Forwarded from Hamza Naik official (Na ik)
Forwarded from Eid Ali Musa
Arrabbni lafee hin qabu garuu lafee cabsa
Nama walitti buusa
Hamtuu nama jidduu facaasa
Nama gargar baasa
Tanaafu otuu ittin yaadin wan si afaan dhufe cufa hin dubbatin. Dubbachuu keetin dura bareechii itti yaadi
Horaa bulaa
Carraa tolaa
www.tg-me.com/edualimusa
Nama walitti buusa
Hamtuu nama jidduu facaasa
Nama gargar baasa
Tanaafu otuu ittin yaadin wan si afaan dhufe cufa hin dubbatin. Dubbachuu keetin dura bareechii itti yaadi
Horaa bulaa
Carraa tolaa
www.tg-me.com/edualimusa
Forwarded from Eid Ali Musa
Hedduu yaaduun gammachuu tee sirraa kuchiisti
Hedduu yaaddee ifin cinqin
Horaa bulaa
Carraa tolaa
www.tg-me.com/edualimusa
Hedduu yaaddee ifin cinqin
Horaa bulaa
Carraa tolaa
www.tg-me.com/edualimusa
Bareechee waan isin gammachiisuudha mee
open tuqaatii ilaalaa
👇 👇👇👇👇👇👇👇
Baarakallaahu fiikum
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
open tuqaatii ilaalaa
👇 👇👇👇👇👇👇👇
Baarakallaahu fiikum
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Forwarded from Eid Ali Musa
Nama yeroo mara kufaatii ke hawwu
Nama yeroo cufa gammachuu tee hin feene
Nama yeroo mara milkiin tee isa aarsitu
Nama jerjeraan dubbin si waraanu
Nama akkanaa irraa fagaadhu
Horaa bulaa
Carraa tolaa
www.tg-me.com/edualimusa
Nama yeroo cufa gammachuu tee hin feene
Nama yeroo mara milkiin tee isa aarsitu
Nama jerjeraan dubbin si waraanu
Nama akkanaa irraa fagaadhu
Horaa bulaa
Carraa tolaa
www.tg-me.com/edualimusa
☁️🌟🌟🌟☁️
#XABA_SITTI_HIN_FAKKAATIN
👉Rizqiinkee utuu ati garaa haadhakeetii keessa jirtuu siif barreeffamuun
➨ Utuu Ati hindhalatin hangi ati jiraattu siif murteeffamuunsaa
➨Rabbiin akka ati mataakee olgodhattee jiraattuuf akkas siif godhe
➨ Garaakeetiif jettee
Nama tokkoof mataakee gadi hin godhin
➨ Utuu aalamni hundi sidura dhaabbatteellee waan Rabbiin siif qoode sirraa hanbisuu hin dandeessu
➨ Utuu woraanni aalamaa wolgeessee si ajjeesuu barbaaddeellee Umrii keerraa sakandii tokko sijalaa hirrisuu hin dandeessu
➨Amma lubbuudhaan jiraattutti Mataakee olqabadhuu
Nama jabaa ta'iitii jiraadhu
➨Waan Rabbiin sitti murteesse malee wonni situqu tokko hin jiru
☁️🌟🌟🌟☁️
◉Obboleewwan kiyya
Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa babbareedaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeerra barakallaahu fiikum
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA

Telegram
☪BAREEDINA ISLAAMUMMAA🌙
Gorsa babbareedaa
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
Forwarded from Eid Ali Musa
Gammachuu yerootiif jettee carraa ke kan ful duraa hin balleessin
Gammachuu guyyaa tokkotiif jette kayyoo kee hin balleeysin
Fedhi guyya tokkotiif ful dura ke hin balleeysin
Mullata qabaadhu fageeyssi milladhu
Tan hafte rabbirra kaayyadhu
Horaa bulaa
Carraa tolaa
www.tg-me.com/edualimusa
Gammachuu guyyaa tokkotiif jette kayyoo kee hin balleeysin
Fedhi guyya tokkotiif ful dura ke hin balleeysin
Mullata qabaadhu fageeyssi milladhu
Tan hafte rabbirra kaayyadhu
Horaa bulaa
Carraa tolaa
www.tg-me.com/edualimusa
Forwarded from Hamza Naik official (Na ik)
Forwarded from Eid Ali Musa
hanqa qabdutti alhamulillaah jedhi galata galchi
bololaa tahuunis booddee halaaka nama gooti
xiqqo arketti gammaddi hin anfariirin
alhamdulillaah
horaa bulaa
carraa tolaa
www.tg-me.com/edualimusa
bololaa tahuunis booddee halaaka nama gooti
xiqqo arketti gammaddi hin anfariirin
alhamdulillaah
horaa bulaa
carraa tolaa
www.tg-me.com/edualimusa
Nama Afaan oromoo dubbisuu hin beekne yoo ta'e malee Namni tokkollee ergaa kana dubbisu👇 malee 👇bira
hindarbin👇👇👇👇
hindarbin👇👇👇👇
🔵Ni'imaan ykn qananiin Rabbiin siif kenne tokko gara rabbiitti yoo sindhiheessin wonni sun mokkora akka ta'e hubadhu
Miidhaan jabaan Ni'imaa ykn qananii tokko enna rabbi nuuf kenne Faayidaa qananiin sun nuuf qabu eega qananiin sun nurraa fuudhamee booda ofirratti beekuudha
Silaammoo qananii kan namarratti tursiisu yoo nuti ni'imaa Rabbiin nuuf kennerratti isa galateeffanneedha
Ma'asiyaan ykn badii hojjachuun kayirii rabbi nuuf kenne sababaa nurraa fuudhamuu nutti taati
Ati enna Rabbiin siqanansiisee ka'ee isa galatoomfachuu si'erraanfachiise
Akkanni suuta suuta siqabuuf deemu beeki
Balaan tokko sababaa badii nuti hojjannuutiin male nutti hin dhufu
Yoo nuti toobannee gara Rabbii deebine malee balaan nutti bu'e tokkommoo nurraa hin ka'u
Kanaafuu Enna Rabbiin qananiisaa nuuf kenne isa galatoonfannee yoo badii hojjanne toobannee garasaa deebi'uu haa jabeeffannu
✍
Sayfuddiin
⤵️⤵️⤵️
https://www.tg-me.com/shekseefuddiin

Sh/Sayfuddiin A/nagaa j/m.🌷🌷
📢Barnoota Amantii Islaamaatiifii Nashiidaa Babbareedaa Asirraa Argattu join nuuf godhaa baarakallaahu fiikum
Ulamaarraa
Awuzaa'ii Namni jedhamu tokko Rahimahullaahu
Nama tokkooniin akkas jedhe jedhanii nuuf himan
Mana wohii mee naaf barbaadii ollaa nama
👉Kan Nama hin komanne
👉kan Namatti hin hinaafne
👉Kan Nama hin jibbine
Naaf barbaadi jennaan haaya kottu sin geessaa jedhee
.
.
.
.
.
.
.
.
.
Harkisee bakka qabrii bira nafidee
Ilaa kunoo asi naan jedhe
Dhuguma jedhe
◉Obboleewwan kiyya
Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa babbareedaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeerra barakallaahu fiikum
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
Awuzaa'ii Namni jedhamu tokko Rahimahullaahu
Nama tokkooniin akkas jedhe jedhanii nuuf himan
Mana wohii mee naaf barbaadii ollaa nama
👉Kan Nama hin komanne
👉kan Namatti hin hinaafne
👉Kan Nama hin jibbine
Naaf barbaadi jennaan haaya kottu sin geessaa jedhee
.
.
.
.
.
.
.
.
.
Harkisee bakka qabrii bira nafidee
Ilaa kunoo asi naan jedhe
Dhuguma jedhe
◉Obboleewwan kiyya
Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa babbareedaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeerra barakallaahu fiikum
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
Telegram
☪BAREEDINA ISLAAMUMMAA🌙
Gorsa babbareedaa
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
Forwarded from Eid Ali Musa
Rakkoon sin marsitee
Yaanni si jeeqee
Kara deemtu wallaalte
Harka ke gama rabbi ol qabde yaa rabbi jennan rabbin duwwaa sin deebisu
Kan rakkataa furu rabbi malee hin jiruu gama isa kajeeli rahamata isaa
Namni hulaa rabbi dhadhawaa oolu gaf takka irra banamun isaa hin oolu
Horaa bulaa
Carraa tolaa
www.tg-me.com/edualimusa
Yaanni si jeeqee
Kara deemtu wallaalte
Harka ke gama rabbi ol qabde yaa rabbi jennan rabbin duwwaa sin deebisu
Kan rakkataa furu rabbi malee hin jiruu gama isa kajeeli rahamata isaa
Namni hulaa rabbi dhadhawaa oolu gaf takka irra banamun isaa hin oolu
Horaa bulaa
Carraa tolaa
www.tg-me.com/edualimusa
Bareechee waan isin gammachiisuudha mee
open tuqaatii ilaalaa
👇 👇👇👇👇👇👇👇
Baarakallaahu fiikum
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
open tuqaatii ilaalaa
👇 👇👇👇👇👇👇👇
Baarakallaahu fiikum
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Forwarded from Hamza Naik official (Na ik)
💎Sheik Ibn baaz R.H
Akkana jedhan:
Dogongora Muslimaa tokko jala deemtee/hordoftee waan inni hin jaallanneen isa dubbachuun dogongora/ma'asiyaa jabaadha
Komii ykn hamii isa haraamaa sanarraati
Inumayyuu ma'asiyaa ykn Dilii gurguddaarraa lakkaawama
Akkuma Rabbiin S.W qur'aanasaa keessatti dubbatee jiru
{وَلا يَغتَب بَعضُكُم
بَعضًا أَيُحِبُّ أَحَدُكُم أَن يَأكُلَ لَحمَ أَخيهِ
مَيتًا فَكَرِهتُموهُ}
(Gariin keessan Garii keessan hin komatin
Tokkoon keessan foon Tokkoon keessanii isanni du'ee jiru foonsaa nyaachuu nijaallataa Lakki hin jaallattanuu) nuun jedha
Kanaaf Dirqamni nurra jiru yaa Gabroottan Rabbii Bakka Namni Muslimaa tokko itti komatamu irraa fagaachuudha..
Nuun jedhu sheik ibn baaz Rabbi Rahmata isaaniif haa godhu
Kanaaf wol komachuun dudduubbee wolii waan hin taaneen wol dubbachuun Rabbiin biratti hedduu jibbama waan ta'eef erraa haa fagaannu
࿐✿࿐✿࿐✿࿐✿࿐✿࿐
◉Obboleewwan kiyya
Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa babbareedaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeerra barakallaahu fiikum
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
Akkana jedhan:
Dogongora Muslimaa tokko jala deemtee/hordoftee waan inni hin jaallanneen isa dubbachuun dogongora/ma'asiyaa jabaadha
Komii ykn hamii isa haraamaa sanarraati
Inumayyuu ma'asiyaa ykn Dilii gurguddaarraa lakkaawama
Akkuma Rabbiin S.W qur'aanasaa keessatti dubbatee jiru
{وَلا يَغتَب بَعضُكُم
بَعضًا أَيُحِبُّ أَحَدُكُم أَن يَأكُلَ لَحمَ أَخيهِ
مَيتًا فَكَرِهتُموهُ}
(Gariin keessan Garii keessan hin komatin
Tokkoon keessan foon Tokkoon keessanii isanni du'ee jiru foonsaa nyaachuu nijaallataa Lakki hin jaallattanuu) nuun jedha
Kanaaf Dirqamni nurra jiru yaa Gabroottan Rabbii Bakka Namni Muslimaa tokko itti komatamu irraa fagaachuudha..
Nuun jedhu sheik ibn baaz Rabbi Rahmata isaaniif haa godhu
Kanaaf wol komachuun dudduubbee wolii waan hin taaneen wol dubbachuun Rabbiin biratti hedduu jibbama waan ta'eef erraa haa fagaannu
࿐✿࿐✿࿐✿࿐✿࿐✿࿐
◉Obboleewwan kiyya
Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa babbareedaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeerra barakallaahu fiikum
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
Telegram
☪BAREEDINA ISLAAMUMMAA🌙
Gorsa babbareedaa
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
Forwarded from Hamza Naik official (Na ik)
Senaa Aja,iba
Intalaa takkatu kharaa namticha garii salihaa takka dhuftee ya gabrichaa rabbi Rabbin khe zalima mo Abba haqatii jatten namtichi salihni khuni rabbi rahmeta sif ha godhu rabbin kiyya abba haqatii ja,en garuu maltuu Akka akkana jattu si godhe ja,e gafateen
Isiinis ni jatten ani harmeladha jatten ilmaan sadii qabaa dhaala qaba jatten hoggan huccu carqii manaa kheysaa jirtuu takka walii qabee gurgure jollef wan nyataan bitufii demuu shanbiroo takka khararatii wanin demun tanaa na harkaa futee jatten amma wanin jolle tiyyaf geysuu qabu jatten osumaa isaan akkati hasawuu jiraani hulaan namtichaa salihaa khana dhadhahamte namni hulaa tanaraa jiruu tujjaraa naggadee nama kudhanii hundii isaani dinara 100 harkaa qabaan namticha saliha khanan akkana ja,anin hodhuti mallaqa khana nama haqaa godhatuuf khanni ja,anin
Ni ja.en namtichi salihni khun maltuu mallaqa khanaa akka khannatan isiin godhe ja,en akkana jechun debisanif nutii markebaa (donii ) gubba jiruu qillensii hamaan tokko nu dhufee donii tenyaa nu jalaa cabsee bishaan nu liqimsuu ka,e osumaa du,af jiruu jiddu jirru shinbiroon takka carqii takka fidde nu biraa darbitee baqqa cabxee sanis firra itti tolchinee akkasi nagayaan bane ja,ani himanif tanaf rabbif jecha qodhaa dinara 100 takka takka if qabne ja,anin namtichi salihni khunis gargale hadha ilmaan sadihi tanati Rabbi Barahaa fi baharaa kheysatile nama dagannen kana zalima gotaa ja,en san bodaa dinaraa 1000 isiif khanne ilmaan ketiif geysii ja,en
Rabbin hamtuudhan siin xuquu yoniif kheyrii sif qabatee maleee...
#Rabbi namatu cinqii itti jirtu irra si ha basuu me senaa tanaa obboleyan khetif #share godhi
Post kenya group addaa addara share godhun nu hordofaa
@Hamzanaik1

⚪IBNU HAJAR AKKANA JEDHAN R.H:
◉Ati Hojiinkoo waan gaarii miti aniyyuu Badiin hojjadha jettee lubbuu keetti gammaduu dhabuuniifi badiinkee danachuun
du'aa'ii kadhachuurraa akka ofbooda sindeebifne
Bar Rabbiin ati kadhattu Rabbii ibiliisa abbaa sheyixaanaatiif du'aa'ii isaa qeebaleedhaam!
Yeroo ibiliis Rabbiin akkas jedhee kadhatu sana
👇👇👇👇👇👇👇👇
Yaa Rabbi Hanga guyyaa qiyaamaatti Natursiisi jedhee kadhate
Rabbiinis s.w du'aa'ii isaa qeebaleefii akkas jedheen
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Ati worra turfamurraayyi jedheen
فتح الباري: [١٦٨/١١]
◉Kanaaf an badii danuun hojjadha Rabbiin du'aa'iikoo naaf hin qeebalu jennee du'aa'ii kadhachuu dhiisuu hin ta'u
Rabbiin nuuf qeebala waan ta'eef yeroo hunda isa kadhachuu qabna
♻️ ͜͜͜͜͡͡͡ ͜͡ ͜͡ ͜͜͜͜͜͜͜͡͡͡͡͡͡͡ ͜͜͜͜͜͡͡͡͡ ͜͡ ͜͡ ͜͜͜͜͡͡͡ ͜͡ ͜͜͜͜͜͡͡͡͡ ͜͡ ͜͡ ͜͜͜͜͜͜͜͡͡͡͡͡͡͡ ͜͜͜͜͜͡͡͡͡ ͜͡ ͜͜͜͜͡͡͡ ͜͡ ͜͜͜͜͜͜͜͜͜͜͜͡͡͡͡͡͡͡͡͡͡ ͜͡ ͜͡ ͜͜͜͜͜͜͜͜͜͜͜͜͡͡͡͡͡͡͡͡͡͡͡ ͜͜͜͜͜͜͜͡͡͡͡͡͡͡ ͜͡ ͜͜͜͜͜͡͡͡͡ ͜͡ ͜͡ ͜͜͜͜͜͜͜͜͜͜͜͡͡͡͡͡͡͡͡͡͡ ͜͡ ͜͡ ͜͜͜͜͜͜͜͡͡͡͡͡͡͡ ͜͡ ͜͡ ͜͜͜͜͜͜͜͡͡͡͡͡͡͡ ͜͡ ͜͜͜͜͜͜͜͡͡͡͡͡͡͡ ͜͜͡͡ ͜͜͜͜͜͜͜͡͡͡͡͡͡͡ ͜͜͜͜͜͜͜͡͡͡͡͡͡͡ ͜͜͜͜͜͜͜͜͡͡͡͡͡͡͡͡ ͜͡ ͜͜͜͡͡͡ ͜͜͜͡͡♻️
◉Obboleewwan kiyya
Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa babbareedaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeerra barakallaahu fiikum
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
◉Ati Hojiinkoo waan gaarii miti aniyyuu Badiin hojjadha jettee lubbuu keetti gammaduu dhabuuniifi badiinkee danachuun
du'aa'ii kadhachuurraa akka ofbooda sindeebifne
Bar Rabbiin ati kadhattu Rabbii ibiliisa abbaa sheyixaanaatiif du'aa'ii isaa qeebaleedhaam!
Yeroo ibiliis Rabbiin akkas jedhee kadhatu sana
👇👇👇👇👇👇👇👇
Yaa Rabbi Hanga guyyaa qiyaamaatti Natursiisi jedhee kadhate
Rabbiinis s.w du'aa'ii isaa qeebaleefii akkas jedheen
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Ati worra turfamurraayyi jedheen
فتح الباري: [١٦٨/١١]
◉Kanaaf an badii danuun hojjadha Rabbiin du'aa'iikoo naaf hin qeebalu jennee du'aa'ii kadhachuu dhiisuu hin ta'u
Rabbiin nuuf qeebala waan ta'eef yeroo hunda isa kadhachuu qabna
♻️ ͜͜͜͜͡͡͡ ͜͡ ͜͡ ͜͜͜͜͜͜͜͡͡͡͡͡͡͡ ͜͜͜͜͜͡͡͡͡ ͜͡ ͜͡ ͜͜͜͜͡͡͡ ͜͡ ͜͜͜͜͜͡͡͡͡ ͜͡ ͜͡ ͜͜͜͜͜͜͜͡͡͡͡͡͡͡ ͜͜͜͜͜͡͡͡͡ ͜͡ ͜͜͜͜͡͡͡ ͜͡ ͜͜͜͜͜͜͜͜͜͜͜͡͡͡͡͡͡͡͡͡͡ ͜͡ ͜͡ ͜͜͜͜͜͜͜͜͜͜͜͜͡͡͡͡͡͡͡͡͡͡͡ ͜͜͜͜͜͜͜͡͡͡͡͡͡͡ ͜͡ ͜͜͜͜͜͡͡͡͡ ͜͡ ͜͡ ͜͜͜͜͜͜͜͜͜͜͜͡͡͡͡͡͡͡͡͡͡ ͜͡ ͜͡ ͜͜͜͜͜͜͜͡͡͡͡͡͡͡ ͜͡ ͜͡ ͜͜͜͜͜͜͜͡͡͡͡͡͡͡ ͜͡ ͜͜͜͜͜͜͜͡͡͡͡͡͡͡ ͜͜͡͡ ͜͜͜͜͜͜͜͡͡͡͡͡͡͡ ͜͜͜͜͜͜͜͡͡͡͡͡͡͡ ͜͜͜͜͜͜͜͜͡͡͡͡͡͡͡͡ ͜͡ ͜͜͜͡͡͡ ͜͜͜͡͡♻️
◉Obboleewwan kiyya
Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa babbareedaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeerra barakallaahu fiikum
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
Telegram
☪BAREEDINA ISLAAMUMMAA🌙
Gorsa babbareedaa
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
Seenaa Bareedaa kana
👉OPEN👇 tuqaatii
dubbisaa erraa
fayyadamaa
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
Seenaa Bareedaa kana
👉OPEN👇 tuqaatii
dubbisaa erraa
fayyadamaa
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣