Telegram Web Link
Barruu Dijitaalawaa Afaan Oromoo
D h a a m s a !
Nagaan keenya bakka jirtan maratti isin haa gahu. Barreessitoonni fi dubbistoonni qophii fi raawwii hojii kanaarratti qooda fudhattan galatoomaa. Barruun dijitaalawaa Afaan Oromoo kun, galaa seenaatti dhimma bahaa; Akeektuu dhaloota har'aa ta'uun, godaambaa labata borii hundee laayyootti hin raafamne irratti ijaara. Ittiin hamilee fi safuu dhalootaa ol kaasaa; hubannoon irraa baradhaa.

Maxxansa 12ffaa.
https://www.tg-me.com/labatamagazine
ʙᴀɢᴀɴ ᴏғ ᴛᴀ'ᴇ

🎇Yeroo mara gama gaggaarii irratti xiyyeeffachuun akkuma addeessa duumessichaa ol jiruutti ibsaa jiraachuuf filachuu dha.

Kennaa Waaqni naaf kenne bara koo guutuu gammachuun na jiraachisuuf gahaa dha.
🪐Umrii fi waqtii dhufee darbu kanatti, gatiin koo "ʜᴀᴍᴍᴜᴍᴀɴ ᴊᴇᴅʜᴇ" ta'uusaan hubadhe.
Ol jedhee jiraachuuf bor isa caalu arguu qofa miti; kaleessi koo hojjetame hundee jabaa naaf ta'e.
Waantan amaneef of-kennuu koon jaalladhe. Isan qabu lakkaa'een waanan dhabe dabaladhe.

🔖ʜᴀʀ'ᴀ ǫᴀʟʙɪɪɴ ᴊɪʀᴀᴀᴄʜᴀᴀ; ʙᴏʀɪɪғ ʏᴀᴀᴅᴀᴀɴ ǫᴏᴘʜᴏᴏғɴᴀ.
@labatamagazine
@labatamagazine
Nagaan keessan guutuu haa ta'u, akkam jirtu maatiiwwan keenya😊
Labata guddisuun gahee eenyuuti ?
Nuyi humna keenya osoo hin qusatiin aarsaa of taasisnee hojjechuutti jirra.
Atis, waan si harka jiruun hojii har'a xiqqoo fakkaatu kana tumsi. Bor dhaabbata Og-barruu ati ittiin boontu ta'a !
Maxxansa 13ffaa dalaguutti jirra. Irratti hirmaadhaa. "Channel" keenya hiriyoota keessaniif qoodaa.
Nagayaan oolaa🔆🔆

🔖ʜᴀʀ'ᴀ ǫᴀʟʙɪɪɴ ᴊɪʀᴀᴀᴄʜᴀᴀ; ʙᴏʀɪɪғ ʏᴀᴀᴅᴀᴀɴ ǫᴏᴘʜᴏᴏғɴᴀ !
@labatamagazine
@labatamagazine
Maxxansa 12ffaa.
Barruun labataa qe’ee barnootaa dha .
🔖ʜᴀʀ'ᴀ ǫᴀʟʙɪɪɴ ᴊɪʀᴀᴀᴄʜᴀᴀ; ʙᴏʀɪɪғ ʏᴀᴀᴅᴀᴀɴ ǫᴏᴘʜᴏᴏғɴᴀ !
https://www.tg-me.com/labatamagazine
Maxxansa 12ffaa.
Barruun labataa qe’ee barnootaa dha .
🔖ʜᴀʀ'ᴀ ǫᴀʟʙɪɪɴ ᴊɪʀᴀᴀᴄʜᴀᴀ; ʙᴏʀɪɪғ ʏᴀᴀᴅᴀᴀɴ ǫᴏᴘʜᴏᴏғɴᴀ !
https://www.tg-me.com/labatamagazine
Labata monthly Afaan Oromoo digital magazine.
@labatamagazine
Koottuu Na Dhungadhu.
🔗Maxxansa 12ffaa
© Leensee Asaffaa
🔖ʜᴀʀ'ᴀ ǫᴀʟʙɪɪɴ ᴊɪʀᴀᴀᴄʜᴀᴀ; ʙᴏʀɪɪғ ʏᴀᴀᴅᴀᴀɴ ǫᴏᴘʜᴏᴏғɴᴀ !
@labatamagazine
"Wanti itti gammadaa hojjetan yoo dadhabanillee nama hin nuffisiisu. Namni fedha yoo dhabe malee waan tokko fiixaan baasuu hin dadhabu. Kanaaf, waan kamuu fiixaan baasuuf fedhiin murteessaa dha. Akkasumas yaada mataa ofiitiin hogganamuu dha."

🔖ʜᴀʀ'ᴀ ǫᴀʟʙɪɪɴ ᴊɪʀᴀᴀᴄʜᴀᴀ; ʙᴏʀɪɪғ ʏᴀᴀᴅᴀᴀɴ ǫᴏᴘʜᴏᴏғɴᴀ !
@labatamagazine
Imala Barnootaa
🔗Maxxansa 12ffaa
© Naahil Tashoomaa
🔖ʜᴀʀ'ᴀ ǫᴀʟʙɪɪɴ ᴊɪʀᴀᴀᴄʜᴀᴀ; ʙᴏʀɪɪғ ʏᴀᴀᴅᴀᴀɴ ǫᴏᴘʜᴏᴏғɴᴀ !
@labatamagazine
Imala Barnootaa
🔗Maxxansa 12ffaa
© Naahil Tashoomaa
🔖ʜᴀʀ'ᴀ ǫᴀʟʙɪɪɴ ᴊɪʀᴀᴀᴄʜᴀᴀ; ʙᴏʀɪɪғ ʏᴀᴀᴅᴀᴀɴ ǫᴏᴘʜᴏᴏғɴᴀ !
@labatamagazine
"Namoonni waan isaaniif ta'e hundumaaf galateeffatan balbala milkaa'inaa isa itti aanutti darbuuf akeeku. Isaan warra gammadani dha. Gammachuun isaanii kaka'umsa hojiif bu'uura."

🔖ʜᴀʀ'ᴀ ǫᴀʟʙɪɪɴ ᴊɪʀᴀᴀᴄʜᴀᴀ; ʙᴏʀɪɪғ ʏᴀᴀᴅᴀᴀɴ ǫᴏᴘʜᴏᴏғɴᴀ !
@labatamagazine
Maxxansa 13ffaa dalaguutti jirra. Irratti hirmaadhaa. Qindeessinee dhaloota keenyaaf dhiyeessina. 👉@labata_elo

🔖ʜᴀʀ'ᴀ ǫᴀʟʙɪɪɴ ᴊɪʀᴀᴀᴄʜᴀᴀ; ʙᴏʀɪɪғ ʏᴀᴀᴅᴀᴀɴ ǫᴏᴘʜᴏᴏғɴᴀ !
@labatamagazine
"No matter how correct your choice of words, the feeling behind your words counts most."
@labatamagazine
✴️Har'a
🔗Maxxansa 12ffaa
🔖ʜᴀʀ'ᴀ ǫᴀʟʙɪɪɴ ᴊɪʀᴀᴀᴄʜᴀᴀ; ʙᴏʀɪɪғ ʏᴀᴀᴅᴀᴀɴ ǫᴏᴘʜᴏᴏғɴᴀ !
✳️@labatamagazine
✴️Har'a
🔗Maxxansa 12ffaa
🔖ʜᴀʀ'ᴀ ǫᴀʟʙɪɪɴ ᴊɪʀᴀᴀᴄʜᴀᴀ; ʙᴏʀɪɪғ ʏᴀᴀᴅᴀᴀɴ ǫᴏᴘʜᴏᴏғɴᴀ !
✳️@labatamagazine
"Har'atti dammaqi, boritti hojii hin baay'isiin."
@labatamagazine
"Happiness depend on the ability to buy yourself."

"Gammaduun of bituu danda'uu irratti hundaa'a. Haalota salphaa gootee simachuuf immoo seequun kee humna guddaa qaba."
@labatamagazine
✴️Homattuu Hin Lakkaa'iin
🔗Maxxansa 12ffaa
© Abdii Abbiyyoo
🔖ʜᴀʀ'ᴀ ǫᴀʟʙɪɪɴ ᴊɪʀᴀᴀᴄʜᴀᴀ; ʙᴏʀɪɪғ ʏᴀᴀᴅᴀᴀɴ ǫᴏᴘʜᴏᴏғɴᴀ !
✳️@labatamagazine
Health is not guaranteed in life. Health is a commission for taking care of yourself and your mind. When a person successfully sells himself on eating right, working out, and taking care of his attitude, he gets a commission of having good health.
So get it !
@labatamagazine
Smart routines 💥
➱Lose no time.
➱Be always employed in something useful.
➱Avoid trifling conversation.
➱Don't break the chain.
@labatamagazine
2025/07/01 00:50:20
Back to Top
HTML Embed Code: