ᴀʙᴅɪɪ✨
Yoo ati waan gaarii ofiif hin
yaadne namni waanta gaarii siif yaadee afata miidhagaa siif afu hin jiru. Siif namni gaarii fi qajeelaan si qofaa dha.
Siin ala siif namni dursee wanta gaarii siif galaasu hin jiru. Wanta gaarii argachuuf immoo dhamaatii si gaafata. Yaada, yeroo fi nama qabdu waliin tumsitee geepha mo'ichaa gonfatta.
© Isaayyaas Ittafaa
@labatamagazine

Maxxansa 14ffaaf barreeffama ergaa jabaa of biraa qabduu ?
Eenyuuf..Yoomiif keessu ?
Nuuf qoodaa, qindeessinee dhaloota keenyaaf dhiyeessina.
@labata_elo

Dhi'a halkaniin ba'ee
Qarree gubbaa taa'ee
Biiftuu dhiitu caalaa
Dhufakeen ilaala
Situ anaaf qaaliidha
Wiirtuu boqonnaa qalbii
Dukkanatti nan kenniin
Kottu mee adaraa Rabbii!
✍ Amaanu'eel Naggaa
https://www.tg-me.com/abdiidhiigakoo
Qarree gubbaa taa'ee
Biiftuu dhiitu caalaa
Dhufakeen ilaala
Situ anaaf qaaliidha
Wiirtuu boqonnaa qalbii
Dukkanatti nan kenniin
Kottu mee adaraa Rabbii!
✍ Amaanu'eel Naggaa
https://www.tg-me.com/abdiidhiigakoo
#Gatiin_Namaa_Meeqa? 🤷♂️
Ilmatu abbaa isaatiin, "Gatiin jireenyaa meeqa abbaa?" jedhee gaafata. Abbaanis dubbiidhaan osoo hin taane gochaan itti
agarsiisuuf yaade. Dhagaa tokko fuudhee itti kennee ''deemii gabaa geessi'' jedheen. Gatiisaammoo quba lama qofa itti agarsiisi afaaniin hin dubbatiin jedheen. ''Gatii fedhan sii kennanis hin gurguriin'' jedheen. Mucichis akkasuma godhe. Warri dhagaa irraa bituuf itti dhufan ''gatiin meeqa?'' jedhuun; innis quba lama itti agarsiise. ''Qarshii lama moo? Sitti hin baayyatuu?'' Jedhaniin. Haa ta'uu ni kafalla yemmuu jedhaniin gurguruu didee gale. ''Abbaa waan naan jette raawwadheera'' jedheen.
Abbaanis ''Tole mee ammas deemii godaanbaa(muuziy
eemii) geessi'' jedheen; ammas mucaan ni geesse. Gatiisaa
akkuma duraa sana quba lamaan qofa baasee itti agarsiise. ''Qarshii dhibba lama moo? Tole ni kafalla'' jedhaniin. Didee dhagaasaa fudhatee manatti gale.
Ammas Abbaadhaan raawwadheera jedheen-mucichi. Abbaanis ''Tole mee na hin nuffiniitii amma bakka albuuda itti gurguranitti geessi'' jedheen.
Mucichis dukkaana albuuda itti gurguranitti ni geesse. Gatiisaa
gaafatamnaan akkuma duraa quba lamaan itti agarsiise.
''Qarshii kuma dhibba lama moo?'' Jechaa dhagaa sana
ajaa'ibsiifachaa siif kafalla jedheen kunis. Mucichi
gurguruu didee gara manaatti gale.
Abbaanis yeroo ilmisaa deebi'uu ''Agartee ilma koo, dhagaan kun tokkuma, gabaatti
qarshii lama, muuziyeemitti qarshii dhibba lama, dukkaana
albuudatti immoo qarshii kuma dhibba lama siif kennan
dhagaa gatii jabeessa jedhanii. Dhagaa gati-jabeessa ta'uu kan
bare warra dukkaanaa sana qofaadha. Maaliif? Maalummaa
dhagichaa kan beeku isaan qofa waan ta'eefi. Gatiin jireenyaakees akkasuma. Namoota gatiikee hin beekne irraa fagaadhu! Jaallachuufi waliin jiraachuu dandeessa; garuu raawwattee itti hin dhiyaatiin. Oolmaafi bultiin kee namoota gatii kee beekan qofa waliin haa ta'uu'' jedheen.
✍Madda:- Kitaaba ''Gatiin namaa meeqa?''
#NAGAAFI_FAYYAA_GUUTUU_QABAADHAA!!🤗
@abdiidhiigakoo