Telegram Web Link
Live stream finished (45 minutes)
Qoachuu akka hin daganne baarakallaahu fiikum. Jarjaraan qara'aa turre waan ta'eef bakka isiniif hin galin komentii jalatti yookiin karaa boot @kunalabesira_bot gaafachuu dandeeysu.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Live stream started
Live stream finished (25 minutes)
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
HADIISA📚
۞- Kitaaba Allaahaa kan burqaa fii madda qajeelloo fii kabajamuu n ol fuudhamuu keenyaa ta'e irraa fagaachuun nuun hin malu ture. Deebinee qur'aanaa waliin walitti araaramuun dirqama irraa hafiinsi hin jirreedha.»ღ

✓. Nuti gaafa qur'aanaa wajjiin walitti araaramuu fii walitti deebi'uu keenya beeksisnu fii gara isaa imallu; dhugumatti gara karaa miizaanaa fii tasgabbii ruuhii teenyaatti deemaa jirra. Kuni adeemaa toliinsaa kan jalqabaati.

۞- karaan jalqabaa kan nuti ittiin qur'aanaa wajjiin walitti deebinuu fii walitti araaramnuun isa qara'uu heddummeeysuudhaani. Qaraatii akka yeroo dabartee sanii miti. Qaraatii sagantaa beellamaa isaatiin hin eegganne qaraatii isii keessatti waan qur'aana malee jiruun biizii hin taane qara'uu qabna.»ღ

۞-Qur'aanni kitaaba Guddaa,qaalii fii ulfaataa irra guddaa,irra qaalii fii irra ulfaattuu waan qabnuu yeroo keenya irraa kennuufii qabnuudha. Gara qur'aana as garagali isarratti yeroo tee hin bakhiiloomin. Namni bakhiiloome lubbuma isaatirratti bakhiilooma.»ღ


Zul-Hijjaah 27,1446H
‏وردك أولاً .. ثم ماشئت !

- اجعلها قاعدة في بداية يومك واغرسها فيمن حولك، لاشيء يتقدم على الورد القرآني.
Har'a sababa ta'e wayiitiif Darsiin Aqiidatu Towhiid Sheikh Salih Al-Fowzaan-hafizahullaah hin jirtu. Waanuma torban darbee muraaje'aa godhaa baarakallaahu fiikum
Kan guyyoota muraasa kanatti rookkeetni iiraanuu aqiidaa garii muslimtootaa mudhii dhahe,laata fitinaan dajjaal hoo akkamuma nama godhuu teeysi??. Yaa rabbi! Towhiidaa fii sunnaarratti sabaata nuuf kennuu si kadhanna.»ღ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Namni tokko dhimma hunda keessa seenuun,buutee fii balaa haara dhufte keessa harka kaa'achuun,ajandaa xiqqaa fii guddaa hunda keessatti yaada isaa kennuu fii waan sooshaal miidiyaa irratti facaafamu hunda irratti waa dubbachuun hayyummaa fii gamnummaa miti. Waan beekan hunda hin dubbatan waan dhaga'anii fii argan hundaas hin facaasan.»ღ


Zul-Hijjaah 28,1446H
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Asselaamu Aleeykum Warahmatullaahi wabarakaatuhu ikhwatii haajaa ta'e wayii qaban ture. Kanaaf har'aas darsii seenuun naaf hin mijatini. Boru irraa itti deebina inshaa allaah. Baarakallaahu fiikum. Dhiifama obboleewwan tiyya
2025/07/05 20:19:42
Back to Top
HTML Embed Code: