γSeenaa Akkaan Bareedduuγ
=======================
OBSAAN DUBBISI
β»β»β»β»β»β»β»β»β»β»β»β»β»β»β»β»β»β»β»
βBarataan_Yunivarsiitii_Tokko barsiisaa isaa
kan tahe "piroofeesera,, tokko wajjiin
iddoo bashannanaa taa'ee haasawa.
β======β====β’ββ’===β======β
β"Piroofeesarichi,, kun barattoota isaa
hunda keessaa barataa kana waan sirritti jaalatuuf akka hiriyyaatti godhee ofitti dhiheessa.
Osoo taa'anii wajji haasawan
fuuldura isaaniitiin hojjataa qulqulleessaa kan tahe namichi tokko kophee isaa baafatee kan biqiltuu fii marga naannoo haara galfannaa sana jiru kunuunsaa jiru argan.
β======β====β’ββ’===β======β
β"Barataan,, kun barsiisaa isaatiin akkana jedhe.
"Barsiisaa nuti lachuu har'a
mukoofnee jirra. Maaliif akkana hin goone?
β======β====β’ββ’===β======β
βNamicha kana kophee isaa kana jalaa fuunee eega dhoksinee booda
yommuu kophee isaa dhabu waan inni tahu maaf hin ilaalle?"
β======β====β’ββ’===β======β
β "Piroofeesarichis,, barataa isaa gateettii irra qaqqabaa β½"Yaa jaala koo hagam tokkoyyuu mukoofnee jiraannus harka qalleeyyii dararaatiin mukuu bahuu yookiin immoo gammaduu hin qabnu.
β======β====β’ββ’===β======β
β·Mee haga san nuti mallaqa qabna waan
taheef mallaqa keenya kanaan
gammachuu kanaa olii haa barbaannuu!
β======β====β’ββ’===β======β
βDeemii kophee namicha kanaa keessa
osoo inni hin argin mallaqa keessa kaahiiti deebi'i.
Sana booda yommuu kophee isaa deebi'ee godhatu waan inni tahu dhokannee wajji ilaallaa jedheen.!!
β======β====β’ββ’===β======β
β"Barataanis,, deemee akka barsiisaan isaa jedhe sanatti mallaqa hedduu fuudhee
osoo namichi isa hin argin kophee namichaa keessa kaayeetiin deebi'e.
Sana booda dhokatanii haala namichaa cal
jedhanii hordofuu jalqaban.
β======β====β’ββ’===β======β
β"Namichis,, dalagaa isaa xumuree kootii isaa godhatee kophee isaa kaawwatuu eegale. Haatahuu garuu kopheen isa
quuqee jennaan mulqatee gadi hargufe.
β======β====β’ββ’===β======β
βYommuu kophee isaa gadi hargufu
mallaqni hedduun keessaa gadi harca'e.
Namichi ni rafate. Naannawa isaa yommuu ilaalu eenyuu homtuu hin jiran.
βIrra deddeebiβee bitaa fii mirga isaa ilaale.
Garuu nama tokkoyyuu arguu hin dandeenye.
Namichis mataa isaa raasee mallaqa
guuratee kophii isaa keessatti kaawwate.
Sana booda kophee isa lammaffaas
yommuu kawwatuuf tahu bifa
walfakkaataa taheen mallaqa keessatti argate. Namichi amanuu hin dandeenye!
yoosuu jilbaan lafatti gadi jilbiiffatee
morma isaa gara samitti ol qabuudhaan
akkana jechuun iyye.
β======β====β’ββ’===β======β
β"Yaa Gooftaa koo! Kuni hundi
dhukkubsachuu haadha manaa kootii argiteetii mii.
Si malee eenyuu ishee akka
hin gargaarre waan beektuufii mii.
"Yaa Gooftaa koo! Kuni hundi ijoolleen koo daabboo nyaatan dhabanii akka rakkatanii jiran argiteetii mii.
β======β====β’ββ’===β======β
"Yaa Gooftaa koo galanni siif haa tahu!"jedhe.
β======β====β’ββ’===β======β
β"Baratichi,, yommuu haala namichaa kana
dhokatee daawwatuu fii dhagahu onneen isaa ni xuqamte. Ijji isaa imimmaan
guurte. "Piroofeesarichis,, akkana isaan jedhe "wanta duratti isa irratti yaadde
dalaguun mukuu bahuu fii itti gammaduu barbaadde caalaa isa kanaan akka gammachuu argatte shakkii hin qabu jedheen.
β======β====β’ββ’===β======β
β"Baratichis,, imimmaan isaa ija irraa haqataa "piroofeeser,, dhugaa isiniin jedha
wantoota hanga har'aatti na barsiiftan keessaa kan barumsa akka har'atti na
barsiiftanii hin beektan. Dhugaa dha fudhachuu irraa kennuun caaltuu dha" jechuun deebiseef. β€
β======β====β’ββ’===β======β
"Nutis maaloo wantoota gaggaarii qofa
haa yaadnuu maaliifuu kheeyriin har'aa
bori matuma keenyaaf deebitiiti!
β======β====β’ββ’===β======β
"Dubbistee "share godhuun sitti ulfaataa laata.
βΆJOIN godhachuus hin
βΆdagatinaa
β β β β β β β β β β
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA

Telegram
βͺBAREEDINA ISLAAMUMMAAπ
Gorsa babbareedaa
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
Forwarded from Abdulatif Man Official π (Abu Ali)
YouTube
Ka'abaa Gubbaa Ol behe gurbaan kun Qaanyii takka malee! π₯
Original Vedio:https://youtu.be/qMJAdHWeoPc
0:00-0:10 Eegala
2:00-5:00 ka'abaa
Ψ§ΩΩΩ Ψ΅ΩΩ ΩΨ³ΩΩ ΨΉΩΩ Ω ΨΩ Ψ― !
Obboleeyyan Kiyyaa Kabajamoo fi qaqqaalii β€πΉ Rabbiin bakkuma jirtan hundattuu isin haa tiisuu waanni takkalleen 10isinin dhibin du'ai teessan babbareedduuβ¦

Forwarded from Hamza Naik official (Hamza naik)
Watch "Duniya_video_aja'iba tan gorsaa gudda if keysa qabdu" on YouTube
https://youtu.be/WD_UYOHzzP0
https://youtu.be/WD_UYOHzzP0
YouTube
Duniya_video_aja'iba tan gorsaa gudda if keysa qabdu
Warrotan chanel kenyaf hariya tatan subscribe nuf godhu dagatina
Jiruu..... Dhugaa jiruu tana tan hubachu ykn yaadadhu qabnu... ..
Fawallahi rabbiitin khakhadha nutis ni dhumna duniyaanis ni dhumtii.......
Namni jiruu sa addunyaaf ykn duniyaf kanne duuniyanβ¦

γNAMA SALAATU FUULDURA DURA ISAA DABRUUγ
ββ’ββββ’βββ’β°ββ±β’βββ’ββββ
Byββ @B_ISLAAMUMMAA
β―Rasuulli ο·Ί Akkana jedha
ββ’ββββ’βββ’β°ββ±β’βββ’ββββ
Β«Nama tokkoo salaataa jiruu Namni biraa dhufee fuuldura isaa dabruu yoo barbaade ofirraa haadeebisu yoo didee dabruu fedhe ofiraa haa loluun Β»Jedhan
ββ’ββββ’βββ’β°ββ±β’βββ’ββββ
βImaamul Qurxubiin Akkana jedhan:
Ulamoonni meeshaadhaan ofirraa loluu miti jedhanii wolii galaniiru
β Sababiinsaa:
βQalbiidhaan salaatuurraa waan nama shaagaluuf
βKushuu'a waan nama duraa balleessuuf jedhan
ββ’ββββ’βββ’β°ββ±β’βββ’ββββ
β―Rasuulli ο·Ί Waa'ii namicha salaata keessa nama dura dabruu dhufuutiin akkas jedhan:
Β«Namni sun sheyixaanΒ»
Jechuun Hojiinsaa hojii sheyixaanaati jechuudha
ββ’ββββ’βββ’β°ββ±β’βββ’ββββ
Kanaaf nama salaataa jiru dura dabruurraa of haaqusannu
ββ’ββββ’βββ’β°ββ±β’βββ’ββββ
Nu'ii Salaata keessa jiruu Nama fuuldurakeenya dabruu dhufu hanga dandeenyuun ofirraa dhowwinu
ββ’ββββ’βββ’β°ββ±β’βββ’ββββ
Ψ ΩΩΨ― Ψ¬Ψ§Ψ‘ ΩΩ Ψ§ΩΩΨ±Ψ’Ω: ο΄Ώ Ψ΄ΩΩΨ§Ψ·ΩΩΩ Ψ§ΩΨ₯ΩΩΨ³Ω ΩΩΨ§ΩΨ¬ΩΩΩΩ ο΄Ύ.
βQur'aana keessattis
ο΄ΎΫshayaaxiinal iinsi wol jinniΫο΄Ώ jedhee dhufee jira.
ββ’ββββ’βββ’β°ββ±β’βββ’ββββ
π Fathul baarii Ibnu Hajar
ββ’ββββ’βββ’β°ββ±β’βββ’ββββ
Gorsa mimmi'aawaa Argachuu yoo barbaaddan
Channelππππ keenya kana join godhadhaa
β£β£ β£β£ β£β£ β£β£ β£β£ β£β£ β£β£ β£β£ β£β£ β£β£
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
ββ’ββββ’βββ’β°ββ±β’βββ’ββββ
Byββ @B_ISLAAMUMMAA
β―Rasuulli ο·Ί Akkana jedha
ββ’ββββ’βββ’β°ββ±β’βββ’ββββ
Β«Nama tokkoo salaataa jiruu Namni biraa dhufee fuuldura isaa dabruu yoo barbaade ofirraa haadeebisu yoo didee dabruu fedhe ofiraa haa loluun Β»Jedhan
ββ’ββββ’βββ’β°ββ±β’βββ’ββββ
βImaamul Qurxubiin Akkana jedhan:
Ulamoonni meeshaadhaan ofirraa loluu miti jedhanii wolii galaniiru
β Sababiinsaa:
βQalbiidhaan salaatuurraa waan nama shaagaluuf
βKushuu'a waan nama duraa balleessuuf jedhan
ββ’ββββ’βββ’β°ββ±β’βββ’ββββ
β―Rasuulli ο·Ί Waa'ii namicha salaata keessa nama dura dabruu dhufuutiin akkas jedhan:
Β«Namni sun sheyixaanΒ»
Jechuun Hojiinsaa hojii sheyixaanaati jechuudha
ββ’ββββ’βββ’β°ββ±β’βββ’ββββ
Kanaaf nama salaataa jiru dura dabruurraa of haaqusannu
ββ’ββββ’βββ’β°ββ±β’βββ’ββββ
Nu'ii Salaata keessa jiruu Nama fuuldurakeenya dabruu dhufu hanga dandeenyuun ofirraa dhowwinu
ββ’ββββ’βββ’β°ββ±β’βββ’ββββ
Ψ ΩΩΨ― Ψ¬Ψ§Ψ‘ ΩΩ Ψ§ΩΩΨ±Ψ’Ω: ο΄Ώ Ψ΄ΩΩΨ§Ψ·ΩΩΩ Ψ§ΩΨ₯ΩΩΨ³Ω ΩΩΨ§ΩΨ¬ΩΩΩΩ ο΄Ύ.
βQur'aana keessattis
ο΄ΎΫshayaaxiinal iinsi wol jinniΫο΄Ώ jedhee dhufee jira.
ββ’ββββ’βββ’β°ββ±β’βββ’ββββ
π Fathul baarii Ibnu Hajar
ββ’ββββ’βββ’β°ββ±β’βββ’ββββ
Gorsa mimmi'aawaa Argachuu yoo barbaaddan
Channelππππ keenya kana join godhadhaa
β£β£ β£β£ β£β£ β£β£ β£β£ β£β£ β£β£ β£β£ β£β£ β£β£
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
Telegram
βͺBAREEDINA ISLAAMUMMAAπ
Gorsa babbareedaa
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
πMALLATTOO RASUULA ο·Ί
JAALLACHUU
β°::::::::::::::::::::::::β°β―β±:::::::::::::::::::::::::::::::β±
π‘Sheek Zayid Bin Muhammad R H Akkas jedhan

π‘Mallattoon Rasuulaο·Ί Jaallachuu

Waan inni ajajeen buluu/Ajajasaa godhuu

Waaninni erra dhowwerraa fagaachuu

Karaasaaniirra deemuu ykn sunnaasaanii hordofuu

Waan Rasuulli ο·Ί Rabbirraa fidee ittiin dhufe hojiidhaan argamsiisuudhaan ykn itti hojjachuudhaan jiraachisuu
Fkn
β Areeda dheereffatuu
β Surree gabaabfatuufi
k.k.f

β Lubbuu ofii,
β Qabeenya ofiitiifi
β Maatii ofii hundarra Rasuulaο·Ί jaallachuudha

Aklaaqa Rasuulaaο·Ί Qabaachuu ykn Horachuu

Akkamitti yoo jette

β Duree,
β imaama,
β hoogganaafi
β karaa laallatanii deeman
π‘Qur'aanaπ‘ godhachuudhaani.

β Rasuularratti Rahmata buusuudhaan waan
πasii gadii kanaπ
π tuqii Seeni π

Assalamualyeekum Worahamtullaahi wobarakaatuhu
Kabajamtoota obboleewwan diinii
Kan finyoon islaamummaa wolitti nuhidhe kan bu'uura amantii keessanii baruu barbaaddan hundaaf nutis karaa bareedaa ta'een bu'uura amantii keenyaa isin barsiisuudhaaf qoppii hunda xumurree isiiniif dhihaanneerra kan isiniif ta'u filattanii hordofuun isinirraa eegama Mata duree asii gadii kana keessaa kan barbaaddan filadhaatii tuqaa hundinuu jira
π‘Barnoota Aqiidaa π‘
π‘Barnoota Salaataa π‘
π‘Barnoota seenaa/siiraa π‘
π‘Barnoota waa'ee iimaanaπ‘
π‘Barnoota Toowbaa π‘
π‘Barnoota Waa'ee Taqwaaπ‘

Forwarded from meerkurii Rabsitu Diini Official
#Yaadachiisa
Baatiin keessa jirru tun baatii kabajaati.jalqaba amata haarawwati.baatii seenaadhaati.
guyyaan kurnaffaa sambanni boruu guyyaa seena qabeessa. kan Rabbiin isa keessatti ergamaa isaa muusaafii warra isatti amanne injifannoon galche.
kan isa keessatti nyaapha isaa fir'oona balleesse. guyyaa soomanni isaa tokkichi balleessaa waggaa dabree guututti Rabbiin isa soomanuun namaaf araaramu.
guyyaa jabaa kana soomannee rabbiin haa kadhannuu. Sheer waliif godhaa keeyrii keessaa
qooda fudhadhaa.
Rabbiin jabaan nuhaa gammachiisu.

γ UMURIIKEE HANGA HAFTE TOLTUU OJJADHU INNI DARBE SIIF DHIIFAMAAγ
ΰΌΰΌ ΰΌΰΌ ΰΌΰΌ ββΏβ ΰΌΰΌ ΰΌΰΌ ΰΌ
βby BAREEDINA ISLAAMUMMAAβ
πFudeyil bin iyaad namni jedhamu gurbaa tokkoon umriinkee meeqa? jedhaniin
βββββ ββΏβ ββββββ
πGurbaanis Woggaa jahaatama jedheen
βββββ ββΏβ ββββββ
πFudeyil:
Ati erga woggaa jaatamaatii gama Rabbii achi deemaa jirta biragahuu kaateetta jechuudhakaa
βββββ ββΏβ ββββββ
πGurbaa:
Ψ₯ΩΨ§ ΩΩΩ ΩΨ₯ΩΨ§ Ψ₯ΩΩΩ Ψ±Ψ§Ψ¬ΨΉΩΩ jedhe
Hiikkaan isaa:
Nuti Gabricha Rabbiiti Gamuma isaatti achi deebina
βββββ ββΏβ ββββββ
πFudeyil:
Hiikkaa jecha kanaa nibeekta mitii jedheen
Eega beekteegaa
Namni gabricha Rabbii tahuu ofbeeke Gama Rabbiisaa akka deemaa jiru of haabeeku
Namni gama Rabbiisaa s.w akka deemaa jiru ofbeeke akka fuuldura Rabbiisaa dhaabbachuu deemu haabeeku namni akka fuuldura Rabbiisaa dhaabbachuu deemu of beeku tokko tokkoon waan hojjateetiif deebisaa haaqoppeeffatu jedheen
βββββ ββΏβ ββββββ
πGurbaanis:
Furmaannikoo/Mallikoo maaliree jedhe
βββββ ββΏβ ββββββ
πFudeyil:
Innillee Waan laafaadha
βββββ ββΏβ ββββββ
πGurbaa:
Maali inni?
βββββ ββΏβ ββββββ
πFudeyil:
Umriikee hanguma hafte kana keessatti toltuu hojjadhu kan dabre Rabbi siif araaramaa
Beeki yoo ati umuriikee hanga siif afte keessatti hamtuu hojjatte kayirii ati dabarsite sijalaa balleessiti hojiin xumura isiitu laalama waan taheef. Jedheen
βββββ ββΏβ ββββββ
Kanaaf
Nutimmoo gorsi kun nama umrii 60 qofaaf akka waan godhameetti laaluu hin qabnu maaliif yoo jettan guyyaa du'a keenyaa hinbeeknu hiriyoonni keenya meeqatu nubiraa godaanani umuriin isaanii 60 bira ol darbeefii miti qaxaroo isaaniitu gahe keenyas utuu gahee akkanuma nus fuudheetuma deema
Malli ykn furmaanni nuti qabnu tokkittiin hanga duniyaa kanarra jiraannutti toltuudhuma hojjatachuudha
Adaraa sheyixaanni akka nuhingowwomsine Rabbi nuuf haatolchu.
ΰΌΰΌ ΰΌΰΌ ΰΌΰΌ ββΏβ ΰΌΰΌ ΰΌΰΌ ΰΌ
Join gootan malee bira hin
darbinaaπ
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
ΰΌΰΌ ΰΌΰΌ ΰΌΰΌ ββΏβ ΰΌΰΌ ΰΌΰΌ ΰΌ
βby BAREEDINA ISLAAMUMMAAβ
πFudeyil bin iyaad namni jedhamu gurbaa tokkoon umriinkee meeqa? jedhaniin
βββββ ββΏβ ββββββ
πGurbaanis Woggaa jahaatama jedheen
βββββ ββΏβ ββββββ
πFudeyil:
Ati erga woggaa jaatamaatii gama Rabbii achi deemaa jirta biragahuu kaateetta jechuudhakaa
βββββ ββΏβ ββββββ
πGurbaa:
Ψ₯ΩΨ§ ΩΩΩ ΩΨ₯ΩΨ§ Ψ₯ΩΩΩ Ψ±Ψ§Ψ¬ΨΉΩΩ jedhe
Hiikkaan isaa:
Nuti Gabricha Rabbiiti Gamuma isaatti achi deebina
βββββ ββΏβ ββββββ
πFudeyil:
Hiikkaa jecha kanaa nibeekta mitii jedheen
Eega beekteegaa
Namni gabricha Rabbii tahuu ofbeeke Gama Rabbiisaa akka deemaa jiru of haabeeku
Namni gama Rabbiisaa s.w akka deemaa jiru ofbeeke akka fuuldura Rabbiisaa dhaabbachuu deemu haabeeku namni akka fuuldura Rabbiisaa dhaabbachuu deemu of beeku tokko tokkoon waan hojjateetiif deebisaa haaqoppeeffatu jedheen
βββββ ββΏβ ββββββ
πGurbaanis:
Furmaannikoo/Mallikoo maaliree jedhe
βββββ ββΏβ ββββββ
πFudeyil:
Innillee Waan laafaadha
βββββ ββΏβ ββββββ
πGurbaa:
Maali inni?
βββββ ββΏβ ββββββ
πFudeyil:
Umriikee hanguma hafte kana keessatti toltuu hojjadhu kan dabre Rabbi siif araaramaa
Beeki yoo ati umuriikee hanga siif afte keessatti hamtuu hojjatte kayirii ati dabarsite sijalaa balleessiti hojiin xumura isiitu laalama waan taheef. Jedheen
βββββ ββΏβ ββββββ
Kanaaf
Nutimmoo gorsi kun nama umrii 60 qofaaf akka waan godhameetti laaluu hin qabnu maaliif yoo jettan guyyaa du'a keenyaa hinbeeknu hiriyoonni keenya meeqatu nubiraa godaanani umuriin isaanii 60 bira ol darbeefii miti qaxaroo isaaniitu gahe keenyas utuu gahee akkanuma nus fuudheetuma deema
Malli ykn furmaanni nuti qabnu tokkittiin hanga duniyaa kanarra jiraannutti toltuudhuma hojjatachuudha
Adaraa sheyixaanni akka nuhingowwomsine Rabbi nuuf haatolchu.
ΰΌΰΌ ΰΌΰΌ ΰΌΰΌ ββΏβ ΰΌΰΌ ΰΌΰΌ ΰΌ
Join gootan malee bira hin
darbinaaπ
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
Telegram
βͺBAREEDINA ISLAAMUMMAAπ
Gorsa babbareedaa
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
Forwarded from Hamza Naik official (Hamza naik)
YouTube
Gojjo Afaan galanaa walalo hariyaa tana dhaggeyfadhaa new peom
share subscribe godhun dagatina
Dhageyfadhaa
Senaa abdisaa agaa fi gotowwan kenyaa khan birallee
Bbc fi maddowan addaa addaa khan birra irrahile arkachu ni dandeysan
Sharee godhun nu cinaa dhabbadhaa
#subscribe godhun dagatinaa

πOBOOLEEWWAN KIYYA WORRI πWAANπ πKANA AMMA DURA HIN ARGIN YOO JIRATTAN MEE πSEENAATII ILAALAA
πBAARAKALLAAHUπ
π FIIKUMπ
πBAARAKALLAAHUπ
π FIIKUMπ
πGaafasana Booyiπ
π§nafsiyyaa keetiifi fedhinnaa lubbuukeetiitiin injifatamtee gaafa laaftuudhumatti badii keessa seente
π§Ojii kayirii utuu laaltuu gaafa/yeroo hojjachuurraa ofduubatti arkifattu/jettu
π§Ojii hamtuummoo hamtuu tahuusaa osoo beektuu gaafa hojjattu
π§Muuziqaafii diraamaa fiilmiin adda addaa onneekee sirifachiisee Qur'aanaafimmoo gaafa onneenkee goggogdu/Rifachuu dhabdu
π§Duniyaadhaafi isii carraaquuf asiifi achi osoo fiigduu Aakiraa keetiif gaafa tattaaffii/carraaqqii/dantaa dhabdu
π§Gaafa salaannikee tapuma sijalaa taate Rukuu'aafi sujuudnikee gaafa sochiidhuma isphoortii qofa sijalaa taate
π§Yerookee woma waatokko faayidaa siif hinqabnetti gaaf ofjalaa balleessite kayirii tokko utuu ati hin dabalatin guyyaan dhufeetuma yeroo/hogguu sirra dabru
π§Ulaan tawubaa yeroo hunda banaa utuu jiruu olseenuu yeroo/hogguu murannaa dhabdu
π§Qiyaamaan dhihaachuu osoo beektu Qoppii gahaa aakiraa keetiif ogguu qoppaa'uudhabdu
EEYYEEN GAAFA SANA BOOYI
@bislaamummaa
[Gorsi keenya kun yoo isin gammachiise
ππππππ](www.tg-me.com/bislaamummaa)

π‘Rasuulli s.a.w Muslimni akka itti wolirraa haqa qabu nutti himu haqa jechuun haqa shariikummaa haqa saahibummaa kan wojjin jireenyaa
ββββββββͺββ«βββββββ
BYβ π‘ @B_ISLAAMUMMAA
ββββββββͺββ«βββββββ
Muslimni Muslimarraa haqa shan qaba jedhan
ββββββββͺββ«βββββββ
(βΆ)Salaamataa hoggaa obboleessi muslimaa tokko siin jedhe atis jalaa deebisuu
ββββββββͺββ«βββββββ
(β·)Yoggaa inni dhukkubsatee bira dhaqxee gaafattee jajjabeessuu
ββββββββͺββ«βββββββ
(βΈ) Yoggaa inni du'e eega erratti salaattee kaatee boodas janaazaasaa jala deemtee geggeessuu
ββββββββͺββ«βββββββ
(βΉ) Hoggaa inni si waame waan haraamaarratti yoo hin ta'in jala deemuu ykn wojjin deemuu
ββββββββͺββ«βββββββ
(βΊ) Yoggaa inni axxiffatee Alhamdu lillaah jedhe atis yarhamukallaah jettee eebbisuudha
ββββββββͺββ«βββββββ
β Namni yoggaa haqa amma dubbanne shanan kana woliif guutan jidduu isaaniitti jaalala wol kabajuu wol mararfatuutu argama
ββββββββͺββ«βββββββ
Wol jibbuu, wolitti inaafuu, wol tuffachuufi k.k.f Qalbiirraa ni qulqullaa'a
ββββββββͺββ«βββββββ
Nama haqa wolii guutee wol jaallatu Rabbi Nuhaa taasisu
ββββββββͺββ«βββββββ
Channel keena kana Akka JOIN
Godhattanii faayidaa guddaa erraa argattanu kabajaafi jaalala guddoodhaan isin affeerra isin seentaniituma join tuquu qofa
β£β£ β£β£ β£β£ β£β£ β£β£ β£β£ β£β£ β£β£ β£β£ β£β£
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
ββββββββͺββ«βββββββ
BYβ π‘ @B_ISLAAMUMMAA
ββββββββͺββ«βββββββ
Muslimni Muslimarraa haqa shan qaba jedhan
ββββββββͺββ«βββββββ
(βΆ)Salaamataa hoggaa obboleessi muslimaa tokko siin jedhe atis jalaa deebisuu
ββββββββͺββ«βββββββ
(β·)Yoggaa inni dhukkubsatee bira dhaqxee gaafattee jajjabeessuu
ββββββββͺββ«βββββββ
(βΈ) Yoggaa inni du'e eega erratti salaattee kaatee boodas janaazaasaa jala deemtee geggeessuu
ββββββββͺββ«βββββββ
(βΉ) Hoggaa inni si waame waan haraamaarratti yoo hin ta'in jala deemuu ykn wojjin deemuu
ββββββββͺββ«βββββββ
(βΊ) Yoggaa inni axxiffatee Alhamdu lillaah jedhe atis yarhamukallaah jettee eebbisuudha
ββββββββͺββ«βββββββ
β Namni yoggaa haqa amma dubbanne shanan kana woliif guutan jidduu isaaniitti jaalala wol kabajuu wol mararfatuutu argama
ββββββββͺββ«βββββββ
Wol jibbuu, wolitti inaafuu, wol tuffachuufi k.k.f Qalbiirraa ni qulqullaa'a
ββββββββͺββ«βββββββ
Nama haqa wolii guutee wol jaallatu Rabbi Nuhaa taasisu
ββββββββͺββ«βββββββ
Channel keena kana Akka JOIN
Godhattanii faayidaa guddaa erraa argattanu kabajaafi jaalala guddoodhaan isin affeerra isin seentaniituma join tuquu qofa
β£β£ β£β£ β£β£ β£β£ β£β£ β£β£ β£β£ β£β£ β£β£ β£β£
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
Telegram
βͺBAREEDINA ISLAAMUMMAAπ
Gorsa babbareedaa
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
#Mallattoolee laafina imaanaa mulβisan keessaa muraasni:-
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
β’ Haraama dalaguu fi waan dalagan sanitti sheenawuu dhabuu.
β’ Onnee goggoyduu qabaachuu fi qurβaana dubbisuu hifatuu.
β’ Toltuu dalaguu irraa hifatuu, Salaata yeroo isaa dabrsuun salaatuu.
β’ Dalagaawwan Sunnaa taβan guutumaan guututti dhiisuu.
β’ Waanuma xiqqoof dallanuu, saniifis of cinquu.
β’ Yeroo aayaata waaβee Azaabaa dubbatan dhagahan rifatuu dhabuu.
β’ Zikrii godhuu fi Rabbi yaadatuu irraanfatuu.
β’ Yeroo wantootni shariβaa faallessan dalagaman dallanuu dhabuu.
β’ Aangoo fi qabeenyaaf qofaf bololuu.
β’ Maallaqa qaban qusatuuma qofaafii qorqodaa taβuu, namaaf qooduu jibbuu
β’ Namoonni kaawwan akka gaarii dalagan ajajuu, kan ufiitii garuu hamtuu keessa cuubamuu.
β’ Kufaatii namaatti gammaduu, milkaaβinaa namaatti hinaafuu.
β’ Wantoota haraama taβan irraa fagaataa kanneen Jibbamaa taβan ammoo dalaguu.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
#YAA RABBI #imaana keenya guutuu nuuf taasisi.
By Al_risala tube
Miseensa garee keenyaa akka taatan kabajaafi jaalalaan isin affeera

β€οΈRasuulaβ€
β€οΈkeenyarrattiβ€οΈ
β€Rahmata β€
β€Roobsuu β€
β€hin dagatinaaβ€