Telegram Web Link
๐Ÿ“œ๐Ÿ–Š. " Jahannama keessa laga tokko kan ibiddi jahannam Gara isii dhufee isii nyaachuu Sodaaf Guyyaa hunda yeroo 400 irra Maganfattuutu jira. Lagni jahannam Sun Warra Qur'aana qara'u kan agarsiifatuuf Qopheeyfamte jechuun Na ga'ee jira " jedha Sheekni Islaamaa Guddaan Imaam Ahmed ibnu Muhammad Ibnu hanbal [Rahimahullahu].

*ยซุจู„ุบู†ูŠ ุฃู†ู‘ ููŠ ุฌู‡ู†ู‘ู… ูˆุงุฏูŠู‹ุง ุชุณุชุนูŠุฐ ู…ู†ู‡ ุฌู‡ู†ู‘ู… ูƒู„ู‘ ูŠูˆู… ุฃุฑุจุนู…ุฆุฉ ู…ุฑู‘ุฉ! ู…ุฎุงูุฉ ุฃู† ูŠุฑุณู„ ุนู„ูŠู‡ุง ููŠุฃูƒู„ู‡ุงุŒ ุฃูุนูุฏู‘ูŽ ุฐู„ูƒ ุงู„ูˆุงุฏูŠ ู„ู„ู…ูุฑุงุฆููŠู† ู…ู† ุงู„ู‚ูุฑู‘ูŽุงุก!ยป.*
๐Ÿ“™ ~ ุงู„ุฒู‘ูู‡ุฏ (ูจูกูฉ/ูฅ)

ู†ุณุฃู„ ุงู„ู„ู‡ ุงู„ุณู„ุงู…ุฉ ูˆ ุงู„ุนุงููŠุฉ
๐Ÿ˜ข10๐Ÿ‘5
Nama wuduu'a godhateef erga wada'ateen booda wuduu'a godhachuu isaatti aanseetuma raka'aa lama salaatuun jaalatamaadha. Kuniis Rasuulli ๏ทบ " namnummaan kamiyyuu kan wuduu'atee wuduu'a isaa tolfatee eegasii raka'aa 2 kan qaamaa fii qalbii isaatiin isiirratti achi garagaluun salaate; jannatni isaaf dirqama godhamtee raggaatuuf malee hin hafu."ยป jedhan. ุฑูˆุงู‡ ู…ุณู„ู…

โœ“. Erga wuduu'a godhatan booda kallattumaan salaatuutu bareedaadha.

Zul-Qa'dah 20,1446H
๐Ÿ‘13โค3
Ilmii shari'aa tamsaasuun irra caaltuu dalagaa fii ibaadaa kan ittiin gara rabbii ๏ทป dhihaatamuudha. Sheikh Al-Islaam Al-Emam Abdullaah ibn Mubaarak Rahimahullah " Nabiyyummaa boodaan sadarkaa olaantuu fii caaltuu akka ilmii shari'aa tamsaasuu tokkollee hin beeku" kan jedhu ture. Wanti inni dubbate kun waan ragaa hin qabnee miti. Inumaatu ragaalee shari'aa hedduu jecha isaa kanaaf ragaa bahantu jiru. Hadiisa Abii umaamat Al-baahiliin radiyallaahu anhu gabaase keessatti akkana jedha" gaaf-tokko Rasuula ๏ทบ biratti namni lama dubbatame. tokko nama akkaan ibaadaa dalagu. Inni kaan immoo aalima ture. Rasuulli ๏ทบ" Caalmayaa fii olaantummaan namni beekaan beekumsa shari'aa qabu nama heddummeeysaa ibaadaa dalagu irratti qabu qabu; akka caalmaya caalmayni kiyya irra jalee keessan irratti qabuuti.ยปjedheen. caalmayaa fii olaantummaan ilmiin qabu ilmiin tamsaasan sun wal caaluu irratti hundaa'uun wal caalti. Hanguma ilmiin takka ilmii biraatirra caaltu; ilmii sun ummata keesssatti facaasuu fii tamsaasuun irra caalaa ta'a. Kunimmoo gaafa niyyaan toltee fii gaarii rabbiif qulqullooyte taateedha. Haa ta'uu malee gaafa niyyaan badde; ilmiin tamsaasaniifii facaasan sun abbicha irratti gara ragaa baatu taati. Rabbiin ๏ทป jecha,dalagaa fii adeemsa keenya hunda keessatti ikhlaasa nuuf haa kennu.ยปแƒฆ

Zul-Qa'dah 20,1446H
โค8๐Ÿ‘8
ู…ูˆุนุธุฉ_ู…ุจูƒูŠุฉ_ูˆุจู„ูŠุบุฉ_ู„ู„ุดูŠุฎ_ุงู„ุนู„ุงู…ุฉ
<unknown>
ู…ูˆุนุธุฉ ู…ุจูƒูŠุฉ ูˆ ุจู„ูŠุบุฉ
ู„ู„ุดูŠุฎ ู…ุญู…ุฏ ุงุจู† ุนุซูŠู…ูŠู† .
Kofla hin heddummeeysin kofli qalbii ajjeesaa
โค11๐Ÿ‘8
Nyaata heddummeeysuu fii haasawa baay'isuuniis waan qalbii goggooysee ajjeesu iraayi.
๐Ÿ˜ข17๐Ÿ‘6
Oduu fii taateewwan garagaraa,ajandaa sooshaal miidiyaa,goohaa fii wacni girrisaa hin dhumu xumuraas hin qabu. Yeroo dheertuu fii walitti fufiinsaan kana hordofuun dabarsuun bishaan umrii ofii galaanatti dabaluu fii kasaaraa bakak hin buufamneedha. Hadiisa keessatti " namni tokkolleen osoo umrii isaa bakka itti fixe irraa hin gaafatamne miila achi hin sossoosu guyyaa qiyaamaa" jechuutu jira. Ajandaalee fii oduun miidiyaalee hawaasaa fii wacni zikriilee tee kan guyya guyyaa,wirdii qur'aana keetii,salaata duhaa,witrii teetii fii ibaadaalee tee guyya guyyaatirra sin dagin.ยปแƒฆ

Zul-Qa'dah 22,1446H
๐Ÿ‘10
Du'aa'iin balbaloota hedduu banti,rizqii fiddi,hamtuu namarraa deebisti. Haajaa ifii mul'ifachuu fii miskiinaawuu ofii agarsiifatuu wlaiin du'aa'iin gaara gad dhaabbatu bakkaa oofti. Jirkaa du'aa'ii keetii lubbuu tee obaasuu irraa addaan hin dhaabin.ยปแƒฆ
โค16๐Ÿ‘2
๐Ÿ‘3
๐Ÿ‘2
๐Ÿ‘5
Live stream finished (32 minutes)
Kitaaba ajaa'ibaa fii gaarii hedduu waan qalbii teenya ittiin hubannu hedduu of keessaa qaba ture. Sababa dhiphina yerootii fii kan kana fakkaatan irraan kan ka'e dhugumatti kitaabicha haqa isaa kenninneefii sirriitti hin qaraane. Irruma fiigneeti waan keessa jiru ilaalle. Yoo rabbi jedhe yeroo dhihootti irra deebina inshaa allaah. Rabbiin hunda keenya nuuf haa mijjeeysu. Kitaabichaa sheekhaa fii nutillee nuhaa fayyadu. Dhugumatti kitaaba guddaa bareedaa hedduu bareedaa ture.


ุงู„ุญู…ุฏ ู„ู„ู‡ ุงู„ุฐูŠ ุจู†ุนู…ุชู‡ ุชุชู… ุงู„ุตุงู„ุญุงุช
๐Ÿ‘6โค3
Audio
โค6
๐Ÿ€. Fokkottuu dalagaa isaa fii tortoraa haala isaatiin Nama karaa namootaa fii jannataa jidduu jiru addaan muru hin ta'in. Diin haala gaariin namaa wajjiin jiraachuudha. Akhlaaqni bareedaan Daawwitii qalbiileeti.
๐Ÿ‘13
2025/07/13 01:26:58
Back to Top
HTML Embed Code: