Telegram Web Link
Labata 8th edition
Digital Magazine
T.me/labatamagazine
To all our Muslim brother's and sister's , wish you Ramadan Kareem !
T.me/labatamagazine
Barruu labataa maxxansa 9ffaa Caamsaa 14/2021 nu eeggadha.

Har'a qalbiin jiraachaa; boriif yaadan qophoofna.
T.me/labatamagazine
Labatni mudannoo kaleessaa kuusaa; mil'uu boriin ammoo ribuu dhalootaa walitti hidha. Eyyee guyyaan ga'ee dhaloota malalchiisaa barsiisuuf; onnachiisaa hojiin mul'isuuf daqiiqaa muraasa booda maxxansa 9ffaa dhan dhufaa jira.
Barruu Labata Maxxansa 9ffaa.pdf
2.4 MB
Barruu Dijitaalawaa Afaan Oromoo Maxxansa 9ffaa

Labata Afaan Oromoo Digital Magazine 9th Edition

Caamsaa 14/2021
https://www.tg-me.com/labatamagazine
Dubbisuuf madda gaarii filadhaa. Dubbisni soora madaalawaa sammuuti. Yaada keessan nuuf qoodaa. Galatoomaa! 🙏
Labata Magazine

You dream it, We design it.
Design and print: Ellan Graphics design

Call📞 +251902165878
https://www.tg-me.com/ellangraphics
Nagaa keenya kabajaa isiniif dhiyeessina..akkam jirtu hordoftoonni barruu keenyaa 👋
Labata maxxansa 10ffaa isiniif qopheessuutti jirra.
Kanneen carraa kanatti fayyadamuu barbaaddan, karaa @labata_elo barreeffama filatamaa ta'een irratti hirmaadhaa.
2025/07/04 17:53:18
Back to Top
HTML Embed Code: