☁️🌟🌟🌟☁️
✵Ilmi Haadhaafi Abbaasaatiif gaaromu kan toltuu isaaniif oolu
✵Isumatu:
⇊ ⇊ ⇊
✵Worrasaatiif ykn haadha manaa isaatiif
Abbaa manaa gaarii ta'a
✵Ilmaan isaatiif Abbaa gaarii ta'a
✵Obboleeyyan isaatiif Obboleessa gaarii ta'a
✵Isumatu Ammas ojii ojjatu hunda keessatti nama haqaan ojjatu ta'a
🤲Nama haadhaaf Abbaa ofiitiif toltuu ojjatu Nama isaan gammachiifatu Rabbi Nuhaa taasisu🤲

◈Salaata jumu'aa dura woduu'a godhachuuf gara bootaa wuduu'a itti godhatanii yeroon dhufu Mucaa xiqqaa tokko kan bakka wuduu'aatii dhiqatun arge Mucaan hedduu bucuu/Xiqqaa waan ta'eef an in xabataa jiran se'e malee waan wuduu'a godhataa jiru hin seene
◈Ennan itti dhihaadhu mucaan sagalee ol fuudhee tokko lama sadii jedhee afaaniin lakkaa'ataa wuduu'a godhata ammanni wuduu'asaa fixatutti eegeetan ennanni wuduu'asaa fixatuu maashaa Allaah Wuduunkee Namatti tola bareechitee beettan jedheen
"Anaafimmaa wuduun laaftuudha wuduu'a godhachuu hin wollaalu bareecheen beeka"
Naan jedhe
◈Garuu wonni Narakkise ennan isinii wojjin salaatuuf salfii duraa qabadhu booddeetti Nadeebisu An ijoollee xiqqoo waanan ta'eef ati inxabatta naan jedhanii ofduuba nadhaabu an garuu akka hiriyoottankootii miti hin xabadhu salaatumaafin dhufa malee jedhee
◈Eega akkas ta'ee Abbaakee bira dhaabbadhukaan jedheen
◈"Lakki abbaankoo du'eera😭
Haadhakootii wojjinin dhufa isiin bakka dubartiitti salaatti animmoo bakka dhiiraattin salaatuuf dhufaa
👌Haatikoo Yoo abbaa keetiif du'aa'ii kadhattee yeroo hunda salaatakee tolchitee bareechitee salaatte abbaakeetii wojjin bakka bareedduutti wol argitu Jettee Nagorsiti naan jedhe
Jedhanii ustaazni tokko nuuf himan
Subhaanallaah
🤲Yaarabbi Nama ofiillee islaamummaa irratti jiraatee ilmaan ofiillee diinii irratti guddifatu nutaasisi
Yaa Allaah🤲

⛓ Ati Waan dandeessu
⛓hundaan Qalbii Namaa
⛓keessatti Waan kayirii
⛓waan isa gammachiiftu
⛓Bor Waan ilmi namaa
⛓toltuudhaan siyaadatanu
⛓waan toltuudhaan sidubbata
⛓nu Qalbii isaanii keessatti
⛓lafa ka'ataa deemi
⛓yoo waan biraa
⛓dadhabdee ilma namaatiif
⛓toluu yoo dadhabde ilma
⛓Namaa hin miidhin
⛓ilmi namaa Raagaa Rabbii
⛓kan dechiirraati waan ta'eef
⛓akka toltuukee
⛓gaarummaakee Rabbi biratti
⛓Ragaa siif ba'an ta'i.
⛓
⛓hundaan Qalbii Namaa
⛓keessatti Waan kayirii
⛓waan isa gammachiiftu
⛓Bor Waan ilmi namaa
⛓toltuudhaan siyaadatanu
⛓waan toltuudhaan sidubbata
⛓nu Qalbii isaanii keessatti
⛓lafa ka'ataa deemi
⛓yoo waan biraa
⛓dadhabdee ilma namaatiif
⛓toluu yoo dadhabde ilma
⛓Namaa hin miidhin
⛓ilmi namaa Raagaa Rabbii
⛓kan dechiirraati waan ta'eef
⛓akka toltuukee
⛓gaarummaakee Rabbi biratti
⛓Ragaa siif ba'an ta'i.
⛓
Forwarded from Hamza Naik official (Na ik)
☁️🌟🌟🌟☁️
➲Hanga feete of babbareechi
Hamma feete offata bareedaa offadhu
Hanga feete waan urgaa'aa dibadhuutii of urgeessi
Haalaafi Amallikee yoo hintollee errakeessa of babbareechuunkee sibareechuu hindanda'u
Erra bareedaan wonni duniyaa kanarratti ilmi namaa ittiin bareeduu
Aklaaqa gaarii (haalaafi amala bareedaa qabaachuudha)✅
Rasuulliﷺ
(Erra hedduun wonni ilmi namaa ittiin jannata seenuu:
Sodaa Rabbiitiifi Amala bareedaa qabaachuudha) jedhan

Audio
Raayyaa abbaa maccaa 34ffaa daqiiqaa ammaaf daqiiqaa 1 qofa
Guutuu isaa akkanni gadi dhiifameen argachuuf telegrmi https://www.tg-me.com/joinchat-Q1JgZyzv2GK0qfgg Join godhaa woliifis share godhaa
Join 👇 share
https://www.tg-me.com/joinchat-Q1JgZyzv2GK0qfgg

◈Seenaan Akkana jedhee dubbata◈
◉Nabiyyullaahi yuusuuf (Nageenyi isaanirra haajiraatu)
Eega Aangoo Argatanii booda guyyaa tokko utuu isaan Manasaanii keessa fooqii gubbaarra dhaabbatanii gara alaa gadi ilaalaa jiranuu
Gurbaa dardaraa Miskiina kan offanni isarratti ciccite tokko arganii qalbii cabanii Rifataniifi ilaalaa jiru
Yeruma kana Malayikaan jibriil (Alayihissalaam) isaanitti dhufee
Yaa Nabiyyii Rabbii Gurbaa kana nibeektaa? Jedhee gaafate
"Lakkii hin beeku" jedhan
Malayikaan Jibriilis Akkana jedheen:
Niyaadattaa isa yeroo dargaggummaa keetii worri Mootii Akka ati isiitti badii hojjattu sigaafattee ati diddeenii utuu isii baqattuu Mootiidhaan wolitti dhuftanii yeroo isiin soba sirra keessu Gurbaan bucuun kan Arma hodhu tokko wo'ii Ragaa siif ba'ee kan silaa mootiin si adabuuf ykn siqixaaxuuf deemu sababaa ta'ee sirraa hin dhowwinee? jedheen
"Ee Nan yaadadha" jedhan
👇👇👇 Join godhii
Itti fufii dubbisi.....

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Kaassetta ustaaz Raayyaa abbaa maccaa 34ffaa
Guutuu isaa akkanni gadi dhiifameen argachuuf telegrmi https://www.tg-me.com/joinchat-Q1JgZyzv2GK0qfgg Join godhaa woliifis share godhaa
Join 👇 share
https://www.tg-me.com/joinchat-Q1JgZyzv2GK0qfgg
Guutuu isaa akkanni gadi dhiifameen argachuuf telegrmi https://www.tg-me.com/joinchat-Q1JgZyzv2GK0qfgg Join godhaa woliifis share godhaa
Join 👇 share
https://www.tg-me.com/joinchat-Q1JgZyzv2GK0qfgg
◎Murtee Nama Niyyaa Salaata ishaa'iitiin Imaamaa wojjin Salaata Taraawiihatti hidhatee?
📩#Gaaffii:
Masjiida tokko tokkotti worra eega salaatni ishaa'ii Raawwotamee Salaatni taraawiihaa eegalee dhufanii Niyyaa salaata ishaa'iitiin imaamatti hidhatanii wojjin salaatan agarra
Salaanni isaanii akkam ta'a?
🗓 #Deebii:
Worri Eega Salaatni ishaa'ii xumuramee booda dhufan kun Nama lamaafii lamaa ol ta'u yoo ta'an...
Guutuusaa👇👇👇

Fazakkir / yaadachiisi
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
#Duuti! Kuttuu Qananii Duniyaati.
Bara dheengaddaa jaallan waliin soommanaa baane meeqa of biraa dhabne?.
Duuti saamtuudha. Nama hedduutu biyyoo uffatee, Rabbii isaatin wal gahe. Rabbi haa araaramuuf, Jannataan Rabbi haa qananiisu.
Nus gaafa asii godaannu hin beynu. Dawaan du’aa yoo lubbuun jiraatte gaarii hojjechuudha. Gaarii hojjechuun ammoo ji’a Ramadaan keessa galata dachaa qabdi.
Koottaa! Baatii Ramadaan kana kan dhaammannaa ykn kan xumuraati jennee lubbuu keenyatti himnee haa Soommannu.
As booda Ramadaana biraa eeguu keenya Rabbi qofaatu beeka.
Asiin dura mucucaannee lafa geenyus Ramadaana kanatti fayyadamnee haa kaanu. Hamturraa fagaatanii, qulqullummaan gaarii hojjechuu maaltu caala?
Yaa Rabbi warra karaa kee irra jiraatee, karaa kee irratti du’ee Jannata arkatu nu taasisi.
◎Barnoota Waa'ee soomanaatiin wolqabataniifi gosa hundarraa
haala bareedaadhaan Argachuu yoo feetan
chaanaal keenya kanana
Join godhaatii nu hordofaa woliifis shear godhaa jzk
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
Telegram
☪BAREEDINA ISLAAMUMMAA🌙
Gorsa babbareedaa
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
◇Murtii Nama Salaata taraawiihaa irratti Taa'ee Amma imaamni Rukuu'a bu'utti eegee eega imaamniRukuu'a bu'ee booda ka'ee arramatee
Rukuu'arratti imaama qaqqabatuu
📩#Gaaffii:
◇Namni gariin enna taraawiin eegale amma imaamni Rukuu'a bu'utti taa'ee eegee enna imaamni Rukuu'a bu'e innimmoo ol ka'ee arramatee Rukuu'arratti imaama qaqqabata,
Kanarratti mee akkam jettu akki isaan godhan kun sirriidhamoo sirrii miti?
📋 #Deebii:
⚠️Inni Namni amma imaamni Rukuu'a bu'utti eegee...
Itti fufa...

Maasha'allaah ustaaz Raayyaan Nashiidaa kiyya isiniif gadhiisuuf qophii xumuraan jira jedhan
Akka inni gadi dhiifameen argachuuf chaanelii keenya @B_Islaamummaa join gochuu hin dagatinaa
Kun daqiiqaa 12 qofa
https://www.tg-me.com/joinchat-Q1JgZyzv2GK0qfgg
Akka inni gadi dhiifameen argachuuf chaanelii keenya @B_Islaamummaa join gochuu hin dagatinaa
Kun daqiiqaa 12 qofa
https://www.tg-me.com/joinchat-Q1JgZyzv2GK0qfgg
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Maasha'allaah ustaaz Raayyaan Nashiidaa kiyya isiniif gadhiisuuf qophii xumuraan jira jedhan
Obboleewwan kiyya qaalii Akka inni gadi dhiifameen argachuuf chaanelii keenya
👇👇👇👇👇
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
👆👆👆👆
join gochuu hin dagatinaa
Akkasumas miseensi chaaneelii keenyaa akka baayyatuuf namoota 5 shaniif share gochuun nu gargaaraa jzkl keyran

◉Rasuulli S.A.W Akkana jedhan:
Rabbii lubbuunkoo Harka isaa jirtutti kakadhee Foolii afaan nama sooma soomu keessaa bahutu Urgaa miskiin urgaa'urra Rabbi biratti Bareedaadha(Urgaa'aadha) Jedhan
(Bukaariitu Nuuf Odeesse)
(رواه البخاري )