Telegram Web Link
Kirkira dhiyoo Turkiyaa mudateen hanga har'aatti lubbuu kuma kudha saddeetii fi dhibbi afur ( 18,400) addunyarraa godaantee jirti.
Balaa kanaan kan miidhame ammoo kuma Torbaatamii Afur ( 74,000) dhaqqabee jiraachuu Al-Jazeeraan gabaaseera.
Kana wajjiin kan hanga ammaa manni irratti diigamee achi jalaa hin baafaminis kumaatama akka tahe himamaa jira.
Kun yoo addunyaaf gorsa hin taane maaltu gorsa taha?
Ummata Turkiyaa fi Suuriyaa keessatti dhumeef RABBIIN haa araaramu. Kan Madaa'e RABBIIN isaan haa fayyisu.
Kan hanga ammaa mana caccabe jalatti hafe RABBIIN Rahmata isaatiin isaan haa baasu https://www.tg-me.com/Goolaa_seena
Barsiisonni Yunivarsiitii Meedoo Wallabuutti barsiisaa turan guyyaa har'aa balaa konkolaataatiin du'uun isaanii mirkanaa'e

1. Dr. Kafalow Tasammaa
2. Dr. Dassaaleny
3. Dr. Shifarraa Balaachoo
4. Dr. Anteenee, .
5. B/saa Iyoob shifarraa,
6. Yebegasheet Alamayaoo, 2019.
7. Endaalkaachoo Girmaa, 2020.
8. Awwal Sa'id, 2019.
9. Sulxaan Muhaammad,
10. Fooziyaa Abdujabbaar, 2020.
11. Abdulmaalik Rashiid, 2012.
12. Tasfaayee Maammoo, 2020.
13. Abdii Huseen, 2020.
14. Tasfaayee Hordofaa, 2020.
15. Medaanit Tarreessaa, 2020.
16. Taliilaa laggasee, .
17. Aberaash shifarraaw, 2020.

Barsiisota yeroof maqaan isaanii hin dhahamne lama dabalatee namoonni 19 du'uun isaanii mirkanaa'eera.
Biyya seerri qawween kabajamu keessa jirra.
Dhiigni dhugaaf jige gatii hin dhabu๐Ÿ˜ข


แ‹จแˆแŠ•แŠ–แˆจแ‹ แ‹จแŒ แˆ˜แŠ•แŒƒ แˆ…แŒ แ‰ แˆšแŠจแ‰ แˆญแ‰ แ‰ต แˆ€แŒˆแˆญ แ‹แˆตแŒฅ แŠแ‹แข
แˆˆแŠฅแ‹แŠแ‰ต แ‹จแˆแˆฐแˆฐแ‹ แ‹ฐแˆ แ‹‹แŒ‹ แŠ แˆˆแ‹๐Ÿ˜ข
#Shahiidee...

โœ Wallaahi, wabillaahi ati hin duunee bar... maaliif beektaa__?! ๐Ÿ˜ญ
ูˆู„ุง ุชุญุณุจู†ู‘ ุงู„ุฐูŠู† ู‚ุชู„ูˆุง ููŠ ุณุจูŠู„ ุงู„ู„ู‡ ุฃู…ูˆุงุชุง ุจู„ ุฃุญูŠุงุก ุนู†ุฏ ุฑุจู‡ู… ูŠุฑุฒู‚ูˆู†......
Uuuuuuuuf carra qabeessa wlh ati....! Rabbiin nuuf haa tumsu....


Ergaa fi dhaamsa keenya #share gochuun nuu faana turaa.
Facebook:-https://www.facebook.com/GoolaaSeena
https://www.facebook.com/yasin.seifu.1
https://youtube.com/@gasgar_tube
https://www.tg-me.com/Goolaa_seena
#Biyyi_koo_islaamummaadha

โœ Biyyi teenna tan dhugaa, dacheen teenna tan nuti irratti jiraannuu fi irratti duunus islaamummaa qofa.
Islaamummaan ammoo lafaan hin daangeffamtu, biyyaan hin sharafamtu.
#Alhamdulillaah
Nama Rabbiif Sujuude Rabbiin Hin Xiqqeessu
#Baabaa_Xayyib_Ordogaan
Baga Irra Aante Baga Hin Injifatee
Tee Oluma
#Gammachuun_Bulaa

Recip Tayyip Erdoฤan
Ajjeesuun utuu furmaata tahee wanni ta'aa dhufee harra gahe barnoota nuuf taha ture garu..... eenyu waan dabre ilaala?

Raayyaa Abbaamacca
Some stories are written with pen
But
Some stories are written with pain
Atumti kun nama gati qabeessa. Nama heddutu si fedha, situ ofiratti hin beekne malee.
Namni dilii ofirraa dhiqachuu barbadu guyyaa borii haa soomu!
KAN NAA UMME CAALAA
NAMNI NAA JALAATUU HIN
JIRU.
๐˜๐š๐š ๐‘๐š๐›๐›๐ข๐ข ๐š๐ญ๐ข ๐ข๐ซ๐ซ๐š๐š ๐ง๐š๐ฆ๐š๐š๐Ÿ ๐๐š๐›๐š๐ซ๐ญ๐š,๐ข๐ซ๐ซ๐š๐ฌ ๐ง๐š๐ฆ๐š๐š๐Ÿ ๐๐š๐ซ๐›๐ฎ๐ฎ ๐ฃ๐š๐š๐ฅ๐š๐ญ๐š ๐›๐š๐๐ข๐ข ๐ญ๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š๐š ๐ก๐ฎ๐ง๐๐š๐š ๐ข๐ซ๐ซ๐š๐š ๐ง๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐๐š๐ซ๐›๐ข.๐Ÿคฒ
แดŠแดœแดแด€'แด€แด€ Gแด€แด€ส€ษชษช!!
2024/05/15 03:03:08
Back to Top
HTML Embed Code: