Assalaamualaykum Warahmatullaahi Wabarakaatuh
Namooni #Nursing Eebbifamtani Biyyaa Arabaa Deemtani Hojjachuu Fedhaa Qabdan +251903323292 Naa Qunama
Namooni #Nursing Eebbifamtani Biyyaa Arabaa Deemtani Hojjachuu Fedhaa Qabdan +251903323292 Naa Qunama
๐๐๐๐๐
๐-Wonderful Mother.
๐- Outstanding Friend.
๐-Manage Family
๐- Adorable Siste.
๐ - Nicest Gift To Men From Allah
๐-Wonderful Mother.
๐- Outstanding Friend.
๐-Manage Family
๐- Adorable Siste.
๐ - Nicest Gift To Men From Allah
๐๐๐๐๐ฃ๐ ๐จ๐๐ข๐ข ๐ก๐๐ฐ๐ฐ๐ข๐ญ๐ฎ ๐ฌ๐๐ง๐ ๐๐๐ฆ๐๐๐๐ข๐ฌ ๐ก๐๐ฐ๐ฐ๐ฎ๐ฎ ๐๐ฎ๐ซ๐ฌ๐ข.
Facebookni yeroo bante jalqabarratti " ๐๐ก๐๐ญ'๐ฌ ๐จ๐ง ๐ฒ๐จ๐ฎ๐ซ ๐ฆ๐ข๐ง๐?"Je'ee si gaafata.Abalu maal je'ee fi maal akka maxxanse itti aansee siif fida.
Kanaafuu jalqabni waan ati yaaddu malee, waa'ee namoonni dhimma keetii yaadanii miti jechuudha.
Ilmi namaa waa'ee isaa qofa osoo yaadehuu yeroon hin geessuuf. Waa'ee nama biraa xiinxaluu fi quba namatti laachudhaan wanni jijjiiramu yoo jiraate, yeroo fi garaacha ofii gubuu qofa. Akka ati itti if yaaddu malee, akki namni itti si yaadu waan tokko siif hin ida'u sirraahiis hin irrisu.
๐๐๐๐๐๐๐๐๐

Forwarded from Jama'aa Muslima Torban Diida'aa (Yasin Seifu)
#Hogganaa_Cimaa
#Nama_Gaarii
#Ogeessa_dubbii.
#Hogganaa/president Jama'aa Muslima Torban Diida'aa
@AbdulhakimNemo
#Nama_Gaarii
#Ogeessa_dubbii.
#Hogganaa/president Jama'aa Muslima Torban Diida'aa
@AbdulhakimNemo
#Nuti_Simalee_hin_qabnu!
โพWaan dabre keessattis,
โพWaan amma harkaa nu qabu keessattis,
โพWaan dhufuuf taa'u kamuu keessattillee nuti si malee kan biraa hin qabnu.
Nuuf biramadhu Yaa Allah
โพWaan dabre keessattis,
โพWaan amma harkaa nu qabu keessattis,
โพWaan dhufuuf taa'u kamuu keessattillee nuti si malee kan biraa hin qabnu.
Nuuf biramadhu Yaa Allah
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM