Forwarded from بَصْمَة سَلَفيّة
•• وَالقَلبُ فِي أصْلِهِ سَلِيمٌ مِنْ كُلّ آفَّة!
⤶ كِتاب: أرُومَة الحُبّ مِن مَنَابِعِ الشّرْعِ🌹
⤶ كِتاب: أرُومَة الحُبّ مِن مَنَابِعِ الشّرْعِ🌹
❤2
★*|[ Yaa Ummata biyya teenyaa Dhaamsa Sheikh Ahmad Shaakir Khana Fudhadhaa💜.
📃🖊 *|[ Yaa Muslimtoota! Dhaamsa kiyya kana narraa fudhadhaa,yeroo hunda asara isaa arguuf teeysanii; Jaallattanu jibbitanu Dubartoota Hijaaba isaanii keessatti Deebisuu ,Daangaa Rabbii fii Rasuulliﷺ hayyameen alatti isii barsiisuu dhoorkitan malee; Milkaa'uun, Galma Yaaddan ga'uu fii Gad dhaabbatuun isiniif hin jirtu. niis hin kajeelamtu ]|*
🎙🖊. Sheikh Ahmad Shaakir [Rahimahullah].
📕كلمة الحق 57
📕🖌تغريدة نور على الفيس[ 12 ]
#NourTweet
📃🖊 *|[ Yaa Muslimtoota! Dhaamsa kiyya kana narraa fudhadhaa,yeroo hunda asara isaa arguuf teeysanii; Jaallattanu jibbitanu Dubartoota Hijaaba isaanii keessatti Deebisuu ,Daangaa Rabbii fii Rasuulliﷺ hayyameen alatti isii barsiisuu dhoorkitan malee; Milkaa'uun, Galma Yaaddan ga'uu fii Gad dhaabbatuun isiniif hin jirtu. niis hin kajeelamtu ]|*
🎙🖊. Sheikh Ahmad Shaakir [Rahimahullah].
📕كلمة الحق 57
📕🖌تغريدة نور على الفيس[ 12 ]
#NourTweet
❤7
۞- Yaa warra balbala Rayyaan! Soommanni ji'a amma keessa jirruu ji'a muharram kana keessa soommanamu eega soommana ramadaanaatii irra caalaa soommanaati. Rasuullii ﷺ " irra caalaan soommanaa eega soommana ramadaanaatii soommana ji'a Muharrami. Irra caaltuun Salaataa eega salaata dirqamaatii salaata halkaniiti.»ღ Muslimtu gabaase.
•. Dheebuu i mi'ooytuu fii urgooytuu soommana ji'a kanaatirraa ruuhii tee hin dhoorkin.»
•. Dheebuu i mi'ooytuu fii urgooytuu soommana ji'a kanaatirraa ruuhii tee hin dhoorkin.»
Muharram 3,1447H
👍11❤3
HADIISA📚
Photo
Daa'iin muslihni barakeeffamaan isaa qalbiilee fii dalagaalee garbootaa keessatti iimaana eeguuf laffa'uu fii isa biyyaa fii gandoota keessatti nagaya buusuu fii tiksuuf laffa'uudha. Utubaalee gurguddaa lamaan kana hawaasa keessatti eeguun irra caalaa waan daa'iin muslihni isii tolchuuf irratti laffa'uu fii namoota illee irratti kakaasuun dirqamaati. Yoo iimaanni qalbiilee fii dalagaalee garbootaa keessa jiraachuu baate nagayni,quufaa fii fayyaan faayidaa hin qabu. akkasuma yoo nagayni biyya, naannoo fii gandoota keessa hin jiraannellee diinaa gaggeessuuf hedduu rakkoodha. Dhimmootni lamaan kun wal qabatoodha. Biyyaa fii hawaasa imaanaa fii towhiidni keessa hin jirre nagaya waaraa fii bareedaa walitti fufiinsa qabu keessa hin agartu. Inumaa wanti guddaan,ijoo fii hangafni nagaya nama dhunfaa,hawaasaa fii biyyaa fiduuf sababa ta'uu iimaana sirrii qabaachuu fii towhiida rabbii aalamaa eeggachuu namoita dhunfaa fii hawaasaati. Kana jala naa muri. Haguma iimaanni namoota dhunfaa fii hawaasaa wal caaluun nageenyaa keessaa fiii gubbaa namoota dhuunfaa,hawaasaa fii biyyaatilleen wal caala. jechi rabbii ﷻ armaan gadii kun ragaa ijoo fii hangafa. »ღ
{ الَّذِينَ آمَنُوا وَلَمْ يَلْبِسُوا إِيمَانَهُمْ بِظُلْمٍ أُولَئِكَ لَهُمُ الْأَمْنُ وَهُمْ مُهْتَدُونَ }
[سُورَةُ الأَنْعَامِ: ٨٢
✓. Iimaanaa fii nageenya qalbiilee teenyaa,kan maatii keenyaa fii hawaasa keenyaa keessatti eeguu fii kunuunsuu irratti bololuutu nurra jiraata.»ღ
Muharram 3,1446H
{ الَّذِينَ آمَنُوا وَلَمْ يَلْبِسُوا إِيمَانَهُمْ بِظُلْمٍ أُولَئِكَ لَهُمُ الْأَمْنُ وَهُمْ مُهْتَدُونَ }
[سُورَةُ الأَنْعَامِ: ٨٢
✓. Iimaanaa fii nageenya qalbiilee teenyaa,kan maatii keenyaa fii hawaasa keenyaa keessatti eeguu fii kunuunsuu irratti bololuutu nurra jiraata.»ღ
Muharram 3,1446H
❤1
Gaaffii darsiin wal qabattuuf boot kana fayyadamaa
https://www.tg-me.com/KunAlabesira_bot
https://www.tg-me.com/KunAlabesira_bot
❤5
أبشروا يا أهل قيام الليل..
والله و بالله و تالله.. ستُجبرون جبرا يليق بعظمة الله جل وعلا..
والله و بالله و تالله.. ستُجبرون جبرا يليق بعظمة الله جل وعلا..
❤3
Balaa,rakkoo fii cinqiileen garagaraa waa dhimma jibbamuu fii lakkifamuuf jecha namatti buutuu miti. Inumaa mokkoroo fii qormaanni balaa fii rakkoo garagaraatiin nama mudatu ni'imaa dhokatte kan rabbiin qalbii teenya irraa ittiin ghaflaa dhiqee,sadarkaa teenya ol fuudhuu fii ittiin gara isaatti nama deebisuu fii dhiheeysuudha.
Muharram 3,1447H
❤9👍2
Duniyaan waa dheertuu fii turtuu miti. Fayyaan,jaalalti,qabeenyi,badhaadhinni,quuufni,dhukkubni,cinqiin,rakkoon,kophummaan,hiyyummaa fii haalli isii hundi kan turuu fii itti fufuu miti. Guyyoota muraasa bubbisaa darbu yoo dide immoo kan suksukaa si bira kutuudha. Hanga amriin rabbii keetii dhuftuu obsi. amrii rabbii keetii kan azalitti sitti murteeysee fii kan gama shari'aatiin sitti murteeyse hundarratti obsi. Isiinuu waa xiqqoodhaa obsi.
✓. wanti ijoon Diin,towhiida,sunnaa fii aqiidaa tee!. Dubbiin jabduun hanga rabbii waliin wal qunnamtitti haqarratti towhiidaa fii sunnaa irratti sabaata qabaachuudha.»ღ
✓. wanti ijoon Diin,towhiida,sunnaa fii aqiidaa tee!. Dubbiin jabduun hanga rabbii waliin wal qunnamtitti haqarratti towhiidaa fii sunnaa irratti sabaata qabaachuudha.»ღ
فَاسْتَقِيمُوا إِلَيْهِ وَاسْتَغْفِرُوهُ
Muharram 3,1447H
😢8❤4
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
ستكون فتنة صماء بكماء عمياء ؟ - للعلامة صالح الفوزان
#الشيخ_صالح_بن_فوزان_الفوزان🇸🇦حفظه الله
#الشيخ_صالح_بن_فوزان_الفوزان🇸🇦حفظه الله
Suuraa fii viideoo waraabnu keessattillee Rabbi ﷻ sodaachuu fii ofirratti eeggachuu nuuf wayya. hawaasni keenya hedduun waan dhimma miidiyaalee hawaasaa hin beekan. haasawaas kan dhiisaniif kan dubbatan,kan ifuma biratti haasa'anii fii miidiyaarratti ol baasan addaan hin beekan. nama umriin deeme kan waliin dhawuu akka dhaloota zamana kanaa hin beekne waan namoonni itti koflanii,itti qoosanii fii kheeysa tuffachaa xiqqeeyfatan godhuu irraa of haa qusannuu. anaa fii ati abbaa keenyaa haasawa hin taane haasa'u waraabnee ol baasnee meeshaa namni itti taphatuu fii itti koflu godhuu ni jaalannaa?. abbaa fii haadha manaa ,obboleettii fii obboleessa namaa keessattillee rabbi haa sodaannuu. dubbiin akka nuti maal qabdi... rakkoo takkallee hin qabdu boo! jennuu miti. waan nurraa mul'achuu jibbinu,bifa abbaa fii haati teenya ittiin kaameeraa dura dhaabbachuu jiibbinuu san hunda namoota biraatiifillee jibbuu qabna. hayyamaa abbichaa yookiin waliyyii nama saniitiin maletti sagalees ta'ee viideoo waraabuu fii suuraa kaasuun sababa hamaa badii hamtuu keessa nu buustu ta'uutu sodaatama. »ღ
.!.
✓. Hubachiisa:- Suuraa kaasuun gosa kamiyyuu osoo ta'ee dhoorkaadha
.!.
muharram 4,1447H
❤5👍1
۞- Yaadni kee guddaan kabajaan,si yaadachuu fii sadarkaan tee namoota biratti ol kaatee guddachuu fii heddummaachuu hin ta'in. Yaaddoon kee guddaan,ijoo fii hangafni sadarkaan,kabajaan,ulfinaa fii yaadannoon ati rabbii namoota biratti qabdu ol ta'uu,guddaaa ta'uu fii baay'achuu haa ta'u. Namni dachii keessattii fii warra dachii biratti beekkamaa hedduun kan samii keessatti wallaalamaatii fii namni dachii keessattii fii warra dachii biratti wallaalaamaa kan Samii keessatti beekkamaa hedduutu jira. »ღ
[سُورَةُ القَصَصِ: ٨٣]
Muharram 4,1446H
{ تِلْكَ الدَّارُ الْآخِرَةُ نَجْعَلُهَا لِلَّذِينَ لَا يُرِيدُونَ عُلُوًّا فِي الْأَرْضِ وَلَا فَسَادًا وَالْعَاقِبَةُ لِلْمُتَّقِينَ }
[سُورَةُ القَصَصِ: ٨٣]
Muharram 4,1446H
👍5❤1
Towhiida mirkaneeyfachuun sirreeysitee tolchitee beektee,hubattee qabachuutu diin kee keessatti yaqiina qabaachuutti si geeysa. Osoo waan feete barattee ragaalee gosoota barnoota garagaraa meeqaa walitti qabattee bahara ilmiilee biraa kan barbaaddee taatee Towhiida Mirkanneeffachuu irraa boodatti hafaa taatee; nama biraa fayyaduu dhiisii ofii keetiifuu rakkoo fii balaa hamtuu keessa jirta. Waan tokkoos faayidaa hin qabu. Duwwaadha.»ღ
Sheikh Muhammad Aman Ali Jami Rahimahullah
شرح كتاب التوحيد:(شريط/4)
Muharram 4,1447H
Sheikh Muhammad Aman Ali Jami Rahimahullah
شرح كتاب التوحيد:(شريط/4)
Masaa'al kheyri 📷
Muharram 4,1447H
❤7