Telegram Web Link
ู‚ุงู„ ุงู„ุฅู…ุงู… ุงุจู† ุงู„ู‚ูŠู…:

ยซ ุงู„ุซูู‘ู‚ุฉู ุจุงู„ู„ู‡ = ุฎูู„ุงุตุฉู ุงู„ุชูŽู‘ูˆูƒูู‘ู„ู ูˆู„ูุจูู‘ู‡ ยป ๐Ÿค

โ€ข ู…ุฏุงุฑุฌ ุงู„ุณูŽู‘ุงู„ูƒูŠู† (ูกูคูข/ูข)
โ˜…. Irra gurguddoo ibaadaalee halkan edanaa fii guyyaa jumu'aa boruu Raawwattu kheeysatti tokko Rasuula ๏ทบ irratti Salawaata buusuudha. Teeysuma,deemsaa fii Ciisicha kee keeysatti Sekondiilee hunda Isarratti Salawaata buusuu heddumeeysuun booji'adhu. ๐Ÿ’œ
โ˜…. Maghriiba guyyaa khamiisaa irraa jalqabee hanga Maghriibaa Guyyaa Jumu'aatitti Sekondiileen hundi kuusaa toltuulee fii bankii kheeyriilee kan keessatti hojjetattuudha. Rasuulatti ๏ทบ Salawaata buusuu heddumeeysuun Dabarsi. ]|*๐Ÿ’œ
Live stream finished (45 minutes)
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Darsii Jalqabdootaaf ta'uu yeroo dhihootti kan eegallu ta'a inshaa allaah

Gaaffii darsiin wal qabattuuf boot kana fayyadamaa
@kunalabesira_bot
Live stream scheduled for
Salaata Maghriibaa booda Darsii Aqiidatu Towhiid Sheikh Fowzan hafizahullaah itti fufnee qaraana inshaa allaah

https://www.tg-me.com/HadithOfficial?livestream
Live stream started
Seenaa baarakallaahu fiikum
Live stream finished (38 minutes)
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
2025/07/07 08:13:22
Back to Top
HTML Embed Code: