Forwarded from Hamza Naik official (Hamza naik)
๐ Baqeeyfadhu sis ๐
. ----------- ---
Si yaadeetii miti
Sumaan hin daganne.
Akka ati na gantetti
Dandayee sin ganne.
Si eeguuttin jiru
Ture eegaan si jibbe.
Akka dur san seetee
Hin owwisin dibbee.
Yeroon si dubbisu
Boonuu faa feffeeta.
Osoon siihuun yaamin
Koostar jettee ceeta.
Carqii siif haa godhu
Eega kharaa buutee.
Namni hedduu jira
Si malees bar guutee.๐๐
From @jalala halal irra
@Hamzanaik1
@Hamzanaik1
. ----------- ---
Si yaadeetii miti
Sumaan hin daganne.
Akka ati na gantetti
Dandayee sin ganne.
Si eeguuttin jiru
Ture eegaan si jibbe.
Akka dur san seetee
Hin owwisin dibbee.
Yeroon si dubbisu
Boonuu faa feffeeta.
Osoon siihuun yaamin
Koostar jettee ceeta.
Carqii siif haa godhu
Eega kharaa buutee.
Namni hedduu jira
Si malees bar guutee.๐๐
From @jalala halal irra
@Hamzanaik1
@Hamzanaik1
Forwarded from Eid Ali Musa
Dhaamsa dhiira waa hubattuuf
Jaalalti tun waan rabbiin uumamaan nama kessatti uume waan taheef
Yeroo dubartii takkaa jaallattu
Kabajaa isii eeguudhaan jaaladhu
Nikaa godhachuuf jaaladhu
Hadha mana keeti godhachuuf jaaladhu
Haadha ilmaan keeti godhuuf jaaladhu
Horaa bulaa
Carraa tolaa
www.tg-me.com/edualimusa

Harkaa maratanii taa,urra suuta deemani sochii godhuutu caala
Guyyaan boruu maal akka fidee dhufu hin beeytu
Abdi murtee hin taiโin tattaaffi godhi
Hanqa dandeeyse ogummaa rabbi siif kannetti fayyadami
Abdi hin kutatin
Horaa bulaa
Carraa tolaa
www.tg-me.com/edualimusa
Guyyaan boruu maal akka fidee dhufu hin beeytu
Abdi murtee hin taiโin tattaaffi godhi
Hanqa dandeeyse ogummaa rabbi siif kannetti fayyadami
Abdi hin kutatin
Horaa bulaa
Carraa tolaa
www.tg-me.com/edualimusa
Forwarded from Hamza Naik official (Hamza naik)
Jaarsa jaartin jala duute. Ilmaan dubraa 5 qabu. Dubraa isaa kana namni 4 fuudhaf gaafate. Abbaan kun taa irra guddoo, taa itti aantu, ta itti aantu taartiba kanan 4 gurguddo kannu feedhe. Garuu miciyyoon isaa guddoon heeruma kana ni diidde. Sababa isiin Abba isii tajaajilte kunuunsu waan barbaadduf. Abbaan firra dubraa isiitti aanan 4 heerumsise. Miciyyoon guddoon hanga abbaan sii du'uu tajaajilte.
Eegaa abbaan isii du'ee booda dhamsaa inni kataabe Hogga laalan ( mana kana hanga obboleytin guddoon gammachu teessani jecha gammachu isii dhiste sanifu hangaa isiin heerumtu hin gurgurina) jaee barreesse.
Garuu obboleyyan isii 4 dhaamsa Abba sanii kana tolee hin janne. Manni gurgurame hundi qooda saani fuudhachu barbaadan. Osoo obboleytin isaani guddoon taa bakka itti hirkattu rabbi malee hin qabne yeroo mana kana gurgurre eessa dheyxi ja'aani hin yaadin hundi gurguura kana barbaadan.
Hogga obboleytin guddoon dubbii kana irra hin deebi'aani hubatte namticha mana biitu deemu bilbilte. Seena Abba isii kana itti hiimte amallee mana kana malee bakka biraa hin qabne hubaachiste akkanifi baati muraasaf hanga bakka biraa arkattu keessa akka jiraattu gaafatten. Inninis tolee rakko hin qabu ja'eeni akka keessa jiraattu hayyamef.
Manni namichaaf gurguramef mallaqninis isaan 5nif adda qoodamef. Cuufti isaanitu gara mana jaarsa sanii gammachun osoo obboleytin teenya guddoon eessa dheyxi hin yaadin deemani dacha'an.
Garuu obboleytin guddoon taa rabbiitti aamantu turte amallee akka rabbin waan isiin Abba isitti tolaa ooltefi taajajiltef jecha akka hin darbinen beeyti.
Baatii muraasa booda bilbiilli Abba mana irra itti bilbiilame rifaatte waan mana gahe bahija'uu deema jatte. Hogga itti dhufee dhifaama na godhi ani hanga amma bakkan deemu hin arkanne jatten. rakkoon qabu ani kana jecha hin dhufnee ja'een. Ani wannin dhufeef kanaafi miti ja'een. Garuu wannin an dhufeef xalayaa takka taa mana murtii irra taate sii kannufi ja'een. Ani mana kana akka mahriitti si kanne yoonifi barbaade si fuudhun barbaada ja'een. Yoonifi barbaddes ani bakkan irra dhufeettin deebi'a garuu akka lachutti mana si kanneetin jiraa ja'een.
Obboleytin guddoon booche gaalef akka rabbin galaata warra tooltu hojjate hin balleysine. Gaafi namichi inni gaafaten toole jatte isaati heerumte. Isaa wajjinis jiruu gammachu guutu taaten wajji jiraatan.
Kanarra
# hanga feete tooltu irra yoo hojjate rabbin galaata warra tooltu hojjatu hin ballessu. Haadha fi Abba faa toola itti oolu faa akkami?
# waan feete hojjadhu akkuma hojjatte
Senaa baredu tana share gotaan male biraan dabarina akkasuma page tenya like follow godhun nu hordofaa
@Hamzanaik1
@Hamzanaik1
@Hamzanaik1
Join godhun nu hordofa

Garaagarummaan guddoon mallaqaa fi yeroo jidduu jiruu maali yoo jenne
Mallaqa hanqa qabdu ni beeyta
Yeroo hanqam akka qabdu hin beeytu
Be smart
Yeroo tee itti fayyadami
Yeroon takka kutte if duuba hin deebitu
Horaa bulaa
Carraa tolaa
www.tg-me.com/edualimusa
Mallaqa hanqa qabdu ni beeyta
Yeroo hanqam akka qabdu hin beeytu
Be smart
Yeroo tee itti fayyadami
Yeroon takka kutte if duuba hin deebitu
Horaa bulaa
Carraa tolaa
www.tg-me.com/edualimusa
Forwarded from Hamza Naik official (Hamza naik)
Yaaa khan akkaan jaalatte qalbiin tiyya dhugaan...
Bojiteeti jirtaa to qalbii jaalalan...
Lubbu lamaaf sadi osonin qabaadhe...
Taka takka baase fidaa khan kee godhee...
Santu naaf gammachuu santu naaf hireedhaa...
Duniyaa guuturraa wlh sin jaaladhaa...
Fidaa khee haataatu lubbu too habibi...
Yaarasuulallah yaa ergamaa rabbii...
#sallalahu aleyhi wa sellam

Nama dogoggoree itti murteeysuuf hin jerjerin
Tarii wan isa dirqee jira taha
Atis yoom akka dogoggortu hin beeytu
Ilma namaa tahee kan hin dogongorre hin jiru
Quba tokko yoo namatti qabde shan gama kee qabamee jiraa beeki
Horaa bulaa
Carraa tolaa
www.tg-me.com/edualimusa
Tarii wan isa dirqee jira taha
Atis yoom akka dogoggortu hin beeytu
Ilma namaa tahee kan hin dogongorre hin jiru
Quba tokko yoo namatti qabde shan gama kee qabamee jiraa beeki
Horaa bulaa
Carraa tolaa
www.tg-me.com/edualimusa
Forwarded from Eid Ali Musa
Kufaatin yoo hin jiraatin hin barattu
Yoo hin baratin hin jijjiiramtu
Kayyoo keetitti gahuuf gufuun addaa adda si mudachuu mala obsaa fi murannoon qormaata kana dabri kayyoo te tan ful duraa sanitti gahuuf tattaafadhu
Horaa bulaa
Carraa tolaa
Yaada yoo qabaatte asiin na qunnami
๐๐๐
www.tg-me.com/edumussa
Join my telegram
www.tg-me.com/edualimusa
Yoo hin baratin hin jijjiiramtu
Kayyoo keetitti gahuuf gufuun addaa adda si mudachuu mala obsaa fi murannoon qormaata kana dabri kayyoo te tan ful duraa sanitti gahuuf tattaafadhu
Horaa bulaa
Carraa tolaa
Yaada yoo qabaatte asiin na qunnami
๐๐๐
www.tg-me.com/edumussa
Join my telegram
www.tg-me.com/edualimusa
Forwarded from Eid Ali Musa
Milkaawwiin waan ati yeroo cufa ijaan gartu miti
Maalif yoo jenne waan rabbiin boru siif kannu hin beeytu
Milkiin carraan hin dhuftu yoo jabaatte baratte male yoo jabaattee hojjatte malee
Sababa geeysuun si qabdi
Si milkeeysuun rabirraahi
Horaa bulaa
Carraa tolaa
www.tg-me.com/edualimusa
Yaada yoo qabaatte asiin na qunnami
www.tg-me.com/edumussa
Maalif yoo jenne waan rabbiin boru siif kannu hin beeytu
Milkiin carraan hin dhuftu yoo jabaatte baratte male yoo jabaattee hojjatte malee
Sababa geeysuun si qabdi
Si milkeeysuun rabirraahi
Horaa bulaa
Carraa tolaa
www.tg-me.com/edualimusa
Yaada yoo qabaatte asiin na qunnami
www.tg-me.com/edumussa
Forwarded from Eid Ali Musa
Waan ofii abbaatu jabeeyfata
Raammis baankiin kessani jabeeyfadha
Kan fedhii qabu sheeris bitadha
Biqiltuu takka ega dhaabde kununsa feeti mi
Baankiin raamisis akkuma biqiltuu sani haa kununsinuu
Raammis baanki keessani
Awwii Khadir Galatu
Abdurahman Hussen
Galatoomaa

ุจููููููููููุณููู
ุงูููููููู
ุงูุณูููููููููุงู ุนูููููููู ูุฑุญูููููููููููู ูููุฉุงููู
ูุจูููููููููููููููุฑูููููููุงุชูููููู
Gorsa hedduu Nu fayyaduudha
Qalbiidhaan dubbisaa
innis:
โโโโโโโโโโโโโโ
โMala/Gowwomsaa Sheyixaanaa
โโโโโโโโโโโโโโ
โYashabaabaa Dhiiraatiifi
โYaa Shabaatittii dubraa
โคMala/kayidii sheyixaanaarraa of eeggadhaa inni karaa ittiin nama gowwomsu hedduu waan qabuuf
โพKaraa inni ittiin nugowwomsee hedduu itti milkaa'e keessaa inni guddaan
โBadii hojjannerraa akka hi toobanne ofduubatti nuharkisuu isaatiifi ammas daddaballee akka badii balleessinu nu jajjabeesauu isaati
โAti ammallee ganaa dardara ganaa woggaa dheeraa jiraatta callifteetuma gama toobaatti hin fifiigin amma toobattee ammas bor badiitti deebita sanabooda lamuu toobaankee hin qeebalamu lamuu ati kan ibiddaa ta'uu keeti nuun jedha
โAmma callisiitii umrii shabaabummaa keetii kanatti fayyadamiitii
โwoggaa 50 yk 60 booda tawubaa qulqulluu toobattee gama Rabbii keetii deebita
โSana booda ibaadaarratti jabaachuun sitti hin cimu
jedhee nusodaachisuu isaati
โทAkkan jedhee kan qalbii keenyatti nu hasaasee dhuguma nutti fakkeessu kun sheyixaana Malli inni ittiin nu injifatu inni guddaan isa kana
โฑUlamoonni akkana jedhu:
"Bareechaati xiqqoo tureen toobadha ofiin jechuurraa of eegaa
Inni mala sheexaanni ittiin nama gowwomsu isa jabaadha"
nuun jedhu
โObboleessa kiyyaafii
Obboleettii kiyya
Kanaafuu Ammumarraa dafnee toobaa qulqulluu toobannee gama Rabbi keenyaa hadeebinu
โUtuu yeroo 1000 tokko badii hojjanneellee nutis yeroo 1000 tokko toobanne gama Rabbii keenyaa deebi'uu malee
โRabbirraa abdii muranne inni kana booda lamuu naaf hin araaramu jechuun badi badiidhaa oliiti
โhanga dandeenyu hunda badiirraa of fageessuu ha yaallu malee
Badii ojjadhe jennee Rabbirraa fagaachuu hin qabnu
Rabbi mala sheyixaanaa jalaa nuhaa baasu๐คฒ
โShear woliif godhaa
โโโโโฆโฆโโโโ
โObboleewwan kiyya
Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa guddaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeera barakallaahu fiikum
โฃโฃ โฃโฃ โฃโฃ โฃโฃ โฃโฃ โฃโฃ โฃโฃ โฃโฃ โฃโฃ
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA

Telegram
โชBAREEDINA ISLAAMUMMAA๐
Gorsa babbareedaa
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
Forwarded from Hamza Naik official (Hamza naik)
Nama Afaan oromoo dubbisuu hin beekne yoo ta'e malee Namni tokkollee ergaa kana dubbisu๐ malee ๐bira
hindarbin๐๐๐๐
hindarbin๐๐๐๐
Forwarded from Eid Ali Musa
Akka nama waaan cufa dhabetti harka qullaan jira jette yaada hin seenin
Mukni kun akka fakeenyaatti yoo laalle bara cufa ballii irraa buโaa
Garuu inni guddachaatuma deema jira
Guyyaan boru guyya haareya wan taheef abbdaataa jiraata
Guyyaan boru haareya abdii hin murin jabaadhu
Horaa bulaa
Carraa tolaa
www.tg-me.com/edualimusa
Mukni kun akka fakeenyaatti yoo laalle bara cufa ballii irraa buโaa
Garuu inni guddachaatuma deema jira
Guyyaan boru guyya haareya wan taheef abbdaataa jiraata
Guyyaan boru haareya abdii hin murin jabaadhu
Horaa bulaa
Carraa tolaa
www.tg-me.com/edualimusa
Forwarded from Eid Ali Musa
Namatti hin koflin
Namaas hin jejin
Qubaa namatti laattee ittin qoosin
Atis boru maal akka si mudatu hin beeytu
Warreen dhiraa ammoo dubartiin tun daima guddaadha yoo takka si jaalatte akka waan si malee namni biraa hin jirretti si jaalatti
Ati isi fuutee nikaa godhatte jaalala isii san bakaan gahuufi yoo hin dandeenye itti dhiyaatte akka isiin booda midhamtu hin godhin namni oboleeytii dhala qabu dubartii hin miidhu
Yoo dandeeysan tan jaalattan nikaa goradhaa fuudhaa yoo dadhabdan hujii tessanitti jabadha
Garuu dubartii miidhurraa of qusadhaa
Horaa bulaa
Carraa tolaa
Yaada yoo qabaatte asiin na qunnami
๐๐๐๐๐
www.tg-me.com/edumussa
Chanal kiyya join godhuf

Yoo namni si duuba si komachaa iyyaa oole ati irran kaayyatin
Akka fedhetti si komachaa iyyaa haa oolu ati kayyoo keetirraa if duuba hin deebi,in
Sareen nama hin beeyne hoggaa garte itti iyyitii
Waanin jau barbaade ifa na fakkaata
Horaa bulaa
Carraa tolaa
Yaada yoo qabaatte asiin na qunnami
www.tg-me.com/edumussa
Join godhuuf

โNama Milkaa'e jechuun :
โโโโโโข| โฟ |โขโโโโโ
โNama waan bareedaa malee hin dubbanne kan waan bareedaa malee hin dhaggeeffanneedha
โAmmas Ummata Akka waan Qabeenyasaanii eeggatanuuttii dubbiisaaniitiifi hojiisaanii tolchanii bareeffatanii eeggatudha .....!
โYaarabbi qalbiikeenya jaalala keetiin Nuuf guuti
Arraba keenya zikrii keetiin Nuuf jiisi
Qaama keenya ibaadaa keetiin nuuf jabeessi
Qalbiikeenya Beekumsa diiniifi duniyaatiin nuuf guuti
๐คฒAamiiiiiiiiin๐คฒ
๐ธ-๐-๐- ๐ธ-๐-๐๐ธ-๐ ๐ธ
โObboleewwan kiyya
Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa babbareedaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeerra barakallaahu fiikum
โฃโฃ โฃโฃ โฃโฃ โฃโฃ โฃโฃ โฃโฃ โฃโฃ โฃโฃ โฃโฃ
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
โโโโโโข| โฟ |โขโโโโโ
โNama waan bareedaa malee hin dubbanne kan waan bareedaa malee hin dhaggeeffanneedha
โAmmas Ummata Akka waan Qabeenyasaanii eeggatanuuttii dubbiisaaniitiifi hojiisaanii tolchanii bareeffatanii eeggatudha .....!
โYaarabbi qalbiikeenya jaalala keetiin Nuuf guuti
Arraba keenya zikrii keetiin Nuuf jiisi
Qaama keenya ibaadaa keetiin nuuf jabeessi
Qalbiikeenya Beekumsa diiniifi duniyaatiin nuuf guuti
๐คฒAamiiiiiiiiin๐คฒ
๐ธ-๐-๐- ๐ธ-๐-๐๐ธ-๐ ๐ธ
โObboleewwan kiyya
Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa babbareedaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeerra barakallaahu fiikum
โฃโฃ โฃโฃ โฃโฃ โฃโฃ โฃโฃ โฃโฃ โฃโฃ โฃโฃ โฃโฃ
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
Telegram
โชBAREEDINA ISLAAMUMMAA๐
Gorsa babbareedaa
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
Forwarded from Eid Ali Musa
Killeen yoo alaan cabxe nyadhamte haftii
Yoon kessan cabxe ammo jiruu haareya egaltii
Waani gaggaari cufti waan kessaa maddu malee gubbaa miti
Amalli gaariin kessaa madda
Bareedinni kessaa madda
Horaa bulaa
Carraa tolaa
www.tg-me.com/edualimusa
Yoon kessan cabxe ammo jiruu haareya egaltii
Waani gaggaari cufti waan kessaa maddu malee gubbaa miti
Amalli gaariin kessaa madda
Bareedinni kessaa madda
Horaa bulaa
Carraa tolaa
www.tg-me.com/edualimusa
Forwarded from Hamza Naik official (Na ik)
KAATIMAA BADDUU !!!
Yaa Rabbi rahmatuma keetiin Nagaya nu baasi ! ! !
Seenaa Ajaa'ibaa tana dubbisaa obboleyyan keessaniifis
SHARE godhaa akka waa hedduu irraa barattan Abdiin qaba .
-Seenaa aja'ibaa tan biyya khaliija Arabaa kana kessatti
yeroo dhihoo kessa raawatamte .
INTALA takka tan Muslimaa huccuu haphii qaama isii hin
sattarree mullisu Uffattee osoo
deemaa jirtu Iddoo super marketa tokkotti Intalti tun
Shekticha tokkoon walidhufani Shekni Akki ja'een " Yaa
Intala Muslimaa malif akkanati Huccuu haphii qaama qullaa
simuliftu tana kaayyattee badii daleyada Yoonifi ati akkana
jiru Malakulmowti ruuhii namaa fuudhu sifuudhe ati hin
khasaare " hoggaa ja'uun Intalti itti kofaltee Hanjamte
Sheka , " Hodho bilbilaan sikanna Rabbitti bilbili Malakulmowti
itti Ergi ja'iin " jatteen !!
shektichi rifateeti oso debisaa takka hin kaninif calja'ee
biraa kute hoggaa shekni tarkaanffii 10 tarkaan fate
Iyyeensa wahif ifbodati dhagahee hoggaa garagalee laalu
Intalte lafa dhoytee jirti hoggaa namuu Oriyan itala
olqabani laalan Duruun lubbuun keessaa baate jirti. INNAA
LILLAAH WA'INNAA ILEYH RAAJI'UUN.
Yaa Rabbii guddaa nuu haala badaa fi bakka badduu Ati
jibbitu jirruu du'a nufiddee kaatimaa nun balleesin..!
Aaamiiin
Obboleyyan keessaniif Share godhuu hin dagatinaa
Join ๐๐๐๐

Gonkuma nama biraa wajji ifin madaalin
Ani akkana ani namaa gadi ani kana hin qabu jete nama bira wajji ifin madaalin
Aduu fi jiiini yeroo takka waliin hin madaalaman
Isaan lachuu yeroo isaani eeggatanii ifan waan taheef
Waani marti yeroo eggatti malee toluun isaa hin oolu beeki
Horaa bulaa
Carraa tolaa
Yaada yoo naaf qabatte asiin na qunnami
www.tg-me.com/edumussa
Chanala kiyya join godhuuf