۞ Dalagaa fii Qabeenyi haraam abbicharratti balaa fii hammeenya hamaan deemti. Sababa isiiti qalbiin goggooydi,Dallansuun Allaahaa buuti,Sababa isiitiin duaaiilleen Qeebaltii dhabdi.
👍10
أصول الإنشاء والخطابة.pdf
4.4 MB
Gosti barnootaa " inshaa'aa fii Khixaabaa" gosootaa barnoota hiikkaa fii yaadoota qalbiirra nama yaa'an bifa faaya uffatee fii dhaggeeffataa fii dubbisaa harkisuun of keessaa baasanii gurraa fii ija dhaggeeffataa fii dubbisaatiin ga'aniidha. Kitaabni " أصول الإنشاء والخطابة" Kan Sheikh Muhammad Xaahir ibn Aashuur Rahimahullah kun irra bareedaa fii irra tolfamaa kitaaba dhimma kana keessa jaarrraa 14ffaa keessa barreeffameedha. Majliisoota ilmii keessatti osoo barsiifamee yookiin barattoonni ilmii shari'aa osoo kitaabicha argatanii isarraa waa funaannatanii kheeyrii hedduu fayyadamanii fayyadu.
Pdf kitaabichaa
https://www.tg-me.com/HadithOfficial/10026
Pdf kitaabichaa
https://www.tg-me.com/HadithOfficial/10026
👍11❤2
✓. Yeroon yeroo hajjii ta'uu waliin gariin namoota qaamaaniis argee taatu,bilbilaan yookiin karaa ergaalee marsaalee miidaayaalee garagaraatiin nama gara hajjii deemitti " Nabiyyiidhatti salaamtaa naa geeysi ykn waan kana fakkaatu" jechuun namoota hajjiif deemanitti dhaammata. Wanti akkanaa bid'aa diin keessatti bu'uura hin qabnee,kan salaftoota keessaa nam-tokko irraayillee fuudhamtee hin dhufiniidha. Irraa fagaachuun dirqama. Bakak fedhan taa'anii yoo Rasuula ﷺ irratti salaammatan salaamta isa geeysi. Malaa'ikoota isaan gahantu jiru. Bid'aa irraa haa eeggannuu.
Ibsa dabalataaf
Fatwaa Lajnaa daa'imaa
Sheikh Abdurahman Ibn Nasir Al-barraak fii Sheikh ibn useymiin Rahimahullah dubbisuu danda'a namni barbaadu. Komentii keessa
Ibsa dabalataaf
Fatwaa Lajnaa daa'imaa
Sheikh Abdurahman Ibn Nasir Al-barraak fii Sheikh ibn useymiin Rahimahullah dubbisuu danda'a namni barbaadu. Komentii keessa
👍9
Nama mormii fii Roorroon sitti jarjare Dhiifama isaaf godhuun itti daddafi. Nama hamtuun sitti daddafe tola itti ooluun afaan bahi. Deebii gocha isaatiin duratti asara dhimma kanaa ol bahiinsaa fii gammachuu lubbuu keetii keessatti argita. 🍀
👍8❤1
📃. Haqiiqaalee Gurguddaa akka du'aa fii Rabbi ﷻ qunnamuu yaadachuun; Adeemsa ilmii,dalagaa,da'awaa fii waliin jireenya hawaasummaa Nama tokkoo sirreeysuu keessatti qooda guddaa qaba. Dhimmoota hedduu hundeerraa isii jijjiira. Yeroo kana Wantoota hunda ifaa gaaffii " Sa Wanti tuni rabbitti na dhiheeysitee aakhiraatti na fayyaddii??" Jedhu jalatti walitti qabeeti qara'a. 🍀
👍8
Da'waan sheikha guddicha sheikh Al-islaam Muhammad ibn Abdulwahhab rabbiin rahmata isaaf haa godhuu; da'waa rabbiin ﷻ warraa jaarraa 12ffaa booda dhufan harka guddaa ittiin shirkii fii kuraafaata hedduu keessaa ittiin baaseedha. Dhugumatti nama biyyoota addunyaa keessaa kan towhiida harkaa qabu hundarratti da'waan sheekhaa tola ooltee jirti. Haqqan hundi keenya gaaddisa da'waa sheekhaatii fii ifaa da'waa najdiyyaa keessaa garagaggaluutti jirra. Kana ta'uu waliin nama Sheikhul islaam,sheekkan da"waa najdiyyaa fii sheekkan sunnaa fii towhiidni akka nu gahuuf sababa nuuf tahan kan du'anii fii kan jiran jidduu waraanaa maqa-balleeysii fii xiqqeesyii akkasumas da'waa towhiidaa fii sunnaa isaanii haala isii xiqqeeysuu fii salphisuu banee biyya teenya keessa tamsaasu kan gowwootaa fii jaleeleen waa addaan hin baafanne hedduun jala deemaa jirantu jira.»
✓. Dammaquu nu feesisa.!
👍5
🍂🍂°°.
"**Yeroo Qur'aana fii Hadiisaa hidhatte Ati Gonkumaa hin injifatamtu; Haa ta'u Malee yeroo ilmiin (beekumsi shariaa) sibira hin jiraatin; Shubuhaa(walxaxa) Jalqaba sitti dhufuu Wajjiin kutta!."
🔖🔖.Sheikh Saalih bin Fowzaan Al-Fowzan Ht

👍6
🍁🍂°°.
Namni Ni'imaa Rabbiin Isarratti oole; Nyaata, Dhugaatii fii Fayyaa qaamaa keessatti Malee hin argine; Aqlii(Xiinxaluu Danda'uu) irraa Waan tokkollee Qooda hin qabu.
" فإنّ مَن لم يرَ نعمة الله عليه إلا في مأكله و مشربه و عافية بدنه ؛* *فليس له نصيبٌ مِن العقل البتة ،*.
🔖.بن القيم رحمه الله
@hadithofficial

❤3
🍂🍂. Obboleessi kee Eenyu?.
🍂. Obboleessi kee Nama si yaadachiisee si dammaqseedha. Namni sirraa garagalee si dagate Obboleessa keetii miti. Obboleessi Dhugaa isa siif Nasiihaa godhu, Si gorsu, Si yaadachiisu, Gara Rabbiitti si waamu, karaa Nagaya ittiin bahan siif ibsu akka irra Deemtuuf jecha fii isa karaa badii irraa si sodaachisuu fii Fokkina booddee karaa kanaa kan siif ibsuudha akka irraa fagaattuuf jecha.
بن باز رحمه الله في مجموعة فتاواه٢١/١٤)
https://www.tg-me.com/HadithOfficial/3193

Telegram
HADIISA📚
🍂🍂. Obboleessi kee Eenyu?.
🍂. Obboleessi kee Nama si yaadachiisee si dammaqseedha. Namni sirraa garagalee si dagate Obboleessa keetii miti. Obboleessi Dhugaa isa siif Nasiihaa godhu, Si gorsu, Si yaadachiisu, Gara Rabbiitti si waamu, karaa Nagaya ittiin…

❤2
Forwarded from HADIISA📚
Asselaamu Aleeykum Warahmatullaahi wabarakaatuhu
۞. Nama Qur'aanaa fii qaa'idaa galmaa'ee qara'uu barbaadu kamiyyuu karaa liinkii boot armaan gadiitiin nu dubbisuu danda'a. Bakka itti qara'amu kan dhiiraa fii dubartootaas addaan liinkii ergaaf.
✓. Darsii qur'aanaa fii qaa'idaa (huruufa) qara'aa Dhimmoota bu'uuraalee aqiidaa teetii,Salaataa,azkaarootaa fii waan nama muslimaa hunda irraa eegamuu akka si madaaluun barachuu nama fedhu dafee haa galmaa'uu.
✓. Yeroon galgala hanga sa'atii 5:30tti.
✓. Dhiiraa fii Dubartootaafiis bakka adda addaatu qophaa'ee jira.
✓. Namni barbaadamu baay'inni isaa daangeeyfamaadha.
*. Kaffaltii qabaachuu akka hin daganne
√. Maqaa keessan guutuu
√. Dhiira moo Dubara
√. Bakka amma jiraattanii fii
√. Waan barachuu barbaaddan adda baastanii barreeysitanii ergitu.
Yaadachiisa:- namni sagantaa eegee guyya guyyaan barnoota hin hordofne kan garee seenuu qofaaf galmaa'uu akka hin galmooyne. Obboleewwan biraa jalaa bakka qabuun sirrii miti
Ergicha nama beektaniifiis qoodaa
Liinkiin galmee:-👇
https://www.tg-me.com/kunalabesira_bot

👍5❤2
Boru galgala irraa jalqabnee Barnoota hajjii fii umraa kitaaba Fiqh Al-muyassar irraa
❤9👍4
📜🖌. Lubbuu keetii fii Ilmaan kee " Ibaadaa fii Dalagaa gaarii hojjettan irratti Duniyaatti Galata barbaaduu dhabuu" irratti isaan Guddisi. Duniyatti galata Dalagaa keetii hin eeggatin, Duniyaan Ganda fitinaati malee ganda galataatii miti.
📜🖌. وَإِنَّمَا تُوَفَّوۡنَ أُجُورَكُمۡ یَوۡمَ ٱلۡقِیَـٰمَةِۖ فَمَن زُحۡزِحَ عَنِ ٱلنَّارِ وَأُدۡخِلَ ٱلۡجَنَّةَ فَقَدۡ فَازَۗ
Kanummaan Isin Guututti Galata galfamtan;Guyyaa Qiyaamaati.
📜🖌. وَإِنَّمَا تُوَفَّوۡنَ أُجُورَكُمۡ یَوۡمَ ٱلۡقِیَـٰمَةِۖ فَمَن زُحۡزِحَ عَنِ ٱلنَّارِ وَأُدۡخِلَ ٱلۡجَنَّةَ فَقَدۡ فَازَۗ
Kanummaan Isin Guututti Galata galfamtan;Guyyaa Qiyaamaati.
👍8
Kitab Al-Hajj Fiqh al muyaser.pdf
6.2 MB
Galgala salaata ishaa'ii booda Silisilaa Kitaaba Hajjii Kitaaba Fiqh Al-Muyassar irraa eegalla inshaa allaah.
👍11❤1
📜🖌. Aqiidaan qulqulluun Sodaa Rabbii qabaachuu fii Ma'siyaarraa fagaachuu Namaaf dabalti. Aqiidaan qulqulluun Towhiida isa Wanta Rabbiif barbaachisuu fii hin barbaachisne barachuu of keessaa qabuudha. Rabbi beekuun hundee Sodaa rabbiiti. Namni tokko hanguma beekumsa rabbii dabalatuun Sodaa rabbii dabalata. Nuti wanti aqiidaa qulqulluu barannuuf akka Fitnaa Shahwaa ( fedhii lubbuu) irraa Nagaya ba'uun, Ma'asiyaa dalaguu irraa fagaannuufi. Namni Muslimaa kan Rabbiin Na beeka, na arga, na dhagaha fii Hojii kiyya tiksaadha jechuu beeku Ma'siyaa hojjechuu irratti gootummaan hin qabu. Yoo dogongoruun ma'siyaan irraa argamtees daddafeeti irraa deebi'uun gara rabbii toowbata.
👍5