Telegram Web Link
HADHAKOON JAALLADHA NAMNI JEDHU QOFTI HA DUBBISU

Shear Shear Shear

💌 Haqa :::::: Haadhaa ::::::♥️♥️

@b_islaamummaa 👈

1- ☞Sagaleekee Sagalee isiirra olkaaftee itti hin dubbatin

2-☞Wol_Mormii Nama aarsu isiidhaa woliin hin mormin

3☞-Utuu isiin dubbattee afaanii hin fixatin itti hin dubbatin

4-☞Maqaa isiitiin hin waamin

5-☞Utuu isiin Raftee hinquufin irribarraa hin kaasin

6-☞Haajaadhaaf yoota'e malee fuuldurasii buutee hin deemin

7-☞Akka gabrichi sayyida isaatiif ofgadi qabutti atis haadha keetiif of gadi qabii ajajamiif

8-☞Utuusiin siwaamtee afaanii hin fixatin jalaa owwaadhu

9-☞Manaa baatee ala/bakkee erraa hin turin

10-☞Isiitti aartee ija itti hin babaasin

11-☞Dubbii itti hin jajjabeessin afaan laafaadhaan wojjin haasa'i

12-☞Dubbiisii dantaa/haajaa erraa hin dhabin

13-☞Karoora isiitiifi yaada isii arkatti hin tuffatin

14-☞Yeroo isiin cinqamtu maaltaate? mee akkam haagoonuree akkas goonuu laata jedhiitii wojjin maryadhu

15-☞Yeroo isiin Waa Rakkatte gargaariin

16-☞Yeroo isiin dhukkubsatte mana yaalaa geessi

17-☞Yeroo isiin offata dhabde offata bitiifi

18-☞Haadhakoo Haajaankee hundi haajaa kooti jedhiin

19-☞Yaadasii erraa furadhu harkatti hin didin

20-☞Firoottan isii Maxxanfadhuuf

22☞-Jaalalleewwan isii jaalladhuuf

23-☞Abaarsa isiirraa Of eeggadhu

24-☞Isii aarsuurraa jabeessii of eegi

25☞-Waan galuufii dhabe suuta jedhiitii ifsiif

26-☞Istaayila isiin beektuufi afaan isiin beektuun wojjin haasa'i
istaayila araadaa isa jedhan sana isiirratti hin dubbati

27-☞Eebba isii erra barbaadi

28-☞Eebba isii saammadhu

29-☞karoorakee isii hin dhoksin

30-☞Utuu isiin hin taa'in ati dura buutee hin taa'in

@b_islaamummaa 👈

Worra waan dubbateefi waan dhaga'etti ojjatu Rabbi nuhaa taasisu😥
Obbolaawwan keenyaafi obboleettowwan keenyaaf shear haagoonu☜☜☜☜


💌::::::::::::::Telegram:::::::::::💌
Gareekana isin hundi join godhachuun gorsa babbareedaa akka erraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeera ☜☜☜
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷
👌Bareedina diin keenyaa beekuun Tokko tokkoo keenyarratti dirqama
🌹 Bareedina diin keenyaa beekuun Akkanuti diinii keenya jaallannee yeroo hunda gammachuun jiraannu nutaasisa
Kanaaf nutis bifa bareedaa ta'een Barewdina diinii keenyaa wol hubachiisuuf waan of qoppeessineef isinis
JOIN
Tuqaatii nuhordofaa
👍Isinkabajna isin jaalnna🌹
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Mi'aa Milkaa'inaa fii obsaa.

﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

• Mi’aa milkaa’inaa, obsaa fi carraaqqi waliin dhandhaman.

Namni milkaa’innaaf tarkaanfi jalqabe ni carraaqa. Namni carraaqu immoo ni obsa. Namni obse immoo In sha Allah ni milkaa’a.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

•Yeroo rakkoo obsuuf waa lama of yaadachiisi.

~1ffaa: mindaa obsaan argamu- yommuu obsitu mindaa fi milkaa'inni guddaan si fuundura akka jiru abdadhu. Dhugumatti Rabbiin olta’aan ni jedha: “Warri obsan mindaan isaanii kan isaaniif kennamu lakkoofsa maleedha.” Suura Az-Zumar 39:10

﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
~2ffaa: yoo obsuu dhiiste wanta dhabduu fi miidhaa sirra gahuu yaadadhu. Namni balaa isatti bu'eef yoo obsuu dhiise, kan duraan dhabe caalaa waan biraa dhaba. Akkasumas, miidhaa guddaa ofirraan geessa.

﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
👇Join godhaa erraa fayyadamaa baarakallaahu fiikum👇

https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
◈Murtee Nama Qobaasaa salaata eegalee
➠eegas booda salatni jama'aa kan biraa is boodaa eegalame akkam ta'a
✾••┈┈┈••✾•◆✾••┈┈┈••✾•◆
By➱ @B_ISLAAMUMMAA
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~

❍Sheek Saalih AlUseyminii
Rahima hullaah.
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
❪✵❫Gaaffii:
''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''
Masjiida dhufeetan salaatni waan xumurameef qobaattin salaatuu eegale
Anumaa salaatuutti jiruu ummanni boodarra dhufan qobaatti jama'aa biraa eegalan
An Raka'aa tokko qofan salaatee akkamin godha?
⭕️Akka Rabbiitti wonni nama gorsu beeku maaltu jira.....
••┈┈┈┈┈┈✾┈┈┈┈┈┈┈••

🟢 Waa'ii sagaleerraa...
{ وَاغْضُضْ مِن صَوْتِكَ ۚ }
[Sagaleekee gai qabi in lallabin:(luqman 19)
••┈┈┈┈┈┈✾┈┈┈┈┈┈┈••

🟢 Waa'ii akkaataa deemsaa keessatti....
وَلَا تَمْشِ فِي الْأَرْضِ مَرَحًا ۖ
[Haala Boonaa taateen ykn
haala koortuun dachiirra hin deemin,(Al Isra 37)
••┈┈┈┈┈┈✾┈┈┈┈┈┈┈••

🟢Akkaataa waa itti ilaaltu...

{وَلَا تَمُدَّنَّ عَيْنَيْكَ}
[Waan nuti kaafiraaf goone hunda Ajaa'ibdee ijakee jala hin oofin,(Xaha 131)
••┈┈┈┈┈┈✾┈┈┈┈┈┈┈••

🟢Waa'ee dhokatanii wol dhaggeeffachuu...
{ وَلَا تَجَسَّسُوا}
[Badii wolii wol jala deddeemtanii hin qoqqotinaa,(Al Hujuraat)
••┈┈┈┈┈┈✾┈┈┈┈┈┈┈••

🟢Akkaataa Nuti itti nyaata nyaannu...
وَكُلُوا وَاشْرَبُوا وَلَا تُسْرِفُوا ۚ
[Nyaadhaatii dhugaa garuu hin qisaasinaa ykn hin balleessina ykn itti hin xabatinaa,(A'araaf 31)
••┈┈┈┈┈┈✾┈┈┈┈┈┈┈••

🟢Akkaataa dubbi itti dubbannu...
{وَقُولُوا لِلنَّاسِ حُسْنًا }
[Ilma Namaatti Dubbii babbareedduu dubbadhaa,(Baqaraa 83)
••┈┈┈┈┈┈✾┈┈┈┈┈┈┈••

🟢Akkaataa itti namaa wojjin wolbira taa'uu qabnu...

{ وَلَا يَغْتَب بَّعْضُكُم بَعْضًا ۚ }
[Gariin keessan Garii akka hin komanne/hin hamanne,(Al Hujuraat 12)
••┈┈┈┈┈┈✾┈┈┈┈┈┈┈••

🟢Waa'ee wol kabajuu...

{لَا يَسْخَرْ قَوْمٌ مِّن قَوْمٍ }

[Ummanni tokko ummata kaanitti qishnaa hin godhin ykn itti hin xabatin, (Al Hujurat 11)
••┈┈┈┈┈┈✾┈┈┈┈┈┈┈••

🟢Akkaataa itti yaada toluu qabnu...
{ إِنَّ بَعْضَ الظَّنِّ إِثْمٌ ۖ }

[Se'aan/shakkiin tokko tokko ykn shakkiin gariin
badiidha/ma'asiyaadha/diliidha (Al Hujuraat 12 )
••┈┈┈┈┈┈✾┈┈┈┈┈┈┈••

🟢 Akkaataa adaba keenyaa...

{وَلَا تَقْفُ مَا لَيْسَ لَكَ بِهِ عِلْمٌ ۚ }

[Waan hin beekne tokko akka nama beekuutti keessa seentee/galtee wolitti hin laaqin ykn waoliin hin dha'in
(Al a'araaf 36)
••┈┈┈┈┈┈✾┈┈┈┈┈┈┈••

🟢Waa'ee erra woliif dabruu/dhiifama woliif godhuu...

{ ۖ فَمَنْ عَفَا وَأَصْلَحَ فَأَجْرُهُ عَلَى اللَّهِ ۚ }
[ Namni dhiifama namaaf godhee ka'ee nama sanarratti toltuu oole/ojjate Mindaansaa Rabbi biratti taatuudhaaf (Shura 40)
••┈┈┈┈┈┈✾┈┈┈┈┈┈┈••
Mee obboleewwankoo Akka Rabbiitti kan tolchee nama gorsuu beeku jiraa
••┈┈┈┈┈┈✾┈┈┈┈┈┈┈••
Alhamdu lillaah kan Rabbiin muslima nugodhe
🤲Nama gorsa Rabbiisaallee qeebalu/Fudhatu Rabbi nuhaa taasisu🤲
••┈┈┈┈┈┈✾┈┈┈┈┈┈┈••
Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa guddaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeera barakallaahu fiikum

⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣

https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
👍OBOOLEEWWAN KIYYA WORRI 👇WAAN🏝 👇KANA AMMA DURA HIN ARGIN YOO JIRATTAN MEE 👇SEENAATII ILAALAA
🏝BAARAKALLAAHU🏝
🏝 FIIKUM🏝
Abuu sulaymaan addaaraaniin rabbi rahmata isaaf haagodhuu
Akkana jedhe:
Baay'ee waatoleef nama tarkaanfii takka rabbii jecha tarkaanfate kan isii dhaan fuula rabbii male waabiraa hinfedhin.

Waan hojjannuufi waan dubbannu
Kan barannuufi
Barsiifnu
Kan qalbii keessatti yaannu
Fuula rahmaan barbaachaaf
Qofa nuufa taasisu.

Barnoota Asirraa darbu Obboleewwan keessaniifi obboleettowwan keessanis erratti nuuf affeeraa isiniin jenna
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@shekseefuddiin
Gorsa bareedduu

Ibnul qayyim rabbi isaaf
rahmata hagodhuu
Akkana jedhe:

Namni guyyaan juma'aa isaa fayyaa (nagaa)taateef
Guyyoonni torbanii hunduu isaaf nagaa ta'uuf.

Namni jiini ramadaanaa isaa nagaa(fayyaa) ta'eef waggaan(amanni guutuun isaaf nagaa ta'u.

Namni hajjiin isaa nagaa(fayyaa) ta'e umuriin isaa guutuun isaaf nagaa ta'a.
Guyyaan jimaataa madaallii torbaniiti.
Baatiin soomaa madaallii waggaati.
Hajjiin ammoo madaallii umurii guutuuti.
Ikhlaasni kee madaallii dalagaakee maraati.

Maddi kitaaba
Zaadul ma'aadi
J.1/386.f.

قال ابن القيم رحمه الله تعالى:

من صح له يوم جمعته وسلم،
سلمت له سائرجمعته.

ومن صح له رمضان وسلم ،
سلمت له سائر سنته.

ومن صحت له حجته وسلمت ،
صح له سائر عمره.

فيوم الجمعة ميزان الأسبوع،
ورمضان ميزان العام،
والحج ميزان العمر،
وإخلاصك ميزان عملك.

زاد المعاد ج١/ ٣٨٦.ص

sayfuddiin
👇👇👇👇👇

https://www.tg-me.com/shekseefuddiin
🍇🍎SOORATA QALBII🍔🥗
▣▬▬▬❁▬▬◤◢▬▬❁

❁ waan namni haajaaf si gaafate tole jette hajaa namaaf baasuun gaariidha.

Garuu, Nama haajaan itti jirtu kan haajaa isaa saniif si gaafachuu hin dandeenye rakkoo isaa beekteefii yookaa hubbatteefii haajaa isaa baasuutu irra gaariidha.
---------------------------------------------------
❁ Atiin kun! Jireenya amma keessa jirtu kana hin jaalanne ta'a, garuu yaaddee beektaa akka namoonni hedduun jireenya akka ati keessa jirtuu kana kan hawwee argachuu dadhabe akka jiru. Kanaaf shukrii heddummeessi.
---------------------------------------------------
Ibrahim 14:7
« وَإِذْ تَأَذَّنَ رَبُّكُمْ لَئِن شَكَرْتُمْ لَأَزِيدَنَّكُمْۖ وَلَئِن كَفَرْتُمْ إِنَّ عَذَابِى لَشَدِيدٌ »
{Gaafa rabbiin keessan beeksise yaadadhaa, yoo wantan an isiniif kenne irratti na galatoomfattan isiniif dabala, Ammoo yoo galata galchuu diddan isin qixaata.}
▣▬▬▬❁▬▬◤◢▬▬❁

Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa guddaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeera barakallaahu fiikum

⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣

https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
❂GORSA QALBII❂
▣▬▬▬❁▬▬◤◢▬▬❁▬▬▬▣

Rabbi (s.w) akkana jedha:-
“Yaa warra amantan! Rabbiin sodaadhaa lubbuunis waan boriif dabarfatte haa ilaaltu.”
« ولتنظر نفس ما قدم ت لغد »
▣═════
Gaflaa/Daguu jechuun: dhukkuba hamaa qalbii namaa tuqu,akkuma dhukkubni yoo qaama namaa tuqe, ija balleessee arguu dhoorgu, gurra balleessee dhagayuu dhoorgu, qaama namaa irraa waan tokko balleessee waan silaa uumameef dalaguu dhoorgu, gaflaanis dhukkuba akkasitti gabricha qalbii isaa balleessee akka inni waan isarraa eeggamu hin dalagne isa taasisu/laamshessu jechuudha.

० « ياويلنا قد كنا في غفلة من هذا »

▣═════
Beekkumsi dawaa waa hundaati: Namni rabbiin keeyrii guddoo isaaf fedhee/jaalate Diin keessatti beekaa isa godha, waa'ee amantii isa barsiisa, diin isa beeysisa, diin keessatti ka beeku isa taasisa.
Amantii islaamaa keessatti beekkumsi sadrkaa guddaa qaba.
०[ﻣﻦ ﻳﺮﺩ ﺍﻟﻠﻪ ﺑﻪ ﺧﻴﺮًﺍ ﻳﻔﻘﻬﻪ ﻓﻲ ﺍﻟﺪﻳﻦ]

▣▬▬▬❁▬▬◤◢▬▬❁▬▬▬▣

Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa guddaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeera barakallaahu fiikum

⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣

https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
Sheeyxaanni ilma Namaa yeroo lameen kana karaa irraa maqsa.

1-hogga badiin tun xiqqoo dalagi jedhuun: sheyxaanni ilma Namaa kana wasawaasee tun badii xiqqoo homaa miti jedhee sobe badii dalagsiisa.

2-Erga badii dalagee: Namni erga badii dalagee daddaffiin gama Rabbii isaa deebi'uun araarama kadhachuu qaba, garuu sheeyxaanni ilma Namaa waswaasee erga badii dalagsiisee booda akka inni Rabbii isaa araarama hin gaafannee badii guddaa rabbi hin Araaramne dalagde jechuun Abdii isa kutachiisa, Namni rabbirraa abdii kutachuu hin qabu. Akkuma rabbiin
#suuraa Najmii -32
إِنَّ رَبَّكَ وَٰسِعُ ٱلۡمَغۡفِرَةِۚ

{"Rabbiin kee kan araaramni isaa dilii maraaf bal'atu, kan Nama gara isaa deebi'ee araara isarra barbaadeef badii hunda araaramu"}

Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa guddaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeera barakallaahu fiikum

⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣

https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
Sheeyxaanni ilma Namaa yeroo lameen kana karaa irraa maqsa.

1-hogga badiin tun xiqqoo dalagi jedhuun: sheyxaanni ilma Namaa kana wasawaasee tun badii xiqqoo homaa miti jedhee sobe badii dalagsiisa.

2-Erga badii dalagee: Namni erga badii dalagee daddaffiin gama Rabbii isaa deebi'uun araarama kadhachuu qaba, garuu sheeyxaanni ilma Namaa waswaasee erga badii dalagsiisee booda akka inni Rabbii isaa araarama hin gaafannee badii guddaa rabbi hin Araaramne dalagde jechuun Abdii isa kutachiisa, Namni rabbirraa abdii kutachuu hin qabu. Akkuma rabbiin
#suuraa Najmii -32
إِنَّ رَبَّكَ وَٰسِعُ ٱلۡمَغۡفِرَةِۚ

{"Rabbiin kee kan araaramni isaa dilii maraaf bal'atu, kan Nama gara isaa deebi'ee araara isarra barbaadeef badii hunda araaramu"}

Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa guddaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeera barakallaahu fiikum

⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣

https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
aal irraa baratta?
Nama tokkotu waahela( saahiba)isaatiin akkana jedhe gamoo (fooqii heddu argee=

MAAL ANIIF ATI EESSA DHAQNE WAGGUU QABEENYI KUN HUNDI QOQQOODAMU?.

achiin waahilli isaa harka qabee kara mana yaalaa waliin deemee akkAna jedhe =

MAALI ANIIF ATI EESSA DHAQNE WAGGUU DHIBEEN KUN HUNDI
QOQQOODAMTU ?.

Ani kanan irraa baradhe:
1_ hireen harka rabbiiti.
Isuma kaan dhukkubsee kaani ammoo fayyaa godhutu
Nama garii abbaa qabeenyaa kaan ammoo dhabaa godha.

2_ qabeenyi guddaan fayyaa(aafiyaa qabaachuudha.
Kanaaf waahilli isaa kun
Akka qabeenya guddaa ofbiraa qabu itti agarsiise.

3_ waahilummaan kan karaa wal agarsiisani.
Dogongora irraa waldeebisani.
Yoo akkas hin ta'in saahiba sobaati.

4_ Akka itti nama gorsan. Nama dogongore gorsuun suutumaan osoo qalbii isaa hin cabsin
Fkkeenyaaf
Ati wallaalaadha
Ati cubbamaadha
Ati waan badii dalagaa jirta.
Jechuu osoo hin ta'in fakkeenya adda addaatiin gochaaf jecha bareedaadhaan karaatti waamu.

An kanan baradhee
ISINOO ?.


ماذا تعلمت من هذا ؟
قال رجل لصاحبه
وهو يتأمل فى القصور،
أين نحن حين قسمت هذه الأ موا ل؟
فأخذه صاحبه إلى المستشفى
وقال له : وأين نحن حين قسمت هذه الأ مرا ض.

Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa guddaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeerra barakallaahu fiikum

⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣

https://www.tg-me.com/shekseefuddiin
Asheeta qalbii.
🌽🌽🌽
Ummanni Salafaa ykn Ummanni Nudura dabran
Akka Roobaa (BOKKAA) ta'i jedhu.

💧kan yoo roobuuf ka'u
(Asdeemu fuulleetti/ifduratti argee namni itti gammadu.

💧kan yooroobe nama fayyadu.

💧kan erga roobee booda bu'aa isaa namaaf dhiisee deemu.
Mu'uminni
Edduma/bakkumq dhaqe hundatti faa'idaadha jedhu
Yaa Rabbi Mu'mina Nutaasisi
🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷
Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa guddaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeera barakallaahu fiikum

⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣

https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
2025/07/07 08:19:41
Back to Top
HTML Embed Code: