Forwarded from Mayk Inspire (Mi)
#Qormaata Biyyaalessaa

Qormaanni kutaa 12ffaa Fulbaana 30 bara 2015 irraa eegalee ni kennama.

Qormaanni kun Fulbaana 30, 2015 irraa eegalee yunivarsiitiiwwan mootummaa keessatti akka kennamu Tajaajilli Madaallii fi Qormaata Barnootaa beeksiseera.

#Dambii qormaataa cabsuun seeratti nama gaafachiisa.

Qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara barnootaa 2014 kennuu bira darbee gowwoomsaafi hanna ittisuuf koodii 12n (composition of questions) kennuuf qophiin taasifamaa akka jiru guyyoota muraasa dura beeksisuun ni yaadatama .

Ministirri Ministeera Barnootaa Prof. Birhaanuu Neegaa; Qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaa akkuma duraanii koodii 4 (bakka ta'umsa adda addaa 4) osoo hin taane hanga 12tti hojjetamaa jiraachuu ibsani turan.

Kunis tarkaanfiiwwan qormaataa gowwoomsuu ittisuuf fudhataman keessaa tokko yoo ta’u, tartiiba gaaffilee qormaata keessatti barattoota itti aananii fudhataman tasumaa walitti dhufeenya akka hin qabne gochuuf yaadameeti.
@Myk15king @Myk15king @Myk15king @Myk15king @Myk15king
Forwarded from Mayk Inspire (Mi)
UPDATE
JECHAA TAKKAAN


➾Jecha takkaan nama ajjeesuu dandeessa. Jecha takkaan lubbuu namaas baraaruu dandeessa...
➾Jecha takkaan hawaasa tokko ijaaruu dandeessa. Jecha takkaan hawaasa guutuu addaan diigu dandeessa.
➾Jecha takkaan abdii namatti horuu dandeessa. Jecha takkaan hamilee nama tokkoo cabsuu dandeessa...

OSOO HIN DUBBANNEEN DURATTI WAAN DUBBACHUU QABNU HAA TILMAAMNUU!
DUBBIIDHAAN DURATTI IRRA DEDDEEBINEE HAA YAANNUU!
.....
....
....
@Myk15king @Myk15king @Myk15king @Myk15king @Myk15king @Myk15king
👇👇👇
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
Forwarded from Mayk Inspire (Mayk)
☆JECHAA Gorsaa fi Qorsa Qabuf
☆Ergaa Hayyootaaf
☆Imanaa Beektotaaf
☆Madda Beekkumsaf
☆Galaa Jireenyaaf
■Matii Chanala Kenyaa ta'aa
Galatommaa 🙏🙏
Forwarded from Mayk Inspire (Mi)
JOIN JOIN
Mayk Inspire
JOIN JOIN


"Gonkumaa Abdii Hin Muriin Guyyaan Har'a Khun Yoo Hammaates Boruu Ammoo Khalee Daraan Sittii Hammaachu Danda'aa
Guyyaan Ittii Anu Garuu Guyyaa Ittii Anu Garuu Khaan Hamenyaa Khaalesafi Dhengadaa Saan Sii Iraanfachisaan Siif Tahaa...Khanaaf Atii Gonkumaa Abdii Hin Muratin"
☆JECHAA Gorsaa fi Qorsa Qabuf
☆Ergaa Hayyootaaf
☆Imanaa Beektotaaf
☆Madda Beekkumsaf
☆Galaa Jireenyaaf
■Matii Chanala Kenyaa ta'aa

☆☆☆☆☆☆☆☆
☆Mayk Inspire ☆ 》》》》》JOIN
☆☆☆☆☆☆☆☆ GODHUN MATII KENYAA TA'AA
Forwarded from Mayk Inspire (A W M)
■MAYK INSPIRE

●Ofitti Deebi'i Of Keessaa Baddee Of Barbaachaaf Maaliif Gatii Kaffalta Ofitti Deebi'i Ofii Kee Fudhadhu Waa'ee kee Sirritti Yeroo Fudhadhuuti Ittii Yaadi!
•Hojiin Hojjatamu Ala Osoo Hin Ta'in Sumaa Kessaa Jira "Never Believe in Never" Jedhama. Hin Danda'amu Jecha Jedhutii Hin Amanin! Filannoon Sirrin Gatii Nama Kafachiisu Galma Ni Ga'aatii
•Maal Gochuun Danda'aaree Hin Jedhiin. Maal Fa'an Gochuu Danda'aa Jedhii Malee!
Jirenyaa Filatani Jiraatu Malee Jiraachuf Hin Filatani!
•Yeroo Hundumaa Filannoo Sirii Qabaate Yoo Fiixaan Bahiinsa Dhabdellee Yaada Filannoo Sirrii San Hin Dhabin!

■MAYK INSPIRE ◇JOIN

JOIN Godhaa Gorsa Xinsammuu Adda Adda Argaatu
♡♡♡♡MAYK INSPIRE ♡♡♡♡
█▓▒►JOIN ►▒▓█
■■■■MAYK INSPIRE ■■■■
█▓▒►JOIN ►▒▓█
●●●●MAYK INSPIRE ●●●●
█▓▒►JOIN ►▒▓█
□□□□MAYK INSPIRE □□□□
█▓▒►JOIN ►▒▓█
♡♡♡♡MAYK INSPIRE ♡♡♡♡
Forwarded from Mayk Inspire (Mi)
Osoo Waan Sii Duuba Hasawamu Dhageesse
Fullaa Nama Duraa Hin Demtuu Turee

Garuu Silaa Wantii Sii Duuba Hasawamu Saan Dhugaa Tahee Fullaa Khee Duraatii Hasawamaa Turee
.....
......
☆JECHAA Gorsaa fi Qorsa Qabuf
☆Ergaa Hayyootaaf
☆Imanaa Beektotaaf
☆Madda Beekkumsaf
☆Galaa Jireenyaaf
■Matii Chanala Kenyaa ta'aa
Forwarded from Mayk Inspire (A W M)
Forwarded from Mayk Inspire (M A W)
MILKAA'INAA

Milkaa'inii....
︎Khannaa Namni Namaf Khannuu Mitii
︎Meeshaa Gadii Baatee Suuqii Bitattuu Mitii
︎Waan Dhaalootaan Dabruu Mitii
MILKAA'INAA JECHUUN
︎Waan Halkaanif Guyyaa Lafaatee Argaatu Dha
︎Firii Ciminna Hojii Khetitii
︎Obsa Baredaa Boodaan Dhufaa
︎Yaaliidha!
...
...
...
☆JECHAA Gorsaa fi Qorsa Qabuf
☆Ergaa Hayyootaaf
☆Imanaa Beektotaaf
☆Madda Beekkumsaf
☆Galaa Jireenyaaf
■Matii Chanala Kenyaa ta'aa
■ Mayk Inspire
□ JOIN
■ Mayk Inspire
Forwarded from Mayk Inspire (A W M)
■MAYK INSPIRE

●Ofitti Deebi'i Of Keessaa Baddee Of Barbaachaaf Maaliif Gatii Kaffalta Ofitti Deebi'i Ofii Kee Fudhadhu Waa'ee kee Sirritti Yeroo Fudhadhuuti Ittii Yaadi!
•Hojiin Hojjatamu Ala Osoo Hin Ta'in Sumaa Kessaa Jira "Never Believe in Never" Jedhama. Hin Danda'amu Jecha Jedhutii Hin Amanin! Filannoon Sirrin Gatii Nama Kafalchiisu Galma Ni Ga'aatii
•Maal Gochuun Danda'aaree Hin Jedhiin. Maal Fa'an Gochuu Danda'aa Jedhii Malee!
Jirenyaa Filatani Jiraatu Malee Jiraachuf Hin Filatani!
•Yeroo Hundumaa Filannoo Sirii Qabaate Yoo Fiixaan Bahiinsa Dhabdellee Yaada Filannoo Sirrii San Hin Dhabin!

■MAYK INSPIRE ◇JOIN

JOIN Godhaa Gorsa Xinsammuu Adda Adda Argaatu
♡♡♡♡MAYK INSPIRE ♡♡♡♡
█▓▒►JOIN ►▒▓█
■■■■MAYK INSPIRE ■■■■
█▓▒►JOIN ►▒▓█
●●●●MAYK INSPIRE ●●●●
█▓▒►JOIN ►▒▓█
□□□□MAYK INSPIRE □□□□
█▓▒►JOIN ►▒▓█
♡♡♡♡MAYK INSPIRE ♡♡♡♡
Forwarded from Mayk Inspire (HUŽÃIFĂ)
❝𝑲𝑵𝑶𝑾𝑳𝑶𝑮𝑬❞

" Beekumsi waan namni tokkollee sirraa fagachuu hin dandeenye qofa jedheen amana . Barnoota idil addunyaa qabaachuun kaayyoo koo galmaan ga'uuf bu'uura cimaa naaf kenna . " 𝒃𝒚: Guilherme Badu da Silva

𝑱𝑶𝑰𝑵 𝑮𝑶𝑫𝑯𝑨𝑨 🙏🙏👇
@Myk15king @Myk15king
@Myk15king @Myk15king
Forwarded from Mayk Inspire (M A W)
DHAAMSAA

Yeroo Tuffatamtuu Fi Jiibamtu Abdii Hin Kutin!
● SABABINSAA Namoonni Iddoo Guddaa Ga'ani fi Milka'an Jalqaaba Tuffatamaniiru Namarraa Adda Bahaniiru Jibbamaniru Waan Ta'eef
● Jibbamuun Kee Fi Tuffatamuun Kee Humnaa Siif Tahuu Qaba
■ Tuffatamuun Kee Gara Milkaa'inaatti Sii Gesuu Qaba Malee Gonkumaa Abdii Kutuu Hin Qabdu Bekii!!
...
....
☆JECHAA Gorsaa fi Qorsa Qabuf
☆Ergaa Hayyootaaf
☆Imanaa Beektotaaf
☆Madda Beekkumsaf
☆Galaa Jireenyaaf
■Matii Chanala Kenyaa ta'aa
■ Mayk Inspire
□ JOIN
■ Mayk Inspire

█▓▒►JOIN ►▒▓█

█▓▒►JOIN ►▒▓█
Forwarded from Mayk Inspire (M A W)
DHAAMSAA

Yeroo Tuffatamtuu Fi Jiibamtu Abdii Hin Kutin!
● SABABINSAA Namoonni Iddoo Guddaa Ga'ani fi Milka'an Jalqaaba Tuffatamaniiru Namarraa Adda Bahaniiru Jibbamaniru Waan Ta'eef
● Jibbamuun Kee Fi Tuffatamuun Kee Humnaa Siif Tahuu Qaba
■ Tuffatamuun Kee Gara Milkaa'inaatti Sii Gesuu Qaba Malee Gonkumaa Abdii Kutuu Hin Qabdu Bekii!!
...
....
☆JECHAA Gorsaa fi Qorsa Qabuf
☆Ergaa Hayyootaaf
☆Imanaa Beektotaaf
☆Madda Beekkumsaf
☆Galaa Jireenyaaf
■Matii Chanala Kenyaa ta'aa
■ Mayk Inspire
□ JOIN
■ Mayk Inspire

█▓▒►JOIN ►▒▓█

█▓▒►JOIN ►▒▓█
Forwarded from Mayk Inspire (Mayk)
Mayk Inspire

HIN BOONIIN
Hadaraa Namatii Hin Booniin


Nama Bekaa Ifiin Ja'uu Cufaa ol Bekaatu Jiraa Nama An Jabaadha Ifiin Ja'uu Oliis Jabaatu Jiraa Nama An Sooreessaa Ja'ee Dhadaatu Oliis Sooreessaatu Jiraa Cufaa Nama Sadarkaa Qabuutii Oliis Nama Sadarkaa Qabutuu Jiraa Khanafuu...

Bara Muraasa Jiranuu Khanaa Kheeysaati Asharaa Hammeenya Onee Nama irratti Khatabnee Akkaa Hin Deemne Mul'ataa Qabadhuu Khannen Olittii Hasa'ame Hundaraa Bilisa Ta'ii

Join Godhun Matii Kenyaa ta'aa

》》JOIN JOIN《《
》》JOIN JOIN《《
2024/04/28 10:38:03
Back to Top
HTML Embed Code: