Telegram Web Link
Labatni mudannoo kaleessaa kuusaa; mil'uu boriin ammoo ribuu dhalootaa walitti hidha. Eyyee guyyaan ga'ee dhaloota malalchiisaa barsiisuuf; onnachiisaa hojiin mul'isuuf daqiiqaa muraasa booda dhufaa jira.
Labata Vol. 8.pdf
2.6 MB
Barruu Labata
Maxxansa 8ffaa
Amajjii 30/2021

Monthly Afaan Oromoo Digital Magazine 8th edition.
https://T.me/labatamagazine
Maxxansa 8ffaa


Yaada qabdan
Mob: +251902165878
Telegram :- @labata_elo
Email: [email protected]

https://www.tg-me.com/labatamagazine
Maxxansa 8ffaa


Yaada qabdan
Mob: +251902165878
Telegram :- @labata_elo
Email: [email protected]

https://www.tg-me.com/labatamagazine
Maxxansa 8ffaa


Yaada qabdan
Mob: +251902165878

Telegram :- @labata_elo
Email: [email protected]

https://www.tg-me.com/labatamagazine
Akkuma Soorati qaama keenyaaf baayyee barbaachisaa ta'ee; kitaabni immoo bilchina sammuu keenyaaf baayyee barbaachisaa dha. #DUBBISAA
@labatamagazine
Qomoo Koo! Hanga yoonaa daandii hedduu darbitee as geesse ta'a. Isa dabarsite caalaa gara fulduraattis imalli gahumsa gaafatu akka si eeggatu hin dagatiin. Bishaan boora'e bakka ta’etti ni qulqullaa’a. Obsa, kutannoo fi abdii miiltoowwan jireenya kee guyyuu godhu.
@labatamagazine
Labata Magazine
Dhalootaaf waan dhaamtan qabdu? Marree bifa bareedaa fi hawwataa ta'een barreefamoota isin nuuf ergitan babareechinee kuullee dhalootaf dabarsinee kenina. Kanaaf osoo yeroo itti hin kenin dafaa nuuf ergaa.
LABATNI DHALOOTAF!

👉 @labata_elo

Contact us:-
+251902165878
DHUGAA
Seennefama Gabaabaa
Mihireet Daamxoo
Maxxansa 8ffaa
https://www.tg-me.com/labatamagazine
Sumatu si'i !
Tasfaayee Kabbee
~~~~
Qabeenya qaali dacheen tun qabdu albuudota akka warqii, daayimandii yookis pilaatiiniyeemii miti. Albuunni qaaliin isheen qabdu suma ! Dacheen gadameessa bal'aa; harma hin guune qabdi. Gara ishee yommuu dhufte dhaqii ba'aa itti ta'i jedhamtee miti. Akka ba'aa irraa salphistuufi.

√ Addunyaa kanarratti eenyuyyu si ta'u hin danda'u. Sumatu si'i ! hin fakkaatin; Of ta'ii jiraadhu malee. Egaa of beekta yoo ta'e waan dhalatteef rawwachaa imali. Lakkoofsa taate hin jiraatin. Bu'aa ati dachee tanaf gumaachitu namni biraa gumaachu hin danda'u.

👉Fagoo of hin barbaadin ofuma keessaa of argatta. Eenyu akka taate namni biraa akka sitti himuuf eegda yoo ta'e lakkoofsa taatee darbaa jirta. Si'umatu si'i; Ofumaa of beeki !!
@labatamagazine
Walaloo
Sii Aadaa!
Rashiid A Disaasaa
Maxxansa 8ffaa
https://www.tg-me.com/labatamagazine
Safuun Seera Oromoo; Adabbiin Kan Uumaa; Adabaaf, Adabamaan Uumama!
@labatamagazine
2025/07/04 17:53:59
Back to Top
HTML Embed Code: