"ɢᴀᴀғᴀɴɴᴀᴀɴ ɴᴀ ᴅɪᴅᴇ/ᴅɪᴅᴅᴇ."
Hima haaraa miti. Umrii ijoollummaa irraa hanga dargaggummaatti dhageenyeerra.
Dubbiin tun si'a dargaggoonni waliin taa’anii waa'ee jaalalaa dubbatan mata-duree ijoo dha.
Waan xiqqoo sirreessuuf, Jaalalli ni jaallatama malee "Tole jedheen" ykn "Na diddeen" waan ibsamu miti.
Tole jedheef na diddeen gaaffiif deebii bu'aa wayiif godhamu ta'uu mala.
✨Jaalalli garuu kaayyoo dha. Bara ofii guutuu nama filatan jaallachuuf fedhanii kan raawwatan.
♨️Deebiin jaalalaa inni sirrii jaalala.
@labatamagazine

ᴀᴅᴀʀᴀᴀ ᴡᴀᴀǫᴀᴀ !
Eegduu dogoggoraa, yaadachiftuu daangaa dubbii ta'uun haasaa balaa fidu baay'eef akka qorsaatti waamameera. "Adaraan Waaqaa !"
Maalif akkas jenna ?
Waaqni nama biraa adaraa qabaa ?
Sirna namni ittiin bulchuuf /buluuf/ bocu kamuu namaan daba, irra darbama.
Seerri namaa guutuu miti..seerri qajeelfama ittiin sarara sirrii barru qofa miti, agarsiiftuu hir'ina namaatis. Hir’inni namaa seerota bahan keessaan akka aduu ifee mul'ata.
Akka tasaatti dubbiin jabduu nama gidduutti yoo dhalatte, kana furuufis daandiin mataa keenyaa qofti sirrii ta'ee yoo nutti mul'ate; amma xiqqoos ta'u guddisnee dogoggoruuf jenna. Aarii keenya to'achuun nutti cimnaan ammoo arrabni hidhata sammuun gargar cituun waan oolu miti. Namni nuyi waliin falminu obsa yoo qabaate, wanti hamaa utuu hin ta'iin qalbiitti akka deebinu, tasgabbiin akka hubannu carraa nuu kenna ta'a. Kunneen simachuu dhiisuun dubbiin ittuu yoo hammaate, jecha qabbaneessituu xumuraa tokko gurra keenyaan dhaga'uuf jenna "Adaraa Waaqaa !"
Waaqni adaraa nu biraa qaba.
◈ "Akkan jedhetti" qofa osoo hin taane, akka inni jedhuttis akka hubannu.
◈ Jecha nama cabsu, gocha nama busheessu irraa akka of eeggannu.
◈ Waan beeknuun akka wal oolchinu, waan hin beekneen akka wal hin dogoggorsineef.
Adaraa Waaqaa☝️

ᴇᴇɴʏᴜ ᴊᴇᴅʜᴇ ?
Bakka kuftee deebitee hin kaatu
Tattaaffiin kee homaa siin buusu
Lubbuun xiqqoo turuuf malee
Jireenyi ke hiika hin laatu.
ᴅᴇᴇʙɪsɪɪғ,
Jijjiiramaan jira yooman dhaabe yaali
Dafee argamuu dhiisus hundee inni bu'uurri.
Tarkaanfiin eegaleen ariitii dabala
Hin hubanneef malee ᴀɴɪ ʜɪɪᴋᴀ ǫᴀʙᴀ !
🔖ʜᴀʀ'ᴀ ǫᴀʟʙɪɪɴ ᴊɪʀᴀᴀᴄʜᴀᴀ; ʙᴏʀɪɪғ ʏᴀᴀᴅᴀᴀɴ ǫᴏᴘʜᴏᴏғɴᴀ.

Maxxansa 12ffaa keessaa
📖 sᴇᴇɴᴀᴀ ᴜᴜᴍᴍᴀᴛᴀ ᴏʀᴏᴍᴏᴏ ʜᴀɴɢᴀ ᴊᴀᴀʀʀᴀᴀ 16𝚏𝚏𝚊𝚊𝚝𝚝𝚒
"Yeroo deeman kanas, lafa ga'an marattuu eeyyama Abbaa Gadaan ala lollis ta’e saamichi, namas ta'e qabeenya booji’uun hin danda’amu. Dura uummati naannoo san buufate maal akka ta’e, afaan maalii akka dubbatu adda baafatanii, yoo nama afaan isaanii dubbatu ta’e ofitti dabalatu."
🌄 ʜᴀʀ'ᴀ
"Dafee uffata san buteen ariifadhee deemuu eegale. Akkuman bira ga'een ofitti qabee dubbiseen dhiifama gaafadhe.
....Akkuman yeroo beellamaa utuu hin dabarsiin dhufe, borii ati abdiin eegdu, isaaf jettee qannoo ji'ootaan nuffamu irra shaakala jabinaan eegdu ni dhufa."
📈 ɪᴍᴀʟᴀ ʙᴀʀɴᴏᴏᴛᴀᴀ
"Turtii keessa addunyaafi sirna barnootaa faana tokko, lama jechaa tarkaanfii isaa dabalaa haala baruuf barsiisuu itti fufa.
..Daa'imni kaleessa gaaddisa maatii jala ture har'a dargaggeessa hiree ofii murteessu ta'uun barnootaan qofa osoo hin taane jireenyaan leenji'uuf manaa gad baha."
❤️ ᴋᴏᴏᴛᴛᴜᴜ ɴᴀ ᴅʜᴜɴɢᴀᴅʜᴜ
"Ijiko saa hawwu qaamnikoo maal ta’ee
Imimmaankoon jiidhee hollachuutti ka’e
Innoo haa hollatu silaa eessan qaba
Maafimmoo hafuurri kokkeekoon na qabaa"

Labata Magazine pinned «Maxxansa 12ffaa keessaa 📖 sᴇᴇɴᴀᴀ ᴜᴜᴍᴍᴀᴛᴀ ᴏʀᴏᴍᴏᴏ ʜᴀɴɢᴀ ᴊᴀᴀʀʀᴀᴀ 16𝚏𝚏𝚊𝚊𝚝𝚝𝚒 "Yeroo deeman kanas, lafa ga'an marattuu eeyyama Abbaa Gadaan ala lollis ta’e saamichi, namas ta'e qabeenya booji’uun hin danda’amu. Dura uummati naannoo san buufate maal akka ta’e…»
Baga bara haaraa 2022 isin ga'e !!
Labata maxxansi 12ffaan sirriitti mi'aa isaa eeggatee dalagame.
Har'a galgala(Amajji 1, 2022) isin bira ga'a.

Nama gammachiisa.
Garuu, waanuma kan kee ture dhabdee, akka deebitee argachuuti.
Imala eegaluuf utuu jennuu sakaalame qabna.
Gammachuun kiyya dhugaa bilisummaa Oromiyaaf; nageenyi biyyatti yoo dhugoome dha.
Hundinuu haa bahan.

Si yaa Oromiyaa
Kan kee si'ana, si'achi
Yeroon ulfina kee galchu
Guyyaa gaarii nu maraaf✨🔥
Kan kee si'ana, si'achi
Yeroon ulfina kee galchu
Guyyaa gaarii nu maraaf✨🔥