Telegram Web Link
ሰበር ዜና

ትምህርት ቤቶች እና ዩኒቨርሲቲዎች የሚከፈቱበት ቀን ዛሬ የ ትምህርት ሚኒስተር ይፋ አደረገ
ሙሉ መግለጫው
👇👇👇👇

@Yadiiduromi
📍❂͟͞f͟͞a͟͞z͟͞z͟͞a͟͞k͟͞k͟͞i͟͞r͟͟͞͞/͟͞y͟͞a͟͞a͟͞d͟͞a͟͞c͟͞h͟͞i͟͞i͟͞s͟͞i͟͞❂📍 ፣፣፣፣፣፣፣፣፣፣፣፣፣፣፣፣፣፣፣፣፣፣፣፣፣፣፣፣፣

Waan si biratti qaalii/jabaa baaftee waan rabbi biratti qaalii barbaadda. Irra qaaliin waan rabbi bira jiruu jannata, ilma namaa biratti wanti qaaliin maallaqa. Sadaqaa haa heddumeessinu

« ﺃﻻ ﺇﻥ ﺳﻠﻌﺔ ﺍﻟﻠﻪ ﻏﺎﻟﻴﺔ، ﺃﻻ ﺇﻥ ﺳﻠﻌﺔ ﺍﻟﻠﻪ ﺍﻟﺠﻨﺔ ‏»
«Meeshaan rabbii qaali, meeshaan rabbi jannata.»
෴෴෴෴෴෴෴෴෴

Onnee keessa qaawwaa zikrii rabbii malee wanti biraa hin cufneetu jira, ammas gogiinsa zikirii rabbii malee wanti biraa hin jiifneefi hin laaffifneetu jira. Kanaaf zikrii haa heddumessinu.

‌«لِّمَن كَانَ يَرْجُو اللَّهَ وَالْيَوْمَ الآخِرَ وَذَكَرَ اللَّهَ كَثِيرًا»
෴෴෴෴෴෴෴෴෴

Dhiirri tokko dubartii isaaf halaala hin ta'in tuquu hin qabu.
«lilmoo sibiilaatiin mataarra waraanamuutu dubartii isaaf
halaala hin taane tokko tuquurra isaaf caala"
«ﻷﻥ ﻳﻄﻌﻦ ﻓﻲ ﺭﺃﺱ ﺃﺣﺪﻛﻢ ﺑﻤﺨﻴﻂ ﻣﻦ ﺣﺪﻳﺪ ﺧﻴﺮ ﻟﻪ ﻣﻦ ﺃﻥ ﻳﻤﺲ ﺍﻣﺮﺃﺓ ﻻ ﺗﺤﻞ ﻟﻪ .»
෴෴෴෴෴෴෴෴෴
Forwarded from Deleted Account
#BREAKING

Itoophiyaatti namoonni dabalataa 86 vaayirasii koroonaan qabaman❗️

Qorannoo laabraatorii sa'aatii 24 darban keessatti namoota 6,092'f gaggeeffameen namoonni 86 vaayrasii koroonaan qabamuu isaanii Ministeerri Fayyaa beeksise.

Waliigalaan Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasichaan qabamanii 2,020 qaqqabeera.

@oromotoo
@oromotoo
Forwarded from Deleted Account
#BREAKING

Itoophiyaatti namoonni dabalataa 136 vaayirasii koroonaan qabaman❗️

Qorannoo laabraatorii sa'aatii 24 darban keessatti namoota 4,775'f gaggeeffameen namoonni 136 vaayrasii koroonaan qabamuu isaanii mirkaana'uu Ministeerri Fayyaa beeksise.

Waliigalaan Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasichaan qabamanii 2,156 qaqqabeera.

@oromotoo
@oromotoo
Forwarded from Deleted Account
💫💫WANTOONI BARBAADAN HUNDU JIRA


➺MIDIYAALE BABEEKAMO
➺WAA'EE BARNOOTAA
➺SEENAA GOOTOAA
➺WAA'EE AMANTII
➺SIYAASA
➺OROMUMMAA
.
.
.
.
.
HUNDU JIRA ITTI MAKAMAA
Forwarded from Deleted Account
"በኢትዮጵያ ተጨማሪ 268 ሰዎች በኮሮና ቫይረስ መያዛቸው ተረጋግጧል፤ የ8 ሰዎች ህይወት አልፏል።" - ዶክተር ሊያ ታደሰ

@oromotoo
Forwarded from Deleted Account
🌹 Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @abdetuor qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Forwarded from Deleted Account
💫💫WANTOONI BARBAADAN HUNDU JIRA


➺MIDIYAALE BABEEKAMO
➺WAA'EE BARNOOTAA
➺SEENAA GOOTOAA
➺WAA'EE AMANTII
➺SIYAASA
➺OROMUMMAA
.
.
.
.
.
HUNDU JIRA ITTI MAKAMAA
Forwarded from Deleted Account
"በኢትዮጵያ ተጨማሪ 179 ሰዎች በኮሮና ቫይረስ መያዛቸው ተረጋግጧል።" - ዶክተር ሊያ ታደሰ

@oromotoo
Forwarded from Deleted Account

🌲AS WR WB Akkam jirtu fayyadamtoota Telegiram hundi keessan. Akkuma beekamu Chaanaalota Islaamaa barnoota gurguddaa qaban qabadhee isiniif dhufaa turuunkoo niyaadatama.
___________________
Ammas Chaanalota bebbeekamoo Qabadhee isiniif dhiyaadheera.

Chaanaalota kanneen irraa barnoota Amantii islaamaatii fi Oduuf odeeffannoo waytawaa niargattu #Join godhaa
___________________
Chanaala ykn Group beeksifachuuf ➡️ @ABDETUOR nu Qunnamaa.
__________
⤵️⤵️⤵️

👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Forwarded from Deleted Account
ODUU Gammachiisa
Breaking news

Ministeerri barnootaa federaalaa walgahii ariifachiisaa har'a taa'een
Waa'ee Adda cituu barnoota baranaa irratti ibsa baase.
Ibsa kana keessatti inni ijoon waa'ee barattota university jiranii fi qormaata biyyoolessaa fudhatan kutaa 12ffaa fi 8ffaa irratti xiyyeefateera.
Kanuma irraa ka'uun barattoonni kutaa 12 qorumsa baatii 11 gaafa guyyaa 2 .....see more
Forwarded from Deleted Account
🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥
Chanaalotaa Mediiya OROMOO tahaan karaa Telegramidhaan JOIN Godhadha.👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻
👇👇👇👇👇👇
Forwarded from Deleted Account
🌹Wantoonni salaata keessatti jibbaman maal fa'i ?

➫Raka'aa lamaan duraa keessatti faatihaa qofa irratti gabaabbachuu.
➫Faatihaa irra deddeebi'anii qara’uu,Yoo haajaadhaaf irra deddeebi'an garuu homaa rakkoon qabu.
➫Haajaa malee salaata keessa olii gadi mimildhachuu.
➫Ija lamaaniin dunuunfatanii salaatuu.
➫yeroo sujuudaa ciqilee lamaan Afatanii salaatuu.
➫Salaata keessa sochii adda addaa heddummeessuu.
➫Kalee qabatanii salaatuu.
➫Uffata(fooxaa )dacheedhaan gahanii salaatuu.
➫Afaanitti haguuggatanii salaatuu.
➫Imaama dursuu.
➫Qubbiin harkaa walitti diruu.
➫Rifeensaa fi uffata qabuu (gadi dhiifamuu dhoorguu).
➫Bakka nyaanni qophaa’etti salaatuu.
➫Osoo fincaan nama qabee jiru(cinqaa jiru)salaatuu.
➫Salaata keessa ijaan samii keessa ilaaluu.
Itti fufa...............
Kana qofa miti
Forwarded from Deleted Account
Daarektarri Olaanaa OMN Fi xinxala siyaasaa Obboo Jawaar Mohammad channel banatanii jiraani kanaaf gama telegramitiniis yaada isaan dabarfachuuf Dhufanii ana dhufu jennan channeli isaa kana #Join godhaa
Forwarded from Midu_love_bot
ODUU GAMMACHIISAA


Abbootii chaaneelii hundaaf
Akkasumas namoota Hordoftoota chaanelii keessanii baayyifachuu barbaadu hundaaf promotionii haala miidhagaa ta'een hojjetamee miseensa (memberii) keessan kan isiniif baayyisu namni barbaaddan haala miseensa keessanii irratti hundaa'uun liinkii armaan gadiitiin nuqunnamuu dandeessu👇👇

Chaanelii miseensa 100 fi 300 gidduu jiru gara miseensa 1,000k tti Ol Guddisuuf 👇
@IMRANABSLM

Chaanelii miseensa 1,000k fi 5,000k gidduu jiru gara miseensa 7,000k tti ol guddisuuf 👇
@ABDETUOR

Chaanelii miseensa 10,000k qabu gara miseensa 15,000k tti ol guddisuuf 👉 @ABDETUOR

Chaanelii miseensa 15,000k qabu gara 20,000k tti ol guddisuuf👇
@ABDETUOR
Forwarded from Ado
👇👇👇👇👇👇🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
👉🙌WOW KABAJAMTOOTA HORDOFTOOTA KEENYA MAAL ARGACHUU BARBAADA?????????
🙏CHANNELI BARNOOTA ADDA ADDA IRRA ARGATU QABANNE DHUFNERRA MAARRE JOIN JOIN QOFA TUQA!!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇🌲🌲👇👇
ITTI DABALUUDHAN WARREN CHANNELI KESSAN BEEKSIFACHU BARBAADAN GALMA KANA JOIN GODHA ISININ JENNA
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@ABDETUOR
🙏 @ABDETUOR 🙏
@ABDETUOR
👆👆👆👆👆👆👆👆👆
2025/07/01 13:54:23
Back to Top
HTML Embed Code: