#Shinbirroon laga lagaa, Afaan Afaan dubbattii.
#Anuma xuuxxa malee, xuuxxee waa nan xuruursituu.
#Qooda qocaa kaa'e, Allaattiin hin fuutu

#Mana waraaabessaa, foon liqiif hin dhaqan.
#Ukkaamamee raafamnaan, Aannanu Qabee/Sabaree cabsa.
#Tuulamanii taa’anii, waaqa ofii hin komatan.

Nama miidhaa sirraan gahee, ergasii ammoo dhiifama si gaafateef deebisaan kee maali?
Anonymous Poll
62%
Dhiifamas godheefi miidhaa sanas irraanfachuuf yaala.
34%
Dhiifama ni godhaaf, garuu miidhaa sana hin dagadhu.
4%
Tasuma irraanfachuus tahee dhiifamni hin jiraatuf.
#Qoraasuma_sammuu_kitaabarraa.
┏━━━ 💞 ━━━━━━━━┓
"Dubbisuufi barreessuuf fedhii qabaadhu"
Beelladonni osoo dandeetti waa qoratanii barachuu, dubbisuu fi barreessu qabaatanii, silaa waggoota miliyoonatti lakkaawamaniif
bakka kanatti ni hafuu? Seenaan dachii keessatti magaalota gurguddoo hundeessuu, daandiwwan ijaaruu fi addunyaa daangaa akka hin qabnetti ilaalaa turre gara ganda xiqqaatti deebisuun. Sababni ariitii kanaa maalidhaa?
Sababoota ariitii kanaa keessaa tokko, namoonni odeefannoo baay’ee oomishuu fi lugaa walii barachuun odeeffannoo kana walii
qoodudha. Sababa kanaan, karaan odeefannoo ittiin argatan ni salphate (ni laaffate).
Yeroo durii namoota muraasatu barreessu danda’aa ture. Isaan keessaa nama dubbisuu, barreessu fi lugaa alagaa beeku hogganaa
godhaa turan. Yeroo amma immoo hundi keenyaa yoosu dubbisnee barreessu dandeenya. Baay’een keenya lugaa alagaa ni beekna, filosofoota duraa caalaa colleedha.
Akkuma argitan, iccitiin jijjirama warraaqsaa (secret of revolutionary change) jalqaba dubbisuu ergasii barreessu keessatti
kan dhokateedha. Barachuun dubbisuu waliin, hojjachuun barreessu waliin dagaaga. Wantoota hojjattan barreessuudhaan
kaartaa jireenya fuundura keessanii kaasutti dhiyaattu.
Wantoota beektan yommuu barbaachisutti kan hin yaadanne ta’uu dandeessu. Wantoota barreessitan immoo yeroo hundaa ija keessan fuunduratti arguu dandeessu. Warroota yaadannoo hin qabanne fi wantoota hojjachuuf deeman hin barreessine milkaa’inna guddaa irra ni gahan jettanii hin eeginaa.
Dargaggoonni gariin kitaabotaan keessi isaanii haa kaka’u malee imala milkaa’innaa itti fufuu akka hin dandeenyetti dubbatu. Mirqaansun isaanii yoosu akka dhaame himatu. Isaan warra hin barreessinee fi wanta barreessan haala sirrii ta’een kanneen hin dubbisneedha. Akka kanatti sammuun isaanii dhimmoota birootin akka koloneefamu (qabamu) hayyama kennaniif.
Waa’ee keessan, gara fuundura fi wantoota yaaddan akka barreessitanii fi wanta barreesitan carraa hunda keessatti akka dubbistan.

💬 Channalota Telegram Beeksisa waliin hojjennudha, kan filattan join godhaa.#msg
➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖ ➖➖➖➖➖
➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖ ➖➖➖➖➖
♻️ Gaafiii hirmaachisaa, Sababni dubbii keetii malii?
Anonymous Poll
54%
Waan dubbaachuu qabuuf.
46%
Waan dubbadhu qabaafi.
📢 Hayyuu tokkootu waa dubbate;
"Addunyaan tuni Asoosama hin goolabamin ta'uun isii dhugaadha, inni humna qabu, laafessa miidhee, akkuma kanatti waan xumuura argatte haftu hin fakkaatu" jedhe

#Namoota dogongora hojjettanitti hin aarin. Itti aartee loluun kee dogoggora akka hin hojjenne isaan hin barsiisu, wanni isaan barsiisu yoo jiraate, waan balleessan dhoksuu qofa isaan barsiisa. Kanaaf caalaatti sammuu banaa godhii, caalaatti itti yaadi.
💡#Jechamaafi_gorsa_jireenyaa
💡#Jechamaafi_gorsa_jireenyaa
#Namni tokko waa'ee umrii isaa akka sobaa jiru yoo sitti dhagahame, bara kam keessa akka dhalate gaafadhu.Yoo soba ta'e herrega hojjete siif hima, yoo dhugaa dubbate garuu battalumatti sii deebisa.😉
💡💡#Jechamaafi_gorsa_jireenyaa
💡💡#Jechamaafi_gorsa_jireenyaa
💡Mammaaksaa fi Jechamoota.
彡• Jarjaraan horii gata.
彡• Namni akkaataa fardaa beeku ulee fardaa hin bobessu.
彡• Abbaa dhokseetu akaakayyuu himata

🧠Mee wal haa gaafannuu?
💰Namoonni hedduun, yeroo taaytaa/aangoo qabanitti, qabeenya hawaasaa haqaan maleetti, qaanii tokkoon ala kan dhuunfaa isaani godhachuuf yoo carraaqan ni argina, gochii isaani kuni maal irraa kan madde sitti fakkaata?

23%
Qaamni isaan gaafatu waan hin jirreef, qabeenya isaan itti fakkaatu mala.
32%
Carraa argatanitti fayyadamuufi hanga aangoon harka isaani jirtutti.
28%
Haqa bade irratti kan isaan gaafatu ilma nama qofa sehu, waaqa qabeenya sana uume irraanfachuun.
11%
Waan argate habuluk gochuu malee, "haqa kiyyaa haqa hawaasatti" jechuu irranfateera dhalli.
6%
Lakki kana maraa miti, homa biraattu jira.
#Sobni soba, Dhugaan dhugaa!💭
#Sobani xiqqoo takkittiin, Soba hedduu dabalataan akka sobdu si taasifti, waan sobde sana irraa of ittisuuf dirqamtee sobada, garuu sobaan dhugaa ittisuu hin dandeettu.
#Sobni xiqqoon sharafa namaa xiqqeessitee kiiloo namaa buufti " Ani kan na gaddisiisu, na kijibuu kee osoo hin taane, amma booda si amanuu dhabuu kooti" jedha Friedrich Nietzsche. Erga takka nama sobanii dhugaa namaas yeroo hunda gaaffi keessa galti, akkuma Qoutlr jedhe "Nama si amanu hin sobin, Nama sobus hin amanini"
#Warri Dhugaa jirtu siif himu warra si jaalatu. Warronni waan ani ati barbaaddu qofa sitti himan kanneen of jaallattaniidha.
#sobni_Aad-malee

Maaliif sitti fakkaata Namni gariin dhugaa dubbii dhiisee, sobaaf kan saaxilamuu?
Anonymous Poll
38%
Nama sana gammachiisuuf jecha.
16%
Icciitii dhoksuudhaafis tayuu mala.
16%
Dhugaa jirtu dhoksuun, Adabbii jalaa miliquuf.
29%
Dubbii mi'eessuun dhageettii argachuuf, Namoota sobni barbaachisaa tayeetu jira.