Telegram Web Link
Galgala Salaata Maghriibaa booda Risaalaa
" Leeys Al Ghariibu 02"


Salaata ishaa'ii booda sa'atii 2:30 irraa eegalee Kitaaba
Aqiidatut-Ttowhiid Sheikh Al Fowzaan 02


Itti fufnee kan qaraanu ta'a inshaa allaah.

https://www.tg-me.com/HadithOfficial?livestream=6ad1ce97a6c666cd60
👍52
1
Audio
👍5
۞- Galgala salaata Maghriibaa booda Risaalaa gabaabduu Sheikh Al-Allaamah Haafiz Al-hakamii-Rahimahullaah kan eegallu ta'a. Risaalaan bifa walalootiin barreeyfamtee jirti. Dhimma Zuhdii,duniyaarraa garagaluun gara aakhiraa hawwuu fii jaalachuu irratti kan nama kakaastuudha. Rabbiin ittiin nuhaa fayyadu. Namni fedhu sagalee gad dhiifamte fayyadamuun mana walaloo tokko tokkon yookiin lama lamaan yookiin sadi sadihiin haffazuu eegaluu danda'a.

Risaalaa pdf
https://www.tg-me.com/HadithOfficial/9725

Risaalaa sagaleen
https://www.tg-me.com/HadithOfficial/9726
👍1
Live stream scheduled for
۞- Galgala Darsii Risaalaa Haa'iyyaah Sheikh Haafiz Al-hakamii booda. Risaalaa " Qawaa'idun fii fiqh Al-Quluub" jettu itti fufnee Mudaarasaa goona.»ღ
۞-Darsii dhimma qalbii teenyaatiin wal qabattu Sheikha keenya guddaa Sheikh Saalih Sindiin barreeyfamte har'a galgala sa'atii 1:30 akka biyya keenyaatti irraa eegallee Mudaarasaa goona. Darsiin kan darbu telegraama irraani.

liinkiin telegramaa
https://www.tg-me.com/HadithOfficial?livestream

liinkii kitaabichaa
https://www.tg-me.com/HadithOfficial/9727

Obboleewwan kee itti waamuu irraa bakhiila hin ta'in.
11👍7
Waan darsiin wal qabtu kan isin rakkiseef boot kana fayyadamaa.
@kunalabesira_bot
10👍2
Allaahaan ﷻ isa yeroo itti lallabatte siif owwatu,kan yeroo itti gorte si maxxanfatu,kan yoo isa jaalatte ofitti si dhiheeysu,kan gaafa isaaf ajajamte waan hundarraa of siif gahu,gaafa ati ajaja isaa diddee badii keessa buute siif dhiisu,isa yeroo ati isarraa gara galte gara isaatti si yaamuu fii isa gaafa ati isatti dhihaatte si qajeelchuudha.
Rahamaaka yaa Rabbii! Rahamaaka.ღ💜
👍71
Beekumsa Shari'aa barbaaduun dhiirootaa fii dubartoota muslimaa hunda irratti dirqama. Guyyaa hunda diinii keetirraa wanta muraasa barachuu fii hubachuu lubbuu kee hin dhoorkin.»ღ

Sobaahal kheyr 💜
👍26
Live stream scheduled for
فتح التقديم لدراسة الطلبة الدوليين ( المنح ) في الجامعات السعودية يوم الخميس ٠٣- ذي القعدة ١٤٤٦هـ الموافق ١-٥-٢٠٢٥ .

https://studyinsaudi.moe.gov.sa/
👍5
Namni mu'minaa akhiiraa isaa ganda du'ee itti galu san caalaa duniyaa isaa hin filatu. Kanuma waliin qooda duniyaa irraa qabuus hin dagatu.
👍248
"صَلَاةُ اللَّهِ مِلءَ الأرضِ تترىٰ
عَلَيكَ وَ تَرتَقي مِلءَ السَّمَاءِ

نَبيٌّ حَازَ عِندَ اللَّهِ قَدرَا
وَ مَن كَـ مُحَمَّدٍ فِي الأنبِيَاءِ".
6
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
۞- Rakkoo warra bid'aa guddisuu fii isaanitti zannii toluun qabdu.»

Fakkeenya guddaa
👍64
Yaa Qowmi! Sa'atiin xumura asrii guyyaa jumu'aa sun kinoo as garagalte. Ofii kee,haadhaa fii abbaa kee,obbolewwan kee,obboleettiiwwan kee,haadha manaa kee,firoota kee,hiriyyoota kee,jaalalleewwan kee,ilmaan keetii fii muslimtoota hundaaf Rabbii kee kadhachuu irraa bakhiilaa waakkataa hin ta'in. Du'aa'ii ati gooteefiin obboleessa keetirraa rabbiin rakkoo hiikee isa furee isa gammachiisuun haaja isaa isaaf baasuun si hin gammachiisuu?. Obboleessi kee waggaa meeqa dhukkubsatee siree dhukkubaatirra ciisu sababa du'aa'ii keetiitiin fayyee qulqullaa'ee gammadee kolfee alhamdulillaah jechuun rabbii isaatiif gala galchuun si hin gammachiisuu?. Allaaha Allaaha yaa ikhwataah ofii keenyaa fii obboleewwan keenyaaf du'aa'ii gochuu keessatti jajjabaachuu keessatti. Rabbiin ﷻ haajaa teenyaa fii kan obboleewwan keenyatillee nuuf haa baasu. Du'aa'ii teeysan isinirraa haa qeebalu. »ღ


Zul-Qa'dah 3,1446H
7👍7
Ofii kee,haadhaa fii abbaa kee,sanyii tee,biyyaa tee tan keessatti guddattee rabbiin kheeyrii isii si razaqee fii hoggantoota biyya saniitiis akka rabbiin kheeyrii isaan waffaqu du'aa'ii isaanirraa hin bakhiiloomin. Dadhabdoota muslimtootaa,miskiinoota isaanii,kanneen rakkoo garagaraatiin mokkoramanii fii kanneen haajaa hedduu garagaraa qaban isaan hin dagatin. Rabbiin ﷻ nama isaafii obboleewwan isaatiif du'aa'ii godhuuf haa rahmatu.»ღ

Zul-Qa'dah 3,1446H
7👍5
2025/07/14 15:31:36
Back to Top
HTML Embed Code: