Osoo Irrecha baranaa irrattii xiinxaltoonni siyaasa kanneen akka Dr Ittaana Haabte; Dr Tseggayee Araarsaa faa argamaniitii.. yeroo gara horaa deeman..
.
.
Mareeoo Mareeoo #Abiymustgo yaa Ayyoleeoo
😂😂😂
#Irreecha2012
@Miiju

Hacaaluun Gaafa Barkumee
'' Alaa hin eegiin hin abjootiin abjuu sobaa... Ka'i farda kee soorii Arat kiiloof situ aane'' jechuudhaan Qabsoo bittinee ture alaaf keessan tokko godhe yeroo gabaaba keessatti wanti inni jedhe sun fiixaan ba'e argine!
Haacaluu gaafa Adwaa
Seenaa Artii oromoo keessatti kan yaaddamee hin beekne seena Adwaa kaasee geraruun, diinattis firattis gaaffii uume haacaluun.
Yaadanoo guyyaa 80ffaa

#Irreechaa2020
Baga jala bultii Ayyaanaa Irreechaa nagayaan geenye!
Irreechi:-
➧Lafa galateeffannaati.
➧Lafa tokkummaati.
➧Lafa wal qixxummaati.
➧Ayyaana nagaaf jaalalaati.
Waltajjii Oromoon dachee kanarraa dhufee itti wal arguu fi waaqa isaa galateeffatudha. Oromoon hundi shira diinaa ofirraa eegaa ayyaana kana nagaaf jaalalaan akka kabajanu dhaamsa keenya.
Via #GADAAMAGAZINE

💎"Namummaan kan dhalachuu danda'u Onnee jalalaa irraati."
❤ ❤ ❤
❤️Lapheen jaalalaan guutame jiraachuun baay'ee barbaachisaadha.Ilaalchi jaalalaa hunduma keenya keessa jiraachhu qaba.Jaalallii onnee irraa madduu gammachuu qaba.
💎Jaalala xinnoo ishee namaaf kennitanii miira gammaachuu inni qabu hubattanii beektuu?
Nagaa jaalala ulaagaa hin qabne(unconditional love) keessa jiru hubattanii beektuu?
❤️Jaalalli mudaa hin qabne kan jiraatu yoo sababaa fi ulaagaa irratti hundaa'u dhiisedha.Jaalalli ulaagaadhaan(Saba,amantii,qomoo,sanyii) irra maddu (conditional love) jaalala miti. Nama hin beekne tokko yeroo karaa irratti itti seeqtan gammachuu inni qabu hubattanii beektuu?
💎Kan kufe gaafa kaaftan,kan rakkate gaafa gargaartan,kan dhukkube gaafa gaafattan,gammachuun keessan daangaa hin qabu. Kana kan gootaniif namni sun Haadha ykn Abbaa fira ykn Aantee waan ta'e qofaaf osoo hin taane #Nama waan ta'e qofaaf! Kanaafi kan #Namummaan onnee jaalala irraa dhalachuun barbaachiseef.
✍✍ Osho

The account of the user that owns this channel has been inactive for the last 11 months. If it remains inactive in the next 30 days, that account will self-destruct and this channel will no longer have an owner.
The account of the user that owns this channel has been inactive for the last 11 months. If it remains inactive in the next 18 days, that account will self-destruct and this channel will no longer have an owner.