Telegram Web Link
Itti fayyadamaa
Fayyaa ta’uu fi jireenya kee keessatti namoota dhugaan si jaallatan, si kunuunsanii fi nageenyi fi mana keessa akka jirtu akka sitti dhaga’amu godhan qabaachuu caalaa eebbi guddaan hin jiru.

━━━━━━━━━━━
🖋️@Jechamoota🖌️
Hin danda'amu yoo jedhan siif osoo hin taane isaaniif akka ta'e yaadadhu.
— Bruce Lee
━━━━━━━━━━━
🖋️@Jechamoota🖌️
"Jaalalli baay'ee gabaabaa dha, dagachuun garuu baay'ee dheeraadha."

—Pablo Neruda
━━━━━━━━━━━
🖋️@Jechamoota🖌️
Ofii keetiif miti:

Halkan hundaa rafuu keetiin dura nama hundaaf dhiifama gochuun garaa qulqulluun rafi!!

━━━━━━━━━━━
🖋️@Jechamoota🖌️
Imala kee kan nama biraa wajjiin wal bira qabuu dhiisi... Daraaraan hundi yeroo tokkotti hin daraaru.

Hundaaf yeroo tokkotti hin ta'u.
Hojjedhu.
Amantii qabaadhu & .
Obsa qabaadhu.

━━━━━━━━━━━
🖋️@Jechamoota🖌️
Namoonni carraa qaban carraa argatu, .

Namoonni jajjaboon carraa uumu, .

Garuu
Mo'attoonni dhugaa warra Rakkoo Isaanii gara carraatti jijjiiranii dha.

━━━━━━━━━━━
🖋️@Jechamoota🖌️
“Nama gammachuu hin qabne yoo argite kan kee irraa tokko kenniif.“🤗

━━━━━━━━━━━
🖋️@Jechamoota🖌️
Namni waan fedhe hojjechuu danda'a malee waan fedhe fedhuu hin danda'u.

-Arthur Schopenhauer
━━━━━━━━━━━
🖋️@Jechamoota🖌️
"Mul'anni kee kan ifa ta'u gaafa Onnee kee keessa ilaaluu dandeesse qofaa dha."

-Kaarl Jung
━━━━━━━━━━━
📊@Jechamoota
°Heey ati!

Waan xixiqqoo irratti gadduu dhiisi, waan to'achuu hin dandeenye irratti miira keessa galuu dhiisi. Yeroon ati deebitee gammaddu amma. Gammachutu siif mala.°

━━━━━━━━━━━
🖋️@Jechamoota🖌️
Of kunuunsuun Kanneen akkaatisi:

- "Lakki" jechuu.
- Gargaarsa gaafachuu
- Dhiifama ofiif gochuu
- Daangaa kaa'uu
- Ofii dursa kennuu
- Yeroo kophaa dabarsitu qabaachuu
- Yakka malee of adabuu dhiisuu
- Namoota summii qaba irraa fagaachuu
- Yeroo fi humna keetiif gatii kennuu
- Gaabbii darbe waliin walitti dhufeenya kutuu

━━━━━━━━━━━
🖋️@Jechamoota🖌️
2024/05/15 23:17:26
Back to Top
HTML Embed Code: