Telegram Web Link
🌕Adduniyaa kanarra
afaan hedduu kan Namatti tolantu jiru

☞zikriin Rabbii garuu Hundasaanii Nama Tuffachiisa

☞ZIKRIIN HUNDAA OLI⛺️

☞Zikrii haajabayifanna☜
💖Jechoota gorsaa keessaa💖

◈Siwaakchuu heddumeessi Jaalala nama biratti qabdu sii haaromsaati.
“Ergamaan Rabbii ﷺ yeroo mana isaanii seenan siwaakiidhaan eegalu turan.” Muslimtu gabaase.


◉Furmaataa sammu dhippatuuf:
“yaa warra amantan! Obsaafi salaataan of gargaarsifadhaa” “Ergamaan Rabbii ﷺyeroo wanti ta’e isaan yaachise ni salaatu turan” jedha.
(Saayinsiinis adda keessan yeroo 7 lafaan dhahaa/bu'aa jedha)

◉Yoo rakkoon wahii si mudate rakkoo si
Mudate saniif yaaduu osoo hin taane, akkaataa rakkoo si
mudate san keessaa itti baatu yaaduu qabda rabbin si gargaaraatii.

💖Jaallatamtoota keenya💖
Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa guddaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeera barakallaahu fiikum

⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣

https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
╔════•| ✿ |•════╗
❁❂﷽❂ ❁
╚════•| ✿ |•════╝

◈Jechoota gorsaa keessaa◈
🔹▬▬▬▬▬🔹▬▬▬▬▬🔹

◉Irra caalatti kan dinqisiifatamuu qabu namoota Ji'a irraa qubatan osoo hin taane.
➱Namoota akkaataa isaan ji'a/addeessa irraa ittiin qubatan barsiisaniidha.
🔹Garuu kan jara lameenirraayyuu dinqisifatamuu qabu kan ji'as/addeesssas jara kanas uume rabbiin dinqisiifatamu qaba, subhaanallaah.
🔹▬▬▬▬▬🔹▬▬▬▬▬🔹

◉Ati faayidaa qabda guyyaa namoonni si hubatan namoota baay'ee fayyadda.

➱Rabbiin ilma namaa hundaafuu dandeettii kenneeftu jira,
➱dandeetti qabdu sana barbaaddee cimstaa deemuun ammoo tattaaffii kee barbaada ➱Rabbiin ammoo irratti si qarqaara.
🔹▬▬▬▬▬🔹▬▬▬▬▬🔹

◉ Waan dalagdu keessatti yeelloo ykn qaanfii qabaadhu:
➱Rabbiin gaafa hoongoo fi salphina xiqqeenya dunyaa fi akiratti sitti fedhe, qaanfii/saalfannaa sirraa fuudha.

➱ Nabiin keenya irra hedduu nama qaanfatuu turan.
➱ Garuu qaanfiif jecha dhugaa fi haqa dubbachuu, badii irraa nama dhoowwuu fi keeyritti nama ajajuu hin dhiifne.
🔹▬▬▬▬▬🔹▬▬▬▬▬🔹

Obboleewwan kiyya
Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa guddaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeera barakallaahu fiikum

⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣

https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
𝐓𝐨𝐥𝐭𝐮𝐮𝐧 𝐱𝐢𝐪𝐪𝐚𝐚𝐭𝐮𝐬 𝐡𝐢𝐧 𝐭𝐮𝐟𝐟𝐚𝐭𝐢𝐧𝐚.

🗻Gurbaa gaarii fi faasiqa
Namoota gaggaarii fi faasiqtoota alkoolii, dilii adda adda hojjatantu ollaa turan.

Kana inni yakka hojjatu kun duunaan namoonni isa gaarii hojjatu kana akka irratti salaatu gaafatan. Innis" akkamittiin isarratti salaata? Inni kun gurbaa fincilaadhaa" je'ee dide.

🕞Kana halkan san akkuma rafeen wanta tokko arke. Gurbicha san Isaa jannata keysaa salaataa jiru arkee maraatee warra(jaartii) gurbaa sanii bira dhaqee abbaan mana keetii maal hojjataa ture??" Je"ee gaafannaan, isiinis " homaa hin hojjatu, waanuma isin gartan san malee.

Garuu torbaan hunda joollee yatiima tahan ganda keysaa walitti qabee" Adeera keysaniif akka Rabbiin araarama kadhaaf" jechuunii ture.

Yaa obboleysa toltuu hin tuffatin, sababa jannataan itti galtu tahuuf malti.

Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa guddaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeera barakallaahu fiikum

⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣

https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
إنا لله وإنا إليه راجعون
انتقل إلى رحمة الله تعالى العلامة المحدث
فضيلة الشيخ
محمد علي ادم الإتيوبي
إن القلب ليحزن وإن العين لتدمع ولا نقول إلا ما يرضي ربنا وإنا على فراقك يا شيخنا لمحزونون
اللهم ارض عنه واغفر له وارحمه واجعل قبره روضة من رياض الجنة واجعله في الفردوس الأعلى من الجنة
آمين

Innaa Lillah Wa innaa Ilayhi raaji'uun!
إنا لله وإنا إليه راجعون!
Sheekni guddaan biyya keenyaa Sheek Muhammad Ali Adam Walloo😭 gara Fuula Rabbii deeman!😭
Sheekni Kun sheeka dameelee barnoota Islaamaa fi Afaan Arabaa hunda beekanii fi barsiisaa, barreessaa turaniidha.
Masjiida al-Haraam (Makkaa) keessatti saboota Addunyaa hunda fayyadaa turan, ammas kitaabban isaanii fayyadaa jira, fuuldurattis itti fufa.

Kitaabni isaan barreessan kitaabota 40. Sanaa olis kan hin beekamnee fi kan hin maxxamsamnes jiraachuu danda'a.
Kitaabonni kun qabee(volume) hedduu kan qabuudha.
Fkn: Sherhiin sunana Nasaa'ii qabee/jildii(Volume) 42, sherhiin Sahiih Muslim qabee(Volume) 40 qaba.
Rabbiin haa araaramuuf
@B_ISLAAMUMMAA
◉Jechoota hayyuuwwan islaamaa keessaa◉
✦━━━━✦❘❘༻༺❘❘✦━━━━✦

◈Qur'aanaan malee jannata keessatti wanti sadrkaan kee ol ka'uun hin jiru, osoo kitaaba biroo kumaatamas qaraate.
✦━━━━✦❘❘༻༺❘❘✦━━━━✦

◈Dogongora namaa irraa baradhu malee, Akka namni dogongora kee irraa hin baranne.
✦━━━━✦❘❘༻༺❘❘✦━━━━✦

◈Islaamummaan ni Injifata, Ati jiraattes jiraachuu baattes. Garuu, Ati Islaamummaan Ala Ni Injifatamta, Ni Baddas.
✦━━━━✦❘❘༻༺❘❘✦━━━━✦

◉Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa guddaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeera barakallaahu fiikum

⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣

https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
🌷 Ni beeytaa ?🌷

👉 Nabiyyiin haga ammaa hin du'in nabiyallah Issaa(A.S) Akka tahe.
👉 Nabiyyiin yeroo jalqabaatiif habaleedhaan lole Nabiyyallah Ibraahim(A.S) akka tahe.
👉 Osoo dachii fi samiin hin uumanin bishaan akka Arshii ba'achuu ture.
👉 Masjiidni kuufaa masjiida Imam Aliyyi ibnu abi xaalib(R.A) kheeysatti shahiide tahuu.
👉 Nabiyyiin ruhiin isaa samii kheysatti irraa fuudhamte nabiyallaah Idris(A.S) akka tahe.

👉 Suuratul Sajadaa yeroo qaraatu sheeyxanni akka booyu ni beytaa?
👉 Umaan yeroo jalqabaatiif ka'baan xawaafte Malaykaa tahuu ni beytaa?
👉 Daa'iin islamaa khan jalqabaa Mus'ab binu umeyrii (R.A) tahuu ni beytaa?
👉 Namni yeroo jalqabaatiif dabtara/galmee mootummaaf hojjate nabiyallah Yusuf(A.S) tahuu ni beytaa?
👉 Afran gadameysaan dubartii hin ba'atin ni beytaa?
1) Nabiyallaah Adam(A.S).
2) Haawa
3) Hoolaa fidaa Nabiyallaah Ismaa'il(A.S) tahe.
4) Gaala Nabiyallaah Saalih(A.S).
👉 Malaykaan yeroo jalqabaatiif -SUBHANA RABBIYAL A'ALAA- ja'e Israafil(A.S) tahuu ni beytaa?
👉 Namni yeroo jalqbaatiif qalamaan barreysee, jihaadas godhe nabiyallaah Idriis(A.S) tahuu ni beytaa?
👉 Namni jummataan,  -JUMMATA- ja'ee moggaase ka'ab binu lu'yii tahuu ni beytaa?
👉 Nama du'aa'ii obboleysaatiin nabiyyii tahe Nabiyallaah Haruun(A.S) akka tahe ni beytaa?
👉 Saahibticha du'a isaatiif arshiin sossoote -SA'AD IBNU MU'AAZ- tahuu ni beytaa?

👉 Ati nama barreeyfama khana dubbisee fixe tahuu if beeytaa? 😂

◉Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa guddaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeera barakallaahu fiikum

⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣

https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
Watch "Jaalala dhuga walalo aja'iba muaz nazif fi munzir sh.amiin part 1" on YouTube
https://youtu.be/_EQ7wxCzz8Q
Jecha Hayyoota islaamaa.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

⌛️Waan siin hin malle qabaattee guutuu jedhamuu irra, waan siin malu dhabdee, hanga itti guuttattuu hanquu jedhamuu wayya.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
⌛️Haraamni yeroo kamuu haraama, Sababaa niyyaan kee badeef yookaa niyyaan kee toleef haraamni halaala hin ta'u.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

⌛️Dalagaalee gurguddoo hedduutu jiru, kan sababaa niyyaa gaarii dhabuun ajriin isaa xiqqaatu, Ammas dalagaa xixiqqoo sababa niyyaa gaarii qabaachuutiin ajriin isaa guddaadhaa.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

◉Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa guddaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeera barakallaahu fiikum

⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣

https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
Musibaa guddoo.pdf
74.2 KB
Musiibaa guddoo ummatta nabi Muhaammed salallaahu aleeyhi wassalam irratti buute.

Barruu Seenaa nabii hunda dubbisuun siif mijatuu baatus, barruu kana dubbisuun garuu akka dirqamaati.

Yoo rabbi qalbii si jiise seena kana yoo dubbistu boo'icha waliini. 😭

Fidaaka abii wa ummii yaa rasuulallaah.

◉Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa guddaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeera barakallaahu fiikum

⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣

https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
Seenaa ajaa'iba kana ilaalaa.
✾••┈┈┈••✾•◆✾••┈┈┈••✾

◉Ibnu Hajar Al Asqallaaniin akka dubbatanitti isaan qaadii biyya misraa turan guyyaa tokko tottolfatanii ykn babbareedanii osoo deemaa jiranii gurbaan yahuudaa tokko fageenyatti isaan argee dhaabbadhu jedheen.
✾••┈┈┈••✾•◆✾••┈┈┈••✾

✾Ibnu hajaris dhaabbatanii eegani.
Yahuudichi dhufee akkana jedhe:
Mee akkamitti hiikta jecha nabiyyii keessanii :
(الدنيا سجن المؤمن وجنةالكافر)
Addunyaan mana hidhaa mu'uminaati kaafiraafimmoo jannata kanjedhe kunoo ani rakkataa akkuma argitukana kaafira ta'uukoo waliin
Ati ammoo kunoo akkana toltee tolfattee jirta mu'umina taatee osoojirtuu
✾••┈┈┈••✾•◆✾••┈┈┈••✾

✾Ati azaaba kam keessa jirta animmoo jannata kam keessan jira jedheen

✾Ibnu hajar akkana jedhan:
Kufrii kana irratti kanduutu yoota'e
Ati waan fuulduratti si'eeggatu laalaa azaabaa irraa rakkina keessa jirtuun walbira qabnaan har'a jannata keessa jirta.
✾••┈┈┈••✾•◆✾••┈┈┈••✾

✾Anisi ammoo yoonin jannata gale waan achitti naafkennamuu deemu qananiin har'a keessa jiruun walbira kan qabamu yoota'e akkawaanin harra manahidhaa keessa jiruuti Jedhanii deebisaniif.
✾••┈┈┈••✾•◆✾••┈┈┈••✾

✾Yahuudichis Ahaa dubbiin akkanaa yaashaykhi jedhen

Isaanis eeyyee akkuma kana jehan.
Achiin yahuudichi
أشهد أن لا إله إلا الله وأشهد أن محمدا رسول الله
Ashhadu allaa'ilaaha illallaahu wa'ashhadu anna muhammada rrasuulullaahi
Jedhee islaamummaa qeebale.
Allaahu akbar.
✾••┈┈┈••✾•◆✾••┈┈┈••✾


sayfuddiin


◉Obboleewwan kiyya
Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa guddaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeera barakallaahu fiikum

⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣

https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
بـــــــــســم الله الـــــرحــــــــــمــــــــن االـــــرحــــــــيــــم

الســـــــــلام عليــــكم ورحـــــــــــمـــةالله
وبــــــــــــــــــــركــــــاتـــــــــــــاتُــــــه
Gorsa xiqqookana qalbiin naaf dubbisaa
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣

◉Nama agarsiifannaadhaaf jecha waa hojjatu Mallattoo ⓸ erratti argita

⓵Ennaa qobaasaa jiru ibaadaarratti hin mirqaanu ykn intaatiyaa'a.

⓶Ennaa Namaa wojjin jiru mirqaanaadhaan ykn fedhiidhaan hojjata

⓷Enna namni isa faarse gammachuudhaan hojjata

⓸Enna namni isa arrabsemmoo kayiriirraa ofduuba deebi'a taatiyaa'a

◈Jedhan Aliyyi Ibnu Abiixaalib

➱Hundi keenya mee amalakana qabnamoo hin qabnu jennee of haalaallu yoo qabaanne yaarabbi narraa kaasi jennee Rabbi haakadhannu yoo hinqabaannemmoo yaarabbi narraa eegi haajennu👏

◉Rabbi hojii keenya namni naaf haa arguurraa nuuf haaqulqulleessu

◉Obboleewwan kiyya
Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa guddaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeera barakallaahu fiikum

⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣

https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
Waan Rabbiin Waadaa ykn Baallama Nuuf seene Afran

➊ Nadubbadha ykn Nayaadadha Anis Isinin yaadadhaa ykn isinin dubbadh

➋ Yoo hangan isiniifkennerratti nagalatoonfattan isiniifi dabala/ida'a

➌ Nakadhadhaa kadhaa keessan isiniifin Qeebala

➍ Rabbiin utuu isaan istigfaara godhanuu isaan hin azzabu ykn isaan hinqaixaaxu

◈ Rabbiin Baallama nuuf galee Waan nuuf baallamame kana hojjannee argachuun nurraa eegama ◈

◉Obboleewwan kiyya
Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa guddaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeera barakallaahu fiikum

⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣

https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
Forwarded from Eid Ali Musa
Guyyaan boruu guyyaa arraatin adda

Yaadaan if cinquun bishaan jige lafaa ol hin qabdu
Yaadaan cinqamuun kayyoo kee karatti sirraa hambisa
Yaadaan cinqamuu namarraa kobaa si baasa
Rakkoon adda addaa siiti jiraachu dandeeysi
Yaanni si duraa fafaca’uu mala

Kana waan taheef hin hiraarin
Waani marti yeroo eggatti malee ni tolti
Rabbirra kaayyadhu waan cufa


Join my telegraam
👇👇👇👇
www.tg-me.com/edualimusa
😭Naaf jecha cinqame
Manakoo aakiraadhaaf 😭

😭An lubbuukoon fedhaa
Inni ummatii jedhaa 😭

😭Boohuun natti xiqqaata
Harra yoo tuqamtuu 😭

😭Qabeenyaaf lubbuunkoo
Fidaakee haataatuuuuuuu😭

ﷺ ﷺ 😭MUHAMMAD😭 ﷺ ﷺ

◉Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa guddaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeera barakallaahu fiikum

⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣

https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
2025/07/05 20:06:06
Back to Top
HTML Embed Code: