◈Yahyaa Bin Mu'aaz R.H Akkas jedha
(Namni Mu'uminaa tokko waa sadii sirraa Argachuu qaba
1.Yoo Isa Fayyaduu dadhaabde
➱Isa miidhuu dhabuu
2.Yoo isa gammachiisuu dadhabde
➱Isa Gaddisiisuu ykn Yaaddessuu dhabuu
3.Yoo isa faarsuu dadhabde
➱isa arrafsuu dhabuu
࿐✿࿐✿࿐✿࿐✿࿐✿࿐
صفة الصفوة لابن الجوزي (٤ / ٦١)
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA

Telegram
☪BAREEDINA ISLAAMUMMAA🌙
Gorsa babbareedaa
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
📖Kuxbaa guyya Arraa keessaa waan qalbii nama dhukkufsuudha
📱Nutis Qalbiidhaan dubbisnee
Mee Keessatti of ha'ilaallu
💡Rasuulli S.A.W Gaafa tokko sahaabotaan R.A
Hoonga'aa namaa Miskiina Namaa jechuun Eenyuun akka ta'e beektuu jedhan
((Sahaabonnis
Hoonga'aa Namaa Miskiina Namaa jechuun Nama Qabeenya hin qabne Nama waan nyaatuufi waan offatee bulu hin qabne jechuudhakaa jedhaniin))
◉Rasuulli S.A.W
Ummata koorraa
Miskiina Namaa hoonga'aa Namaa jechuun
➱Nama Guyyaa qiyaamaa Salaata fudhatee dhufu
➱Nama soomana fudhatee dhufu
➱Nama zakaa fudhatee dhufu
➟salaatni,soomannii fi zakaan inni fudhatee dhufu isii qulqulluu isii Rabbi biratti qeebalamte jechuudha malee
isiin hin qeebalamin silumaa lakkoofsa keessa hin galtu
◈Eega ojii gaarii kana hunda fudhatee dhufee booda enna galmeensaa ilaalamu
➾Nama isakaan Afaanii Arrafsee
➾Nama isakaan waan inni hin qabne soba erra kaa'ee
➾Nama isakaan qabeenyasaa jalaa nyaatee kaffaluufii didee
➾Nama isakaan dhiigasaa dhangalaasee
➾Nama isakaan Tumee caccabsee
Eega kana hunda godhee booda fuula Rabbii dhufa
Sana booda
➛Isakanaafis ojii kayiriisaa sanarraa fuudhamee kennamaaf

Ojiin kayirii isaa kun miidhaa inni nama miidhe kana kaffalee erraa
Utuu hin fixin yoo dhume
Badiin worra inni duniyaa erratti miidhee sun fuudhamee isarra kaa'amee gara jahannamaatti darbama jedhan
ﺻﺤﻴﺢ ﻣﺴﻠﻢ
Rabbi Najaa Nuhaa baasu
Obboleewan koo hedduu of eeggachuu Nubarbaachisa
Waa'ii haqa Namaa keessatti qalladuun/qoosuun hin barbaachisu Rabbiin yoo waan fedhe ta'ellee haqa Namaa Nuuf hin araaramu/Nuuf hin dhiisu kanaaf bareechinee haqa namaa ofirraa ha eeggannu

Forwarded from Milkii Boruu
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Jacha Jachaa Calu Sh. AMIIN IBROOTIIN
T.ME/MBORUU
T.ME/MBORUU
Forwarded from Mustaqbal Al-Jamiil (Tajudin Abdi)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
➡️ salaata salaatuu hin dhiisin
👉Nama hin salaatne rabbiin ija rahmataatiin gara isaa hin millatu
👉Isa hin salaatne hariiroon isaa fi rabbii jidduu jirtu ni citti
👇👇👇👇👇👇👇
🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸
🌸Join @Mustaqbal11 🌸
🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸
☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️

📚 Seenaa Barumsa jabaa qabuufi
Kan Nama Kolfisiisu📚
-Haadhatu Mucaasii Xiqqaadhaan Akkas jetteen
Suratul Iklaas ykn Qulhuwallaahu ahadu Yeroo 10 erra deddeebi'ee namna Qara'e Rabbiin Jannata keessatti Mana isaaf ijaaraa Qara'i jetteen
Gurbaanis Qara'uu eegale
Haati isaas isaawojjiniin Utuuqaraa'aa jirtuu Mucaan Akkana jedheen
Ummiikoo
Ati dhiisi hin qara'inii
(An Ofbiran sigalchaatii!!)😊
◉Obboleewwan kiyya
Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa babbareedaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeerra barakallaahu fiikum
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
Kan Nama Kolfisiisu📚
-Haadhatu Mucaasii Xiqqaadhaan Akkas jetteen
Suratul Iklaas ykn Qulhuwallaahu ahadu Yeroo 10 erra deddeebi'ee namna Qara'e Rabbiin Jannata keessatti Mana isaaf ijaaraa Qara'i jetteen
Gurbaanis Qara'uu eegale
Haati isaas isaawojjiniin Utuuqaraa'aa jirtuu Mucaan Akkana jedheen
Ummiikoo
Ati dhiisi hin qara'inii
(An Ofbiran sigalchaatii!!)😊
◉Obboleewwan kiyya
Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa babbareedaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeerra barakallaahu fiikum
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
Telegram
☪BAREEDINA ISLAAMUMMAA🌙
Gorsa babbareedaa
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
●☞Wontoota Bareechanii Rabbiin Biratti Jaallataman keessa inni tokko Fira ofii Maxxanfachuu ykn firooma fufuu
=====================
●Rasuulli S.A.W Akkana jedhan:
Erra jaallatamaan Ojii Rabbi biratti
Rabbitti Amanuufi
Fira ofii Maxxanfachuu ykn firooma fufuudha jedhan
●Ammaas Rasuulli S.A.W Akkana jedhan:
Rabbiin Uumaa kana uumee ennaa /hoggaa xumuru
Firummaan yokaa firoomni kaatee Akkas jette
Yaarabbi bootaan kun bakka Namni Namuramuurraa an itti sitti Maganfadhu ykn sitti baqadhuudha jette
●Rabbis tole jedheefi
Ani Nama simure Waan kayirii hunda isarraa Muruufi
Nama simaxxanfate Kayirii hunda isaaf laaffisuu hinjaallattuu jedheen
●Firoomnis
Nan jaalladha Naaf ta'eera jette
Tole Anis Akkana siif godheera jedheen
●☞Firoottan keenya ha maxxanfannu isaan ha mararfannu isaan hajaallannu akka jaalala Rabbiitiifi kayirii hunda argannuuf jecha

✍Gorsa
Yoo jalqaba reef daandii eegalaa jiraatte fagoodha jettee adeemuu dhiisuun sodaataa sigodha inni ammoo fokkuudha.
Yoo ammoo daandii walakkaa geessee kaatee deebi'uu ta'e inni ammoo dadhabaa ta'uukee agarsiisa.innis fokkuudha.
Yoo ammoo daandii fixuuf kaatee ofirra deebi'uu ta'emmoo inni gowwaa ta'uukee mullisa.innis fokkuudha.
Kanaafuu daandii eegalte jabaatteetuma itti fufuutu similkeessa sikabachiisas
Nama ejjennoo gadi dhaabbataa qabu sitaasisaa jabaadhu.
Galgala gaarii.
✍
Sayfuddiin
⤵️⤵️⤵️
https://www.tg-me.com/shekseefuddiin

Sh/Sayfuddiin A/nagaa j/m.🌷🌷
📢Barnoota Amantii Islaamaatiifii Nashiidaa Babbareedaa Asirraa Argattu join nuuf godhaa baarakallaahu fiikum
☁️🌟🌟🌟☁️
#Gammachiisa Naggaadee Amanamaa ta'e kan Muslimaa kan dhugaa dubbatu hundaaf
💡Rasuulli S.A.W
Hadiisa Abdallah ilmi Umar Odeesse keessatti Akkana jedhan
◉Naggaadeen Amanamaa ta'e kan Musliima ta'e kan dhugaa dubbatu Guyyaa qiyaamaa [Nabiyyoota,Siddiiqotaafi Shuhadaa'otaa wojjin ta'a]
Jedhan
[السلسلة الصحيحة٣٤٥٣]
◈Kanaaf Worri Naggaadee taatan darajaa kana argachuuf tattaafadhaa
1ffaa Amanamaa ta'uu
2ffaa Muslima ta'uu
3ffaa Dhugaa dubbachuu
Rabbi isiniif halaaffisu
☁️🌟🌟🌟☁️
◉Obboleewwan kiyya
Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa babbareedaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeerra barakallaahu fiikum
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
#Gammachiisa Naggaadee Amanamaa ta'e kan Muslimaa kan dhugaa dubbatu hundaaf
💡Rasuulli S.A.W
Hadiisa Abdallah ilmi Umar Odeesse keessatti Akkana jedhan
◉Naggaadeen Amanamaa ta'e kan Musliima ta'e kan dhugaa dubbatu Guyyaa qiyaamaa [Nabiyyoota,Siddiiqotaafi Shuhadaa'otaa wojjin ta'a]
Jedhan
[السلسلة الصحيحة٣٤٥٣]
◈Kanaaf Worri Naggaadee taatan darajaa kana argachuuf tattaafadhaa
1ffaa Amanamaa ta'uu
2ffaa Muslima ta'uu
3ffaa Dhugaa dubbachuu
Rabbi isiniif halaaffisu
☁️🌟🌟🌟☁️
◉Obboleewwan kiyya
Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa babbareedaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeerra barakallaahu fiikum
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
Telegram
☪BAREEDINA ISLAAMUMMAA🌙
Gorsa babbareedaa
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
Forwarded from Eid Ali Musa
Hanqam halkan dheerattus bari,uun isaa hin hafuu
Hanqam rakkattus furamuun kee hin oolu
Hanqam gaddituus gamaduun kee hin oolu
Hanqam dhabduus arkachuun kee hin oolu
Amriin tee marti isa sirra si beeku kaaliqa harka jirti
Isuma kajeeli ati ni milkooytaa
www.tg-me.com/edualimusa

🗒Ergaakoo kana Fudhadhaa💌
◉Erra jabaan wonni Nuti ittiin Mokkoramnee..
Wol shashakkuudhaan yaada hintaane yaada hamaa wolitti yaaduudhaan saahibummaa keenyaafi jaalala nujidduu jiru wol jalaa balleessuudha ....................................!
♡
♡🗓Seerri/Sherxiin wolitti dhufeenyaa ykn shariikummaa🗒♡
◈Waa'ii kankootii anumarraa dhaga'i malee
Nama biraarraa hin dhaga'in..
◈Yoo ija lamaan qabdata'e gurra keetiin nama hin'ilaaliin
Akkana jechuun:
◈waan jette jettee namaatiif jecha obboleessa kee shariika keetiin wol hin dhabin waan ofiikeetii argite malee
Akkana ta'uu hin oolu
Akkas ta'uu hin dhabu hin jedhin
◉Obboleewwan kiyya
Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa babbareedaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeerra barakallaahu fiikum
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
◉Erra jabaan wonni Nuti ittiin Mokkoramnee..
Wol shashakkuudhaan yaada hintaane yaada hamaa wolitti yaaduudhaan saahibummaa keenyaafi jaalala nujidduu jiru wol jalaa balleessuudha ....................................!
♡
♡🗓Seerri/Sherxiin wolitti dhufeenyaa ykn shariikummaa🗒♡
◈Waa'ii kankootii anumarraa dhaga'i malee
Nama biraarraa hin dhaga'in..
◈Yoo ija lamaan qabdata'e gurra keetiin nama hin'ilaaliin
Akkana jechuun:
◈waan jette jettee namaatiif jecha obboleessa kee shariika keetiin wol hin dhabin waan ofiikeetii argite malee
Akkana ta'uu hin oolu
Akkas ta'uu hin dhabu hin jedhin
◉Obboleewwan kiyya
Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa babbareedaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeerra barakallaahu fiikum
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
Telegram
☪BAREEDINA ISLAAMUMMAA🌙
Gorsa babbareedaa
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
📘【#Senaa Barumsa guddaa ofkeessaa qabdu kana qalbiin dubbisaa】📖
◉Habiib iraata ykn erbaata utuu hin fidin ture
❂Hasan Al Basriin Beelli nu fixxee'oo meerre iraatni jedhee Habiibiin gaafate?!!
◉Yaa Imaam
Miskiinni tokko dhufnaanin waan jiru hunda kenneef
isa ati
Iimaana ykn Rabbitti amanuu jechuun wonni Rabbi bira siif jiru Waan harka keejirurra sibiratti amanamaa ta'uudha jetteef jecha jedheen
❂Hasan Al Basriin
Yaa Habiib Ati Hedduu Rabbitti hirkatta garuu ilmiikeetu sijalaa bucatte ykn xiqqaatte malee
Utuu cinaa ykn gimmaasha kenniteefii cinaammoo nuuf hanbiftee silaa nus nyaannee ittiin of jabeessina ture jedheen
●Utuma isaan akkana jedhanii woliin haasa'aa jiranii dingata namni ulaa dhadha'e
Yeroo habiib dhaqee ulaa erraa banu
●Gurbaa tokko kan nyaata waan mimmi'aawaa qodaatti guutee baatee fidee ulaarra dhaabbatu arge
Hoodhu Elaa sayyidii kootu isaaniif geessi jedhee natti kenne jedheen
◉Habiib Asgaragalee seeqateeti Akkas jedhe
Yaa imaam Atimmoo Nama ilmii hedduu qabuudha garuu Nama Rabbitti hirkannaan isaa duraa bucatteedha male jedheen
❂Hasan Al Basriinis seeqatee
Yaa Habiib Sidura buunee turre ykn sidursinee turree Garuu Atis dhuftee Nudura buute malee jedheen
◆Yaqiinni keenya ykn Rabbitti Hirkannaan keenya Waa hunda keessatti Nuduraa xiqqaattee jirti
◆☞Qabeenya keessatti,
◆☞Rizqii waan nyaanne dhugnu keessatti,
◆☞Nasrii argachuu keessatti,
◆☞dhukkubsatanii fayyuu keessatti,
◆☞dhabuufi Argachuu keessatti
◆☞Waan Hunda keessatti Rabbii keenyatti Hirkachuun nuduraa xiqqaatee jira
◆Kanaaf:
Waan hunda keessatti Rabbitti haa'irkaannu
▣Wonni nuti jala Sararree beekuu qabnu Rabbiin gabricha isaa tokko kan qalbiinsaa cabee kan yaadda'ee eegas booda amrii isaa gama Rabbii isaa deeffate tokkollee hajaasaa akkanni yaadee olitti isaaf baasu malee hindhiisu
▣Yaaddookeetii fi cinqiikee dudduuba keetti darbadhu yaada gaarii yaadi abdii hin murin
Rabbiin S.W Waan hundarratti dandeettii qaba waan ta'eef jecha
🤲Yaarabbi Yaqiina Nuuf kenni🤲