📜🖌. Aqiidaa qulqulluu barachuun Shirkiirraa Nama tiksiti: Aqiidaa sirrii barachuun Shirkii Dalaguu fii keessa bu'uurraa Nama eegdi. Aqiidaa sirrii wallaaluun Sababa Guddaa Shirkii keessa bu'uuti. Aqiidaan namaa shirkii fii wantoota nama kaفarsiisan irraa qulqullaa'uun Dhimma Guddaa Namni tokko Jahannam keessatti Zalaalam ta'uutii fii isarraa Nagaya bahuu Murteessuudha. Rabbiin isatti waa qindeeffamuu hin araaramu.
فقد قال تعالى: ﴿ إِنَّ اللَّهَ لَا يَغْفِرُ أَنْ يُشْرَكَ بِهِ وَيَغْفِرُ مَا دُونَ ذَلِكَ لِمَنْ يَشَاءُ وَمَنْ يُشْرِكْ بِاللَّهِ فَقَدِ افْتَرَى إِثْمًا عَظِيمًا ﴾ [النساء: 48
فقد قال تعالى: ﴿ إِنَّ اللَّهَ لَا يَغْفِرُ أَنْ يُشْرَكَ بِهِ وَيَغْفِرُ مَا دُونَ ذَلِكَ لِمَنْ يَشَاءُ وَمَنْ يُشْرِكْ بِاللَّهِ فَقَدِ افْتَرَى إِثْمًا عَظِيمًا ﴾ [النساء: 48
❤2
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
۞- Shubuhaalee gurguddoo gurguddoo warri rabbiin ﷻ gaditti qabriilee gabbaran kanneen mushriktoonni zamana kanaa oofan guddoo xalibni ilmii shari'aa namni Towhiida barsiisuu fii barachuutti ta'aabu kamuu bu'uurarraa hubachuu qabu keessatti tokkoo fii ijoon dhimma ibaadaa keessatti " المجاز العقلي " himachuu isaaniiti. Hangaan beekutti biyya teenya keessallee namni " المجاز العقلي" dhatti rarra'uun waliyyiin,nabiyyii fii saalihtootaan dirmachuu barbaaduu,isaan kadhachuu fii ibaadaalee qulqulluu silaa rabbiif ﷻ malee hin male hin godhamne hedduu isaaniif taasisuu barsiisuutu jira.
Deebii bareedduun sheikh salih Sindii -rahimahullaahu dhimma kana ilaalchisee kenne.
الجواب عن شبهة كون الاستغاثة بغير الله من قبيل المجاز العقلي | أ.د. #صالح_سندي
https://www.tg-me.com/HadithOfficial/10091

👍6❤1
Asselaamu Aleeykum Warahmatullaahi wabarakaatuhu
۞. Nama Qur'aanaa fii qaa'idaa galmaa'ee qara'uu barbaadu kamiyyuu karaa liinkii boot armaan gadiitiin nu dubbisuu danda'a. Bakka itti qara'amu kan dhiiraa fii dubartootaas addaan liinkii ergaaf.
✓. Darsii qur'aanaa fii qaa'idaa (huruufa) qara'aa Dhimmoota bu'uuraalee aqiidaa teetii,Salaataa,azkaarootaa fii waan nama muslimaa hunda irraa eegamuu akka si madaaluun barachuu nama fedhu dafee haa galmaa'uu.
✓. Yeroon galgala hanga sa'atii 5:30tti.
✓. Dhiiraa fii Dubartootaafiis bakka adda addaatu qophaa'ee jira.
✓. Namni barbaadamu baay'inni isaa daangeeyfamaadha.
*. Kaffaltii qabaachuu akka hin daganne
√. Maqaa keessan guutuu
√. Dhiira moo Dubara
√. Bakka amma jiraattanii fii
√. Waan barachuu barbaaddan adda baastanii barreeysitanii ergitu.
Yaadachiisa:- namni sagantaa eegee guyya guyyaan barnoota hin hordofne kan garee seenuu qofaaf galmaa'uu akka hin galmooyne. Obboleewwan biraa jalaa bakka qabuun sirrii miti
Ergicha nama beektaniifiis qoodaa
Liinkiin galmee:-👇
https://www.tg-me.com/kunalabesira_bot

👍14
Nama dhimmi da'waa isa yaachistu hundaaf:- kan beekkumsa qabu beekumsa isaatiin,kan qabeenya qabu qabeenya isaatiin akkasuma namuu waan danda'uu fii karaa danda'uun dirree da'waa keessatti gahee qooda qabaachuu qabna. Masjiidoota,miidiyaalee hawaasummaa fii teknoloijiilee hunda akka barbaachisuu fii malutti da'waaf itti fayyadamuu qabna. Yoo kana hin ta'in hillima nuuf qopheeyfamee fii balaalee nutti marsitee jirtu dura dhaabbachuun ofirraa deebisuun ulfaataadha.
Sobaahal kheyr
Waan argee dubbise irraa
Sobaahal kheyr
👍10
Halkan har'aa kun halkan jalqabaa kurna Zul hijjaati. Sekondiilee fii daqiiqaaleen guyyaa kurna kanaa irra qaalii fii irra caaloo sekondiilee waggaa kanaati. Of hin dabarsin.
❤14👍1
Darsii Kitaaba Hajjii har'aa boru qaraana inshaa allaah. Har'a hin jirtu baarakallaahu fiikum
👍8
«Rasuullii ﷺ Kurna Zul hijjaa kan Soommanu ture.»
صححه الألباني فى صحيح أبى داود
❤12👍2
Ni'imaan rabbiin ﷻ nurratti Oole hedduudha. tola rabbiin ﷻ nurratti oole hedduu san keeysaa tokkoo fii guddoon umrii teenya as harkisee waqtii qilleensi kheeyrii akkaan kheeysa bubbisuun nu gahuudha. San keessaa ijoon,hangaafaa fii guddoon Kurna Zul hijjaatiin nu gahuudha. Guyyoota kana keessa lubbuu teenya irraa kheeyrii rabbitti haa mul'isnuu.»
الله أكبر الله أكبر الله أكبر لا إله إلا الله*
*🕋الله أكبر الله أكبر ولله الحمد*
Zul-Hijjaah 1,1446H
👍11
Aduun guyyaa har'aa seenuu irraa jalqabeeti kan kurni zul-hijjaa seene. Namni ud-hiyaa godhuu fedhe rifeensaa fii qeensa isaa irraa waa fuudhuu irraa of qabuu qaba. Takbiirtaan gadhiisaan yeroo deemanii fii deebi'aan,taa'anii fii deeman,ciisanii fii dhaabbatan yeroo hunda godhamtu eegaltee jirti. Daqiiqaalee kurna kanaa booji'achuun galaa wayyaa guduunfachuun aakhiraa teetiif qophaa'uu irraa of boodatti hin harkifatin. Takbiirtaa irraa hafuura hin fudhatin. »ღ
Zul-Hijjaah 1,1446H
الله أكبر الله أكبر الله أكبر لا إله إلا الله*
*🕋الله أكبر الله أكبر ولله الحمد*
Zul-Hijjaah 1,1446H
👍10❤2
۞- Rasuulli ﷺ guyyoota kurna gaddisni isaa nurraa turee sa'atiilee muraasa dura sekondiileen isaa qaaliin eegalan kana ilaalchisee yeroo dubbatu " Guyyaan tokkolleen kan hojiin isa keessaa hojii guyyoota kurna kana keessa hojjetamtu caalaa rabbi biratti irra guddaa fii isa biratti irra jaalamtuu taate gonkumaa hin jiru. Kanaaf jecha guyyoota kurna kana keessatti laa ilaaha illallaah,allaahu akbarii fii alhamdulillaah jechuu irraa baay'ifadhaa" jedhan.
رواه أحمد 5446 وصححه الشيخ شعيب الأرناؤوط.
Guyyoota sadarkaaleen isii fii sadarkaan hojii isii keessaa kana fakkaatu irraa dagattee hin dagamin.
الله أكبر الله أكبر الله أكبر لا إله إلا الله*
*🕋الله أكبر الله أكبر ولله الحمد*
رواه أحمد 5446 وصححه الشيخ شعيب الأرناؤوط.
Guyyoota sadarkaaleen isii fii sadarkaan hojii isii keessaa kana fakkaatu irraa dagattee hin dagamin.
الله أكبر الله أكبر الله أكبر لا إله إلا الله*
*🕋الله أكبر الله أكبر ولله الحمد*
Zul-Hijjaah 1,1446H
👍12❤3
Kurna kana rabbiin ﷻ gargaarsifadhuu isarratti irkadhuu sagantaa qopheeysiif. Qur'aana yeroo tokko lama sadii khattamuu,soommana guyyoota kanaa irratti bololuu,azaanaan dura gara masjiidaa daddafuu,firoota maxxanfachuu osoo bilbiluunillee taatee,ofii fii maatii kee irraa ud-hiyaa qaluu,gara hojiilee kheeyrii hundatti daddafuu qabadhu. Arrabni takbiirtaa,tahliila fii tahmiida irraa hafuura hin fudhatin. Balballi sadaqaa banaadha; ati harka kee hin cufin.»ღ
Zul-Hijjaah 1,1446H
Zul-Hijjaah 1,1446H
❤21👍2
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Irra bareedaa gorsa Guyyoota Kurna Zul hijjaatiin wal qabatuu
❤13👍2
Hojiin kheeyrii halkanii fii guyyaa Kurna Zul-Hijjaah keessaa dalagamtu halkan leeylatul qadrii malee halkanii fii guyyaa kurna boodaa ramadaanaatirra ni caalti. Halkanii fii guyyaa kurna keessa lubbuu tee fuudhii laga kheeyrii buusi.»ღ
👍14
Har'a Darsiin Aqiidatu Towhiid Sheikh Salih Al-Fowzaan-hafizahullaah hin jirtu
👍5