Telegram Web Link
Marii paanaalii Irreecha Hora Dungee mata duree 'Irreecha Haaromsa Aadaa keenyaaf' jedhuun geggeefame
Onkoloolessa 23, 2017
Yuunivarsiitii Jimmaa
*******
Irreecha Hora Dungee guyyaa borii magaalaa Jimmaatti kabajamu ilaalchisee mariin paanaalii Yuunivarsiitii Jimmaatti Iddoo Abbootiin gadaafi Haadholiin Sinqee, qarreefi qeerroon argamanitti qopheessummaa Yuunivarsiitii Jimmaatiin gaggeeffame.

Saganticha irratti haasaa baga nagaan dhuftanii kan taasisan Dr. Zarihuun Asaffaa bakka bu'aa Pirezidaantii Ittaanaa Qorannoofi Tajaajila Hawaasaa Yuunivarsitii Jimmaa haasaa taasisaniin Irreechi duudhaa ganamaa akka Oromootti tokko nu godhuufi eenyummaa keenyaati jedhaniiru. Yuunivarsiitiin Jimmaas akkuma kana duraa qorannoofi qo'annoo Irreecha irratti taasisuun addunyaaf mul'isaa ture ammas xiyyeeffannoon hojjata jedhan.

Saganticha irratti Yaada ka’umsaa marii kan dhiyeessaan Yuunivarsiitii Jimmaa Muummee Foklooriifi Ogbarruu Oromootti barsiisaafi qorataa kan ta’an Profeesara Gargaaraa Kaamil Mohaammadiin dhiyaateera.

Saganticha irratti Abbootiin Gadaa, Haadholiin Siiqqee fi hirmaattonni akkaataa kabaja Ayyana Hora Dungee guyyaa borii kabjamuufi Seenaa, Aadaa, Duudhaaleen Irreechaa tokkummaan ummata Oromoo fi aadaa isaa dagaaguu danda’u irratti marii gaggeeffameera.

Haasaa cufiinsaa sagantaa maarii paanaalii Daarikteera dhabbata qorannoo Oromoo Dr. Dheeressaa Dheebuutiin sagantichi goolabameera

Hawaasa Keessa Jirra!
Facebook: https://www.facebook.com/JimmaUniv/
Twitter: https://twitter.com/JimmaUniv
Telegram: https://www.tg-me.com/JimmaUniversityOfficial
LinkedIn: https://www.linkedin.com/school/jimma-university/
YouTube: https://www.youtube.com/@JimmaUniversityOfficia
E-mail: [email protected]
ኢሬቻ ለባህል ተሃድሶ' በሚል ርዕስ የፓናል ውይይት ተካሄደ::
ጅማ ዩኒቨርሲቲ-
ጥቅምት 23/2017 ዓ.ም
*******
በጅማ ከተማ የሚከበረውን የሆራ ዱንጌን ኢሬቻ በዓል አስመልክቶ ጅማ ዩኒቨርሲቲ "ኢሬቻ ለባህል ተሃድሶ" በሚል ርዕስ ያዘጋጀው የፓናል ውይይት ተካሄደ። በፓናል ውይይቱ ላይ አባገዳዎች ፣ ሃደ ሲንቄዎች ፣ የሀገር ሽማግሌዎች፣ ወጣቶችና ሌሎች ጥሪ የተደረገላቸው እንግዶች ታድመዋል።

የጅማ ዩኒቨርሲቲ የምርምርና ማህበራዊ አገልግሎት ምክትል ፕሬዝዳንት ተወካይ ዶ/ር ዘሪሁን አሰፋ በመክፈቻ ንግግራቸው ኢሬቻ የማንነታችን መገለጫ ብሎም አንድ የሚያደርገንና ልንንከባከበውና ልናጎለብተው የሚገባባህላችን ብለዋል። ጅማ ዩኒቨርሲቲ በኢሬቻ ዙሪያ ምርምርና ጥናቶችን ሲያደርግ የቆየ መሆኑን በመጥቀስ ይሄ ወደፊትም ተጠናክሮ ይቀጥላል ብለዋል።

በፓናሉ ላይ የመወያያ ፅሁፍ ያቀረቡት ረዳት ፕሮፌሰር ካሚል መሀመድ በጅማ ዩኒቨርሲቲ የኦሮሞ ፎክሎርና ስነ-ጽሁፍ ትምህርት ክፍል መምህርና ተመራማሪ ሲሆኑ ፣ በረዳት ፕሮፌሰር ተረፈ ምትኩ በቀረበውን የመወያያ ፅሁፍ ላይ የተካሄደውን ውይይት መርተዋል።

በጅማ ዩኒቨርሲቲ የአንትሮፖሎጂ ተመራማሪና መምህር ፕሮፌሰር ደጃኔ ገመቹ በውይይቱን ወቅት በተነሱ ሃሳቦች ላይ ማብራርያና ዝርዝር ሳይንሳዊ ትንታኔዎችን አቅርበዋል።

የፓናል ውይይቱ በጅማ ዩኒቨርሲቲ ፣ የኦሮሞ ጥናት ኢንስቲትዩት ዳይሬክተር ዶ/ር ዴሬሳ ዴቡ የመዝጊያ ንግግር ተጠናቋል ።

በማህበረሰብ ዉስጥ ነን!
Facebook: https://www.facebook.com/JimmaUniv/
Twitter: https://twitter.com/JimmaUniv
Telegram: https://www.tg-me.com/JimmaUniversityOfficial
LinkedIn: https://www.linkedin.com/school/jimma-university/
YouTube: https://www.youtube.com/@JimmaUniversityOfficia
E-mail: [email protected]
Free Training Opportunity
November 21, 2024.
Jimma University

**
Th
e Cisco Academy at Jimma University is offering free courses for all interested applicants. If you would like to take advantage of this free training, please register using the link below.

Registration link.

https://www.netacad.com/courses/network-defense?courseLang=en-US&instance_id=3a511b9c-bf2d-47ac-818d-86dceb7179e7

We are in the Community!
Facebook: https://www.facebook.com/JimmaUniv/
Twitter: https://twitter.com/JimmaUniv
Telegram: https://www.tg-me.com/JimmaUniversityOfficial
LinkedIn: https://www.linkedin.com/school/jimma-university/
YouTube: https://www.youtube.com/@JimmaUniversityOfficia
E-mail: [email protected]
🌟 Exciting News! 🌟

We are thrilled to share that one of our incubatees at JU-IIC has achieved an incredible milestone by securing the Second Runner-Up position at the Global Entrepreneurship Festival in Nigeria! 🎉 Competing among 3,000 pitch submissions, this remarkable achievement was awarded with a prize of $5,000 USD!

Our participation was further strengthened by the presence of our Scientific Director, who actively represented our innovation incubation center, along with two groundbreaking products from our incubation center: Dawafinder, an innovative healthcare solution, and the Fertigation Kit, a transformative tool for sustainable agriculture.

A heartfelt thank you to our President, Jemal Abafita Scientific Director, the amazing Dawafinder team, and the The RISA Fund team for their invaluable support in making this participation and achievement possible. This recognition reflects the dedication, collaboration, and innovation nurtured within our incubation center.

Together, we continue to shape the future of entrepreneurship and drive impactful solutions for global challenges! 🚀
2025/07/13 17:03:28
Back to Top
HTML Embed Code: