📜 Sunnaawwan jaallatamoo guyyaa jum'aa...15
By hamiltan tube
⌛⌛⌛⌛⌛⌛⌛⌛
➊➾Jalqaba rabbumaaf jecha jum'a kana dhaqa jedhanii niyachuu.
➋➾Qaama dhiqachuu.
➌➾ uffata bareeda uffatuu 👖
➍➾Shittoo/urgooftuu dibachuu{dhiiraaf}⚱
➎➾ilkaan siwaakachuu.
➏➾Gara masjidaa yeroodhaan deemuu.
➐➾saffaawwan duraa qabachuu. Garuu nama irraan tarkanfachuufi nama cinquun hin ta'u.
➑➾raka'a lamaa tahiyyaa masjida salaatuu.
⑨➾suuratul kahfiin qara'uu.
①0➾ fuulaan gara imaamaa garagaluu.
①①➾kuxbaa callisaan dhaggeeffachuu.
①②➾Yeroo du'aa'iin itti qeebalmtu sana niyyaan eegachuu.
①③➾ salawaata nabiin irratti baay'essu guyyaaf halkanis.
①④➾ibaadaawwan akka sadaqaa,salaata sunnaa,zikrii,wal ziyaaruu, qur'aana qara'uu baay'isuu fi k.k.f.
①⑤➾salaanni jum'aa erga xumuuramee booda rabbiin zakkara gara dalagaa.
#⃣ rabbiin hundaa walitti nuuf haa qabu
Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa guddaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeera barakallaahu fiikum
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA

Telegram
☪BAREEDINA ISLAAMUMMAA🌙
Gorsa babbareedaa
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
◈Khushuu'a (keessaaf duubaan Rabbiif gadi of-qabuu):
ـــــــــــــــــــــــــ☆📖☆ـــــــــــــــــــــــــ
◈Huzayfaan(r.a) "khushuu'a nifaaqiirraa of-eeggadhaa! "jennaan
➱maal jechuudha jedhanii gaafatan
➲innis akka jedhe: "Qaamni gadi jedhee Qalbiin gad-jechuu dhabuudha'' jedhe.

◉ Ammas akka jedhe "Amantii keessanirraa waa hunda dura wanti isin dhabdan
➱khushuu'a
◈ibaadaan kamiyyuu isatti haajoma, mindaan namaa kennamus hanga khushuu'a keessatti argamuutiini
➨fknf kan akka sagadaafaa, Rasuulli(s.a.w) akka jedhan:
➫ namni meeqaatam/hedduun kan sagada/salaata isaarraa 1/2 ykn 1/4ykn1/5….1/10 malee kan hin argannetu jira kanimmoo waan tasuma khushuu'a hin qabaneef
tasuma waa tokko hin argannetu jira" jedhan jedhee dubbateera.

Guyyaa Galaata!!!
Gurbaan tokko akkana ja'ee Seena gababdu takka nu odessa:-
Warra piiza nama fidanin akka manatti na fidanin ajajadhe. Hogganifi namni fidu fide dhufe irra furadhe isaa galatomfadhe. Eegasi ittin qoosu ( hanjamu) barbadetin irra garagaletin huula cuufuf qabadhe.
Inninis nan ja'ee :- Yaa obbolessa kiyya hisaaba na kafallu irranfatte.
Anis itti qoosuf akkanan ja'een :- الحساب يوم الحساب
Hisaabni guyyaa hisaabati.
Inninis deebii nama RIFACHISU na kanne akkana ja'ee :-
NA DHUGOMSII ARRA IRRA RAKHISHA!!!!!
Nama zallamun ( miidhu) .....
Haqa nama nyaachu....... Dandeyssa garuu.....
ولا تحسبن الله غافلا عما يعمل الظالمون انما يؤخرهم ليوم تشخص فيه الابصار
السورة ابرهيم. الايات 42. الصفحة 260.
......................................... ....

Forwarded from Ibsa Abdi 👉 Official
Barii Ganamaa wajjiin...
jiruu keenya barakaadhaan akka nuuf guuttu si kadhanna Yaa ilaahii Ilaahii..!
Hamtuu samii dhuftu,kan lafaa ol baatu,kan bahaaf lixaa,kaabaaf kibbarraa dhuftu irraa nu ittisi!
Dhukkuba qaama gj
keessaa,rakkoo mana keessaa,cinqaa qalbii keessaa,Azaaba qabrii keessaa irraa nu baraari!
Aamiin_____
Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa guddaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeera barakallaahu fiikum
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
jiruu keenya barakaadhaan akka nuuf guuttu si kadhanna Yaa ilaahii Ilaahii..!
Hamtuu samii dhuftu,kan lafaa ol baatu,kan bahaaf lixaa,kaabaaf kibbarraa dhuftu irraa nu ittisi!
Dhukkuba qaama gj
keessaa,rakkoo mana keessaa,cinqaa qalbii keessaa,Azaaba qabrii keessaa irraa nu baraari!
Aamiin_____
Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa guddaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeera barakallaahu fiikum
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
Telegram
☪BAREEDINA ISLAAMUMMAA🌙
Gorsa babbareedaa
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
📀f͟͞a͟͞z͟͞z͟͞a͟͞k͟͞k͟͞i͟͞r͟͟͞͞/͟͞y͟͞a͟͞a͟͞d͟͞a͟͞c͟͞h͟͞i͟͞i͟͞s͟͞i͟͞📢
─━━━━━❪❂❫━━━━━─
💡Dubbiin Nama Muslimaa kuni Ajaa'ibumaa bar!!
wanti hunduu isaaf keeyrii.
○Gaafaa waan gaarii argate rabbiif shakkara/Galata galcha, shakkaruu isaatiif ajrii itti argata.
─━━━━━❪❂❫━━━━━━─
◇Gaafa waanti hamaan isa qunnames,
rabbumatti obsa ammas rabbii isaa irraa ajrii itti argata obsuu isaa saniif.
─━━━━━❪❂❫━━━━━━─
◇kan bal'oo fiduu fi rakkoo kaasullee rabbuma:
wanti sirra gahe hundumtuu waan rabbiin sitti ajaje, wanti si jala darbee ammoo kan siif qaddarame hin turre.
─━━━━━❪❂❫━━━━━━─
◇Wanti hunduu yeroo isaatiin tola: Sadaqaa ariifadhaa kennaa. Yeroo(zamana) namni tokko sadaqaa isaa qabatee wajjiin olii gad dhama'uutu dhufa.
◇Gara nama tokko deemuun sadaqaa isaa akka irraa fuudhu yoo gaafatu osoo kalee dhuftee silaa sirraa fuudha har'a garuu hin barbaaduu jadhaan.
─━━━━━❪❂❫━━━━━━─
Obboleeyyan kiyya

Amantiin islaamaa waan akka malee qaalii kan namni bitachuu hin dandeenye.
• Hedduu kan qarooma addunyaa hedduu qabu kan islaamummaa dhabe.
• Ammas Heddu kan qabeenya hedduu qabu, kan islaamummaa dhabe.
#Osoo islaamummaa qabeenyaan bitatanii Nama heddu, silaa kan islaamummaa bitachuu hin dandeenye.
#Osoo islaamummaa qaroomaan argatanii, irra hedduun keenya waa qaroomaa hin qabnu islaamummaa argachuu hin dandeenyu.
Garuu ammoo badhaasa Rabbiin nuuf kenne, rahmata isaatiin islaamummaa arganne obboleewwan.
islaamummaan rabbiin nuuf kenne kun, waan jajjabduu, waan ulfaattu akka sirritti jabeeffannu.
Galata rabbii haa galchinu.
Alhamdu-lillaahi rabbil aalamiin

Kana hubattee?
Addeenyi bareedumaamiti.
Gurraachinnis fokkinaa miti.
Uffanni gaafa namni du'e ittiin kafanamu adiidhaa nama sodaachisa.
Ka'abaan gurraattiidhaa garuu nibareeddi .
Bareedumni ilma namaa haala isaatiini male faaya isaatiin miti.
Osoo guddina sagaleetiin bareedumni kan ibsamuta'ee harreef sareetu hunda caala silaa.
✍
sayfuddiin.

https://www.tg-me.com/shekseefuddiin

Sh/Sayfuddiin A/nagaa j/m.🌷🌷
📢Barnoota Amantii Islaamaatiifii Nashiidaa Babbareedaa Asirraa Argattu join nuuf godhaa baarakallaahu fiikum
#ilmii namaa guyyuu musiiba sadihitu isa xuqa garuu musiiba San kessaa takkaanille hin gorfamu.
• Mokkorri dura: Umriin isaa guyyuu irraa hir"achaa deemti garuu umriin saa hir'achuu tanaaf dantaa hin qabu,yoo mallqaa saarra xiqqoo hir'ate cinqachu eegale ,qabenyi ni deebi"a ,umriin hin deebitu
• Mokkorri lammaffa: Guyyaa cufa rizqii rabbirraa ni nyaata ,yoo halaal tahes irraa gaafatama,yoo haraam tahe itti qixaaxama...boodde waan rabbin isa irraa gaafatus hin beeku.
• Mokkora sadaffaa: Guyyaa cufa duniyarraa ni fagaata ,akiratti dhihaacha deema ...
Akkana wajjin aakiraa saa ta zalaalam San ittin yaaddawu
Hanga duniyaa dhumtuu taate tanatti yaaddawu.
Ammas inni gara jannataati isa oofan moo kara azaabaatii hin beeku akkana wajjin dunuyatti gammada.
•Yaa rabbi yaaddoo keenya waan Aakiraa, gammachuu keenya kan aakiraa nuuf taasisi.
Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa guddaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeera barakallaahu fiikum
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
• Mokkorri dura: Umriin isaa guyyuu irraa hir"achaa deemti garuu umriin saa hir'achuu tanaaf dantaa hin qabu,yoo mallqaa saarra xiqqoo hir'ate cinqachu eegale ,qabenyi ni deebi"a ,umriin hin deebitu
• Mokkorri lammaffa: Guyyaa cufa rizqii rabbirraa ni nyaata ,yoo halaal tahes irraa gaafatama,yoo haraam tahe itti qixaaxama...boodde waan rabbin isa irraa gaafatus hin beeku.
• Mokkora sadaffaa: Guyyaa cufa duniyarraa ni fagaata ,akiratti dhihaacha deema ...
Akkana wajjin aakiraa saa ta zalaalam San ittin yaaddawu
Hanga duniyaa dhumtuu taate tanatti yaaddawu.
Ammas inni gara jannataati isa oofan moo kara azaabaatii hin beeku akkana wajjin dunuyatti gammada.
•Yaa rabbi yaaddoo keenya waan Aakiraa, gammachuu keenya kan aakiraa nuuf taasisi.
Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa guddaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeera barakallaahu fiikum
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
Telegram
☪BAREEDINA ISLAAMUMMAA🌙
Gorsa babbareedaa
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
Forwarded from ☪BAREEDINA ISLAAMUMMAA🌙
اَلسَـــــــــــــــلاّمُ عَلَـَـــــــــــكُمَ وَرَحَمَتُــــــــــــــهِ اللَّٰهِ وَبَرَكَــــٰـــــــــــــــــاتَهُ
~💐~💐~💐~💐~💐~💐~💐~
◉Ergamaan Rabbii ﷺ Akkana jedhan :-
~💐~💐~💐~💐~💐~💐~💐~
by🌟 @B_ISLAAMUMMAA
((Erra jabaan dilii/badiidhaa:
⓵Shirkiidha ykn Rabbibira waa qabuudha,
⓶Haadhaafi Abbaa ofiitti jallachuu/Hammaachuudha
⓷Ragaa kijibaa Narratti bahuudha,
➱ Ragaa kijibaa Narratti bahuudha,
➱Taraa sadii erra deddee bi'anii akkas jedhan))
Amma nuti utuu callisqnii jennu tokkotti erra deddeebi'anii Ragaa kijibaa Namarratti bahuudha, jedhan
📚#Bukaariif muslimtu gabaase
~💐~💐~💐~💐~💐~💐~💐~
◈Dhiiras ta'u dubaras taatu
Ilmoorratti dirqamnijiru
➲Haqa haadhaafi abbaa qixa sirrii ta'een akka Rabbi s w namarraa gammadutti ofirraa guutuudha haqasaanii balleessuu isaan miidhuu dhabuudha
~💐~💐~💐~💐~💐~💐~💐~
◈Ammas wonni beekuu qabnu ➾Namni haadhaaf abbaasaatti tola oolee isaan gammachiise
➾Ilmoo isaatu tola isatti oolti isa gammachiifti
➽Namni haadhaaf abbaa isaatti mataa jabaate ykn isaanitti hammaate
➽Ilmoosaatu isatti hammaatti yoo toobatee gama Rabbii isaatti deebi'e malee
Namni toobate Rabbiin toobaa isaa isarraa qeebala.
📚#IBNU USEYIMINI R.H

Rasuulli ﷺ Akkas jedhan:
Erra caalaan guyyaa keessanii guyyaa jumu'aati
Salawaata/Nageenya Narratti buusuu daneessaa
Nageenyi isin Narratti buuftan bakkan jirutti Narra fidama
↓↓ ❃↴
🌴Salawaata heddummeessaatii erratti buusaa🦋
Channel keenyas join godhaa
˓↓˓↓˓↓
🌸•══••• ¦JOIN¦ •••══•🌸
↴❃↓↓ ˓↓˓↓˓↓

Forwarded from Munzir Shek Amin (منذر أمين إبرو)
YouTube
"WAY LIVE" Diraamaa koflaa haaraya barnoota qabu 2020 - New Afan oromo drama || Bultum multimedia
"WAY LIVE" Filmii afaan oromoo haaraya 2020 kan koflaa fi barnootas qabu.
New afan oromo funny drama 2020
New oromo comedy 2020
New oromo drama 2020
#funnyafanoromo
#oromofunny2020
by Abdulhakim shamsudin
New afan oromo funny drama 2020
New oromo comedy 2020
New oromo drama 2020
#funnyafanoromo
#oromofunny2020
by Abdulhakim shamsudin
👍Jechoota gorsa Qaban🌷
•┈┈••••●◆❁◆●••••┈┈┈•
👌cinqaan hammamuu baay'atu imaana guutuu rabbi siif kenninaan homaa miti biruma dabarta.✔️
•┈┈••••●◆❁◆●••••┈┈┈•
💬 sahaabaa keessaa kan akka malee miidhame kana beektaa?
●Khabbaab bin Al-Aratt Sahaabootaa kheeysaa Harka Qureeyshitti nama
haalaan qixaaxame ture. Waan Isarra gahe hoggaa himu:
•┈┈••••●◆❁◆●••••┈┈┈•
“Gaafa tokko ibidda
naaf qabsiisan, eegasii Ibidda sanirratti na gubuutti seenan, Namni tokko jara na
gubaa jiru san kheeysaa miila Isaatiin Qooma kiyyarra na dhaabbatte, Duydi
khiyya gama lafaatiin Ibidda sanirra jira.” Je’e.
•┈┈••••●◆❁◆●••••┈┈┈•
Oduu biraa kheeysatti: Ibidda qabsiisaniif eegasii duyda isaa achirra ciibsan,
hanga bishaanii fii moorri qaama Isaa kheeysaa yaa’u ibidda san dhaamsutti.
•┈┈••••●◆❁◆●••••┈┈┈•
•Yaa rabbi iimaanaa fi obsa akka jaraaf kennitee sana nuuf kenni.
•┈┈••••●◆❁◆●••••┈┈┈•
Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa guddaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeera barakallaahu fiikum
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
•┈┈••••●◆❁◆●••••┈┈┈•
👌cinqaan hammamuu baay'atu imaana guutuu rabbi siif kenninaan homaa miti biruma dabarta.✔️
•┈┈••••●◆❁◆●••••┈┈┈•
💬 sahaabaa keessaa kan akka malee miidhame kana beektaa?
●Khabbaab bin Al-Aratt Sahaabootaa kheeysaa Harka Qureeyshitti nama
haalaan qixaaxame ture. Waan Isarra gahe hoggaa himu:
•┈┈••••●◆❁◆●••••┈┈┈•
“Gaafa tokko ibidda
naaf qabsiisan, eegasii Ibidda sanirratti na gubuutti seenan, Namni tokko jara na
gubaa jiru san kheeysaa miila Isaatiin Qooma kiyyarra na dhaabbatte, Duydi
khiyya gama lafaatiin Ibidda sanirra jira.” Je’e.
•┈┈••••●◆❁◆●••••┈┈┈•
Oduu biraa kheeysatti: Ibidda qabsiisaniif eegasii duyda isaa achirra ciibsan,
hanga bishaanii fii moorri qaama Isaa kheeysaa yaa’u ibidda san dhaamsutti.
•┈┈••••●◆❁◆●••••┈┈┈•
•Yaa rabbi iimaanaa fi obsa akka jaraaf kennitee sana nuuf kenni.
•┈┈••••●◆❁◆●••••┈┈┈•
Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa guddaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeera barakallaahu fiikum
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
Telegram
☪BAREEDINA ISLAAMUMMAA🌙
Gorsa babbareedaa
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
Forwarded from Sharef Abdumalik
*haala akkana osoonifin qabaadhe*
#barataa university tokkotu akkana ja"a...barsiisa tokko kan sa"aa dhalaa harkatti uffatu kan firraa hin baafneetu jira..nuti barattonni yeroo hunda isa laalleti itti kofalla yeroo dheertu booda sa"an san tan miciyoo takkitti inni qabu tan makiinaan garagalteeni duute ta inni hirraanfachu dadhabe jaalala isirraa sa"a isii harkatti hidhatee deemu tahuutu nuuf gale ja"e.
(Yeroo hundaahu qalbii laalattutu jira garuu dubbatte firraa akka itti baaftu hin beytu.)
#mucaa xiqqaa mana barnoota kessatti dadhabaa tokkotu deeme qabrii ummaa isaa cinaa taa"e boohe akkana jachutti seene..yaa ummaa tiyya na wajjin koottu barsiisaan joolle duratti na tumeeti ati ummaan tee sin qu"achiftu ummaan tee laaftudha si cinaa hin dhaabbattu naan ja"a.!!
(If eegi jachi gariin osoo ati hin beeyne nama ajjeesa.)
#hospitaala kessatti guyyaa takka intala takkarraa fooxaan irraa buteeti namuu mataan isii qululluu tahuu yeroo arkan itti koflan...mucaan dardaraa tokko yeroo isii gargaaru akkana jatten.. an badii maalin qaba yoo kaansariin rifeensa kiyya narraa buusee rifeensaan maletti na hambise.!!
(Qalbii namaa cabsurraa if eega qalbiin nama akka lafee cabxetti bakkatti hin deebitu.)
#mucaa dardara ka oduun intala takka ta badii dalayde itti geeyse..nama oduu san isatti fideen akkana ja"e..:
Yeroo eeybiin nama sitti geeyse if biratti qabi yoo if biratti qabde sawaaba qabda. namni nama tokko sattare rabbiin duniyaa fi Aakiratti isa sattaraa..!!
(Eybiin nama ni maramti malee hin haasawamtu.)
#gurbaa tokko gaafatan maalif guyyuu bishaan masjiida dhuuyda ja"aniin.
Akka namni masjiida kaaye sawaaba arkatuufi ja"en.!!
(Qaalbiin gaarin akkuma ifiif keeyrii barbaadutti nama biraatinis keeyrii barbaaddi.)
#miciyoo xiqqo amata 4 takkaatu osoo Abbaa isiiti wajjin kararraa osoo deemtu Ayiskireema kararratti gurguran arkinaan sujuudde.!!
Oggaa gurbaan ayiskirema gurguru maalif sujuudde ja"en ..
Ummaan tiyya cufuma waa isii gammachiise ni sujuuddi jatteen.
(Guddisaa joolle teeysanii tolcha guyyaa qiyaama irraa gaafatamtanii.)
#gurbaa enjinera tokkotu masjiida jaare mindaa isaa fudhachuu dide..maalif didda oggaa ja"aniin...ummaan tiyya oggaan waan masjiida dalage akkaan mindaa hin fudhanne naaf dhaamte ja"e deebisef..!!
(Haadha isaati ajaa"ibdan..an ammo tolina inni haadha isaatti oolu kanaan ajaa"iba.)
#namticha umriin nama gudda ka guyyuu nyaanni osoo hospitala keesa jiru nyaata manaa fuudhe dhaqee jaartii isaa cinaa taa"e wajjin haasawe jaarti isaa hospitaala maraatatti ziyaaru..akkana isaan ja"an.
Si ni beeyti jaartin tee?
lakki nan beeytu..isiin jaarti tiyya amata kudhan dura maraatte sammu dhabde amma nan yaadattu naas hin beeytu ja"e deebis.!!
Maalif if rakkite guyyaa hunda bakka fagoo dhufte isii wajjin teeysa ka isiin sin beeyne duuba ja"aniin.
Kofleeti ...ammoo ani akka jaarti tiyyaa fi namaan an jaalachu ture turte niin beeka ja"en.
(Jaalala tamii fi amantii tamirraa haasoytan.)
#sheeyticha tokkoon maallaqani daabboo qarshi 1 irra qarshii 10n tahe jireenyi qaalawe ja"aniin...sheyni : an san nan yaachisu akka rabbiin na ajajettin gabbara akka beellama naaf seenetti isaatu na soora ja"en.
(Rabbitti yaada toluu fi rabbi qofarratti irkachu.)
#gurbaa tokkoon ja"an :
Mana keeti fi bakki dalagaa teeti hangam takka addaan fagoodha.?
Yoon makiinaan deeme hanga namni subhanallah,alhamdulillah allahuk akbar, laa ilaaha illallah 500 ja"u takka,yoon miilaan deeme ammo hanga 1200 ja"an takka ja"eti debiseef.
(Akkanatti isaan yeroon takkalleen irran dabartu osoo rabbiin zakkarre.)
#mucaa dardaraa tokkotu ja"e :
An oggaan kararra dabru yoon intala dubraati wajjin kararratti walittj dhufe funyaan kiyya hafuura fitti qabeetin lafa laala bira dabre ja"e :
Maalif akkas goota ja"aniin..
Akka yoo shittoon irraa deemte an dhagahe sababa kiyyaan nama zinaa godhe ja"amte hin katabamnefi ja"e deebise!!!
(Waanin ja"un dhabe.!!)
#sharef
@alfannn

• Keesso kee Rabbiif qulqulleessuuf carraaqi, Rabbiin ala kee ni qulqulleessati.
• Namni qalbii isaa akkuma qulqulleessuun alli isaa miidhagaa adeema.
Alli waa lama of keessatti qabata:
1ffaa-dhaabbannaa fi fuula isaa,
2ffaa-Amala isarraa mul'atu.
• Namni keessi isaa yoo tolee fi qulqullaa'e fuulli isaa ni ifa, seeqni fi gammachuun isarraa mul'ata.
• Faallaa kanaa, keessi isaa yoo hin tolini fi qulqullaa'in, gaddaa ta'ee mul'ata.
• Aakkasumas, amalli isarraa mul'atu badaadha.
• Rabbii ol ta'aaf keesso ofii qulqulleessu jechuun wanta Inni jibbuu yaadu fi hojjachuu irraa of qusachuudha.
• Akkasumas, wanta Inni itti ajaje dhoksattis ta'e ifatti ikhlaasan hojjachuudha.
Kanaafu, namni keessa isaa Rabbiif qulqulleesse, yommuu adda (kophaa) ta'u waan badaa hin hojjatu, waan gaarii itti ajajames hin dhiisu. Dhoksattis ifattis ikhlaasni aasxaa isaati.
Obboleewwan kiyya
Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa guddaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeera barakallaahu fiikum
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
• Namni qalbii isaa akkuma qulqulleessuun alli isaa miidhagaa adeema.
Alli waa lama of keessatti qabata:
1ffaa-dhaabbannaa fi fuula isaa,
2ffaa-Amala isarraa mul'atu.
• Namni keessi isaa yoo tolee fi qulqullaa'e fuulli isaa ni ifa, seeqni fi gammachuun isarraa mul'ata.
• Faallaa kanaa, keessi isaa yoo hin tolini fi qulqullaa'in, gaddaa ta'ee mul'ata.
• Aakkasumas, amalli isarraa mul'atu badaadha.
• Rabbii ol ta'aaf keesso ofii qulqulleessu jechuun wanta Inni jibbuu yaadu fi hojjachuu irraa of qusachuudha.
• Akkasumas, wanta Inni itti ajaje dhoksattis ta'e ifatti ikhlaasan hojjachuudha.
Kanaafu, namni keessa isaa Rabbiif qulqulleesse, yommuu adda (kophaa) ta'u waan badaa hin hojjatu, waan gaarii itti ajajames hin dhiisu. Dhoksattis ifattis ikhlaasni aasxaa isaati.
Obboleewwan kiyya
Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa guddaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeera barakallaahu fiikum
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
Telegram
☪BAREEDINA ISLAAMUMMAA🌙
Gorsa babbareedaa
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
Forwarded from Hamza Naik official (Hamza naik)
Watch "Gorsaa baredaa yon an dilawadha jatte qofa dhaggeyfadhuu by #muaz_nazif" on YouTube
https://youtu.be/3bS16RuzREo
https://youtu.be/3bS16RuzREo
YouTube
Gorsaa baredaa yon an dilawadha jatte qofa dhaggeyfadhuu by #muaz_nazif
Gorsaa baredaa khana hanga dhuma dhaggeyfadhaa chanela kenyas subscribe qofa godhun nu gargaraa khutaa lammafa gorsaa khana yero xiqqo boda isiniif gad lakkisna
◈Guyyaa tokko Rasuulli s.a.w
Qalbii jaalalaatiin
Bilaal ibnu Rabaahatti utuu inni hin argin Dudduubbee/boodaan dhufanii qabanii
"ani eenyunni"jedhaniin
Bilaalis "umari mitii?"
"lakki umar miti"
"Abu bakarikaa"
"Ammas dogongorteetta"
"Ahaa usmaanikaa"
"Nan barre" jedhaniin
"Bareera Aliyyiidha mitii?"....Akkana jedhaa Bilaalis Nama isa qabe sana gaggaafataa ture
✦━━━━✦❘❘༻༺❘❘✦━━━━✦
◈Achi booda Rasuulli s.a.w gadi dhiisanii fuulduraan itti dhufanii
"Bilaal dhugumatti akka ana ta'e hin beekne turtee?" Jedhanii gaafatan
Bilaalis "Yaa ergamaa Rabbii akkanni isin ta'e bareecheen beeka garuu sa'atii dheeraa akka na'aammattanii ykn natti maramtanii turtan barbaadeeti malee"jedheen💖
✦━━━━✦❘❘༻༺❘❘✦━━━━✦
❤️FIDAAKA ABII WO'UMMII WODAMII WORUUHII YAA RASUULALLAAH❤️
✦━━━━✦❘❘༻༺❘❘✦━━━━✦
Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa guddaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeera barakallaahu fiikum
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
Qalbii jaalalaatiin
Bilaal ibnu Rabaahatti utuu inni hin argin Dudduubbee/boodaan dhufanii qabanii
"ani eenyunni"jedhaniin
Bilaalis "umari mitii?"
"lakki umar miti"
"Abu bakarikaa"
"Ammas dogongorteetta"
"Ahaa usmaanikaa"
"Nan barre" jedhaniin
"Bareera Aliyyiidha mitii?"....Akkana jedhaa Bilaalis Nama isa qabe sana gaggaafataa ture
✦━━━━✦❘❘༻༺❘❘✦━━━━✦
◈Achi booda Rasuulli s.a.w gadi dhiisanii fuulduraan itti dhufanii
"Bilaal dhugumatti akka ana ta'e hin beekne turtee?" Jedhanii gaafatan
Bilaalis "Yaa ergamaa Rabbii akkanni isin ta'e bareecheen beeka garuu sa'atii dheeraa akka na'aammattanii ykn natti maramtanii turtan barbaadeeti malee"jedheen💖
✦━━━━✦❘❘༻༺❘❘✦━━━━✦
❤️FIDAAKA ABII WO'UMMII WODAMII WORUUHII YAA RASUULALLAAH❤️
✦━━━━✦❘❘༻༺❘❘✦━━━━✦
Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa guddaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeera barakallaahu fiikum
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
Telegram
☪BAREEDINA ISLAAMUMMAA🌙
Gorsa babbareedaa
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
Seenaa Akkaan Isin fayyaduudha Anis waanan isin fayyada jedhee itti amaneefan Isiniif barreesse isinis qalbiidhaan dubbisaa erraa fayyadamaa
…•••🌹woliifis Sher godhaa
◈Yeroo tokko Haadha worraafi Abbaan worraa ykn Haadha manaafi Abbaan Manaa Jaalala bareedaadhaan wojjin jiraachaa turan
Ilmaan lamas woliin argatani garuu rakkinni jireenyaa waan isaanitti jirtuuf abbaan manaa biyyarraa fagaatee deemee hojii barbaaduuf murteesse
Woggaa 16 guituu biyyarraa fagaatee erga dalagataa turee booda gara maatiisaa woggaa dheeraa wol yaadaa turanii sana deebi'uuf hoggaa olka'u wonti inni hin eegne isa mudate
💰Mindaan inni fudhatu waan adda addaatiif erraa duraa mummuramee waan inni hin yaadin mindaasaa cinaadhaa ykn gimmaashaa gadi 3000 itti kennani
Waan itti kennamte kanas fudhatee karaarraas ojii yoon argadhe hojjataan deema jedhee karaasaarra bu'e ykn deemsa eegale
Utuu karaarra deemuu manguddoo tokkoon wol arge
"Ilmakoo eessa deemaa jirta eessarraa dhufaa jirta hoo?" jedhanii gaafatan
Innis jalqabarraa hanga dhumaatti waa'iisaa ibsee itti hime
Isaanis akkas jedhaniin:-
"Egaa waan barbaaddu argachuun laaftuudha bar" jedhaniin
🤔Innis akkamitti!! jedhee gaafateen
"Egaa yoo baruu barbaadde Qarshii 1000 fidiitii siifin himaa" jedhaniin
Innis cinqamee jira waan ta'eef baasee itti kenne
Isaanis "karaankun karaa gabaabumatti bakkan deemaa jiru nageessuudha jettee karaa hin beeknerra akka hin deemne kun gorsakoo isa duraati" jedhaniin
Tole isa lammaffaas naaf himaa jedheen
"Akkan isa 2ffaa siif himu yoo barbaadde atis 2000 guuti" jedhaniin
Ammas kuma tokko baassee itti dabaleef
"Callisteetuma dubbii sin galchine keessa hin seenin" gorsikoo 2ffaan isa kana jedhaniin
"Ahaa kanuma qofaa?" Jedheen
"Eeyyeen ilmakoo" jedhan
"Kuma sadii guutiitii gorsakoo isa dhumaa isii bareedduu taate kanan siif himaa" jedhaniin
Itti kenne
"Badii hojjachuudhaaf hin ariifatin hin jarjarin" jedhaniinii gorsa sadeen dhiisaniifii borsaa qullaatti hanbisanii biraa deeman
Innis kara biyyasaatti fuula deebi'ee deemsasaa itti fufe
Naggaadee karaarra deemanuu wojjin utuma deemuutti jiranii waan lafti itti dhihee jiruuf worri naggaadeen kun maliif karaa gabaabaa kanaan dafnee hin galle jedhanii karaarraa goran innis isaanii wojjin karaarraa maqee ka'ee gorsa manguddoo sana yaadate
"Karaankun karaa gabaabumatti..."
Naggaadota biraa deebi'ee karuma beekurra deemuu eegalee Halkan dukkanaan dhufee magaalaa seene
Nama lafti itti dhiheedhaa adaraa nabulchaa jedhee Nama gaafate
"Ilaa obboleessakoo mana sana dhaqiitii gaafadhu sibulchuu garuu namni mana sana seene takkaa hin ba'uu ati maaliifuu dhaqiitii carraakee ilaali" jedhee tokko wohii itti hime
Innis mana sana dhaqee dhadhahee gaafate
"Seeni manni kan keessummaatii" jedhanii ol galchan itti fufa
👇👇👇👇👇👇👇👇
OPEN OPEN OPEN