammuma keessaan na dubbisaa
Link haaraa qophaa'edha

Wave link 👉 https://www.tg-me.com/addlist/ug_cx76oSepjYTFk

Asiin naaf baarreesaa 👉 @ffg_promoter
Forwarded from Qualitybuttonbot
Itiyoopiyaa keessatti interneetii bilisaan fayyadamuun deebi'ee eegale. Fayyadamuuf "GET" bakka jedhu tuqi.
✅️Biruunoo Fernaandees 🗣:

"Addunyaa lammaffaa yoomii fi akkamitti akka waamamnu eenyullee hin beeku, dirree keessaa fi ala waan baay'ee isin waliin dabarree jirra."

"Obboleessakoo hangan lubbuun jirutti ijoollee kee kunuunsuu akkan hin dhiisne waadaa siifan gala."

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Livarpuul Lakkoofsaa Diyagoo Jootan uffacha ture amma boddaa taphataan kamiyyuu uffatee akka hin taphanne ifoomsanii jiru.

Sirridha jeetu👇

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
𝐅𝐨𝐨𝐭𝐛𝐚𝐥𝐥❤️‍🩹

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport  
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪  @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Roodriigoon Riyaal Maadriid gadhiisuuf hayyamni kan kennameef yoo ta'u, Arsenaal taphaticha kana fudhachuuf dhiyeessii ofiisaa dhiyeessuuf jira.

Madda: JacobsBen]

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Leenjisaan lammii Arjeentiinaa umurii 47 Gaabreel Heezeen leenjisaa ittii aanaa Arsenaal akka ta'u himameera.

Leenjisaan ittii Aanaa Arsenaal Kaarloos Koostaan leenjisaa duursaa Paarmaa ta'u isaan iddoo isaa Gaabreel Henzeen bakka kan bu'u ta'a.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport   
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Oduu Ammee
Niikoo Wiliyaams koontiraata haaraa dheeraa hanga Waxabajjii 2035 Atleetik Kilab keessa isa tursiisu mallateessera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Taphataan duraanii Arsenaal fi Juveentus Aaroon Raamseen koontiraata waggaa tokkoon kilabii Meeksikoo Pumaas imaleera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport  
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Arsenaal fi Tomiyaasuun ifaan gargar bahaniiru.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
2025/07/04 23:16:31
Back to Top
HTML Embed Code: