Dhimmi haacaaluun wal qabatu kan gariin namni beekumsa shari'aatti of irkisu hafarsu kun Xaaguuta gabbaramuun isii sodaamtuudha.»ღ
Hawaasni Aqiidaa isaa hin beeknee fii ciniinee hin qabanne akka baala mukha goggogaa kan gaafa qilleensaa fii bubbeen xiqqoo takka irra baate faffaca'ee harca'ee dhumuuti. Waan isaaf jecha jiraatuu fii du'u addaan baasee hin beekhu yookiin immoo waan isiif jecha cinaan qeensaa cabuufii haqa hin godhanneef of wareegee daaraa if godha.»ღ
✓. Yaa Sayyidii! Dhimma Aqiidaa teetii baradhu,hubadhu,qarriftaan ciniinii qabadhuu isiif jecha bu'ii ba'ii irrattiis du'i.

Masaa'al kheyri📷
Muharram 4,1447H
❤19👍8
Gareen bid'aa fii jallina isiitii wajjiin islaamummaadhatti of irkistu kan Shii'aa raafidaa caalaa sharrii,wallaaltuu,kijibduu,zaalimaa kan akkaan garee hundarra kufrii,faasiqummaa fii diddummaadhatti dhihaattuu fii haqiiqaa imaanaatirraa fagoo tokkolleen hin jirtu. Raafidoonni yookaa munaafiqa yookiin immoo wallaaloodha. Raafidaas ta'ee jahmiyyaan yookiin munaafiqa yookiin immoo waan ittiin Rasuulli ﷺ dhufe wallaaloodha."
الإمام ابن تيمية || منهاج السنة 5/160-161
Muharram 5,1446H
❤2
Nama rabbiin ﷻ isa waffaqeef manneen buufata sawaabaati. Ibaadaalee dhoksaa,nafaqaa hisaabbachuu,rahmata waliif godhuu,maatitti tola ooluu fii waliin jireenya tolchuu garbichi yoo rabbirratti hisaabbatte sawaaba gugurdaa itti argatuutu keessa jira. Manni bakka tarbiyaa ilmaanii fii maatii,bakka barnootaa fii da'waati. Inumaa osoo manni bakka kheeyriilee hundaati jettee fagoo miti. Yaa Rabbi dalagaa teenya keessa barakaa nuuf kaa'i. Nurraa qeebali.»ღ
Muharram 5,1447H
❤3
Da'waan karaa lamaan godhamti:- Rasuulatti ﷺ hidhachuu ( لقد كان لكم في رسول الله أسوة حسنة ) fii Rasuula ﷺ irraa fuudhanii namootaan gahuudha ( ما على الرسول إلا البلاغ ). Lamaan keessaa nuti qooda maalii fii hagamii qabna laata?.
Of komachuu daangaa kuttee fii ofii kee of cafaquun maletti dogoggora keetirraa baradhu. Guutamiinsi Rabbi ﷻ qofaafi. Eega dogongoranii kufanii booda ka'uun handhura jabeenyaa fii murannaa kan ittiin lubbuun ol fuudhamtuu fii waan lubbuuf abdii murachuun boodatti harkifachuurraa dallaya jabaa tahuudha.»
Muharram 5,1446H
❤11
Duniyaatti hisaabaa fii qorannoon qaama kee irratti aakhiratti immoo qormaataa fii hisaabni waan qalbii keessa jiru irratti.»
Sheikh Ibn Useymiin Rahimahullah
✓. Osoo yeroon hin dabarre qalbii kee tolchi

Muharram 6,1447H
❤7😢3
Imaamni keenya hangafni khaliifaan Rasuulaa ﷺ jalqabaa Abuu Bakri Siddiiq Radiyallaahu anhu " irraa caalaa nama rabbiif ﷻ ajajamuu fii qaalii rabbii godhuu irra nama akkaan ma'siyaa fii dilii jibbuuti." Kan jedhu ture.»ღ
Muharram 6,1447H
❤9
Asselaamu Aleeykum Warahmatullaahi wabarakaatuhu Yaa Ahlassunnaah!
Inshaa allaah boru galgala irraa jalqabee Guyyoota Muraasaaf Koorsii Risaalaalee gaggabaabduu yeroo dhihootti isin beeksisnu kan Qaraanu ta'a. Salaata Maghriibaa boodaa fii Ishaaii boodallee hanga sa'atii afuriitti Gosa barnootaa garagaraa barachaa kan dabarsinu ta'a. Of qopheessaa qopheeffadhaa baarakallaahu fiikum
Oduu gammachuu!

👍10❤1
HADIISA📚
Photo
۞- Barattoota Jalqabdoota ilmii Shari'aa Maraaf.»
Asselaamu Aleeykum Warahmatullaahi wabarakaatuhu
۞- Barnoota diinaa islaamaa barachuun dhiirootaa fii dubartoota dirqamni shari'aa irra jiru hundarratti dirqama. Barnoota diin barachuun yeroo hundallee yoo dirqama ta'u ,yeroo amma keessa jirru kana immoo irra dirqama ta'a.»
۞- Nama barnoota shari'aa eegaluu barbaaduu fii eegalarra jiru hundaaf sagantaan mijattu kan karaa online dabartu obboleewwan muraasaan qophooyte kan guyyoota 10 dhufaniif itti fuftu har'a galgala karaa telegram Livestream kan eegaltu ta'a. ofii keessanii fii hiriyyoota keessaniis itti waamtanii argamuun hordofuu dandeessu.
✓. Keessaafuu barattoonni boqonnaa irra jiran.
" Namni kheeyrii irratti nama qajeelche sawaaba nama kheeyrii sanitti dalagee qaba osoo kan abbicha irraa hin hir'ifamin.»ღ
۞- Risaalaalee Jalqabdootaat taatu 4 tu kennama. Jalqaba irratti Kitaaba Aqiidatut-Ttowhiid kan bifa gaaffii fii deebiitiin Sheikh Abdulaziz Muhammad Sha'laaniin qophaa'ee fii Kitaaba Usuul Salaasa Kan Sheikh Al-Imaam Muhammad Ibn Abdulwahhaab Rahimahullah tu kennama. Erga kun xumuramee Kitaaba Shuruuxa Salaataa fii Risaalaa Dhimma Adabaatiin wal qabattu Manzumat Ahsanil Akhlaaqi.»
🕰 Yeroon Galgala Salaata Maghriibaa irra Eegalee.
🕌Bakki:- Telegrama Livestream
📎Liinkiin:-
https://www.tg-me.com/HadithOfficial/10465 https://www.tg-me.com/HadithOfficial?livestream
✓. Guyyaan
Har'a Galgala salaata Maghriibaa booda irraa eegalee.
Kitaaba Pdf argachuuf
Aqiidatu Towhiid Gaaffii 100
https://www.tg-me.com/HadithOfficial/7828
Usuul Salaasaa
https://www.tg-me.com/HadithOfficial/6451
https://www.tg-me.com/HadithOfficial/10465

Muharram 8,1447H-18,1447H
Har'a Galgala salaata Maghriibaa booda irraa eegalee.
Manhaja Sirriitirra deemuu fii isa hordofuun kan danda'amu eega beekanii booda.»
Kitaaba Pdf argachuuf
Aqiidatu Towhiid Gaaffii 100
https://www.tg-me.com/HadithOfficial/7828
Usuul Salaasaa
https://www.tg-me.com/HadithOfficial/6451
https://www.tg-me.com/HadithOfficial/10465
Telegram
HADIISA📚
❤3👍1
Galgala salaata Maghriibaa booda « Aqiidaa Towhiidaa Gaaffii fii deebii 100» Kan Sheikh Abdulaziz Muhammad Sha'laaniin qopheeyseetu Qara'ama. Salaata Ishaa'ii booda sa'atii 2:400 irraa eegalee Kitaaba Salaasatul Usuul Sheikh Al-Islaam Muhammad Ibn Abdulwahhaab Rahimahullah tu itti aanee qara'ama.
https://www.tg-me.com/HadithOfficial/10465
Liinkii Kitaaboota Qarama'annii
Aqiidatu Towhiid Gaaffii 100
https://www.tg-me.com/HadithOfficial/7828
Usuul Salaasaa
https://www.tg-me.com/HadithOfficial/6451
📚100 سؤال وجواب في عقيدة التوحيد.
🎤 أخ. يحيى بن أحمد الهرري
⏱ بعد صلاة المغرب مباشرة
https://www.tg-me.com/HadithOfficial/10465
📚 رسالة ثلاثة الأصول وأدلتها
🎙أخ. أحمد يونس الأنصاري
⏱ بعد صلاة العشاء
Liinkii Kitaaboota Qarama'annii
Aqiidatu Towhiid Gaaffii 100
https://www.tg-me.com/HadithOfficial/7828
Usuul Salaasaa
https://www.tg-me.com/HadithOfficial/6451
Telegram
HADIISA📚
👍3❤2
۞- Keyfakum!. Qophiin hoo?.
✓. Gariin Obboleewwanii akkanatti printi godhameef. Isinhoo?
Galgala salaata Maghriibaa booda
https://www.tg-me.com/HadithOfficial?livestream

❤5👍2